You are on page 1of 23

Barreefama gabaabaa

hanqinaalee Ijaarsaa fi Hojiirra


oolmaa Koree BBLA, BBLG fi
GMBB irratti Qophaa’e.

Amajjii ,2011
Fiichee
• Barreefamni gabaabaa kun,” hanqinaalee
Ijaarsaa fi Hojiirra oolmaa Koree BBLA, BBLG fi
GMBB” Qajeelfama Gurmaa’insa hoggansa
barnootaa,hirmaannaa Ummataa fi
Faayinaansii Naannoo Oromiyaa tiif akka
tajaajilutti fooyya’ee Afaan Oromootti hiikkate
Guraandhala 1998 qophaa’ee fi kan Afaan
Amaaraatiin bara 1994 qophaa’ee irratti
hundaa’ee kan dhiyaatee dha.

A)
A) Koree
Koree BBLA
BBLA ilaalchisee:-
ilaalchisee:-
•• -BBLA
-BBLA (Boordii
(Boordii barnootaa
barnootaa fifi Leenjii
Leenjii Aanaa)
Aanaa) kan kan dhaabbatu
dhaabbatu
sadarkaa
sadarkaa Aanaa Aanaa tti tti ta’ee,Itti
ta’ee,Itti waamamni
waamamni isaa isaa mana
mana maremare
Aanaa
Aanaa tiitii fi.Dheerinni
fi.Dheerinni (yeroon
(yeroon hojii
hojii isaa
isaa dheerina
dheerina yeroo
yeroo hojii
hojii
mana
mana marichaa
marichaa ta’a.-------(fuula
ta’a.-------(fuula 23
23 lakk
lakk 1.2.1.1)
1.2.1.1)
•• -yeroon
-yeroon wal wal gahii
gahii BBLA
BBLA walgahii
walgahii ariifachiisaa
ariifachiisaa osoo
osoo hinhin
dabalatin
dabalatin ji’a ji’a sadi
sadi sadiin
sadiin walwal gaha.W/Barnoota
gaha.W/Barnoota Aanaa Aanaa
waajjira
waajjira BBLA
BBLA qopheessa.------(fuula
qopheessa.------(fuula 35 35 lakk
lakk 1.2.4
1.2.4 qubee
qubee AA
irratti)
irratti)
•• Qajeelfama
Qajeelfama bara bara 1998
1998 bahe
bahe fuula
fuula 2323 Lakk
Lakk 1.2.1.1
1.2.1.1 jalatti
jalatti
Aangoo
Aangoo fifi Hojiiwwan
Hojiiwwan gurguddoo
gurguddoo BBLA BBLA jedhu
jedhu jalatti
jalatti gahee
gahee
hojii
hojii koree
koree kanaakanaa fuula
fuula 23-25
23-25 tti
tti gara
gara qabxii
qabxii 19
19 taa’us
taa’us
hubatamee
hubatamee haala haala qajeelfamatiin
qajeelfamatiin hojiirra
hojiirra ooluu
ooluu dhabuu.
dhabuu.

Miseensonni koree BBLA---------- ( Fuula 25 gubbatti lakk 1.2.1.2
)ibsame
• Bakka bu’aan W/Ijaarsa dandeetti--------------------Walitti qabaa
• I/G/W/Barn.Aanaa_--------------------------miseensaa fi
barreessaa.
• B/Bu’aan BBLG amma gandoota shaniitti ta’ee kanneen
keessaa lama miseensota GMB (dhiira tokkoo fi dubartii takka)
• Bakka bu’aa barsiisotaa,waldaa dargaggootaa fi
dubartootaa--------------miseensa.
Hanqina
• -Koreen kun haala qajeelfamaatiin dhaabbatee sochii keessa
galuu dhabuu.
• -Ijaarsa irratti bakka bu’aa waajjira Ijaarsa dandeettii kan jedhu
waan diiggameef qajeelfama birotiin bakka bu’uu dhabuu. 

