You are on page 1of 89

fayyadama nyaata

beeyladaa
Seensa

 Beeylada naannoo keenya keessa


jiraniif maddi nyaata inni guddaan
dheedumsa uumamaa kan ture yoo
ta’u,

 Hafteen midhaniis yeroo amma kana


gahee guddaa kan qabudha.

 Magalaa fi naannoo magalaattis haftee


warshaa omisha qonnaa gahee ol’anaa
qaba.
seensa
Omishaa fi omishtummaa beyladaa
dabaluu fi beeylada irraa akka biyyatis
ta’ee akka dhuunfatti fayyadama ta’uuf
nyaatni murteessa dha

Hojii misooma beelyadaa keessatti yeroo


amma kana baasiin guddaan % 60-75 kan
ta’u nyaata beeylada tti
Barbachisummaa nyaata beeyladaa

brabachisummaan nyaani beeyladaa inni ijoo


 Lubbuun jirachisuuf,
 Hormataaf
 Guddinaaf,
 Omisha aannanii fi ulfina qamaa
dabaluuf,
 To’annoo dhibee fi kkf dha.
anniisaa keennituu

Gosa Midhanii fi Haftee warshaa


omisha qonnaa
 Midhanii Boqolloo,
 Mishingaa,
 Garbuu,
 Qamadii,
 Molasasii
 Furushikaa kkf
Nyaata gosa qaaccaa

Okaa marga,
 Agadaa boqqolloo fi Mishingaa,
 Gafaraa margaa fi boqqolloo
 Quncee boqqolloo
Hafitee midhanii.
Haftee midhaanii haalaan sasabamee kuufame
Marga umammaa
Sinaaraa nyaata beeyladatiif qotaame
Marga Arbaa
Dincha horii
Qaama ijartuu

Haftee waarshaa omisha qonnaa


 Cuunfaa haftee Biiraa
 Cunfaa haftee zayitaa (faggulloo) kan akka
 nuggii,
 Talbaa,
 haftee gummaa ija jirbii,
 ija Gommannaa, Salixaa
 Haftee midhanii fooyaa’e fi kkf dha.
Cuunfaa haftee ija jirbii
Cuunfaa haftee nuugii
kan misoomaan

 Sasbaniyaa
 Baala sukaar dinchaa
 Lablaabii
 Alfa Alfaa
 Gayyoo
Alfaa Alfaa
Sasbaaniyaa
Albuuda

Ashaboo
Lafee dakkamaa
Amolee Albudaa
Boolee
Hora.
Vaayitaminii
Beeyladooni dhibewaan adda
addatiif akka hin saxilaamiine kan
off irra ittisu danda’an nyaata
madallamaa keessatti argachuu ni
dandaa’u,
Baayinaan maddi vayitaminii baala
magarisaa fi gosa margaa irraa
argamu.
misooma nyaata beeyladaa

 Mana duubetti ,
Oyiruu irratti,
 Midhaan ykn biqiltuu jalatti
 Lafa walinii tutuqaa namaa fi beeyladaa irraa
bilisa ta’e irratti.
 Daagaa biyyee irratti,
 Qonnaa walmaka keessatti misoomsuun nyaata
beeyladaa omishuun in danda’ama.
Itti fuufa …
Akka nyaata dabalatataa mumurudhaan, loon
aannanii, gabbisii fi beeyladaa guddata jiraniif
yoo keename omishtummaan isaani baayee ni
dabaala.

Nyaata biroo waliin akka nyaata dabalataatti


kan kennamu tanaan
 Fedhiin nyatama haftee midhanii
 Hokaa fi
 Omishtumman beeyladotaa ni dabaala.
Sasbaniaa mandubeetti misoome
Itti fuufa . . .
Sesbania with Elephant grass
Sesbania & elephant grass
Marga Dashoo Mandubeetti…
Fayidaa irra kan oole…
Marga Arbaa mandubeetti misoome (Arsii)
Marga Arbaa Fayidaaf dhaqaabe.
Moosee Loonii
a, Nyaata beeyiladaa Midhaan waggaa (annual crops) walin qindeessuun Misoomsuu

