You are on page 1of 7

MANA BARUMSA SH/KALID SADARKA 1FFAA

KAROORA DHUUNFAA GQB/PMQB

QOPHEESSAAN:

Ramadaan Mahammadnur Aliyyi

BARA 2013 E.C


Table of Contents
1.Seensa...............................................................................................................................................3
2.Kayyoo.............................................................................................................................................3
3.Mul’ata..............................................................................................................................................3
4.Galma...............................................................................................................................................3
5.Duudhaalee.......................................................................................................................................3
6.Tooraa Xiyyeeffannoo Karooricha...................................................................................................4
7.Hanqinoota Hojjii Bara 2012...........................................................................................................4
8.Cimina hojii kan bara 2012..............................................................................................................4
9. Karoora PMQB6 Kan Bara 2013....................................................................................................4
9.1. Saganta fooyya,insa mana barumsa doomenoota 4.................................................................4
9.1.1 Adeemsa baru fi barsisu............................................................................................................4
9.1.2, Hooggansa M/B........................................................................................................................5
9.1.3 Haala Mijawa Mana Barnoota ti Uumuu...................................................................................5
9.1.4 Hirmanna Hawasa......................................................................................................................5
10.Saganta Misooma Barsisoota.........................................................................................................5
11.Saganta BLAG :.............................................................................................................................5
12. Sagantaa Fooyya’insa sirna barnoota fii madaallii barnootaa......................................................6
13. Saganta ICT(Teeknoolojii,Qunnamtiifi Odeeffannoo) :...............................................................6
14.Saganta Hooggansaafii Gurma,inaa Walii gala.............................................................................6
15.yeroo raawwii karoora hojii ijoo....................................................................................................6
16.Rakkoowwan qunnamu danda,an..................................................................................................6
17. Furmaata Rakiinnicha ..................................................................................................................6
1.Seensa
Barnonni bu’ura guddina dinagdee biyyaa tokko ta’uun isaa beekamadha .Kanaaf lammiin biyya
tokko keessaa jiraatu imaammata fi tarsiimoo guddina biyyaa isaa kan hubatu yoo barate qofa .
Kanaaf ergama lammii galmaan gahuf murannoo fi kutannoon akkasumas muuxannoon qabuun
galmaan gahudhaf karoorfadhe

2.Kayyoo
Kayyoon geengoo mana barnootaa keessaatti PMQB6’n lafa qabsiisuf, keessattuu
Barnoota ququlluu tahe lammii hunda biraan gahuu
Sayinsii fi Teknologii yeroo ammaa kana jiru haala fooyya’aa ta,een itti fufsiisuu
Gumiiwwan hundeessuun hubanno fi beekumsa barattoota keessaati uumuu

3.Mul’ata
Sagantaan PMQB6’n yoo lafa qabate mul’anni kiyyaa
Lammii gahumsa qabu horachu
Lammii quuqama biyya ofii qabu horachu
Qabxii ol’aanaa tahee gosa barnoota Lamumma fi amala garii dhan barattonnii akka galmeessaan
tasisuu
Namoota biyyaa irra- dabrani addunyaaf fakkeenya tahan omishu.

4.Galma
. Galmii koo GQB irratti yoo hojjanne:
Lammii boru biyya bakka bu’ uu fi jijjiirama fiduu danda’u arguudha
Qabxi barattootaa gosa barnoota BLAGA galmeessan bay’ee ol’aana ta’e arguudha
Bu,aa gumiiwwaan mana barnootaa keessaa fooyyee ta’e arguudha
Harcaatii fi kufaatii tokko malee barattootaa dhaabbilee barnoota ol-aanoof darban arguudha

5.Duudhaalee
SagantaanPMQB6’n lafa qabatee yoo argame duudhaalee hajimaata gaarii ta’an lammii hunda bira
ni gaha . Inniis
Iftoominnii baruu fi barsiisuu keessa jirachuu
Namoonni baratan hundii itti gaafatamumma ofii gita sirriin bahuu
Hojii mana barumsaa keessatti hojjatamu kamuu bifa tasgabbii qabuu fi
naamusa gaarii qabuun hojatamuu
Haqummaan mana barumsaa keenya keessatti akka dagaagu gochuu
Itti gaafatamummaa nutti kenname bahuu

6.Tooraa Xiyyeeffannoo Karooricha


Geengoo qulqullina barnootaa fooyyee qabu fi dandeeti barattoota fooyyeessuu danda,u uumuu
Barattoonii M/b keessatti fi alatti amala gaarii akka horatan irraati hojjachuun jijjirama fiduu
Adeemsa baru barsisu keessati MDB oomishuu fi itti faayyadamuu
Gummilee adda adda irrati hirmachuun barattootaf hubannoo kennuu

7.Hanqinoota Hojjii Bara 2012


Geengoon qulqullina barattootaa ciminaan lafa qabachuu dhabuu
Iftoominni jiraachuu dhabuu
Sochiileen gumii fi dippaartimentii ifatti hojjatamuu dhabuu
Rakkoon sababa korona virus(covid-19) sem-2ffaa nu mudachuusaa

8.Cimina hojii kan bara 2012


Madaallin walitti fufaa qixa sirriin kennamuu
Qabxiileen barattootaa muraasa fooyya’aa ta’ee argamuusaa
Waytiin barnootaa kan sababa adda addaatiin gubate bakka bu’uusaati