Rakkoo:-W/Ijaarsa dandeettii waan jigeef walitti
qabaan koree BBLA wallaalamu 
Furmaata
• Koreen kun Aanaa hundatti haala qajeelfamaatiin
dhaabbatee karoora baafatee sochii keessa osoo
gale.
• Walitti qabaan koree kanaa WPSMQN Aanaa osoo
ta’ee. Sababbiin isaa waajjirri Ijaarsa Dandeettii
erga jigee WPSMQN Aanaa waan hundaa’eef.
 
Koree BBLG ilaalchisee:

Qajeelfama kana:-
• fuula 22 lakk 1.2 keeyyata 2ffaa jalatti koreen GMBB
sadarkaa M/B tti ,koreen BBLG sadarkaa Gandaatti
dhaabbachuu akka qabu osoo ibsuu,
• Fuula 26 lakk 1.2.2 keeyyata duraa sarara 4ffaa fi 5ffaa
irratti koreen BBLG sadarkaa Gandaatti dhaabbachuu
akka qabu osoo ibsuu,
• Fuula 28 lakk 1.2.2.2 jala Miseensota koree BBLG iddoo
jedhu gara dhumatti Waldaa barsiisotaa manneen
barnootaa gandichaa miseensota jedhee osoo jiruu,
• Fuula 35 lakk 1.2.4 qubee “C” jalatti Waajjira koree BBLG
kan qopheessu Bulchaa Gandaa ti osoo jedhee jiruu,

• Qubee “D” jalatti manni barnootichaa bakka
walgahii koree GMBB qopheessa jedhee ,ifatti
teechisee osoo jiruu,
• Fuula 35-36 lakk 1.2.5 qubee “C” irratti BBLG n
mana marii gandaa fi manneen barnoota gandicha
keessa jiran waliin wal quunnamtii qabaata jedhee
osoo jiruu,

 Fuula 68-69 dhuma fuula 68 fi calqaba fuula 69 gubbatti


M/B tti koree GMBB,sadarkaa Gandaa fi Aanaa irratti BBL
tiin gurmaa’uu akka qabu osoo ifatti ibsuu,
 Qajeelfamaan ala bartumaan koree BBLG sadarkaa
gandaatti dhaabbachuu qabu sadarkaa M/B tti dhaabuun
gahee hojii koree GMBB waliin walitti bu’ee manneen
barnootaa ittiin rakkachaa jiru
Miseensonni koree BBLG :-fuula 28 irratti haala ibsameen
•  Bakka bu’aa bulchaa Gandaa-----------------walitti qabaa
• Dura bu’aa mana barnootaa --miseensaa fi barreessaa
.

Bakka
Bakka bu’aa
bu’aa maatii
maatii sadi---------------------miseensota
sadi---------------------miseensota
Bakka
Bakka bu’aa waldaa Dub.
bu’aa waldaa Dub. Fi
Fi Dargaggootaa----------miseensa
Dargaggootaa----------miseensa bakkabakka bu’aa
bu’aa
Waldaa barsiisotaa manneen barnoota Gandichaa------------miseensota
Waldaa barsiisotaa manneen barnoota Gandichaa------------miseensota
 

Boordii Barnootaa fi
Leenjii Gandaa
Gamtaa maatii fi
Barsiisotaa
Mana Barnootaa

Barattoota
Aangoo Hojii BBLG jedhu( Fuula 27
Lakk 1.2.2.1) jalatti
• Karaa dimokraatawa ta’ee fi haqa qabuun walgahii maatii fi
barsiisotaa keessaa mana barnootaa kan hogganu GMB akka
qajeelfamatti filachuu ----sarara duraa irratti
• Manneen barnootaa baasii mootummaatiin hojjetaman
Aanaatti murtaa’anii yeroo gandichaaf ergaman ,bakki manni
barnootichaa itti ijaaramu filachuun ulaagaa baasuun hojii irra
oolchuu.-------------------sarara 10ffaa fuula 27 irratti.
• Dura bu’oota,barsiisota fi hojjettoota itti gaafatamaa fi hojii
isaanii bahuu dadhaban irratti murtii GMB tiin kenname qoratee
raggaasisuu------------sarara 5ffaa irratti fi kkf qabxii 9 n hafeera.
 
