You are on page 1of 33

Waajjira Bulchinsaa Kutaa

Magaalaa haramaayaa

Baga Nagaan
Dhuftan !!!
Well Come !!!

Karoora Sossochii Sassabbii Galii


Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa
Onkoloolessaa hanga Sadaasa 30 Bara 2016

Haramaayaa
. Seensa

 Hidhi Haaromsaa Guddichaa yeroo Ijaarsi isaa Karoorfamu


deggarsaa fi liqii biyya alaa tokko malee humna,beekumsa fi
qabeenya lammii Itiyoophiyaatin piroojektii Ijaaramee akka
xumuramuf Karoorfamuun hojiitti galamedha.

 Hojii kana Milkeessuudhaaf Manni Maree hidha haaromsaa


Guddicha Deggarsaa fi hirmaannaa ummataa qindeessu naannoo
irraa hanga gandaatti gurmaa’ee hojii hogganaa jira.

 Akka magaalaa keenyaattis Piroojektii HHGI milkeessuudhaaf


Sadarkaa piroojektii irra jiru,Dhiibbaa keessa fi alaa nu qunnama
turan ummata hubachiisuudhaan ummatni magaalaa keenya
bal’inaan akka hirmannaa taasisuuf hojjetama ture jira.
Itti fufa…
.
Hidhi Haaromsaa Guddichi Mallattoo tokkummaa,bu’uura milkaa’ina biyya
keenyaa fi injifannoo Aduwaa 2ffaa gootummaa uummata keenyaan gonfanne
ta’uu kan agarsiise dha

 Piroojektiin HHGI sadarkaa Idil-addunyaatti kan nu beeksisee fi uummata


keenyatti abdii badhaadhinaa kan horedha.

 Ejjennoon haqa qabeessa ta’e tarkaanfachiisaa tureen milkaa’inni waltajjii


Addunyaa irraatti arganne Itiyoophiyaan dhugaa qabattee yoomiyyuu kan
moo’attu ta’uu mirkaneessuu dandeenyeerra.

 Milkaa’inni Hidha kanaan argame biyya keenyaaf injifannoo Afrikaanotaaf


muuxannoo guddaadha.
Itti fufa…
.
 Rakkoowwan biyya keessaa fi alaa nu qora turan
moo’achuun bishaan marsaa 3ffaa Bara darbee
guutameen humna ibsaa Meegaa-waatii 750 maddisiisuun
danda’amee jira.

 Bara Kanaas Guutiinsi bishaanii Marsaa 4ffaa karaa


milkaa’iina qabuun xumuramun isaa Injifannoo
Olaanaadha.

 Piroojektii HHGI xumursiisuuf Karoorri Sassabbii galii


Bara 2016 karoorfamee akkumaa jirutti ta’ee Guutiinsa
bishaanii Marsaa 4ffaa Sababeeffachuun “Mootoo”
Waadaa Keenya ni haaromsinaa jedhuun Onkoloolessaa
hanga Sadaasa,30tti Galii Piroojektiif Ooluu hawaasa
hundaarra waliitti qabuuf karoorfame jira
Itti fufa…
. Sakata’iinsa Haalaa

I,Haala Waajjirichaa

 Waajjirichi hirmaannaa ummataa qindeessuun


galii ijaarsa HH’f oolu walitti qaba.

 Milkaa’iina hojiichaf Naannoo irraa kaasee hanga gandaatti Mana Maree


hidha haaromsaa hundeessuun Piroojektiichi hoogganama jira

 Sadarkaa Kutaa Magaalaa fi Gandaatti Koree Sadarka sadarkaan


Ijaaruudhaan SassaabbichI Bittaa Boondii Akka Milkaa’uuf ni
hordofa
Itti fufa…
. II,Xiinxalaa Haalaa W/G

Piroojektiin hidha haaromsaa guddichi mallattoo tokkummaa Sabaa fi


Sab-lammoota Ummattoota Itoophiyaa fi Sirna feederaaliiziimii Sab-
daneessa ta’ee tokkummaa fi obbolummaan Uummata biyyattii akka itti
fufuuf gahee ol’aanaa taphataa jirudha.

Ummanni naannoo keenyaa waraana akka biyyaatti nutti


baaname,dhibbawwan keessaf alaa nu qunnama turan qolachaa
Piroojektii hidha haroomsaa xumursiisuuf xiiqiif kutannoo akkasumas
gochaan hirmannaa isaa agarsiisaa jira.

