You are on page 1of 14

WajiraaDaldalaa fi MisoomaGabaaGodina

H/Bahaa

Adeemsa HojiiIjoo Midhaanii fi Bu’aa Bosonaatti

Duub-DeebiiRaawwiiHojii Bara2010 Irratti


Aanaalee20 fi Magaalaa4f Kenname

Waxabajjii, Bara2010
Seensa
Akkuma beekamutti karoora gudina fi transfoormeeshiini marsa
2ffaa galmaan gahuuf bara 2008 irraa jalqabee karoora waggaa shani
bahe irratti hundaa’uun bara kana karoora waggaa bafachuun bara 2010
hojitti galuun keenyaa nibeekama. Haalumakanaan hojiwwaan waggaa
Kana keessa Hoojjataman xinxaluun cimina jiru akkaittifuufu hanqina
qabnu irraa barachuun hojii foyy aa’aa ta’ee akk ahoojjatamu dub –
deebii kennuun murteessa ta’e waan argamef dub - deebiin kun
qophaa’ejira.
Duub - deebiin kun Rakkoo jiru hundaa ibsuu akka danda’utti
yaadamee Akka Adeemsa HojiiIjoo Midhaanii fi Bu’aa Bosonaatti
ciminaa fi hanqina Aanaaleen keenya qaban irratti xiyyeeffachuudhaan
akka qophaa’u ta’eejira.
Boqonnaa Qophii Keessatti

Hanqina Gurguddoo Mul’atan


 Karoora Qopheessuu Keessatti Haala Naannoo Isaaniitiin Karoorsuu
Dhabuu, Qaama Dhimmi Ilaalu Hirmaachisuu Dhabuu fi Haala Qabatamaa
Naannoo Isaanii Kan Jiddu Gala Godhate Hojitti Geeddaramuu Ta’uu
Dhabuu Mul’ata.
 Iddoowwan Gabaa Mijjaawaa fi Bu’aa Ummataatiif Oolu Qophii Karooraa
Keessatti Qabachuu Dhabuu fi Xiyyeeffannoo Kennuu Dhabuu Mul’ata.
 Koreewwan Sadarkaa Sadarkaan Jiru Karoorsuu Dhabuu.

Boqonnaa Raawwii Keessatti


 Oomisha Naannoo Isaaniitti Argamu Gabaaf Dhihaatu Hordofanii Gabaasuu
Dhabuu.
 Oomisha Boloqqee fi Saliixaa Raawwiin Baay’ee Gad Bu’uu Isaa :- Sababni
Isaa
 Deeggarsaa fi Hordoffiin Yeroo Isaa Eeggate Gochuu Dhabuu ,
Kotorbaandiin Gara Biroo Fee’uunii fi Gabaaf Dhiheessuu Dhabuun
Ni Mul’ata.
 Waajjiroota Qindoominaa :- Qonna , Jallisii Waliin Ta’uun Irratti
Hoojjachuu Dhabuu fi Qulqullina Sadarkaa isaa kan eeggate Ta’uu
Dhabuu.
 Iddoowwan Gabaa Sadarkaan Jiru hundeessuu fi ijaaruu dhabuun ,
Rakkoo Bulchiinsa Gaarii deebii hin argatinii fi
K/sassaabdummaadhaan kan xaxame ta’uu isaatii fi Rakkoo
Ilaalchaa Hammaataa Ta’een Iddoowwan Hundeeffamuun Jaaraman
Hojitti Jijjiiruu Dhabuun Hudhaa Hammaataa Ta’ee Mul’atee Jira.
 Hudhaawwan Sadeen Ilaalcha , Dandeettii fi Dhiheessa Haaroomsa
Dura Bal’inaan Mul’achaa Turan Haaroomsa Booda Foyyaa’iinsi Jiru
Jalqabbii Gaarii Ta’uun Ni Mul’ata.
Kuniis Dameen gabaa Xiyyeeffannaa Argachuu dhabuun , Hoojjataan
Hanga Gahee Isaa Beekuu Dhabuu ture . Kana Irraa Ka’uudhaan
Hojiin Qulqullinaa fi Gaafii Ummataatiif Deebiin Kan Hin Argatin
Ta’uun Beekkamaa dha. Haaroomsa Booda Qorannaa fi
Supervisionii Gaggeeffameen Rakkoowwan Jiran Addaan
Baasuudhaan Kallattii Fuul-duraa Irratti Hoojjachuuf Kan
Karoorfame Ta’uun Kan Nama Jajjabeessu dha.