Maallaqa Galii Keessoo manneen Barnootaa irratti koree ajeejuu qabu ilaalchisee:-

• _Qajeelfamaan ala bartumaan Maallaqa Galii Keessoo manneen


Barnootaa irratti I/G n koree BBLG ajejaa turuun ni
yaadatama.Haa ta’u malee qajeelfama kana:-
• fuula 32 gahee hojii GMB jalatti tuqaa 21 ffaa ykn sarara 21ffaa
irratti “karoora hojii waggaa fi baajeta manneen barnootaa Dura
bu’aa waliin qinddeessuun koree BBLG tti dhiyeessuun yeroo
hayyamamu raawwachuu osoo jedhuu,
• Fuula 33 lakk 1.2.3.2.1 gahee hojii I/G koree GMBB lakk 4 jalatti”
mallaqni argame akka seera faayinaansii mootummaa tti hojii
irra akka oolu taasisa” osoo jedhuu,
• Fuula 34 lakk. xiqqaa 1.2.3.2.1 lakk 5 irratti itti gaafatamaan
Herregaa fi too’ataa qabeenyaa waliin ta’uun yeroo murtii
koreetiin dhimmaaf akka bahu murtaa’u,Abba Herreegaa fi
too’ataa qabeenyaa waliin” sanaddii mallatteessa” osoo jedhuu
….

 Fuula 34 lakk 1.2.3.2.3 irratti gahee hojii I/G too’ataa herregaa fi


qabeenyaa GMB jedhu, lakk 4 jalatti,” walitti qabaa waliin ta’uun
maallaqa baankii ykn bakka imaanaan taa’e yeroo baasiin
barbaachisu mallatteessee baasa.”osoo jedhuu
 Fuula 34-35 lakk1.2.3.2.4 gahee hojii fi I/G qabduu
maallaqaaGMBB lakk 1 fuula 35 irrattis maallaqa madda galii adda
addaa irraa mana barumsichaa tiif galu maqaa m/barumsichaatiin
baankitti galcha.
• Akka waliigalatti haaluma qajeelfama kana irra taa’een maallaqa
madda galii adda addaa irraa M/barumsichaaf galu hunda irratti
koree GMBB ajejuu akka qabu hubachiisa
• Fuula 51 lakk 2.2 ittigaafatamaa fi hojiiwwan Gurguddoo dura
bu’aa Mana Barnootaa jedhu jalatti fuula 52 qabxii 3ffaa jalatti

• GMB fi hawaasa naannawa mana barnootaa waliin karooraa fi baajeta
qopheessee koree BBLG tti dhiyeessa; yeroo karoorri ragga’u hojii irra oolcha,
asi irrattis koreen BBLG baajeta mirkaneessuu malee kan hojiirra oolchu M/B fi
GMB ta’uu ibsa.
Cimina
• - koreen BBLG sadarkaa mana barumsaattis ta’u dhaabbatee sochii sochii
keessa jiraachuu
Hanqina
• Koreen BBLG sadarkaa Gandaatti dhaabbachuu osoo qabuu sadarkaa mana
barumsaatti dhaabbachuu.
• Walitti qabaan koree BBLG bakka bu’aa bulchaa gandaa ta’uu osoo qabuu
Bulchaa gandaa ta’uun ,hojiin waan itti baay’atuuf manni barumsaa yeroo hojiif
barbaade argachuu dhabuu.
• .Koree BBLG haaluma barameen osoo qajeelfama hin ilaalin sadarkaa manneen
barnootatti dhaabbatee, sochii koree GMBB waliin walitti bu’uun, manneen
barnootaa keessatti, qarshii galii keessoo irratti koree BBLG, qarshii school
grantii irratti immoo koreen GMBB ajejuun galii Mana Barumsaa tokko irratti
koreen adda addaa ajeejuun mallaqa manneen barnootaa irratti qisaasinni
bal’aan mul’achuu.

