You are on page 1of 28

Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

1. Seensa

Barsiisonnii fi Hoggantoonni manneen barnootaa eeyyama ogummaa


argachuuf kan ittiin madaalaman keessaa tokko poortifooliyoo gochaa
istaandaardii gahumsa ogummaa bu’uureffachuun qindeeffataniin ta’uun
qajeelfama raawwii eeyyama ogummaa irra taa’eera.Poortifooliyoon gochaa
barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa manneen barnootaatti barattoota
fedhii adda addaa qaban fedhii isaanii guutuuf sochii gochaa walxaxaa damee
baay’ee qabu raawwataniif, gocha raawwatanii fi bu’aa galmeessan ifatti ragaa
agarsiisuu dha. Poortifooliyoon gochaa barsiisotaa fi hoggansa manneen
barnootaa bu’aa qabeessummaan gochoota raawwataman, leenjii humna
raawwachiisummaaf taasifamanii fi jijjiiramoota dhufan keessumaa
gamaaggama walitti dhufeenya hojii bu’a qabeessa hawaasa mana barumsaa fi
qooda fudhattoota biroo waliin qaban irratti gaggeeffamee fi fooyya’iinsa
argaman sanadoota qabatan hammata.

Barsiisonnii fi hoggantoonni mana barnootaa istaandardii xixiqqaa fi


istaandaardoota gahumsa ogummaa barsiisotaa, dura-bu’ootaa fi
supparvaayizarootaa akka biyyoolessaattii qophaa’e bu’uureffachuun
poortifooliyoo gochaa qindeessan sakatta’uun danddeettii isaanii akkaataa
sirrii fi ifa ta’een agarsiisuu kan dandeessisan ta’uu gammaaggamuu fi murtoo
kennuuf sanadni madaalliin poortifooliyoo gochaa qophaa’eera. Sanadichii
seensa, kaayyoowwan madaallii poortifooliyoo gochaa, maddoota ragaalee
madaallii, adeemsa madaallii, raawwii madaallii fi uunkoota madaallii
qabateera.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 1
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

2. Barbaachisummaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa

Gahumsa ogummaa barsiisotaa fi hoggantoota manneen barnootaa


mirkaneeffachuuf madaallii geggeeffamu keessatti pooftifooliyoon gochaa
dandeettiiwwan madaallii barreeffamaan madaalamuu hin dandeenye fi yaad-
rimeedhaan kan beekan hammam hojiitti hiikuu akka danda’an madaaluuf
gargaara. Barsiisonnii fi hooggantoonni manneen barnootaa beekumsa,
dandeettii fi akkaataa itti dhiyeessan fayyadamuun gochaalee fi ulaagaalee
jiran waliin wal simsiisuun raawwachaa yeroo dhaa gara yerootti of
gahoomsuu fi milkaa’ina hojii baruu barsiisuuf itti gaafatamummaa isaanii
akka bahan gargaara. Walumaagala madaalliin poortifooliyoo gochaa
barsiisonnii fi hoggantoonni manneen barnootaa adeemsa baruu barsiisuu
geggeessuuf, hordoffii fi deeggersa gochuuf gochaalee bu’a qabeessummaan
raawwachuuf gahumsa qaban safaruun eeyyama mirkaneeffannaa ga’umsa
ogummaa kennuuf ragaa barbaachisu walitti qabuuf ni dandeessisa.

3. Kaayyoo Madaallii Poortifoolyoo Gochaa


Kaayyoon guddaan madaallii poortifooliyoo gochaa barsiisonni fi hoggantoonni
manneen barnootaa beekumsa, dandeettii fi yaada isaanii wal simsiisuun
bu’uura Istaandaardii taa’een gochaawwan jiran gahumsaan bahuu isaanii
mirkaneessuudha.

Kaayyoowwan armaan gadii qabata:-

 Barsiisonni fi hoggantoonni manneen barnootaa hojiiwwan isaanii akkaataa


istaandardoota gahumsa ogummaatiiin akka raawwatan dandeessisuuf .
 Barsiisonni fi hoggantoonni manneen barnootaa eeyyama ogummaatiif
yeroo iyyatan murtoo kennuuf ragaalee fayyadamuuf.
 Barsiisonni fi hoggantoonni manneen barnootaa fedhii ofii fi barattoota
isaanii guutuuf karoorfatanii ga’umsa isaanii karaa walitti aanuu fi walitti
fufiinsa qabuun guddisuu danda’u galtee kennuuf.
 Yeroo yerootti guddina ogummaa irra gahan gamaaggamuu fi fooyyessuuf
akka danda’an taasisuuf.
 Barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaatiin sanadoota gurmaa’anii
qabamanii fi bu’aa raawwii gochaa agarsiisan irraa ka’uun deeggarsaa fi
hordoffii barbaachisaa gochuuf raawwii isaanii guddifachuu akka danda’an
gargaaruuf.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 2
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

4. Maddoota Ragaa Raawwii Madaallii Poortifooliyoo Gochaa


4.1. Ragaa Dhuunfaa Waliigalaa
4.1.1. Barsiisotaaf

1. Maqaa___________ Maqaa abbaa__________Maqaa Akaakayyuu______________

2.Umrii_____.Saala______

4.NaannooIttihojjatu__________________Godina/Bul.Magaalaa_________________
Aanaa___________M/Barumsaa__________Sadarkaa manabarumsaa________

5. Lakk. Eenyummaa madaalamaa ________________

6. Sadarkaa barnoota barsiisu/tu _________________

7.Gosa barnootaa ittiin eebbifame/teDip._________Digrii_________Digrii 2ffaa_

8. kolleejjii/Yuunivarsiitii irraa eebbifaman _________

9. Guyyaa ,ji’aa fi Bara qacarrii _____/ _____/_________

10. Tajaajila _________________

11. Gosa barnoota barsiisan ___________________

12. Sadarkaa guddina barsiisaa/tuu_______________

.13. Gosa eeyyama ogummaa barsiisaa/tuun itti dorgoman_______________

14. Lakk. Bilbilaa, Mobaayilii __________ bilbila sararaa__________________

15. Imeelii ____________________

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 3
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

