You are on page 1of 12

QABOO YAAII KOREE QINDEESITUU A/MOOYYALEE Iddoo:- W/dhaabaa Guyyaa :Hirmaattota Guyyoo waariyoo walitti qabaa Baggajjaa morgee

miseensa Jaldeessa Galmaa miseensa Abdii Aloo miseensa Mahammad Annoo miseensa Darmii Areeroo miseensa Abduuba Waariyoo miseensa AJANDAA MARII HAALA QABATAMAA AANAAN KEESSA JIRU 1. Gurmaainni caasaa keenyaa hanga 1:5 gama nageenyaan maalii hojjachaa jira? Kakkaumsa isaaniitiin karoora baafachuun konfereensii nageenyaa geeggessuun nageenyii akka tasgabaauu taasisaniiru Walitti buiinsa gosaa fi gosaa akka hin uumamnee fi Sochii walitti buiinsauumtuu cabsuu irratti ciminnaan hojjachaa jiru Sochii diinaa (ABO) fi seelii isaanii ittisuu irratti hojjachaa jiru Buaa Argame Nageenyi tasgabaaan uumameera 2. Hardcore akka aanaatti adda baee Meeqaa? Namoottan Amanta Dawoo godhatan 1. Sheek.Maahamudi 2. Abdoo Tureenjii 3. Mammado Alkanii 4. Mammad Oromoo 5. Uumar 6. Galgaloo Deergoo 7. Gama Mormitootaatiin Dubbaalee Kaasaa Alii galgaloo Abduuba Waaqo Yuusuuf Ibreen Eedin Aliyoo Abdubaa Diqqaa Qaanphicha Guyyoo Kanaa Waaqo 8. Mallicha Doyyoo Guyyoo 1. 2. 3. 4. 5. 6. 7. 06/11/2004 saaatii:-1:00-2:30

1. 2. 3. 4. 5. 6. 7.

3.Geeggessaa A/mooyyalee Wareeggamaaf ofi hin qopheesinee


Sadarkaa Aanaatti 1. Dooyyoo Arbooraa 2. Garboolee Waaqoo 3. Yohaannis Boruu 4. Boruu Jaarsoo 5. Tsegaayee Dastaa Sadarkaa Gandaatti 1. Saamueel Gediyoon

4.Masaajida rakkoo guddaa qaban(Mankaraaressuummaa


1. Masaajida Ganda 02 Boolee 2. Masaajida Guddaa Ganda 01 3. Masaajida Ganda 02-Qoxxobaa 4. Masaajida Ganda Qabbanaawaa 5. Masaajida Ganda Tuqaa 5.Gandoota rakkoo nageenyaa qaban Haala qabatamaa aanaa keenyaatti gandoonni rakkoo nageenyaa dhabuutii soda guddaa qaban Gama Diinaatiin 1. Arbalee 5. Tuqaa 2. X/Maddoo 6. M/Amboo 3. Danbii 7.Maddoo 4. Bokkoolaa 8.Argannee Gama Gosaa fi Gosaatiin 1. Guchii 5. Bokkoolaa 2. Goofa 6. X/Maddoo 3. L/sure 4. Beedee GAAFFILEE
1. 2. 3. 4. 5. 6. Haallii Mormiitootaa maali fakkaata? Qindoominnaa fi walitti dhufeenyi caasaa keessattu koree qindeesituu maali fakkaata/ Sochiin namoottan hoggansa irraa kaanii maali fakkaataa? Dhimmii Amantaan walqabate sochiin yeroo ammaa jiru maali fakkaata? Barattootii yuuniversitii fi koolleejjiirraa dhufan gama hojii siyaasaatiin maali hojjachaa jiran? Hojiin mana mare nageenyaa maali irra jira?

Lakk__________ Guyyaa_________

Obboo Dooyyoo Arbooraaf


B/J

Dhimmii:- Of-eeggannoo Dhumaa Isin Kennuu Taa


Akkuma olitti ibsuu yaalleetti qorannoo hojii waggaa kan bara 2004 guyyaa afuriif akka aanaatti geeggeffamee fi ceephoo fi ceephaama dhunfaa dhumarratti geeggeffameen hanqinni balaan 1. Hojii waajjiraa fi hojmaata dhaabaa qindoominnaan raawwachuu dadhabuu 2.Naamusa hoggansarraa eeggamu bauu dhabuu keetiif koreen qindeesituu aanaa buaa qorannoo dhumaarratti yommuu madaaltu isin biratti arguu isaaf hojii waajjiraa fi hojmaata dhaabaa qajeelfamaa fi qabsoo hin ciccinneen akka hojiirraa oolchitan isin yaadachiisaa akka hanqinni isin biratti mulatan kanneen yeroo gabaabduu keessatti cimittanii keessaa baataniif of-eeggannoon dhumaa akka isinii kennamu murteesiteerti.buuuruma kanaan hanqinnoota isin biratti mulatan kanneen cimittanii akka keessaa baataniif of-eeggannoon dhumaa kun isinii kennamuu isaa isin beeksisna.

Nagaa Waliin!