Furmaata
• Haaluma qajeelfama kanaa tiin koreen GMBB sadarkaa M/B tti,koreen BBLG sadarkaa Gandaatti
sirreefamee bifa haara’aan gurmaa’uu qaba.
 
• Walitti qabaan koree BBLG nama bulchaadhaan bakka bu’u ta’uu qaba.
• Maallaqa manneen barnootaa irratti koree adda addaa osoo hin taane koreen GMBB qofa ajejuu
qaba.

C)Haala ijaarsa koree Gamtaa, maatii,Barsiisotaa


fi Barattootaa(GMBB )ilaalchisee:-
• -koreen kun haala qajeelfama kana fuula 33 irratti ibsameen, kora maatii fi barsiisotaa tiin kan
filatamu ta’ee, ittiyaamamni isaa kora kanaaf ta’a. Barri hojii isaa waggaa sadi ta’a.
• -Kora maatii fi barsiisotaa
• Korri kun walakkaa fi dhuma waggaatti wal-gaha.
• Miseensonni GMB qindeessitoota BBLG akka ta’aniif muuda.
 
Miseensonni koree GMBB:_
• Kora maatii fi barsiisotaatiin maatiin filatamu --------Walitti qabaa
• Kora maatii fi barsiisotaatiin barsiisonni filataman lama(tokko dhiira ,tokka dubartii)
---------------------Miseensota
• Bakka bu’aan maatii afur(lama dhiira ,lama dubartii)------------miseensota
Aangoo fi hojjiiwwan Gamtaa Maatii fi Barsiisotaa (GMB)
 
 
• karoorri mana barnootichaa akka bahetti sirriitti raawwachuun isaa
too’achuu,raawwii isaatiif deeggarsa kennuu.-----fuula 31 sarara 7ffaa
• Qabeenyaa mana barnootichaa sirriitti akka qabamuu fi hojii barnootaaf qofa
akka oolu olaantummaan too’achuu.---fuula 31
• fuula 32 gahee hojii GMB jalatti tuqaa 21 ffaa ykn sarara 21ffaa irratti “karoora
hojii waggaa fi baajeta manneen barnootaa Dura bu’aa waliin qinddeessuun
koree BBLG tti dhiyeessuun yeroo hayyamamu raawwachuu .
• Deeggarsa maallaqaa fi meeshalee karaa mootummaafi dhaabbilee adda addaa
taasifamu ,danbii faayinaansii fi qabaa qabeenyaa hordofee kaayyoo
barbaadameef akka oolu taasisuu.----------------fuula 32 gara dhumaa irratti
• Gamtaa maatii fi barsiisotaaf to’ataa herreegaa fi qabeenyaa akkasumas qabduu
maallaqaa,miseensota keessaa filachuu ----dhuma fuula 32
• Galii mana barnootaa lakkoofsa baankii banuun itti fayyadamuu ykn amaanaan
waajjira faayinaansii Aanaa ka’uun itti gargaaramuu
Gahee hojii fi I/Gaafatamaa walitti qabaa
GMBB:- Fuula 33 Lakk 4 jalatti