4.1.2. Hoggantoota Manneen Barnootaatiif

1. Maqaa_________ Maqaa Abbaa _________ Maqaa Akaakayyuu___________

2. Umrii _________ 3. Saala _________

4. Naannoo itti hojjetu _____Godina/Bul. Magaalaa _______

Aanaa ________Mana/barumsaa__________Sad. Mana barumsaa___________

5. Lakk. Eenyummaa madaalamaa_________

6. Sadarkaa barnoota hogganaa/tuu mana barnootaa __________

7. Gosa barnoota ittiin eebbifame/te Dippiloma____Digirii __Digirii 2ffaa ___

8. Kolleejjii/Yuunivarsiitii irraa eebbifaman _________

9. Guyyaa ,ji’aa fi Bara qacarrii _____/ _____/___________

10. Leenjii hoggantummaa(PGDSL) mana barnootaa fudhachuu:

Fudhateera ___________Hin fudhanne ___________

11. Gahee hojii ___________

12. Tajaajila ______________

13. Gulantaa sadarkaa guddinaa hogganaa/tuu __________

14. Gosa eeyyama ogummaa hogganaan/tuun itti dorgoman______________

15. Lakk.Bilbila Mobaayilii____________bilbila sararaa______________

16. Imeelii ______________________

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 4
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

4.2. Maddoota Ragaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa


4.2.1. Maddoota Ragaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa
Ga’umsa Ogummaa 1: Karoora baruu barsiisuu bu’a qabeessa
qopheessuu fi hojiirra oolchuu.
1.1. Karoora
 Karoora barnootaa (kan guyyaa, kan torbee fi kan waggaa)
1.2. Baruu Barsiisuu
 Gaaffiilee shaakalli (Work sheets) qophaa’an
 Barnooota barsiisu qabatamaa taasisuuf maloota fayyadame (mana
yaalii, daawwannaa/daawwii dirree, daawwii/ilaallii sirna murtoo…)
 Yaadannoo ittiin barsiisuuf qophaa’e.
 Sanada tooftaa barsiisuu hunda galeessa hammate fayyadamuu isaa
agarsiisu.
 Sanada daawwii dareef duub-deebiin itti kenname

Ga’umsa Ogummaa 2: Naannoo Barnootaa Deeggaraa fi Mijaataa ta’e


Uumuufi Eegsisuu.

 Waa’ee barattootaa guduunfaa qorannoo sakatta’iinsa taasifame.


 Danbii fi hojmaata kutaa barnootaa.
 Ragaa qophii fi itti fayyadama meeshaalee deeggarsa barnootaa
agarsiisu.
Ga’umsa Ogummaa 3: Hordoffii Barnoota Barattootaa Ilaalchisee
Madaallii Raawwachuun Duub-deebii Kennuu fi Gabaasa Gochuu.
 Qabxiin barattootaa kan itti qindaa’e, xinxallamee fi gabaasni itti
dhiyaate/sanada duub-deebiin itti kenname.
 Iddattoo battallee fi madaallii walitti fufaa barsiisaan baasu.
 Hojii barreeffama barattoonni gareen hojjetan.
 Qaboo yaa’ii marii maatii ykn guddistoota wajjiin qabxii barattootaa
irratti taasifame.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 5
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

 Adeemsa barnoota barattootaa irratti duub-deebii ijaarsaa fi waqtaawaa


kenname.

Ga’umsa Ogummaa 4: Barnootaa fi Leenjii Fooyya’insa Ogummaa


irratti Hirmaachuu.
 Sagantaa karoooraa fi raawwii fooyya’iinsa ogummaa walitti fufaa
waggaa.
 Gabaasa fi calaqqee raawwii dagaagina ogummaa walitti fufaa.
 Ragaa miiltoowwan ogummaa wajjin hojjechuun fooyya’iinsa hojimaata
dhufe agarsiisu.
Ga’umsa Ogummaa 5 : Hawaasaa fi Maatii Wajjiin Walitti Dhufeenya
Qaban/Miiltoowwan Hojii, Maatii/Hawaasaafi Guddistoota Wajjiin
Hirmaannaa Ogummaa Gochuu.
 Qaboo yaa’ii amala barattootaa irratti maatii wajjiiin marii taasifame.
 Ga’umsa naamusa barsiisummaa guuttachuuf.

4.2.2 Maddoota Ragaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Ga’umsa


Ogummaa Dura Bu’ootaa

Ga’umsa ogummaa 1: Mul’ata Barnootaa Hogganuuf Bulchuu.

 Mul’ata, ergamaa fi adeemsaa qophii karoora mana barnootaa irratti


hirmannaa dhimmamtoota sanada yookiin qaboo yaa’ii walgahiitiin
mirkaneessuu
 Karoora tarsiimawaa mana barnootaa qophaa’e.
 Dhimmamtoota hirmaachisuun raawwii karooraa gamaaggamamee fi
karoora irra deebi’amee qophaa’e.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 6
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Ga’umsa ogummaa 2: Hoggansa Hirmaannaa fi Walitti Dhufeenya


Hawaasaa Mana Barnootaa.

 Ragaa hawaasa naannoo fi mana barnoota walitti hidhuu fi gamaata maatii


barattootaa fi barsiisotaa cimaa fi hojii keessa gale jiraachuu agarsiisu.
 Ragaa hojii misooma mana barumsichaa irratti hirmmaachuu
dhimmamtootaa
 Ragaa deeggersaa maatii fi hawaasa naannoo irraa argame.
 Sanada hojii irra oolmaa qabeenyaa hawaasa irraa argame agarsiisu

Gahumsa Ogummaa 3: Bulchiinsaa fi Hoggansa Baruu-Barsiisuu.