Hojiiwwan Gurguddoo Adeemsa Kanaan Hoojjatamuuf


Karoorfaman
o Oomisha Jimaa Gabaa Biyya Alaa fi Gabaa Biyya Keessaatiif Akka Dhihaatu
Gochuu.
o Oomisha Boloqqee Gabaa Jiddu Galaatiif Akka Dhihaatu Gochuu.
o Saliixa Gabaa Jiddu Galaatiif Akka Dhihaatu Gochuu.
o Oomisha Kuduraa fi Muduraa Gabaa Biyya Keessaatii fi Biyya Alaatiif akka
dhihaatu gochuu.
o Oomisha Loowzii Gabaaf Dhiheessuu.
o Libaanataa fi Qumbii Baay’inaan akka Gabaaf Dhihaatan gochuu.
o Oomisha Qonnaatiin Walqabatee Walitti Hidhamiinsi Gabaa Akka Uumamu
Qaamoota Dhimmi Ilaaluu Waliin Ta’uun Haala Mijjeessuu.
o Iddoon Gabaa Oomisha Qonnaatiif akka Qophaa’u karooraan qabamee jiru
hunda qaama dhimmi ilaaluu waliin Qindoominaan nhoojjachuu.
o Sheediilee /Iddoo Gabaa Omisha qonnaatiif qophaa’e hojii keessa hin galin
hojii keessa galchuu.
o Daldaltoonni oomisha qonnaa irratti seeraan ala bobba’anii jiran seera
qabeessa akka tahan qaama dhimmi ilaaluu waliin hoojjachuu.
o Carraa hojii yeroo fi dhaabbii oomisha Qonnaa Hunda Irratti Uumuu.
o Qorannoo Oomisha Jimaatiif kuduraa irratti gaggeeffame jalqabbiin jiru Kan
Nama Jajjabeessu Ta’ullee , Rakkoowwanii fi Hudhaawwan Mul’ataniif
Deebii Hatattamaa Kennuu Dhabuun Ammaas Kan Mul’atu Ta’uun Ni
Beekkama.
Cimina Jiru
Aanoonni Tokko Tokko Hojii Hunda Duguuganii Karoorsuu fi Gabaasuu
Jalqabuun Kan Nama Jajjabeessu.