Naannoo badda fi badda dareetti balinaan ni


hojataama.
Baayina uummataa
Dhiiphina lafaa
Faayidaa argaamu giddu-galeessa kan
taasiseedha.
Itti fuufa …
Toftaan kun qusannoo lafa irratti kan hunda’e,
 Qabiyee nyaata gaarii ta’aan kan filate,
Midhaan nyaata walin walmakudhan kan
omishamuu,
 Lafti lalisee akka turu kan taasisuudha.
b, Nyaata beeyladaa midhaan walin dabareen omishuu

Midhaan nyaataa beeyladaa dabareedhaan


misoomsuuf mijahaa ta’aan xafii, qamadii,
garbuu fi kkf dha.
Fayidaan kan irraa eeggamu xa’oomni biyyee ni
dabaala
Nyaata…
Omishin nyataas ta’e midhanii ni dabaala
Qulqulin (quality ) nyaataas ta’e midhanii
ni dabaala
Toftaan kun hojii irra kan oluu wagaa sadi
keessatti si’a tokko qofa ta’uun beekamu
qaba .
1 Gayyoo (Vicia dasycarpa)

 Naannoo badda fi badda daretti ni mijaata.


 Olkaiinsa lafa - 1500 - 3000 metra ni gaha

Haala qileensa mijahaa :-


 Rooba - 400 mm
 Hoo’iina qileensa – Naannoo qorraa tiif mijahadha
 Gosa biyyee - Ashawaa fi biyyeen guraachaa
mijaha ta’uu ni danda’a


Gaayyoo
c. Nyaata beeyladaa gosa baalaa (legums) midhaan waliin qindeessuun
misoomsuu

Nyaata beeyladaa gosa baala


haaluma walfakatuun toftaa adda
addaa tiin misoomsuu.

Midhaan jalatti fi giddutti


misoomsuun itti fayadamuu ni
danda’ama
Midhaan boqqolloo jalatti gayyoo misoomsuu
Lablabii boqqolloo jalaatti misoome
Sasbaniyaa daagaa irratti misoome
Okaa haala adaa tiin qophaa’u…
Hokaa mana keessatti kufaame haala ammayatiin
Hokaa hidhaame
Fayyidaa oka’a hidhaame
 Sagantaan nyaachisuu

 Baayian jiru beekuuf

 Badii xiqqesuuf,

 Haala salphaan geejibuuf,

 Kuusuuf bakka xiqqaa fudhachuu


Nyaata madaalamaa hojjechuuf
qabixiin ilaalamuu qaban
Nyaata gogaa guyyaaf barbaachisu (dry
matter intake)
 Nyaata aniisaa guyyaaf barbaachisu
(metabolisable energy requirement MJ/day)
Nyaata qaama ijaaru dhibantaadhan (Crude
protein requirement)
Akaakuu nyaata fi qabiyyee isaa (nutrient
value)
Nyaata madaalamaa qopheessuun

Qabiyeen nyaata horiif barbaachisu sirritti


beekuu fi akka argatan taasisuudhan
omisha yeroo barbaadametti kennuu
dandeechisa.
Qonnaan /horsise bulaan seera ala nyaata
baayyee kenna kan ture qusachuudhan
omishtummaan akka dabalu gargaara.
Nyaata madaalamaa qopheessuun

Qonnaan /horsise bulaan guddina horii


haala hordofuu danda’uun horii isaa
nyaachisee gabaaf yeroo itti dhiyaatu
tilmaamuu dandeesisa.
Qonnaan /horsise bulaan yeroo rakkoon
gabaa jiru haala itti nyaachisan jijjiruudhan
nyaata horii tursisuu qofa /Maintenance
Ration/ nyaachisudhan ulfinni horiin
bakkuma jirutti tursisuu dandeesisa.
Nyaata Loon gabbisuuf
barbaachisu
Madda nyaata Humna fi
Prootinii
Frushkaa
Frushkeeloo
Cacaba qamadii
Qolla ruzzii
Sanyii jirbii
Qolla baqiilaa
Qolla Misiraa
Madda nyaata Prootiini /qaama ijaru/ (Concentrates)