 Maloonni baruu barsiisuu fi uunkaaleen isaa hojirra ooluuf deeggarsaa fi
hordoffii taasifame ragaa agarsiisu.
 Sanadoota madaallii walitti fufaa barattootaa ittiin gaggeeffame.
 Qaboo yaa’ii marii barsiisota waliin qo’annoo fi qorannoo irratti
geggeeffame.
 Sanada qorannoo fi qo’annoo adeemsifame agarsiisu.
 Ragaa argannoowwan qo’annoo fi qorannoo dhimmamtootaaf beeksisuun
gara gochaatti seenuu agarsiisu.
 Barattoota barnoota fedhii addaa qaban ragaa gurmeessuun fi
qabachuun deeggersa taasifame.
 Ragaa barattoota harca’anii
 Ragaa irra deebii barattootaa kutaan
 Sanada kuusaa bu’aa qabxii barattootaa ibsuu fi xinxaallii ittin
hojjatame.
 Supparviizyinii keessoo gaggeeffameen sanada duub-deebiin itti
kenname.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 7
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Gahumsa Ogummaa 4: Ijaarsa dandeettii Dhuunfaa fi Garee Ijaaruu fi


Hogganuu.

 Sanada fedhii leenjii Ijaarsa dandeettii ofii isaatii fi namoota biroo


agarsiisu.
 Ragaa leenjii qaawwa dandeettii mul’ate irratti kenname.
 Karooraa fi raawwii dagaagina ogummaa walitti fufaa /DOW
 Raawwii dagaagina ogummaa walitti fufaa /DOW irratti deeggersaa fi
duub-deebii kenname
 Gabaasaa fi callaqqee raawwii fooyya’iinsa ogummaa walitti fufaa.
 Duub-deebii qindeessaa dagaagina ogummaa walitti fufaa DOW tiin
kenname.

Gahumsa Ogummaa 5: Raawwii Hojii Mana Barnoota, Bulchiinsaa fi


Hoggansa Qabeenyaa.

 Sanada Naannoo baruu barsiisuu mijataa fi hawwataa taasisuuf hojii


hojjetame mirkaneessu.
 Qaboo/Gabaasa hoggana garee adda addaa mana barnootaa wajjiin
marii gaggeeffame
 Gabaasa madda galii keessoon uumameenii fi qabeenya argamee.
 Pirojeektii qabeenya barbaaduuf qophaa’ee fi hojii irra oole.
 Ragaa qabeenya argame hojii irra ooluu isaa agarsiisu.
 Sanadaa raawwii karoora hojii mana barnootaa,karooraa fi gabaasa
raawwii baajeta hawaasa mana barnootaa maatii fi hawaasa naannoof
dhiheessuu agarsiisu.
 Qidaa’anii jiraachuu dambii fi qajeelfama mana barnootaa qinda’aan
jirachuu.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 8
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

4.2.2. Maddoota Ragaa Hojirra Oolmaa Madaallii Poortifooliyoo

Supparvaayizarootaa.

Gahumsa Ogummaa 1: Qophii Karoora Mana Barumsaa Deeggaruu

 Sanada deggersa qophii karooraa, mul’ata, ergama fi duudhaalee mana


barumsaa irratti kennamee fi hordoffii taasifame agarsiisu.
 Karoorri hojii mana barnootaa haala baruu barsiisuu giddu galeessa
godhateen akka karoorfamu deeggarsa taasifame ragaa agarsiisu.
 Qaboo yaa’ii walgahii qophii karooraa

Gahumsa Ogummaa 2: Qorannoo fi Qo’annoo Barnootaatiif Manneen


Barnootaa Kakaasuu, Gaggeessuu fi Hogganuu.

 Qaboo yaa’ii tarsiimoo qorannoo fi qo’annoo qopheessuun barsiisotaa fi


dura bu’oota wajjiin marii taasifame.
 Sanada ibsa teeknika qorannoo fi qo’annoo adda baheen, leenjii
taasifame agarsiisu.
 Sanada Barsiisota mana barumsaan, dura bu’ootaa fi ofii isaatiin
qorannoo fi qo’annoo gaggeeffame sanada mul’isu.
 Adeemsa qorannoo fi qo’annoo irratti deeggarsa kenname
 Sanada Qorannoo fi qo’annoowwan hojjataman qooda fudhattootaaf
beeksisuuf hojiiwwan hojjataman muldhisu.
 Argannoo qo’annoo bu’uureffachuun gara hojiitti akka galan ragaa
deeggarsa ogummaa taasifame.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 9
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Gahumsa ogummaa 3: Adeemsa Raawwii Gochaawwan Barnootaa,


Beekumsaa fi Hubannoo Waqtaawaa Hojii Irra Oolchuu.
 Sanada qophii karoora fi sagantaa hordoffii fi madaallii agarsiisu
 Ragaa gamaaggama hojii barnootaa waqitaawaa manneen barnootaa
agarsiisu
 Ragaa hojimaatilee haaraa karoorfamanii fi hojii irra oolan.
 Sanada hordoffii taasifame, deeggersaa fi duub-deebii agarsiisu.

Gahumsa Ogummaa 4:

Hoggansaa fi Bulchiinsa mana barumsaa bu’aa qabeessaa fi hirmaachisoo


hojirra oolchuu.

 Mariin taasifamuu fi murtiin kennamu hawaasa mana barnootaa


hirmaachisaa ta’uu qaboo ittiin mrkanaa’e.
 Adeemsa baruu barsiisuu bu’aa qabeessa ta’e mirkaneessuuf barsiisotaa
fi dura bu’ootaaf ragaa hordoffii fi deeggarsa godhame.
 Fooyya’insa walitti fufiinsa qabu, kalaqqee fi jijjiiramicha hogganuuf
ragaa tarsiimoowwan kaa’amanii.