 Akkaataa karoora mana barnootaa tiin galiin keessaa akka cimu fi hawaasa irraa
 Akkaataa karoora mana barnootaa tiin galiin keessaa akka cimu fi hawaasa irraa
deeggarsi akka argamu ni qindeessa,jajjabeessa.Maallaqni argame akka
deeggarsi akka argamu ni qindeessa,jajjabeessa.Maallaqni argame akka
seerafaayinaansiimootummaatti hojii irra akka oolu taasisa.
seerafaayinaansiimootummaatti hojii irra akka oolu taasisa.
• Lakk 5ffaa fuula 34 lakkoofsa xiqqaa 1.2.3.2.1 jalatti :-Itti gaafatamaaherreegaa fi
Lakk 5ffaa fuula 34 lakkoofsa xiqqaa 1.2.3.2.1 jalatti :-Itti gaafatamaaherreegaa fi
too’ataa qabeenyaa wajjiin ta’uun maallaqni baankii galfatan ykn harka nama
too’ataa qabeenyaa wajjiin ta’uun maallaqni baankii galfatan ykn harka nama
amaanaa taa’u yeroo murtii koreetiin dhimmaaf akka bahu murtaa’u ,abbaa
amaanaa taa’u yeroo murtii koreetiin dhimmaaf akka bahu murtaa’u ,abbaa
herreegaa fi too’ataawaliin sanadii mallatteessa.
herreegaa fi too’ataawaliin sanadii mallatteessa.
• Fuula 34 lakk 1.2.3.2.3 lakk xiqqaa 4 jalatti :-Walitti qabaa waliin ta’uun ,maallaqa
Fuula 34 lakk 1.2.3.2.3 lakk xiqqaa 4 jalatti :-Walitti qabaa waliin ta’uun ,maallaqa
baankii ykn bakka imaanaantaa’ee yeroo baasiin barbaachisu mallatteessee baasa.
baankii ykn bakka imaanaantaa’ee yeroo baasiin barbaachisu mallatteessee baasa.
• Fuula 34 lakk 1.2.3.2.3 lakk xiqqaa 5 jalatti :-Maallaqaa fi qabeenya mana
Fuula 34 lakk 1.2.3.2.3 lakk xiqqaa 5 jalatti :-Maallaqaa fi qabeenya mana
barnootichaa galii fi baasii isaanii sanadoota seera qabeessa ta’aniin galmeessee
barnootichaa galii fi baasii isaanii sanadoota seera qabeessa ta’aniin galmeessee
qaba.
qaba.
 

Gahee hojii fi I/Gaafatamaa qabduu maallaqaa


GMBB:
• Fuula 34 lakk xiqqaa 1 jalatti:- Maallaqa madda
galii adda addaa irraa mana barumsichaaf galu
,maqaa mana barumsichaa tiin baankitti galcha
• Fuula 34 . lakk xiqqaa 3 jalatti:-Maallaqa maqaa
mana barumsichaa tiin baankii ykn imaanaan
waajjira faayinaansii taa’e ,mallattoo abbaa
herreegaa fi walitti qabaatiin baasa ; maallaqichi
dhimma karoorfameef akka oolu seeraan
raawwata.

Cimina
• Koreen GMBB bakkuma dhaabbachuu qabu, sadarkaa M/B tti dhaabbatee sochii keessa jiraachuu.
• Maallaqa school grantii irratti haala qajeelfamaatiin ajeejaa jiraachuu.
 
Hanqina
• Miseensonni koree GMBB jiraattota naannoo M/B jiraatan isaan ijoollee mana barumsichaatii
qaban keessaa qofa ta’uu osoo qabuu darbee darbee isaan ijoollee M/Barumsichaa tii hin
qabne,isaan I/G/M/B waliin walitti dhufeenya dhuunfaa qaban iddoo itti miseensa koree kanaa
ta’an jiraachuu.
• Miseensota GMBB keessaa isaan akka koree BBLG tti hirmaachuu qaban kora maatii fi barsiisotiin
muuduu dhabuu fi isaan korri maatii fi barsiisotaa hin beekne callifamee miseensa koree
taasifamaa jiraachuu.
• Maqaan koree kanaa GMBB osoo ta’uu qabuu GMB ta’uu fi bakka bu’aan barattootaa miseensa
koree kanaa ta’uu dhabuu.
• Koreen GMBB qajeelfama kana fuula 30 irratti haala ibsameen waggaa sadi ,sadiin haaromsamuu
dhabuu
• Koreen kun hubannoo dhabuu.
• Maatiin barattootaa fi barsiisonni M/B hundi waggaatti al lama walgahuu dhabuu.
 