Haftee midhaan dibata


(Fagulloo Nugii
jirbii , Salixii, Loouzi, Suuffii
Talbaa ) ,Xiqoo lukkuu
Hafte garbu biraan irrahojetamu
 calala midhani (Distillers grain)
Madda yaata Humnaa (Concentrates)

Midhaan (Boqoolloo, sinara, Garbuu,


Qamadii, misinga )
Molaasisii
Madda nyaata marga goga (roughages)

Oka’a marga
Barsii
Midhaan dheedhii
Midhaan biilaa
Fillatamee kan hafee (kan akka garbuu fi
qamadi, Qolla garbu, baqilaa, ruzzii, Sanyii
jirbii fi Miisira
Loon gabbisuuf nyaata barbaachisu
(%)
Midhaan Booqolloo . 34
Qola Qamaddii/Fruushkaa 23
Caacabaa sanyii qamadi/Frushkeloo 15
Faggulloo nugii 10
Barsii xafi mumurama 8
Mollasisii 8
Nooraa (L/Stone) 1.75
Sooggidaa /Ashaboo 0.25
Waligala/Ida’ama 100
Lak Nyaata nyaata (1) nyaata (2) Nyaata(3 )
1 Clover 2.5kg
2 Luciana 1.5kg
3 Desmodium 2kg
4 Phalaris 1.5kg
5 Guniea grass 3kg
6 Elephent grass 3kg
7 Barley straw 3.5kg
8 Maize stover 3.5kg
9 Teff straw 2.5kg
10 Total in take DM 7.5kg 8.0kg 7.5kg
11 Crude protein 0.78 0.81 0.87
12 MJ. ME 62 61 60
13 MJ/Kg of DM 8.3 7.6 8
d

Qophii Nyaataa Cuucolii Saanduqaan Gudatniif


La Gosa Meeshaalee Saf Cuu Sook Hanqaaq
kk
Dheedhii colii kee xota
boqqollo, bishingaa fi Kg 44 48 50
1
qamadii hororame
2 Haftee mana baaburaa “ 10 6 4
3 Faagulloo “ 30 30 30
4 Siicoo farsoo “ 12 12 10
5 Baala magariisuu “ 2 2 2
6 Bolaalee/dhagaa adii “ 1 1 1
7 Ashaboo “ 1 1 1
Ida’ama 100 100 100
Filannoo qophii…
gosa nyaata nyaata nyaata
cuucolii sookkee hanqaaqxota

Boqolloo 50.6 53.4 49.4


Cuunfaa nuugii 10 10 16
Cuunfaa ataraa 15 5 5
Ashaboo 0.3 0.3 0.3
Nooraa 1 1 0.3
Fiinoo 16 24 24
Meetiyoniin 0.1 0.1 0.1
Laaysiin 0 0 0.2
Qurxummii 6 5.2 3.4
Pirimiksii 1 1 1
nyaata lukkuu gosa gosan
Cuucolii torban 0-8 nyaata guyyaatti
barbaachisu giddu-galeessaan gm 30
Sookkee torban 9-20 Nyaata guyyaatti
barbaachisu giddu-galeessaan gm 72
Hanqaaqxota torban >20 Nyaata
guyyaatti Barbaachisu giddu-galeessaan gm
110-120
Nyaata horii aannanii
6kg+ ulfina qaama + omisha aannanii
100 5
Fakkeenyaaf sa’a diqaala kg 300 ulfaattu fi
aannan litra 10 guyyaatti kennituuf