Gahumsa Ogummaa 5:

Manneen Barnootaaf Wantootni Guuttamuu Qabu, Hojimaata


Barbaachisaaa fi Galtee Adda Baasuu fi Hojii irra Oolchuu.

 Dambiiwwan, hojimaatilee fi galteewwan mana barnootaa adda bahan


 Galteewwan hir’atan guutuuf deeggersa hawaasaa fi dhimmamtoota
biroo mariisisuun ragaa argame.
 Dambiiwwan, hojimaatilee fi galteewwan akka karooraatti sadarkaa
sadarkaan guuttaman.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 10
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Gahumsa ogummaa 6:

Ofi, Nama Dhuunfaa fi Garee Gahoomsuu:

 Sanada qo’annaa fedhiiwwan leenjii adda bahan qabate


 Haala fedhiiwwan adda bahaniitiin eenjii humna raawwachiisummaa
cimsuuf kenname.
 Sanada karoora ,raawwii ,gabaasaa fi calaqqee DOW
 Deeggersaa fi duub-deebii DOW irratti barsiisotaa fi dura bu’ootaaf
taasifame.

5. Raawwii Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi


Hoggansa Manneen Barnootaa.
5.1. Adeemsa Madaallii

Barsiisotaa fi hoggantoonni manneen barnootaa eeyyama ogummaa argachuuf


haala istaandaardiitiin ni madaalamu. Madaallii gahumsa ogummaa kanaaf
meeshaalee madaallii itti fayyadamnu keessaa tokko poortifooliyoo gochaa ti.

Poortifooliyoo gochaa, hojii barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa ifatti


kan agarsiisuu danda’an ragaawwan filatamanii walitti qabamanii dha.
Barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa madaallii poortifooliyoo gochaa
qaamni/gareen gaggeessu sadarkaa aanaa fi manneen barnootaatti ni
dhaabbata.

Qaamni madaallii gaggeessu (gareen madaallii) ragaa barbaachisaa ta’e hunda


kan dhuunfaa ibsu poortifooliyoo gochaa keessa jiraachuu ni mirkaneeffata.
Mata duree gosa sanadootaa ibsu, guyyaa fi bara itti qophaa’e qabaachuu
qaba. Poortifooliyoo gochaa keessatti ragaan walitti qabamee fi gurmaa’e
ifaa,waqtaawaa, bara madaalliin itti gaggeeffamutti kan hojjetamanii fi
hogganaa dhiyootiinkan mirkanaa’e ta’uu qaba. Ta’us garuu hojiin jalqabamee
hanga xumuramutti waggaa tokkoo ol kan fudhatu yoo ta’e hojiin jalqabamee
BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 11
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

yeroo itti xumurame of eeggannoon xiinxallamee madaalliin hanga


gaggeeffamutti kan jiran waggoottan lamaan walitti aananiif qabamuu ni
danda’a.

Madaallii poortifooliyoo gochaaf ragaaleen walitti qabaman unka qophaa’e


irratti haala ulaagaalee taa’aniitiin ni gurmaa’u.Unkaan gahumsa ogummaa
barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa qophaa’an jala isaaniitti haala
gahumsa xixiqqaa taa’een ta’a.Tokkoon tokkoo gahumsa ogummaa jalatti
taa’an milkaa’ina gochoota adeemsa baruu barsiisuu, haala gahee qabaniin
ulfaatinni kennameeraaf.Gareen madaallii ragaa walitti qabame sakatta’uun
barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa madaalamaniif bu’aa qabxii ni
kenna.

Gareen madaallii murtii bu’aa qabxii kenne haala walfakkaatuun, haqa


qabeessa gochuun, poortifooliyoo gochaa sanadni raawwachiisu qophaa’eera.
Barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa madaalamaniif waa’ee madaallii
eeyyama ogummaa, poortifooliyoo gochaa haala qophii ragaa walitti qabuufi
gurmeessuu, leenjiin hubannoo uumuu ni kennama.Miseensi garee madaallii
safartuu madaalliitiin waliigala ragaa muldhataniin adeemsa madaallii irratti
leenjiin ni kennama. Kunis garee madaallii gidduutti garaagarummaa uumamu
dhiphisuuf amantaa olkaasuuf ni gargaara. Dabalataan barsiisotaafi hoggansa
manneen barnootaa haala poortifooliyoo gochaa irratti taa’een gochoota ofiin
hogganuun,gochoota akka raawwatan ragaa isaaniii akka gurmeesssanii fi
gahumsa ogummaa isaanii akka fooyyeffatan ni gargaara.

5.2. Garee Madaallii Poortifooliyoo Gochaa

Ragaa poortifooliyoo gochaa barsiisotaa fi hoggantoota manneen barnootaa


ilaaluun madaallii kana kan gaggeessan garee miseensa 5 qabu sadarkaa
aanaa fi mana barumsaatti ni dhaabbata.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 12
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

5.2.1. Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa

Poortifooliyoo gochaa barsiisotaa keessatti ragaa argamu ilaaluun madaallii


kan gaggeessan gareen miseensa 5 qabu sadarkaa mana barumsaatti ni
dhaabbata. Kunis:

1. Dura Bu’aan Mana Barnootaa ________________________ walitti qabaa


2. I/A/Dura Bu’aa/ Unit leader_______________________ Miseensa
3. Walitti qabaa waldaa bu’uuraa barsiisotaa __________ miseensa
4. Qindeessaa DOW ____________________________________miseensa
5. I/G/Muummee Barnootaa Barsiisaa Madaalamuu_______miseensaa fi
Barreessaa
 Barsiisaan I/G/Muummee Barnootaa yeroo madaalamu bakka isaa
barsiisaa tajaajilaa fi raawwii hojii fooyya’aa qabu ramadamee garee
madaallii wajjin ni hojjeta .
 Walitti qabaan waldaa bu’uuraa barsiisotaa yeroo madaalamu bakka isaa
barreessaan waldaa ramadamee garee madaallii wajjin ni hojjeta.
 Qindeessaan DOW yeroo madaalamu bakka isaa itti gaafatamaan garee
supparviizyinii keessoo mana barumsaa ramadamee garee madallii wajjin ni
hojjeta.
5.2.2. Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Dura Bu’ootaa
A. Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Dura Bu’aa.