Rakkoo:-Qajeelfama ittiin barattoota keessaa miseensota koree GMBB itti filatamu dhabuu
 

Furmaata
• Miseensonni koree GMBB jiraattota naannoo M/B jiraatan isaan ijoollee mana
barumsichaatii qaban keessaa qofa ta’uu qaba.(Isaan maatii barattootaa bakka
bu’an.)
• Miseensota GMBB keessaa isaan akka koree BBLG tti hirmaachuu qaban kora
maatii fi barsiisotiin muuduu qabu.( Haala qajeelfama kana fuula 29 irratti
ibsameen).akka ibsameen ta’uu osoo qabuu.
• Maqaan koree kanaa GMB osoo hin ta’in GMBB tti sirreessuu fi bakka bu’aan
barattootaa (dhira tokkoo fi dubarri takka) miseensa koree GMBB ta’uu qaba.
• Koreen GMBB qajeelfama kana fuula 30 irratti haala ibsameen waggaa sadi
,sadiin haaromsamuu qaba.
• Leenjii hubannoo cimsuu koree GMBB fi kora maatii fi barsiisotaa tiif yeroo
yeroon kennuu.
• Maatiin barattootaa fi barsiisonni M/B hundi waggaatti al lama (ji’a jaha
jahaan ) walgahuu qabu.
 
 
Guduunfaa

• Waliigala Qajeelfamni Gurmaa’insaHoggansa barnootaa ,Hirmaannaa ummataa fi


faayinaansii kun calqaba Afaan Amaaraa tiin bara 1994 fi Afaan Oromoo tti
hiikkatee kan dhiyaate bara 1998 ta’us erga waggaa kudha jahaa(16) tii
fooyya’uu dhabuun haala yeroo waliin deemuu dhabuun rakkoo gurguddoon
uumameera.
• Fkn:-1ffaa Bara 1994 fi dura Gandooleen keenya baay’een Mana barumsaa hin
qaban ture;yoo san Ganda hunda irratti koree BBLG dhaabuun waan dhibeef
gandooleen M/B qabanis sadarkuma M/B tti waan dhaabbatee tureef , erga
Gandooleen hundi M/B qabaatanii fi dabalataan immoo Gandooleen baay’een
Manneen barnootaa lama fi ol erga qabaataniyiis bartumaan Gandi Manneen
barnootaa 2-4 qabu koree kana sadarkaa Gandaatti tokko qofa dhaabbachuu yoo
qabaatu ,sadarkaa M/B tti dhabuun hojiin koree BBLG fi GMBB wqlitti jalaa bu’ee
rakkachaa jiru.
• 2ffaa Galii M/B tokkoo koreen adda addaa qooddatee akka ajeju gochuun
qabeenyi Manneen barnootaa jidduutti qisaasa’aa jira.
• Fkn:-GMBB n qarshii school grantii
• BBLG n qarshii galii keessoo sirrii miti .korumti GMBB bifa tokkoon qindeessee,
karoorsee ittiin hojjechuu qaba.

