You are on page 1of 2

Oduu Dinqisisoo

Akkam jirtu kabaajamtoota dhaggeeffattoota Baarsiisoota keenyafi Baarattoota keenya oduu waliin kan
isin faana turu Ani Abbiittii Toleeraa tiim

Taatewwaan Dinqisisoo bara kana keessatti ta'aniin isiinif Gabbaasa ykn dhiiheessam.

Aana gudar keessatti barsiisan baayolojii


tokko Baarattoota gaaffii gaafateeram
barsiisan Kunis Akkas jechuudhan gaafateeram
Lubbuu qabeeyyii bishaan keessa jiraatan sadii
nattii hima jechuun gaafateeram

Baarattoonnis Akkas jechuudhan deebisan


Raacha,Eessuma raacha,Fi Aadaada raacha jechuun deebisanirum barsiisanis Baarattoota
baay'ee Dinqisifaateram.
kan gabaasee itti gaafatama wajira Raacha kan
ta'e Obbo Qocaan dubbatanirum.

Oduudhuma kanan Walfakkaatuun


godina shawa kibba lixa Aana Ammayya
Magaala Qota keessatti Managadii sirrefama
tureeram sirrefamu isarran kan ka'e
Raachoonni walitti bahu Dhan hiriraa Naga ykn
Mormii gaggeessanirum mangaadiin Kun
sirrefamu hin qabu jechuudhan dubbatanirum
Siinoon waan bakka jireenya keenya waan nu
Jala diigeef mootummaan nu gaafachuu qaba jechuudhan dubbatanirum.
Lubbuun baay'een darbeeraam kaan Achii buuteen isaanii dhaabameeram
Kan Gabaase itti gaafatama Baarattoota sociali kan ta'e Obbo Diirribsa Shaallamatim.
Torbee darbee keessa Aduurreen tokko osoo miidhaan eega jiru Antunnii tokko Jala darbeeraam
Aduurreen qabuuf gaafa wajjiin fiiguu Antunnii gatee bira darbeeraam Aduurreen qabuuf gaafa duuka
kaatu dorgommii se'ee fiigee bukkee darbeeraam ergaa darbeen booda badhaafameeram badhaasni isa
Kunis caamma ykn kophe quxuuriin isa 60 ta'e badhaafameeram ykn Argaateeram kan Gabbaase itti
gaafatama jarreen kana lamaanii kan ta'e Obbo Boggaala Asheetutim.
Oduu gaddam itti gaafatamtun nyaata Africa addee shunkurtiin daawwii eebbaa projecti ruuzaatiin
affeeramtee battalumattii Lubbuun ishee darbuun ragaan Nii mul'isam Akka dhiimmii Kun hin
raawwannee bakka awwalchaa ishee diisttii keessatti malummaa ishee jijjiruuf barbaree diimtuun Akka
itti naqamuu qoraatan naanniichaa kumaandar dinnichaan dubbatanirum.
kanatti Ansuun oduu waa'ee keenyaa jedhuu isiinf dhiiheessa.
Baarattoonni Sociali Hundii issani walitti qabaamuudhan Affeerra laaqana gocha jiraachuun isaanii
beekameeram Affeerra kana irraattis baarsiisoonni Fi daanikteeroonnis argamaniirum
K/G/Muuniitaariidham .
Baarattoonni Sociali Hundii issani baarsiisoota isaanitif Galata galchaaniru Akkas jechuudhan
dubbatanirum barsiisoonni keenya ji'a fulbaana irra kaasani dadhaabbii Fi Mufii tokko maale nu barsiisaa
waan turanif Galatoma jechuudhan dhaamsa dabaarfatanirum

Baarattoonni Sociali Hundii issani ji'oota kudhaaniif Mufii tokko maale waliin Barata waan turanif
guyyaa har'a immoo Affeerra laaqana waliif goodhanirum Affeerra kanaan boodas dhaamsa waliif Akka
dabarsanu himaameeram dhaamsi isaaniis Akkas jedhum ji'oota lamaaf Wal bira waan galluuf nagaan
nuutura jechuun hiriyyoota isaanitif dhaamsa dabaarfatanirum
Kan Gabbaaste itti gaafatamtu Baarattoota sociali kan taate Aaddee Burtukaan Maammootiim.

Qoohiin Kun kan hojjeetame


Gaafa Guyyaa/ 17 /10/2015/
Kan Qopheesse Abbiittii Toleeraa 🥀

You might also like