Madaallii poortifooliyoo gochaa dura bu’aa keessatti ragaa argamu ilaaluun


madaallii kan gaggeessan garee miseensa 5 qabu ni dhaabbata. Kunis:

1. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa


Kenniinsa Eeyyama Ogummaa __________________ walitti qabaa.
2. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan Adeemsaa
misooma barsiisota ________________ miseensa
3. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Walitti qabaa waldaa
barsiisotaa _________________________miseensa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 13
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

4. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa


Fooyya’iinsa Manneen Barnootaa __________miseensa
5. Supparvaayizarri CRC ___________ miseensaa fi barreessaa
B. Madaallii Poortifooliyoo Gochaa I/A/Dura Bu’aa
Madaallii poortifooliyoo gochaa I/A/D/bu’aa keessatti ragaa argamu ilaaluun
madaallii kan gaggeessan garee miseensa 5 qabu ni dhaabbata. Kunis:-

1. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa


Kenniinsa Eeyyama Ogummaa __________________ walitti qabaa.
2. Dura bu’aa ____________________________ miseensa
3. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa hojii
qulqullina barnootaa __________miseensa
4. Walitti qabaa waldaa barsiisotaa Aanaa/Bulchiinsa Magaalaatti
_____________miseensa
5. Supparvaayizarri CRC ___________ miseensaa fi barreessaa
5.2.3. Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Supparvaayizaroota
Manneen Barnootaa

Madaallii poortifooliyoo gochaa supparvaayzara akkuma itti waamama


isaaniitiin miseensota garee Aanaa/Bulchiinsa Magaalaa/Godina irraa walitti
dhufaniin ta’a.

Kana waan ta’eef:-

1. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa


Kenniinsa Eeyyama Ogummaa __________________ walitti qabaa.
2. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan Adeemsaa
misooma barsiisota ________________ miseensa
3. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa
hojii sirna barnootaa ____________________miseeensa
4. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Walitti qabaa Waldaa
Barsiisaa___________________________ miseeensa
5. Sadarkaa Aanaa/Godina/Bulchiinsa Magaalaatti Abbaan adeemsaa
Fooyya’iinsa Manneen barnootaa __________Miseensaa fi Barreessaa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 14
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

5.3. Unkaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa

Poortifooliyoon gochaa hojiiwwan gurguddoo barsiisotaa fi hoggansa manneen


barnootaa kuusaa ragaa agarsiisuu dha.Poortifooliyoo gochaa gurmeessuun
kaayyoo adda addaatiif ni fayyada. Kana waaan ta’eef madaalliin eeyyama
ogummaa poortifooliyoo gochaa keessatti sanadni hammate gahumsa raawwii
kan agarsiisan malee ragaa hunda kan of keesssatti qabatee miti. Kana waan
ta’eef raawwii poortifooliyoo gochaa keessatti ragaan ibsa hammatu
istaandaardiin ga’umsa ogummaa barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa
(foormii qophaa’e) keessatti gochaa fi raawwii jiru kan agarsiisanii dha.

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa
Page 15
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

5.3.1. Unkaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa

La Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


kk Ogummaa /gochaawwwan Ga’umsa Ga’umsa
xixiqqaa
/Gochaawwan xixiqqaa
1 Karoora 1.1 Gahumsa karoorichaa 2  Karoora barnootaa (kan guyyaa,
Karoor hunda hammataa,
baruu fi torbanii fi waggaa)
suu hirmaachisaa fi qabiyyee
barsiisuu isaa mala baruu barsiisuu
(qabxii
fi madaallii waliin walitti
bu’aa 2) hidhataa taasisuu
qabeessa 1.2 Gahumsaa tarsiimoo 2  yaadannoo ittiin barsiisuuf
qophaa’e
qopheessuu Baruu baruu barsiisuu hunda
 Gaaffiilee shaakalli (work sheet)
fi hojiirra barsiis hammatu, hirmaachisaa, qophaa’e
 Barnoota barsiisu qabatamaa
oolchuu uu walitti dhufeenya gaarii fi
taasisuuf maloota
(qabxii 7) (qabxi sagantaa qabu fayyadame(mana yaalii,daawwii
dirree,daawwii adeemsa murtoo,
5) gargaaramuu
…)
 Sanada duub-deebiin
daawwannaa daree itti kenname
Gahumsa malleewwan baruu 2 -Tooftaalee malleen baruu
barsiisuu garaagaraa
fayyadamuun hubannoo fi barsiisuu garaagaraa fayyadamuu
dandeettii rakkoo hiikuu isaa sanada agarsiisu.
barattootaa guddisuu.
Gahumsa gamaaggama 1 Gabaasa gamaaggama sirna
sirna barnootaa barnootaa
qabaachuu
Ida’ama 7

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 16
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

La Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


kk Ogummaa /gochaawwan Ga’umsa Ga’umsa

/Gochaawwan xixiqqaa xixiqqaa

2 Naannoo barnootaa Maloota garaagaraatti 1  Qajeelfamaa fi danbiiwwan


mijataa uumuu fi fayyadamuun naannoo
daree barnootaa.
eegsisuu (qabxii 3) barnootaa mijataa uumuuf
 Sanada malleen baruu
gahumsa qabu
barsiisuu hirmaachisoo fi

kanneen adda bahan

gargaaramuu

Gahumsa gochawwan 1  waa’ee amala barattootaa


daree keessaa gaggeessuu qo’annaa gochaaa geggeeffame

1 Ragaa qophii meeshalee degersa


Gaumsa meeshalee barnootaa fi itti fayyadamuu
deggarsa barnootaa mulisu
qopheessuufi itti
fayyadamu
Ida’ama 3
La Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada

Ga’umsa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 17
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

kk Ogummaa /gochaawwan Ga’umsa xixiqqaa

/Gochaawwan xixiqqaa
3 Madaallii barattootaa Barachuu barattootaa,fi 1  Kuusaa Qabxiin barattootaa itti
raawwachuu duub- guddina firii barnoota galmaa’e
deebii kennuu fi isaanii safaruuf ragaalee  Gabaasa jijjiirama qabxii
gabaasuu ( qabxii 3) garaagaraa gahumsa barattootaa agarsiisu
funaanuu fi hiikuu

Firii barattootaa guddisuuf 1  Ragaalee battallee barsiisaan


gahumsa mallewwan qopheessee fi iddattoo madaallii
madaallii garaagaraa walitti fufaa gaggeesse
fayyadamuu
gahumsa duub-deebii 1  Hojii barattoonni hojjetaniif
yeroo isaa eeggatee fi yaada barreeffamaan kenname
barbaachisaa ta’e kennuuf  Adeemsa barachuu barattootaa
irratti duub-deebii ijaarsaa fi
yeroo isaa eeggate kenname

Ida’ama 3

La Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


kk Ogummaa /gochawawan Ga’umsa Ga’ums
/Gochaawwan xixiqqaa a

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 18
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

xixiqqa
a
4 Sagantaa Dagaagina Karooraa fi sagantaa 1 Sagantaa Dagaagina Ogummaa
Ogummaa Walitti dagaagina ogummaa Walitti Fufaa kan waggaa
Fufaatti hirmaachuu walitti fufaa qopheessuuf
(qabxii 5) gahumsa
Gahumsa calaqqee raawwii 2  Gabaasa raawwii waggaa fi
dagaagina ogummaa walakkaa waggaa dagaagina
walitti fufaa dhiyeessuu ogummaa walitti fufaa
 Duub-deebii haala mijeessaa
dagaagina ogummaa walittifufaa
Rakkoo baruu barsiisuu furuuf 1  barreeffama qorannoo rakkoo
qorannoo geggeessuuf gahumsa yeroo furuuf qophaa’an
Argannoo qorannoo hojii irra 1 Ragaa jijjirama mala baruu-
oolchuu fi gahumsa isaa barsiisuu keessatti mul’atee.
Ida’ama 5
5 Miiltoowwan hojii, - Fooyya’iinsa amala 1  Barru qabaa marii waa’ee firii
maatii/ guddistoota barattootaa,maatii/Guddis barnootaa fi amala barattootaa
barattootaafi hawaasa hiriyoota hojii,
wajjin hirmaannaa toota wajjiin gahumsa
maatii/guddistootaa barattoota
ogummaa taasisuu marii barbaachisu
waliin taasifame.
(qabxii 2) taasisuu
Gahumsa naamusa 1  Naamusni ogummaa
ogummaabarsiisummaa barsiisummaa rakkoo kan
guuttachuu hinqabne ta’uuf ragaan
dhiyaachuu.
Ida’ama 2
Ida’ama waliigalaa 20
5.3.2. Unkaa Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Dura Bu’ootaa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 19
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Lakk Gahumsa Hojiiwwan Raawwataman Ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


Ogummaa (gahumsaawwaan xixiqqaa) Ga’umsa Ga’umsa
xixiqqaa xiqqaa
1 Mul’ata Mul’ata waliinii bocuu fi 1  Adeemsa qophii mul’ata,
Baruu dhimmamtoota hubachiisuun ergamaa fi karoora mana
Barsiisuu hojii irra oolchuu danda’uu barnootaa irratti hirmaachuu
Hoggansaa fi dhimmamtootaa sanada
Bulchiinsa mirkaneessu qabachuu.
(qabxii 3) Gahumsa Adeemsa qophii fi 1  Karoora tarsiimawaa
hordoffii galmoota karoora fooyya’iinsa manneen
manneen barnootaa hogganuu barnootaa qophaa’e

Gahumsa Guddinaa fi 1  Dhimmamtoota


fooyya’iinsa walitti fufaa Hirmaachisuun raawwii
adeemsa jijjiirama hogganuu. karooraa gamaaggamamee fi
karoora irra deebiin qophaa’e
Ida’ama 3

Lakk Ga’umsa Hojiiwwan raawwataman Ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


Ogummaa (ga’umsawwaan xixiqqaa) Ga’umsa Ga’umsa
xixiqqaa xiqqaa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 20
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

2 Hoggansa Maatii, hawaasa naannoo fi 1  Maaatii, hawaasa naannoo fi


hirmaannaa dhimmamtoota biroo mana qaamota deeggarsa ta’an
hawaasaa fi
barumsichaa waliin walitti mana barnootaatti
walitti
dhufeenya hidhamiinsa akka qabaatan hirmaachisuuf karoora fi
manneen taasisuu fi walitti dhufeenya raawwii qabame.
barnootaa
isaanii cimsuuf gahaa ta’uu.
(Qabxii 3)
Maatii hawaasa naannoo fi 1  Sanada dhimmamtoota
dhimmamtoota deeggaraa misooma manneen barnootaa
ta’an gahumsa raawwii keessatti hirmaatan
karoora fooyya’iinsa mana agarsiisu.
barumsaa irratti  Ragaa deeggersa maatii fi
hirmaachisuu hawaasa naannoo fi qaamota
deeggaraa ta’an irraa argame.
Qabeenya hawaasa irraa argame 1  Sanada ragaa qabeenyi
sagantaa fooyya’iinsa manneen hawaasa irraa argame hojii
barnootaatiif gahumsa oolchuu baruu barsiisuuf ooluu
agarsiisu.