Guutiinsa bishaan Marsaa 4ffaa HHG karaa milkaa’iina qabun


xumuramuun isaa hawaasa keenyaatti gammachuu guddaa Uumee jira.
Miirra gammachuu olaanaa uumamee kanan ijaarsa piroojektii
xumursiisuuf deggersi Uummata ciimee akka itti fufu gochuun
murteessa ta’a.
Itti fufa…
.
Ijaarsa Hidha Haaromsaa itti fufsiisuun xumursisuuf
ummanni naannoo keenyaa hirmaannaa ho'aa taasisuun
qooda lammummaa kaleessa gumaachaa ture har'as
Ergama
cimsee akka itti fufu taasisuun galii hidhichaaf oolu
walitti qabudha.

Hidha Haaromsaa Guddicha hirmaannaa ummataan


Mul’ata xumuramee fedhii misoomaa ummanni biyyattii qabu
dhugoome arguu

Hirmaachisummaa
Duudhaa Aadaa Qusannaa Gabbisuu
Amanamummaa
Fakkeenyummaa
Miira Gareen Hojjechuu
Itti fufa…
.

Piroojektii Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf ummanni


naannoo keenyaa tumsa irraa eegamu taasisuun ilaalchi
Kaayyoo biyyaalessaa akka gabbatuu, aadaa qusannaa ummataa
gabbisuufi diinagdee dam-daneessaa uumuudhan mul'ata
badhaadhina biyyaafi naannoo keenyaa dhugoomsuu.

Hubannoo ummanni naannoo keenyaa ijaarsa Hidhichaa irratti


qabu gabbisuun deeggarsa hunda galeessa taasiseen ijaarsisaa
Galma
xumuuramee diinagdee biyyaafi naannoo keenyaa utubuun
mul'anni badhaadhinaa akka dhugoomu ta'eera.
Itti fufa…
.
1,Hojiiwwan gurguddoo Karoorfaman

1. Karoora qopheessuu

2. Koreewwan adda addaa hojii milkeessuu


Kutaa 1ffaa danda’an hundeessuun hojiitti galchuu.

3. Karoora qophaa’ee irraatti Caasaa sadarkaa


sadarkaan jiruuf Oreenteshinii kennu.

4. Waltajjii Maree kutaalee hawaasa adda


addaa gaggeessuun hubannoo uumuun galii
Ijaarsaa piroojektiichaaf ooluu irraatti akka
Kutaa 2ffaa hirmaatan gochuu

5. Hojii Miidiyaa fi Koominikeshinii hojjechuu


Itti fufa…
.
Hojiiwwan gurguddoo Karoorfaman

6,Karoora Sassabbii Galii HH Waajjiraalee,


Kut/Magalaa,Dhaabbiilee. Abbaa
qabeenyaa tiif qoqqooduu.

Kutaa 3ffaa 7,Deeggersaaf hordoffii gaggeessuu

8,Sirna beekamtii Sadarkaa K/Magaalaa fi


Gandaatti kennamuf Ulaagaa ta’een nama
dhuunfaa fi Dhabbilee hirmaatan adda
baasuun qopheessuu
2,Boqonnaa Qophii …. Itti fufa…
.

Karoora Sassabbii Galii HHG Guutiinsa bishaanii Marsaa 4ffaa


Sababeeffachuun “Mootoo” Waadaa Keenya ni haaromsinaa jedhuun
Onkoloolessaa hanga Sadaasa,30tti hawaasa hundaarra waliitti qabuuf
karoorfame jira

Karoorri qophaa’ee irraatti Koreen hojii rawwachiiftuu MMHHGNO


mari’achuun ergaa mirkaneesse booda hojiitti akka galamu ta’ee jira.

Karoora qophaa’ee irraatti Mana maree Sadarkaan jiruuf Oreenteshinii


kennuun Karoora qopheeffatanii hojiitti akka galan taasisuu.

Mana maree Sadarkaan jiru fi Koreewwan adda addaa hundeessun


hojiitti galchuu
Itti fufa…
.
Itti fufa…
. 3,Boqonnaa Raawwii ….

A. Sadarkaa magaalaa keenyaati Abbootii qabeenya,,Dhabbilee barnoota


kan dhuunfaa fi Bankoota waliin waltajjii uumuun bitta boondii fi
arjooma irraatti akka hirmaatan gochuu.

B. Sadarkaa ku/Magaalaa fi gandootatiti kutaalee hawaasa adda duree


ta’an waliin mari’achuun bitta boondii fi arjooma irraatti akka
hirmaatan gochuu.

C. Sossochii Sassabbii galii gaggeeffamuuf hojii Miidiyaa fi


koominikeshinii bal’inaan hojjechuu.
3,Boqonnaa Raawwii … Itti fufa…
.

D. Deggersaaf hordoffii itti fufiinsa qabu gaggeessuun bakka rakkoon


qunnametti sirreeffama fudhachuun karoorri qabame akka milkaa’uu
gochuu.