Rakkoowwan waggaa kana keessa numudachaa turan waliin wal cinaa qabnee yaroo
ilaalu hojjiiwwan hojataman kan nama jajabeessuu fii kallattii ful duraatiif kan
nukakaasu ta’un nimulata
1. KurfaaCallee
Hanqina
 Hojii dame misoomagabaa fi midhaanii Karoora Irraa jalqabee hanga
gabaasaatti akka hojiitti fudhachuu dhabuu.
 Hojii Salphisan iiilaaluudhaan Qophaa’ummaa Qabaachuu Dhabuun
Biratti Ni mul’ata.
 Kallattii mootummaa fi dhaabni kaa’e tarsiimoo fig alma
waajjirichaaitti amananii fudhachuu dhabuun Bal’inaan biratti mul’ata.
 Hanga aanaatti Gad Bu’amee deeggarsaa fi hordoffiin godhamuus
rakkoo kana keessaa Bahuu Hin Dandeenye.
 Gaggeessaa bilbila hinkaafnee fi Ergama Itti Himamees fudhatee hojitti
hinjijjiirre Tahuu Isaa Hojii Keessatti Agarree Jirra.
2. Aanaa gursum
Hanqina
 Oomisha akka aanaatti jiru irratti karoorfachuu fi irratti hoojjachuu
Dhabuun Biratti nimul’ata. Fkn Omisha Kudraa fi Mudraa ,omisha
midhaan ala- ergiii rratti karoorfachuu Dhabuu fi irratti hoojjachuu
dhabuun Bal’inaan biratti nimul’ata.
 Iddoowwan giddu gala gabaa ijaarame hojitti galchuu dhabuu.
 Hojii Damee Lamaan ii walqixa xiyyeeffatanii Itti Deemuu Dhabuu.
 Carraa Hojii Dhaabbii fi Yeroo gosa Hojiitiin karoorfachuu fi Gabaasuu
Dhabuu.
 Daldaltoota Jimaa ,kuduraa fi Muduraa Gara seera qabeessaatti
fiduuDadhabuu.
3.MagaalaaBaabbile
Hanqina
 Iddoo gabaaa kkahundaa’u taasisuu fi karoora irratt iis
qabachuudhabuu.
 Midhaanoomisha Ala –ergii saliixa Kan bitame malee kan gabaa giddu
galeessaat iif akka ergamuu fii hordafuu dhabuun nimulata gabaasuu
4.AanaaBaabbilee
Hanqina
 Dame Misooma Gabaa akka hojiittii laaluu dhabuu .Kuniis aanaa
oomisha Kuduraa fi Muduraa ,Loowzii fi kkf niin beekkamaa ta’ee
karoora waggaa irraa jalqabee hanga gabaasaatti xiyyeeffannaadhaan
hoojjachuu dhabuu , gabaasa ji’aakeessatti hojii muraasa qofa
gabaasuu
 Omisha mudraa investimantii aanaa keessatti argamuulee hordafanii
gabaasuu dhabuu
 Hanga aanaatti gad bu’amee deeggarsi godhamee akka gabaasan
bilbilaan ,koomaandi poostiin irra deebi’amee akka kadhaatti ergaa
itti himames alphisanii laaluudhaan dantadhabummaan biratti
kanmul’atuudha.
 Galmaa fi ergamaWaajjirichaa irra deebi’aniilaaluu fi hojitti hiikuuf
danta dhabummaan Biratti kanmul’a tu tahuu Isaaniiti.
5.Aanaameettaa
 Iddoowwan gabaa jimaa ,Omishaa alaa- ergii hundaa’e hojitti Galchuu
dhabuu .daldaltoota gara seeraatti fiduu dhabuu.
 Rakkoo bulchiinsa gaarii Hammaataa fi Bal’aa Tiraafikaatiif Saaxilaman
Lubbuu namaa gaaga’aa Kan Jiru Gabaa Daandii makiinaa irratti
gaggeeffamaa Jiru Abbaan Aanaa Jedhan Fudhataniii rratti
Karoorfachuu Dhabuu fi Hoojjachuu DhabuunBal’inaanMul’ata.
 Boloqqee Bara 2 Dura Haala gaarii irra ture Xiyyeeffannaa
dhabuudhaan Gad bu’ee jira.
 Iddoo gabaa Hojitti Galchuu Dhabuu.
 Too’annoo fi Hordoffii Iddoo Gabaa gaggeessuu Dhabuu.
 Oomisha Midhaanii Waajjiroota Qonnaa ,Jallisii fi Kkfwaliin
Qindoomanii irratti Karoorfachuu Dhabuu fi Xiyyeeffannaa Itti Kennuu
Dhabuun bal’inaan Birattimul’ata.

6.Aanaa Haramaayaa
 Akka godinaatti aanaa oomisha kuduraa fi muduraatiin Beekkamu
Ta’ee Osoo jiruu xiyyeeffanna a kennuu Dhabuu, Oomisha
Ukkaamsanii Gabaasa Keessatti baay’e e xiqqaa Kanta’e gabaasaa jiru.
Xiyyeeffannaan Irratt iHoojjachaa Kanhinjirre Ta’uun Mul’ata.
 Jimaa ilaalchisee karoora qabaatanillee gabaasa ciccitaa fi jala deemanii
gabaasuu dhabuun Bal’inaan mul’ata.
 Oomisha Boloqqee kan Biraatiis jiraa tulle hordoffii fi deeggarsa
gochuu dhabuun abbummaa dhaan gahee hojii waajjirichaa ta’uu
beekanii irratti hoojjac huudhabuun akka hanqina gurguddaatti Biratti
Mul’ata.
 Walitti Hidhamiinsa Gabaa Uumuu Dhabuun Rakkoo Bulchiinsa Gaarii
Biratti Ka’aa Jiru Ta’uuIsaa .
 Daldaltoota Heyyama Kuduraa fi Muduraa Irratti Bobba’an Hayyama
Baasisiisuu Dhabuun Biratt i Ni Mul’ata.

7. AanaaGuraawaa
 Oomisha Haaloa Qabatamaa Aanaatiin Jiru Karoorsuu fi Gabaasa
Keessatti Hojii Muraasa Qofa Gabaasuu.
 Iddoowwan Gabaa Jimaa Midhaan Irratti Hojii Tokkollee OsooHin
Hoojjatin Hafuu ,Fuula Duraas Irratti Karoorfachuu Dhabuu.
 Daldaltoota Jimaa ,Kuduraa fi Muduraa irratti Bobba’an Heyyama Akka
Baafatan GochuuDhabuu.