6+300+10=6+3+2=11kg guyyaatti
100 5
argachuu qabdi
Horii rima’a dhiiga alaan qaban
nyaata madaalamaa fi
oka;a guyyaa guyyaan
kennamuufi qabu
dabalatan
madaalama
sa'a rima'aaf
Sadarkaa rima'uma nyaata (kg)
madaalama (kg) oka'a (kg)
dhaluuf ji'a 6 yeroo hafu 3 7 0.5
dhaluuf ji'a 5 yeroo hafu 3 7 1
dhaluuf ji'a 4 yeroo hafu 3 7 1.5
dhaluuf ji'a 3 yeroo hafu 3 7 2
dhaluuf ji'a 2 yeroo hafu 2 7 2.5
Bishaan
Nyaanii adda adda qaama sa’a keessa
dedeebisuuf
Albuuda dedeebisuuf
Nyaani akka daakamu
O’ina qaama to’achuuf
Balffi adda addaa qaama sa’a keessa akka bahu
taasisuuf
Omisha aannaniif akka galteetti waan
fayyaduuf Bishaan horii aannaniif baayyee
murteesa dha
Nyaata Hoolaa fi Re’ee

Dhuma rima’a torban 6 nyaata


barbaachisu (ulfina kg 20 guyyaatti
giraama 100 dabaluuf)
Akaakuu nyaata Naannoo omisha bunaa fi Naannoo omisha midhaanii
midhaanii

(DM) yaata 1 (DM) Nyaat (DM) yaata (DM) Nyaa


% kg % a 2 kg % 1 kg % ta 2
kg

Marga 40 1.2 60 1.8 64 1.9 61 1.8


Oka’a 3 0.03 - - - -
Baala warqee 3 0.3
Marga arbaa 10 0.45 3 0.14
Dismoodiyem 9 0.4
i magrisa
boloqqee 11 0.12 12 0.13 8 0.1 5 0.1
5 0.2 3 0.14
Lukina
9 0.5 10 0.5
Sasbaniyaa
4 0.1 7 0.1
Sinaara hor
.
Akaakuu nyaata Naannoo omisha bunaa fi Naannoo omisha midhaanii
midhaanii
(DM) % yaata (DM) Nyaata (DM) yaata (DM) Nyaat
1 kg % 2 kg % 1 kg % a2
kg
4 0.04 12 0.12 15 0.2 8 0.1
Faagulloo
15 0.2 10 0.1 8 0.1 4 3
Midhaan
boqqoolloo
100 2.9 100 2.42 100 2.8 100 2.8
Ida’ama
Oka’a guyyaatti - 0.9 0.9 - 0.9 0.9
nyaatan kg
- 9.7 - 9.7 - 9.7 - 9.7
Nyaata
aniisaa MJ/kg
10.3 10.3- 10.3 10.3
Nyaata qaama
ijaaru
100 100 100 100
Ulfina
guyyaatti
dabaluu gm
Hoolota jalqaba torban 8 f hosisa
irra jiranii fi kg 20 ulfataniif
Akaakuu Naannoo omisha bunaa fi Naannoo omisha
nyaata midhaanii midhaanii
(DM) Nyaa (DM) Nyaat (DM) Nyaat (DM) Nyaa
% ta 1 % a 2 kg % a 1 kg % ta 2
kg kg

Marga 37 1.2 35 1.2 71 2.4 55 1.8

Oka’a - - - - 10 0.1 9 0.1

Baala warqee 5 0.5 10 1.1

Marga arbaa 16 0.8 5 0.3

Luukina 20 1.1 10 0.5


Silver leaf 22 1.0
desmo
Sasbaniyaa - - - - 10 0.6 7 0.4
Akaakuu Naannoo omisha bunaa fi Naannoo omisha midhaanii
nyaata midhaanii
(DM) Nyaa (DM) Nyaat (DM) Nyaat (DM) Nyaa
% ta 1 % a 2 kg % a 1 kg % ta 2
kg kg
Oka’a sinaara 4 0.05
Sinaara horo 4 0.05
Faagulloo 5 0.06 20 0.2
Boqqoolloo 20 0.2
Boloqee 10 0.2
Oka’a gaayyoo 5 0.06
Ida’ama 100 4.6 100 3.2 100 3.2 100 2.6
Nyaata oka’a - 1 - 1 - 1 - 1
barbaachis
kg/day
Nyaata aniisaa - 9.7 - 9.7 - 9.7 - 9.7
MJ/kg
Nyaata qaama 10.3 01.3 10.3 10.3
ijaaru
Ulfina guyyaatti - 100 - 100 - 100 - 100
dabaluu giraaman
Hoolota kg 20 ulfataniif
hosisaa akkasumas
rima’a toban 15 qabanii
nyaata qopha’e
Akaakuu Naannoo omisha bunaa fi Naannoo omisha midhaanii
nyaata midhaanii
(DM) % Nyaat (DM) % Nyaata (DM) % Nyaata (DM) % Nyaat
a 1 kg 2 kg 1 kg a 2 kg