E. Akkaataa Hirmaannaa Taasisaniin Dhaabbilee fi Namoota dhuunfaa


sirna beekamtii kennuu feederaalaa irraatti hirmaatan qopheessuu.
* Qaamoota Irraa Sassaabamu Ilaalchisee
* Abbootii Qabeenyaa ykn Daldalaa Sadarkaa ‘’A’’ ‘’B’’ ‘’C’’ Irraa
* Muramaa ( Konkolaataa fi Baajaaj)
* Hawaasa Kutaa Magaalaa
* Dhaabbiilee Adda Addaa
* Afooshaalee
* Waldaalee ( IMX lee )
* Dhaabbiilee Dhunfaa
* Kontarataroota
*
* koree sadarkaa kutaa magaala
*

* 1Bulchaa kutaa magaala walii qaba


* 2 itti gaafatamaa paartii nkutaa magaala itti Aanaa walii qaba
* 3 itti Aanaa bulchaa kutaa magaala miseensaa
* 4 itti gaafatammaa siyaasaa kutaa magaala miseensa
* 5 Ittii ijaarsaa kutaa magalaa miseensaa
* 6 Itti gaafatammaa daldala kutaa magaala miseensa
* 7 itti gaafatammaa Galii kutaa magaala miseensa
* 8 itti gaafatammaa TMQ miseensa
* 9 itti Gaafatammaa lafa miseensa
* 10 itti Gaafatammaan maallaqaa miseensa
* Koree sadarkaa bulchinsaa gandaa

* 1 Bulchaa ganda walii qaba


* 2 itti gaafatammaa TMQ itti Aanaa walii qaba
* 3 itti gaafatammaa GRBH miseens
* 4 Itti gaafatammaa daldala ganda miseensa
* 5 itti gaafatammaa Galii ganda miseensa
* 6 itti Gaafatammaa lafa miseensa
* 7 itti gaafatammaan constraction miseensa
* Sadarkaa wiirtuu
* Bulchaan wiirtuu W-Q
* Itti gaafatamaan paartii wiirtuu itti Aanaa waliiqabaa
* Itti Aanaan bulchaa wiirtuu miseensa
* Siyaasaan paartii wiirtuu miseensa
* Ijaarjarsii wiirtuu miseensa
* Dhimmi dubartoota wiirtuu miseensa
* Ligiilee wiirtuu miseensa
* Jarmaaleen wiirtuu miseensa
Daldala sad A , B,C
ku,umsaa A

kutaa ummataa hangaa hangaa Idama ka,umsaa


fi dhabbileedhaan bitta arjooma qars
boondii
Sadarkaa A 2,400,000 600,000 3,000,000 100,000
Sadarkaa B 1,200,000 300,000 1,500,000 30,000
Sadarkaa c 800,000 200,000 1,000,000 10,000

Idama 4,400,000 1,100,000 5,500,000


hangaa
*
hangaa
dhabbiilee miti mootummaa
idama
Dhabbiile bittaa arjooma
e boondii
290,000 0 290,000 50,000
Bankiilee
2,400,000 600,000 3,000,000
yuuniyeen
arfaan
qalloo
Afooshaal 800,000 200,000 1,000,000 5000
ee
320,000 80,000 400,000 200,00
kontraktar
oota
idama 3,810,000 880,000 4,690,000
hangaa hangaa Idama ka,umsaa
bittatu arjooma
Ifaa 500,000 0 500,000 Nama 200
Geejjiba 100,000 0 100,00 300
ba bajaji
irraa
150,000 0 150,000 1000
konkolata
a irraa
wadalda 8000,000 200,000 1,000,000 5000
imx
Ummataa 3,000,000 3,000,000 300
irraa * K

idama 4,550,000 400,000 4,950,000


* Dhabbillee motommaa fi mit mot

hangaa hangaa Idama Ka,umsaa


bittaa arjooma
Seektaroo 48,000 12,000 60,000
ta ganda
seektara 145,000 15,000 150,000
kutaa
magaala
240,000 60,000 300,000
haramaay
aa
yuunvarsit
ii
Mana 800,000 200,000 1,000,000 5000
amantaa
musilimaa
mana 240,000 60,00 300,000 5000
pirootesit
ant
Idama 1,473,000 347,000 1,820,000
hangaa Arjooma idama ka,umsaa
dhabbiile bitta
e
boordii 50,000 50,000
bishaanii
magaala
Telecom 200,000 200,000 nama 300
* sadarkaa ganda itti raga gibiraa lafan abbaa warraa
* 1 Ganda baatee abbaa warraa 16957,
* 2 Ganda maayaa qalloo abbaa warraa 12,520
* Ganda maayaa lameen abbaa warraa 10473
* Ganda maayaa Guddoo Abbaa waarraa 9339
* waliigalaa abbarraa waarra Abbaa warraa 49,289
HUB ka,umsaa kenname haala raga kana gidduu
galeessaa gochu wiirtuuleen kan raawwachu qabu
ragaan harkaa isaanii waan jiruuf
Itti fufa…
. 4,Kallattii Raawwii hojiiwwan Karoorfamanii

Kutaa 1ffaa
 Manneen hojii sadarkaa ,Magalaataa fi Dhabbileen
misooma haala qabatamaa isaanii g/galeessa
4.1.Karoora godhachuun karoora sassabbii galii HH bitta boondii fi
qopheessuu arjoomaa irraatti qopheeffachuun hojiitti kan galan
ta’a.

