You are on page 1of 2

Boqonnaa 1

Barumsa macaafa qulqulluu

1. Macaafni maali?
Hiikkaan kitaaba Qululluu walabaafi adeemsa afuuraan kan gargaaramee. yaada barreessitoota
durii hubachuun ergaa Waaqayyoo hardhas hubatamee hojiirra oolu kan xiyyeeffatamedha.
Qajeelchi duraa seenaa yoomessa kitaabni qulqullu itti barreeffame qabachuufi haala seenaa
barreessichaati. Barreessaan ka’umsaa kaayyoofi ergaa dabarfatu ni qaba. Macaafni qulqulluun
kan barreeffame gaggeessaa afuura qulqulluutiin kan barraa’edha. Waaqayyootti of gadhiisuufi
laphee banaa ta’u gaafata. (1) Dheebotaa/tuu Isaaf, (2) Isa beekuuf, fi (3) Isa tajaajiluuf
jiraachu qabu. Adeemsi fedha godhachuu gaafata. Hiikkaa keessatti hojiin afuuraa, guddinaa,
kiristaanonni jajjaboo akka Biroootti waan hubataniif murteessaadha. Qabiyyeen kitaaba
Qulqulluu hiikkaa tokkoo tokko qofa qabaachunsaa dirqama.
Hiikkaan kuni fedha barreessaa kitaaba Qulqullu jalqabaa hoggansa afuuraan ergaa inni warra
hardhaaf dabarsuu barbaadedha. Hiikkaan tokkitiin kun garuuu hojumaata hedduu haalaafi
aadaa adda addaa keessatti qabaachuu ni danda’a. hojumaanni kun dhugaa giddu gala kan
barreessaa duraa wajjiin wal dhuguu qaba.
2. Qulqulluujechuun maali? Kan adda ba’e jechuudha. Qulqulluun waaqayyo qofadha. Kan
3. Macaafa qulqulluun maali
Hubannaan hiikkaa kitaaba qulqulluu sagalicha addatti dubbisudha. Kunis hiikkaa balloo
jechoonniifi jechamni sagalichi qabaachuu danda’u ittiin argachuudha. Yeroo hedduu jechii ykn
jechamni sagalichaa karaa hedduun ni hubaama. Hiikkaan gargaarii kunis carraa kanaafi barruu
sagalichaa hubachuu fi ibsuuf gargaare jira. Kun doktiriinii hin miidhu, garuuu duubatti deebinee
yaada bareessitoota jalqabaa cufame akka argamu ni gargaara. Ibsituun kun barataan akka
dafee hiikkaee ofii s ilaalu gargaara. Kunimmoo hiikko ta’u miti, garuuu caalatti
odeeffanno kennuufi yaada kakaasudha. Hiikkonni Biroo ammoo ofitoo, dogma’uu fi bu’uuroo
akka hin taanes ni gargaara. Hiiktonni barruun durii hangam takka rakkisoo ta’uu akka hubataniif
carraa bal’oo hiikkaa isaan barbaachisa. Kiristaanonni macaafa Qulqulluu madda dhugaasaanii
godhaan giduu waliigalteen jiru xiqqaachuun rifachiisadha. Abdiin kiyyas isinifiis eebba akka
ta’udha
Gonkumaa addunyaa keenya ykn jireenya keenya qajeelchuu kan danda’amu waaqayyoofii
sagalee waaqayyoon ala hiikaa hin qabnu. Jireenyaafis hiika namummaa laachuu hin
dandeenyu. hiikkaan lubbuu keenyaa kiristoosirraa dubbifama . yoo dubbifame ni hubatama.
Hubannanimmoo ni jiaattaa. Jireenyi maal akka ta’e beekuuf kiristoos keessatti
biqiluun ,sooramuun gammachuu isa hin dhumneen yoo haammataman gochaan
gammachuudha.
Iddoo walaba jireenya koo – kiristoos, akkan kitaabicha keessatti hubadhetti, ta’uu argachuu
koon beeke.
Macaafni Quqlulluu dhugaa Waaqayyoo tokkicha inni ittiin of muldhise isa muummee ta’e dha.
Waaqayyo dhugaa hin dhoksu – akka hubannu barbaada! akka keenya odoo hin ta’iin ifasaan
akka hiikkamu barbaada.
Macaafni Quqlulluun yaadaafi ergaa gumaa’ee akka qabu nan amana

4. Macaafni akkamitti calqabame?


5. Namoota macaafa barreessan
6. Afaan macaafni ittiin barreeffame
7. Baroota macaafni barraa’e
8. Kutaa macaafni qulqulluun itti qooddamu
9. Baayyinasaaf barootasaa waliin
10. Namoota waaqayyo ayyaanasaan itti fayyadame
11. Haala guddinasaanii fi rakkina isaan muudate
12. Mootii ta’anii saba israa’el kan tajaajilan
13. Mootii waaqayyoof mana ijaaran
14. Faayidaan macaafa qulqulluu maali
15. Namoota wangeelaaf aarsaa kanfalan
16. Akkaataa ergamoonni aarsaa kanfalan
17. Ati eenyu
18. Waaqayyo beektaa?
19. Amanteettaa?
20. Hojjeechuufii feetaa?
21. Dhumni keenya sibira gooftaa.
22. Dhaamsa/adaraa lubbuu hunda yaadadhu.
23. Walitti qaba
24.

You might also like