Ida’ama 3

Lakk Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa Ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


Ogummaa /gochaawwan Ga’umsa Ga’umsa
/Gochaawwan xixiqqaa xixiqqaa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 21
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

3 Bulchiinsaa fi Bu’a qabeessummaa 2  Sanada hordoffii fi Deeggersa hojii


irra oolmaa unkaalee fi malleen
gaggeessaa gahumsa hojii baruu
baruu barsiisuuf taasifame
baruubarsiisuu barsiisuu mirkaneessuuf  Sanada madaalliin walitti fufaa itti
geggeeffame
(Qabxii 6)
 Barattoota fedhii addaa qabaniif
deeggersa tasifame ragaan
muldhisu jiraachuu

Hojiiwwan Qo’annaa fi 2  Qaboo yaa’ii marii fi waliigaltee


Qorannaa irratti barsiisota waa’ee qo’annoo fi qorannoo irratti
jajjabeessuu, qorannaa
barsiisota waliin taasifamee
geggeessuu fi akkaataa
argannoowwan  Argannoo qo’annaa fi qorannaa ofiitiif
qorannaatiin gahumsa barsiisota dhimmamtootaaf beeksisuun
hojiitti galuu gara hojitti galamuu raga agarsiisu.

Ragaa hojii barnootaa 1  Ragaa barattoota barnoota addaan


hawaasa mana barumsichaa kutanii
seeraan akka itti fayyadaman  Ragaa barattoota irra deebi’anii
gahumsaan haala mijeessuu  Sanada kuusaa qabxii barattootaa fi
qaaccessi itti hojjatame.
Qulqullina baruu barsiisuu 1  Ragaa duub-deebii supparviizyinii
irratti gahumsa hordoffii fi keessoo gaggeeffame irratti kennamee
madaallii gaggeessuu  Gabaasa hordoffii gamaaggama sirna
barnootaa
Ida’ama 6
Lakk Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada
Ogummaa /gochaawwan Ga’umsa Ga’umsa
/Gochaawwan
xixiqqaa xixiqqaa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 22
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

4 Hoggansa Gahumsa fedhii leenjii 1  Sanada qorannoo sakatta’iinsaa


Ijaarsa sakatta’iinsaa qorannoon fedhiii leenjii geggeeffamee.
dandeettii
adda baasuu.
dhuunfaa fi
garee (qabxii
4) Fedhiiwwan adda bahan 1  Hanqina dandeettii adda bahe
bu’uureffachuun irratti hundaa’uun leenjii
gareewwanii fi namoota kennaman sanada mul’isu
dhuunfaa gahoomsuu fi
haala mijataa uumuu
danda’uu.
Dagaagina ogummaa walitti 2  Raawwii dagaagina ogummaa
fufaatti hirmaachuu,fi walittifufaa (DOW) irratti deeggersaa
gahumsa haala raawwii fi duub deebii kenname.
barsiisotaa hordofuu fi  Raawwii gabaasaa fi calaqqee
deeggeruu karoora DOW kan dhuunfaa
 Duubdeebii Qindeessaa DOWtii’n
kenname.
Ida’ama 4
Lakk Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada
Ogummaa /gochaawwan Ga’umsa Ga’umsa
/Gochaawwan
xixiqqaa xixiqqaa
5 Raawwii GahumsaNaannoo baruu- 1  Sanadoota naannoo baruu-

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 23
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Hojiiwwan barsiisuu fedhii qaamaa fi barsiisuu mijataa fi hawwataa


mana sammuu hawaasa mana taasisuuf hojjetaman mirkaneessu
barnootaa fi barumsaa guutu uumuu fi  Waraabbii dambiiwwanii fi
bulchiinsa guddisuu qajeelfamoota mana barnootaa
qabeenyaa Hojii baruu barsiisuu 1  Gabaasa madda galii keessoo uumamee fi
qabeenya argame pirojeektii galii
(qabxii 4) milkeessuuf madda galii
barbaaduuf qophaa’ee fi hojii irra oole
uumuu fi itti fayyaddamuuf
 Ragaa hojii irra ooluu
gahumsa qabu
baajata argame agarsiisu.
Bulchiinsaa fi itti 2  Sanada gabaasa raawwii
hojiii,karooraa fi raawwii baajeta
fayyadama qabeenya karoora hojii mana barnootaa guutuuf
m/barumsaa isaa qabamee fi raawwii hawaasa mana
barumsaa, maatiiwwan, hawaasa
geggeessuu fi hawaasa naannooo fi dhimmamtoota biroof
dhiyeessuu isaa agarsiisu.
m/b/saa, maatiiwwan,  Qaboo yaa’ii/gabaasa maree
hawaasa naannoo fi geggeessitoota hoggantoota
gareewwwan adda addaa mana
dhimmamtoota biroof barumsichaa.
beeksisuu danda’uu
Ida’ama 4
Ida’ama waliigalaa 20

5.3.3. Unka Madaallii Poortifooliyoo Gochaa Supparvaayizarootaa


Lakk Gahumsa Hojiiwwan raawwataman Ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada
(ga’umsawwaan xixiqqaa)

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 24
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Ogummaa Ga’umsa Ga’umsa