Marga 70 1.7 60 1.4 73 1.8 70 1.7


Oka’a 5 0.04 5 0.04 5 0.04 12 0.09
Sasbaniyaa - - - - 16 0.7 10 0.4
Oka’a - - - - 6 0.05
sinaara
Baala warqee 3 0.2 5 0.4 - -
Marga arbaa 6 0.2 10 0.4 - -
Boloqee 16 0.13 - - - 4 0.04
Luukina - - 10 0.4 - -
Dismoodiye - - 10 0.3 - -
mi magarsa
Akaakuu Naannoo omisha bunaa fi Naannoo omisha midhaanii
nyaata midhaanii
(DM) % Nyaat (DM) % Nyaata (DM) % Nyaata (DM) % Nyaat
a 1 kg 2 kg 1 kg a 2 kg

Faagulloo - 4 0.03
Ida’ama 100 2.34 100 2.9 100 2.59 100 2.26

Nyaata oka’a - 0.9 - 0.9 - 0.9 - 0.9


barbaachis
kg/day
Nyaata - 9.7 - 9.7 - 9.7 - 9.7
aniisaa
MJ/kg
Nyaata 10.3 10.3 10.3 - 10.3-
qaama ijaaru
Ulfina 100 100 - 100 - 100
guyyaatti
dabaluu
giraaman
Naannoo omisha bunaa fi
midhaaniitti hoolota
ilmoolee fi guddachaa
jiraniif nyaata qopha’e
Akaakuu Naannoo omisha Naannoo omisha
nyaata bunaa fi midhaanii midhaanii
(DM) Nyaat (DM) Nyaata 2 (DM) Nyaata (DM) % Nyaat
% a 1 kg % kg % 1 kg a 2 kg
Marga 10 0.04 7 0.03 20 0.14 18 0.13
Marga arbaa 15 0.09 10 0.06 - - 3 0.02
Silver leaf desmo 15 0.08 7 0.04 - 3 0.03
aannan 60 0.4 75 0.5 35 0.79 43 0.5
Baala warqee - - 3 0.04
Faagulloo - -
Boloqee 5 0.01 30 0.07
Midh boqqolloo 40 0.1
Ida’ama 100 0.61 100 0.60 100 0.62 100 0.8
Nyaata oka’a 0.12 0.12 0.21 0.21
kg/day
Nyaata aniisaa 2.1 2.1 3.5 3-5
MJ/kg
Nyaata qaama 4.5 4.5 7 7
ijaaru
Ulfina guyyaatti 100 100 100 100
dabaluu giraaman
Naannoo omisha bunaa fi
midhaaniitti qophii nyaata
hoolotaaf
Akaakuu nyaata Hoolota kg 15 ulfatanii fi guddacha jiran
guyyaatti giraamii 75 dabaluuf
(DM) % Nyaata 1 (DM) % Nyaata 2 kg
kg
Marga 30 0.3 10 0.1
Baala warqee 3 0.04 10 0.3
Marga arbaa 3 0.02 10 0.2
Faagulloo - -
Midhaan boqqoolloo 70 0.2 60 0.2
boloqqee 0.02
Baala shankooraa 0.5 0.9
Ida’ama 100 0.27 100 0.4
Nyaata oka’a 4.5 4.5
barbaachis kg/day
Nyaata aniisaa MJ/kg
Nyaata qaama ijaaru 7.1 7.1
75 75
Ulfina guyyaatti
dabaluu giraaman
Naannoo omisha
midhaaniitti hoolota
ilmoolee fi guddachaa
jiraniif nyaata qopha’e
Akaakuu nyaata Ilmoolee kg 5 ulfaatanii Hoolota guddachaa jiranii
fi giraama 100 guyyaatti kg 10 ulfaatanii fi giraama
dabaluuf 100 guyyaatti dabaluuf
(DM) Nyaata (DM) Nyaat (DM) Nyaat (DM) Nyaata
% 1 kg % a 2 kg % a 1 kg % 2 kg
Marga 15 0.06 20 0.1 30 0.2 20 0.14
Oka’a - - - - -
Sasbaaniyaa - - 5 0.03 20 0.25 15 0.2
Aannan 85 0.5 75 0.5 50 0.6 45 0.5
Marga roodas - - -
Sinaara - - -
Boloqee - - - 0.06 20 0.05
Ida’ama 100 0.56 100 0.63 100 1-1 100 0-9
Nyaata oka’a 0-115 0.115 0.21 0-21
kg/day
Nyaata aniisaa 2-1 2-1 3-5 3-5
MJ/kg
Nyaata qaama 4.5 4-5 7.0 7.0
ijaaru
Ulfina guyyaatti
dabaluu 100 100 100 100
giraaman
Qophii nyaata hoolotaa
naannoo omisha
midhaanii
.
Akaakuu nyaata Hoolota kg 15 ulfatanii fi guddacha jiran
guyyaatti giraamii 75 dabaluuf
Nyaata Nyaata 1 Nyaata Nyaata
gogaa kiloo gogaa 2 kiloo
kennamu graman kennamu graman
(DM) % (DM) %
Marga 20 0.2 10 0.1
Midhaan boqqoolloo 1.5 0.1
Sinaara hororame 65 0.2 30 0.1
Oka’a
sasbaaniyaa
Faagullo 10
Baaqelaa 10 0.03
Garbuu 40 0.13
Ida’ama 100 0.4
0.27 0-27
Nyaata oka’a
4-5 4.5
Nyaata aniisaa MJ/kg
7.1 7.1
Nyaata qaama ijaaru
75
Ulfina guyyaatti dabaluu
100
giraaman
Kallatti gara fulduraa
 Lakkoofsa beeyladaa nyaata beeyladaa
jiru waliin akka wal simu
taasisuu/lakkoofsa beeyladaa xiqqeesuu/ ,