9. Karoora PMQB6 Kan Bara 2013

9.1. Saganta fooyya,insa mana barumsaa doomenoota 4’n

9.1.1 Adeemsa baru fi barsiisuu


Hojileen ijoon as jalati hajjatamu qaban
wayyiti barnoota qixa sirriin fayyadamu
Karoora waytii barnoota baasuu
Saganta titooriyaali barattootaa baasun deegarsa barbachisa ta,ee barattootaf gochu
Yaadannoo gaggabaabaa qindeessuun barattootaf keenuu
Karoora qabxii fooyya’insa barattoota baasuu

A. Titooriyaali barattoota cimo , G/galeessaa fi suute akkata arman gaditti niin kenna
Titooriyalif Gosa Kuta Bayina Dhiira dhalaa
akka mijawuti barnoota 1-8ffaa barattoota
Cimoo BLAGA

Gidu BLAGA
galeessaa
Suute BLAGA

B Madaallii walitii fufa akkata karoora arman gaditti naan kenna


Gosa madaallii Dhibbeenta Tooftaa rawwii

Hojjii garee 5% Geengoo


barattootatiin
Hojji mana 10% dhunfaan
/daree
Abbaltii/dhunfa/ 5% geengoo
garee barattootatiin
Battlee/mid exam 30% Saganta M/b
baaseen
Qormoota/Final 50% Saganta M/b
exam baaseen

9.1.2, Hooggansa M/B


Hojiilee hojjatamuu qabaniin:
Qajeelffama M/B fudhadhee hojitti naan hiika
Danbii ittiin bulmaata m/b kabajee niin kabachiisa
Ergama mana barumsaa barattootaaf niin dabarsa
waltajjii idilee m/b irrati niin argama

9.1.3 Haala Mijawaa Mana Barnootaatti Uumuu


Kana keessatti hojiileen hojjatamuu qaban:
Daree barnootaa akka qulqulleessan niin taasisa
Biqiltoota mana barumsa keessatti argaman niin kunuuunsa
Barreeeffama ergaa adda addaa dabarsan barreessuun niin maxansa
Biqiltoota adda addaa dhaabuufi dhabsisuun niin kunuunsa

9.1.4 Hirmanna Hawasa


Matii baratoota wamsisuun rakkoowaan adda addaa irratti niin mariisisa
Bu’ aa qabxii barattoota maatii isaaniitti argarsisuu
Waliti dhufeenya kiyyaa fi matii barattootaa gidduu jiru niin cimsa

10.Saganta Misooma Barsisoota


Muxannoo hojii barsiisota irraa fudhachuu fii kennuun hojitti niin hiika
Qorannoo fi qo,annoo gochaa gaggeessuun rakkoo baruufi barsiisuu furmaata ittiin laadha
Namusa ogummaa kiyyaa kabajee niin argama
Karoora Dow qopheessuun mana barumsaaf niin dhiheessa
Icciti Staafii keenyaa niin eega
11.Saganta BLAG:
Namusa fi amala barattootaa yeroodhaa gara yerootti niin fooyyessa
Sirni faaruu Alaabaa ciminaan akka kabajamuu niin taasisa
Barattoota rakkoo amala gaarii qaban niin gorsa
Barattoota daree kootii naamusaa fi amala gaarii akka qabaatan niin barsiisa
Miseensa gumii tahee niin hojjadha

12. Sagantaa Fooyya’insa sirna barnoota fii madaallii


barnootaa
Barattoonni yeroo barnootaaf ramadame sirritti itti fayyadamuun qabiyyee kitaabaa akka xumuran
niin godha
Barattoonni kitaabilee adda addaaa akka fayyadaman niin gorsa
Battalee , Qorumsaafi Gaffilee barattootaa madaalan qopheessuun niin kennaaf
Madaalli kitaabaa gaggeessuun mana barumsaaf niin dhiheeysa

13. Saganta ICT(Teeknoolojii,Qunnamtiifi


Odeeffannoo) :
miseensa gumii kanaa ta,uun niin hojjadha
Barnoota ICT Barattoonni akka baratan niin deeggara
Barattoota kalaqa adda addaa qaban niin jajjabeessa

14.Saganta Hooggansaafii Gurma,inaa Walii gala


Hojii m/b keessatti karaa koree GMB fi DIB mana barnootaatiin keennaman niin hojjadha
Hogganaa daree tahee niin hojjadha
Hoggansa dubartootaa daree keessatti niin cimsa
Hojiilee mana barumsaa keessaa irratti niin hirmaadha
Hanqina mana barumsa keenyaa mudatan irratti hoggantoota keenya waliin mariyadhee furmaata
niin kenna.

15.yeroo raawwii karoora hojii ijoo


Akkaataa sagantaa mana barumsaa ykn akkaataa qajeelfama sirna barnootaatti, yeroo naaf
kenname irraa eegalee ykn itti dabaluudhaan hojiilee ijoo ta ’e hojjadhee raawwachuuf,kutannoofi
murannoon niin raawwadha.
16.Rakkoowwan qunnamuu danda,an.
Walumaa galatti hojiilee armaan olitti karoorfadhe kana hojjachuuf rakkooleen na qunnamuu
danda’an:
:Rakkoo hanqina dhiyyeessaa
Rakkoo fedhii hirmaattotaa
Rakkoo degersa adda addaa dhabuu
Rakkoo baajataan wal qabatu
Rakkoo hoggansa mana barumsaafi k.k.f

17. Furmaata Rakiinnicha


. Rakkoolee kanaaf furmaata ta’uu kan danda’an:
Marii geengoo mummee S/ Hawasaa waliin tasisu
Adeemsa hojimaataa jijjiruu
Hoggantoota mana barumsaa waliin marii gaggeeysuu

You might also like