8 .MagaalaaHaramaayaa
IddoowwanGabaaOomishaaddaaddaairrattiHaalaQabatamaaMagaalaatti ,
GabaaDaandiiMakiinaaIrrattiGaggeeffamaaJiruRakkooBulchiinsaGaariiTa’
eKamuuKaasaaJiru.AbbaanAanaaJa’anIrrattiHoojjachuuDhabuu,
XiyyeeffannaaArgachuuDhabuu.

 OomishaAkkaMagaalaqaIsaaniittiGaggeeffamaajiruaddaanBaasaniiQop
hiiKarooraaIrraaJalqabeeHangaRaawwiittiGabaasuuDhabuu fi
CiccitaaKanTa’eta’uutuumul’ata.
 CarraaHojiiUumameGosaHojiitiinAddaanBaasuuDhabuu.

10.AanaaJaarsoo
 Hojii Damee Gabaatii xiyyeeffannaaKennuuDhabuu fi
HojiiMuraasaQofaIrrattiXiyyeeffachuu.
 Iddoo Gabaa Jimaa Ijaaruu dhabuu xiyyeefanaa kannu dhabuu
M/A/ImaamKeessatti

11.AanaaKombolchaa
 HaalaQabatamaaAanaatii fi OomishaKuduraa fi Muduraa , fi
JimaaIrrattiRaawwiinJirukan Nama JajjabeessufGaariiTa’ullee ,
WaantootniHafanBaay’eedha.KuniisJimaanWalqabateeDaldaltoota
heyyama qabaachuu dhabuu idoo gabaa itti fufiinsaan hojitti galchuu
dadhabuu
 doowwanJimaa ,Sheediiwwan Hojitti Galchuun Jalqabamullee Irratti
Jabaachuu fi Jiddu Gala Gabaa Sadarkaa Isaa Eeggate Ijaaruuf Qophiin
Jalqabamuu Qaba.

13.Magaala Awadaay
 Qophii Karoora Irraa Jaiqabee Hanga Gabaasaatti Omiisha Jimaa Biyya
Kesaatii Fii Biyya Alaa Adaan Baasanii Gabaasuu dhabuu Dhabuun
nmulata
 Daldalttoota Jimaa Irratti Boba,an Gara Seeraa Fiduu Irratti Jalqabiin
Jiraatulle Ammallee Baayinaan Kan Hafuuf Ta,Uu Hubatamuu irra
Jiraata… Fkn Raga Heeyyema Daldalttoota Jimaa AL-Ergii yaro
yaroodhaan hordafuudhaan gabaasu galii jimaa irra argamu gabaasa
cicitaa ta’u Akka Hanqinatti Ilaaluu Irra Jiraata

 15.Anaa Gooroo Guutuu


Oomisha Haaloa Qabatamaa Aanaatiin Jiru Karoorsuu Dhabuu fi Gabaasa
Keessatti Hojii Muraasa Qofa Gabaasuu.
 Iddoowwan Gabaa Jimaa Midhaan Irratti Hojii Tokkollee Osoo Hin Hoojjatin
Hafuu , Fuula Duraas Irratti Karoorfachuu Dhabuu.
 Daldaltoota Jimaa , Kuduraa fi Muduraa irratti Bobba’an Heyyama Akka
Baafatan Gochuu Dhabuu.
 Karoora Xiqqeessanii Qabachuun Biratti Ni Mul’ata.
 Xiyyeefanaan Oomisha Boloqqee Irratti Taasifamaa Ture Baay’ee Gad Aanaa
Ta’uu, Kuniis Too’annoo fi Hordoffii ,fi Deeggarsi Yeroo dabree Godhame
Wajjiin Yeroo Madaalamu Baay’ee Gad Aanaa Ta’ee Argamee Jira.

* Aanoota Iddoowwan Gabaa Midhaan Ala Ergii Hojii Keessa Turanii


Yeroo Ammaa Hojii Dhaaban Hojitti Deebisuun Irratti Hoojjachuu
Qabnu Keessaa :-
T.L Maqaa Aanaa Baay’ina Iddoo Gabaa Baayina Sheedi
1 Aanaa Gooroo Guutuu 2 6
2 Aanaa Meettaa 1 12
3 Aanaa Qarsaa 1 4
4 Aanaa Gursum 1 1
5 Aanaa Malkaa Balloo 1 3
6 Aanaa Dader 1 -
7 Aanaa Haramaayaa 2 -
Aanoota Iddoowwan Gabaa Jimaa Hojii Jalqabee gutumaa guututti Hojitti Galchuu Ddhabuu