 Beeyladoota omisha gahaa kennaan qofa


filachuun horsiisa keessa galchuu.
 Hafitee midhanii haalan sasabu fi srrin
kuufachuun itti fayyedamu.
Kallatti …

 Nyaatagahaa yeroo ganaa argamu haala


adda-addaatin kuufachuu.

 Nyaata beeyladaa qabiyeen isaa olanaa


ta’an fi Omisha gahaa kennaan tarsimoo
adda addaa irratti balinaan misoomsuun
itti fayadamuu,
Kallatti …
 Misooma nyaata beeyladaa karooraan fi ecology
dhan deegerame gaggeessu

 Hanqina nyaata beeyladaa furuuf


nyaani beeyladaa beeyladoota jiraan
waliin walsimuun misoomsuu

 Hanqinii fi Baayini nyaata beeyladaa


yeroo irratti kan hundaa’e waan ta’eef
nyaani beeyladaa haala walfakatuun
akka itti fufuu taasisuu
Itti …
Lafa dheedumsaa kununsuu, xa’omsuu fi
haalaan itti fayadamuu

Okaa fi Gafaraa yeroon qophesanii ennaa


hanqiini umaame itti fayadamuu

Haftee midhanii haalaa fi yeroon


sasabanii qabiyee isaa fooysuun itti
fayadamuu
Itti …
Sanyii nyaata beeyladaa akka omishanii itt
fayyadaman taasisuu

Dhabblee sanyii baayisaan jajabeessuu

dhiyeessa callaa guddistuu, kenna tajajila


ekisteenshinii haala qabatamaa ta’een itti
deemuu
misoomaa fi itti fayadama nyaata beeyladaa
qonnaan bultoota hubannoo gahaa akka
argatan taasisuu
Is it possible to develop animal feed
depending our locality ?
a a
om
a t o
a l
G

You might also like