xixiqqaa xiqqaa
1 Qophii Baruu barsiisuu giddu gala 2  Sanada karoorri hojii manneen
karoora mana karoora tarsiimawaa gochuun barnootaa baruu barsiisuu
barnootaa kaa’uu danda’uu giddugaleeffachuun akka karoorfamu
deeggaruu deeggersa taasifame agarsiisu.
(qabxii 4) Adeemsa qophii karoora 2  Sanada deeggersa ogummaa yeroo
tarsiimawaa baruu barsiisuu mana qophii mul’ata,ergama fi
barumsaa irratti manneen duudhaawwanii taasisan agarsiisu
barnootaatiif deeggersaa fi hordoffii
gochuu danda’uu
Ida’ama 4
2 Qo’annoo fi Tarsiimoo qo’annaa fi qorannaa 1  Qaboo yaa’ii qophii tarsiimoo qo’annaa fi
qorannoof qopheessuun barsiisotaa fi qorannaa qopheessuun
 Barsiisotaa fi dura bu’oota waliin maree
manneen dura bu’oota jajjabeessuu, taasifame .
barnootaa deeggaruu fi qajeelchuu  Sanada qo’annaa fi qorannaa barsiisotaa,
deeggeruu fi danda’uu. dura bu’ootaa fi isaan gaggeeffaman
jajjabeessuu Barsiisonnii fi dura bu’oonni 1  Tooftaalee qo’annoo fi qorannoo
(qabxii 3) tooftaalee qorannoo fi qo’annoo irratti ibsaa fi leenjii kenname
adda addaa fayyadamuun  Adeemsa qorannoo fi qorannoo
qorannaa akka geggeessan keessatti deeggersa kenname.
deeggaruuf gahumsa qabu
Barsiisoonnii fi dura bu’oonni 1  Sanada qo’annoo hojjetame
argannoowan qo’annaaa fi dhimmamtootaan wal barsiisuuf
qorannaa dhimmamtoota akka hojiin hojjetamuu isaa agarsiisuu,
beeksisan haala mijeessuu fi  Ragaa argannoo qo’annoo
deeggersa ogummaa kennuuf bu’uureffachuun hojiitti akka
gahumsa qabaachuu galamu deeggarsa tasifame
agarsiisu
Ida’ama 3

Lakk Ga’umsa Hojiiwwan raawwataman Ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada


Ogummaa (ga’umsawwan xixiqqaa) Ga’umsa Ga’umsa
xixiqqaa xiqqaa

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 25
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

3 Adeemsa baruu Gahumsa karooraa hordoffii, 2  Sanada qophii karooraa fi


barsiisuu deeggersa, gamaaggama fi duub-  sagantaa hordoffii fi
keessatti deebii adeemsa baruu barsiisuu gamaaggama agarsiisu.
beekumsaa fi manneen barnootaa qopheessuuf
hubannoo qabu.
waqtaawaa
fayyadamuu Manneen barnoota raawwii 2  Gabaasa hordoffii fi deggersa
hojii baruu barsiisuu akka taasifamee fi duubdeebii
(qabxii 4)
fooyyeffatan deeggaruu fi agarsiisu.
gamaagamuuf gahumsa
 Gabaasa gamaaggama hojiilee
qabaachuu.
barnootaa waaqtawaa
agarsiisu.
 Ragaa hojimaatilee haaraa
wixineeffamanii fi hojiitti
hiikkamanii.
Ida’ama 4

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 26
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Lak Ga’umsa Ogummaa Hojiiwwan raawwataman Ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada
k (ga’umsawwaan xixiqqaa) Ga’umsa Ga’umsa
xixiqqaa xiqqaa
4 Hoggansa fi  B/sotaa fi dura 2  Adeemsa baruu barsiisuu bu’a
bulchiinsa bu’ootaaf deeggersa qabeessa ta’e mirkaneessuuf
manneen ogummaa kennuun b/sotaa fi dura bu’ootaaf deeggersi
barnootaa bu’a adeemsa baruu kennamuu ragaan jiraachuu.
qabeessaa fi barsiisuu keessatti
hirmaachisaa geggeessummaa bu’a
ta’e hojii irra qabeessa akka kennan
oolchuu.(qabxii gahoomsuuf gahumsa
4) qabaachuu.
 Gahumsa 2  Qaboo yaa’ii hawaasni mana
bulchiinsa ,mana barnootichaa mariiwwan
barnootaa bu’a geggeeffamanii fi murteewwan
qabeessaa fi kennaman irratti hirmaachuu
hirmaachisaa ta’e agarsiisu
mirkaneessuu.

Ida’ama 4

Lakk Ga’umsa Ga’umsa Xixiqqaa ulfaatina Bu’aa Madda Ragaalee Yaada

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 27
Sanada Madaallii Raawwii Poortifooliyoo Gochaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa

Ogummaa /gochaawwan Ga’umsa Ga’umsa


/Gochaawwan xixiqqaa xixiqqaa
5 Wantoota Dandeettii hojimaatilee fi 1  Damboota, hojimaataa fi
barbaachisoo fi danbiiwwan manneen faasilitiiwwan manneen barumsaa
sanadoota barnootaa guutuu qaban adda bahan jiraachuu
 Ragaa hawaasaa fi dhimmamtoota
manneen adda baasuu.
mariisisuun faasilitiiwwan hir’atan
barumsaa guutuuf deeggersa taasifame.
keessatti Manneen barnootaatti 1  Sanada danbiilee fi hojimaatilee
guutamuu danbiiwwanii fi guutaman argisiisu.,
qaban adda hojimaatilee hanqatan
baasuu fi hojii guutuu danda’uu.,
irra oolchuu
(qabxii 2)
Ida’ama 2
6 Mataa ofii, nama Fedhii barachuu fi gudddina 1  Fedhii leenjii sakatta’iinsa
biraa fi garee namoota dhuunfaa fi garee qorannaan adda bahan.
adda baasuu dand’uu.
gabbisuu. Hojiilee humna 1  Ragaa fedhii adda baheen leenjiii
(Qabxii 3) raawwachiisummaa mataa humna raawwachiisummaa
ofii,namoota dhuunfaa fi garee
cimsuu, mijeessuu danda’uu.
cimsuuf kenname.
Dagaagina ogummaa walitti 1  Sanada karoora,raawwii,gabaasaa fi
fufaatti hirmaachuu fi haala calaqqee DOW kan ofii isaa qabate.
raawwii isaan kan biroo  DOW irratti b/sotaa fi dura bu’ootaf
hordofuu fi deeggeruu hordoffii fi deeggersa taasifamee fi
danda’uu. duub-deebii kenname.
Ida’ama 3
Ida’ma waliigalaa 20

BBOtti Daayirektoreetii Kenniinsaaa fi Haaromsa Eeyyama Ogummaa Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaataa Page 28

You might also like