1 Aanaa Kombolchaa

2 Aanaa Dader
3 Aanaa Haramaayaa

4 Magaalaa Dader

Aanoota Iddoowwan Gabaa Ijaaramanii Hojitti Galchuu Ddhabuu

1 Aanaa Gursum

2 Aanaa Meettaa

Aanoota Karoora Iddoo Gabaa Qabatanii Raawwii Hin Jalqabin

1Aanaa Gooroo Guutuu

2Aanaa Malkaa Bal’oo


3 Aanaa Baddannoo
4 Aanaa Jaarsoo

Aanoota qophii karooraa irraa jalqabee hojii adeemsa kanaa gututti


dagatan keessaa

 Aanaa Kurfaa callee


 Aanaa Midhagaa

 Aanootni fi Magaalootni Olitti Tuqaman Kun Karoora Bara 2011 Keessatti


Xiiqiidhaan Hoojjachuun Hojii Jalqabsiisuun Irra Jiraata.
Kallattii Fuula Duraa
 Koree KDME Oomishaalee Qonnaa Kan Akka Boloqqee fi Saliixaa fi kkf irratti
Too’annoo Cimaa akka gaggeessan gochuu.
 Koree KDME Iddoolee Gabaa Jalqabaa Kan Hundaa’e hojii keessa galchuun kan hin
ijaaramin akka Ijaaran gochuun hojii Qabatamaa keessa Akka Galan gochuu.
 Koree Koomaandipoostii Godinaa , Aanaa fi Gandaa Cimsuun daldala seeraan alaa
omisha ala ergii akka Too’atamu Gochuu.
 Gabaasa Sochii Too’annaa Daldala Seeraan Alaa Oomisha Ala Ergii Irratti Bilbilaa fi
Barreeffamaan Sadarkaa Sadarkaan Waliif Dabarsuu.

Deeggarsaa fi Hordoffii
 Sirna Deeggarsaa fi Hordoffii Keenya Cimsuun Hojii Hundatti Xiyyeeffrannoon Akka Itti
Kennamu Gochuu.
 Supervisionii Gaggeessuun Ciminaa fi Hanqina Jiru Addaan Baasuun Kallattii Fuula Duraa
Kaa’uun Kan Itti Deemamu Ta’a.
Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalaatiif Deeggarsa Kennuu.
Madallii Baraa 2010 Marsaa 2ffaa Aanaalee fi Bulchaa Magalaatiif Kaname (A,B,C) Kan
AHIMMidhaanii

Lak Maqaa Aanaa Hojiilee Hojimaata Raayyaa Rifoormii Deeggarsaa Qabxii W/G Sadarka
Bul/magalaa Gurguddoo Kabajuu fi Lafa (10% ) fi Hordofffii %100
Raawwatama Kabachiisuu Qabsiisuu (10% ) Keessa
n (50% ) (10%) ( 20% )
1 A/Haramaya 21 9 16 7 9 65 B
2 Mag/Haramaya 27 6 10 8 8 62 B
3 A/Qarsaa 38 10 13 7 9 80 B
4 Mag/Awaday 36 8 18 8 8 81 B
5 A/Fadis 32 8 10 7 8 68 B
6 A/Mi/Tola 21 6 10 7 7 54 C
7 A/Babilee 28 6 10 6 8 61 B
8 Mag/Babilee 34 9 10 8 8 72 B
9 A/Kombolcha 38 8 14 7 9 79 B
10 A/Jarsoo 32 7 10 7 8 67 B
11 A/Gursum 35 9 12 8 9 76 B
12 A/Cinaksan 16 6 10 7 8 50 C
13 A/Meetta 27 8 12 7 8 65 B
14 A/Dadar 28 8 14 7 8 68 B
15 M/Dadar 14 5 12 6 7 47 C
16 A/G/gutuu 19 6 12 7 8 55 C
17 A/M/Bal’oo 31 8 12 7 8 69 B
18 A/G/Muxii 10 5 5 5 4 32 C
19 A/Gurawa 28 8 10 7 8 64 B
20 A/G/Odaa 17 7 10 7 8 52 C
21 A/Badanoo 26 7 12 7 8 63 B
22 A/K/Calee 10 5 10 6 5 39 C
23 A/Mayyuu 22 8 10 7 8 58 C
24 A/Qumbii 16 7 10 6 7 49 C

You might also like