• 3ffaa-Bara 1994 tti waajjirri Ijaarsa Dandeettii walitti qabaan koree BBLA ta’ee ture ,garuu
erga waajjirri diiggamee walitti qabaan koree kanaa wallaalamee Aanoleen ittiin rakkachaa
jiru .Sababa koree BBLA n seeraan dhaabbatee socho’uu dhabuutiin Hojiin gurguddoon BBLA
qajeelfama kana fuula 23-25 irratti tuqame harca’aa jira .
• Fkn:-sochii hojii barnootaa Aanichaa raawwachuuf karoora dhiyaatuuf sakatta’ee
raggaasisuu.
• Murtiin Koree BBLG fi GMBB hojiirra akka oolu taasisuu.
• BBLG fi GMBB cicimoo ta’an akka badhaafaman taasisuu.
• Leenjiin koree BBLG fI GMBB akka kennamu taasisuu
• Murtii BBLG tiin dura bu’oota ittigaafatama isaanii hin bane irratti kenname
sakatta’ee/qorateeraggaasisuu. ---(-fuula 24 tuqaa 6ffaa irratti.)
• Dabalataanis Waajjirri barnoota Godinaa ,yeroo ittigaafatamtoota Manneen barnootaa akka
Aangoo irraa ka’an waajjirri barnoota Aanolee gaafatan osoo hin kuffisin ykn hin raggaasin
dura koree BBLA tti dhiyaatee akka ilaalamee taasisamuu yoo qabaatu callifamee koreen
kun jidduutti irraanfatamee tureera
• Waan ta’eef haala qajeelfama kana irra taa’een koreen GMBB sadarkaa manneen
barnootatti,BBLG n sadarkaa Gandooletti fi BBLA n sadarkaa Aanoleetti bifa haara’aan irra
deebiin ijaaramee sochii keessa osoo galamee.
Faayidaa sirreefama Hanqinoolee gama koree GMBB tiin mul’atuu
-
Haala qajeelfama kanaatiin yoo sirreefame Miseensonni koree GMBB isaan Ijoollee mana
barumsichaa keessaa qaban waan filatamaniif :_
Qarshii school grantii maqaa ijoollee isaanitiin bahe akka qisaasa’u waan hin barbaadnee fi
wantoota mana barumsichaatti Ijoollee isaanitiif barbaachisan kan akka:-Teessoo,Gabatee
gurraacha ,kitaabilee wabii ,mana fincaanii, Dallaa mana barumsaa,HGB ,Raadiyoo fi kkf
akka mijatu; isaan Ijoollee mana barumsichaa tii hin qabne caalaa waan isaan yaaddessuun;
Galiin mana barumsichaa tolitti ibsameenf akka oolu fi Nageenyi manneen barumsichaa fi
bareeduma M/Barumsichaa ijoolleenisaa keessajiraniif xiyyeefannoo kennee waan hojjetuuf
Maatiin Ijoollee manneen barumsichaa tii qaban isaan ijoollee hin qabne irra haalli baru-
barsiisuu mana barumsichaa tiif waan dursa kennaniif
Nageenyaa fi tasgabbii mana barumsichaa,Naamusni barattootaa fi barsiisotaa irra caalaa
isaan Ijoollee mana barumsichaa tii qaban waan yaaddessuuf xiyyeeffannoo itti kennanii
hojjeechuu danda’u.(yoo koree GMBB keessatti filataman jechuu dha.)
Fedhii hawwaasaatiin waan filatamaniif walitti dhufeenya M/B fi hawaasa Naannoo cimsuu
danda’a.
 

Faayidaa sirreefama Hanqinoolee gama koree BBLG tiin mul’atuu

• Manneen barnoota gandicha keessatti argaman hundi akka Gandaatti hoggansa wal
fakkaatu, deeggarsaa fi hordoffii,duub-deebii wal fakkaatu argatanii miira wal
dorggomiitiin hojii isaanii akka hojjetan taasisa.-
• Bu’urri koree BBLG isaan koree GMBB keessaa dhufan dabalatee waan ta’eef Adda
durummaan bu’aa fi faayidaa Ijoollee isaanitiif kan xiyyeefatan waan ta’eef manneen
barnoota Gandicha keessa jiran tasgabbii qabeessaa fi hawwataa akka ta’an waan
fedhaniif humna guutuudhaan hojjetu.
• Qabeenyi manneen barnoota gandichaa madda adda addaa irraa argamu (Galii
keessoo,school giraantii,bifa kennaa tiin fi kkf n) argame hundi hojii barnootaa tiif qofa
akka oolu; karoorrii fi baajetni manneen barnootaa harcaatii tokko malee haala
karoorfameen hojiirra akka oolu ol’aantummaan too’atama.
• Walitti qabaan BBLG bakka bu’aa bulchaa gandaa yoo ta’e, akka Bulchaa gandaa hojiin
waan itti hin baay’anneef iddoo barbaadametti argamuudhaan gahee hojii ofii fiixaan
baasuu danda’u.Dabalataanis bulchaan gandaa qaama bakka bu’ee kana ol’aantummaan
too’atee gamaagamuu, deeggaruu fi cimsuun iddoo hanqinni jirutti yoo fooyya’uu dide
nama birotiin bakka buusuu danda’a.
• Qisaasinni maallaqaa koree GMBB fi BBLG jidduu tti uumamaa ture hafee

You might also like