 Sadarkaa ku/magalaatti Kutaalee hawaasa adda


4.2.Mareewwan addaa hundaarratti kan xiyyeeffatamu ta’ee
gaggeeffaman Dhabbilee fi Namoota dhuunfaa bitta boondii fi
arjoomaan karoora qabamee milkeessuu danda’an
irraatti xiyyeefatamee hubannoo uumuun akka
hirmaatan taasisuu.

 Hirmannaa beekamtii kennamu keessatti


Q/Bulaa,Hors/Bulaa,Dargaggoota,Dubartoota ,Abbootii
qabeenya fi Jir/magaalaa ofi keessatti qabachuu qaba.
4.Kallattii Raawwii…. Itti fufa…
.
Kutaa 1ffaa

4.3.Koreewwan hundeeessun Oreenteshinii kennuu

 Manneen hojii sadarkaa Magalaafi Dhabbileen misooma koreewwan


Karoora sassabbii galii HH milkeessuu danda’an hundeessuun
Oreenteshinii kennuun galii kan waliitti qaban ta’a.
4.Kallattii Raawwii…. Itti fufa…
.

Kutaa 2ffaa

4.4.Hojii Miidiyaa fi Koominikeeshinii

 Sossochii sassabbii galii guutiinsa bishaanii Marsaa 4ffaa


sababeeffachuun gaggeeffamuu irraatti hojiin miidiyaa fi
koominikeshinii sadarkaa hundaatti bal’inaan ni
hojjetama.
Itti fufa…
. 5.Kallattii Raawwii …..

Kutaa 2ffaa

 Galiin Sassabamuu Guutiinsa


bishaanii Marsaa 4ffaa
5.Sassabbii Galii PHHGI sababeeffachuun
Onkoloolessaa hanga Sadaasa
30/2016tti Bitta Boondii fi
arjoomaan ta’ee akka
magaalaa maayaa Qarshiin
13 sassabuuf karoorfamee
jira.
Itti fufa… Itti fufa…
.
Itti fufa… Itti fufa…
.
6.Deggersaaf hordoffii gaggeeffamu

Guyyaa guyyaan gabaasni bilbilla fi telegiramiin Manneen hojii


sadarkaa naannoo,godinaalee fi Magaalotaa irraa ni fudhatama.

Torban torbaniin Manneen hojii sadarkaa K/Magaloota fi Gandootaa


irraa barreeffaman Duub-deebiin ni kennama

Milkaa’iina hojiichaaf qaamaan gadi bu’uun deggersaaf hordoffiin


kan gaggeeffamu ta’a.

Gabaasni Raawwii hojii qindaa’a/uun Qaamoota Dhimmichi ilaaluuf ni


kennama.
Itti fufa…
.
Kutaa 3ffaa

7.Kallattii Raawwii beekamtii kennuu

A. Dhabbilee fi Namootni dhuunfaa Mallaqaa


olaanaan Boondii fi arjoomaan akka hirmaatan
gochuun sagantaa beekamtii akka Kutaa
Magaalaatti kennamu irratti baayi’inaan akka
hirmaataniif hojjechuudha.
B. Dhabbilee fi Namoota dhuunfaa bitta boondii fi
Arjooma irraatti hirmaatan Maqaa guutuu fi
Naga’ee baankii irraa kenname qindeessuun
qaama ilaaluuf kan darbu ta’a.
Itti fufa…
.

8.Rakkoowwan qunnamu danda’an

1. Koreewwan hundeeffaman yeroo kenname keessatti


hojiitti galuu hafu.
2. Hirmannaan Mallaqaa gadi aanaa yoo ta’ee namootni
akka Magaalaa keenyaatti carraa beekamtii argatan
xiqqachuu danda’u.
3. Ragaan bitta boondiif arjoomaa baankii jiru, magaalaa
dhiyeessu wali simuu dhabuu.
4. Ulfaatina hojii ilaauudhaan Osoo Hojiitti hin galin
dursanii dadhabuu
5. Gabaasa yeroo fi qulqullinaan dabarsuu hafu.
THE END.

Galatoomaa !!!
!

You might also like