Guyyoo Waariyoo
G/G Waajjira Bulchiinsaa G/Booranaatiif Waajjira Dh.D.U.O G/Booranaatiif Waajjira Bulchiinsa A/Mooyyaleef Waajjira Dh.D.U.O A/Mooyyaleef

Yaabballoo

Mooyyalee

Lakk__________ Guyyaa_________

Obboo Aadaan Waariyootiif


B/J

Dhimmii:- Of-eeggannoo Dhumaa Isin Kennuu Taa


Akkuma olitti ibsuu yaalleetti qorannoo hojii waggaa kan bara 2004 guyyaa afuriif akka aanaatti geeggeffamee fi ceephoo fi ceephaama dhunfaa dhumarratti geeggeffameen hanqinni balaan hojii waajjiraa fi hojmaata dhaabaa qindoominnaan raawwachuu dadhabuu isaaf hoii waajjiraa fi hojmaata dhaabaa, qajeelfamaa fi qabsoo hin ciccinneen akka hojiirraa oolchitan isin yaadachiisaa akka hanqinni isin biratti mulatan kanneen yeroo gabaabduu keessatti akka cimittanii keessaa baataniif of-eeggannoon dhumaa akka isini kenn amu koreen qindeesituu aanaa qorannoon booda madaallii ilaalteen murteesiteera.Buuuruma kanaan of-eeggannoon dhumaa kun isinii kennamuu isaa isin beeksisna.

Nagaa Waliin!

Guyyoo Waariyoo
G/G Waajjira Bulchiinsaa G/Booranaatiif Waajjira Dh.D.U.O G/Booranaatiif Waajjira Bulchiinsa A/Mooyyaleef Waajjira Dh.D.U.O A/Mooyyaleef

Yaabballoo

Mooyyalee

Lakk________________ Guyyaa______________

Jaallee _______________________________________tiif B/J


Dhimmii:-Of-eeggannoo duraa isinii kennuu Taa
Akkuma beekkamu Isin miseensa qabsaaaa cimaa dhaaba keenyaa fi hogganaa dhaabaa kana taatanii osoo jirtani hojmaata dhaabdi keenyaa ittiin hogganamtu fi Danbii ittiin bulmaata dhaaba keenyaa adda durummaan beekaa dirqama miseensa dhaabaa isa Xiqqaa kan taee Buusii miseensummaa kan Jia__________ baasuu dhabuu keessaniin yeroo duraaf gorsaa fi akeekkachiisi Afaanii isanii kennamullee amma guyyaa haraatti baasuu dhabuu keessaniin of-eeggannoon duraa kun isinii isin xumurtan

kennamtee buusii isini irraa jirtu hanga jia Adoolessa 20/2004 kaffaltanii ofirraa akka cimsinee isin beeksisna.

Nagaa Waliin!

Baggajjaa Morgee Haroo I/G Waajjira Dh.D.U.O A/Mooyyalee

G/G
Waajjira Dh.D.U.O. G/Boraanaatiif Yaabballoo Waajjira Bulchiinsaa A/Mooyyalee I/G Ijaarsa Dh.D.U.O A/mooyyaleetiif Kutaa Faayinaansii Dh.D.U.O A/Mooyyaleetiif Mooyyalee

Walgaii koree Hoggansa Walii Galaa A/Mooyyalee Iddoo:- Galma Bulchiinsaa Guyyaa:-01/11/2004 Saaatii: 8:00 Hirmaattota
Tl 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 22 23 24 25 26 27 28 29 30 31 32 33 34 35 36 Maqaa Hoggansaa Guyyoo Waariyo Baggajjaa Morgee Diida waariyoo Abdilaziz Alii Abdi Aloo Alii xachee Xuruwarqi kabbadaa Abbat Alamuu Kiyyaa Gubbee Dahaaboo Abdirqadir Culuqqee Godaanaa Yohannis Boruu Shibbiruu G/Tsaadiq Mallicha Boruu Godaanaa Huqqaa Mesfiin Alamayyoo Rooba Boruu Efreem Omboshoo Dooyyoo Arbooraa Garboolee Waaqoo Aadan waariyoo Isaaqi Boruu Jaatani Guyyoo Baharnesh Lammaa Mahamad Annoo Boruu Jaarsoo Hassan Mallichaa Sisaay Baggajjaa Tsegayee Destaa Abduba Wario Hani Kabbadaa Shoobaa Abdallaa Jaarsoo Liiban Mitikkuu Taaddessee Tiqidem Ayyelee Diida Boruu Gahee W/qabaa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Mallattoo

37 38 39 40 41 42 43 44 45

Abdirqadir Godaanaa Darmii Areeroo Galma Guyyoo Mahamadnuur Gabaabaa Gannat Baqqalaa Areeroo Moluu Jaldeessa Galmaa Koree Jiloo Alamuu Wondimuu

Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa Miseensa

AJANDAA:- WAAEE BUUSII DHAABAA HOGGANSA AANAA ILAALA Akkuma mataa duree irratti ibsuuf yaalametti galii dhaaba cimsuun miseensa dhaabbata kamiiyyuu irraa kan eeggamu tauu isaa ibsame,akkaataan galii dhaabaa keenyaa ittiin cimsinu maali tauu qaba yaada jedhu irratti hoggansii aanaa mooyyalee balinnaan erga irratti mariyateen booda barbaachisummaa isaa irratti erga waliigalaniin booda murtee armaan gadii dabarsaniiru. Murtee Galii dhaaba keenyaa cimsuuf hoggansii A/Mooyyalee hundinu jia jian minda isaanii irraa buusii jiaa ;Hogganaa, I/A Waajjira (kaabinee) fi I/G waajjiraa (merit) %6 mindaa isaa kan jiaarraa jiatti MMDn muramee akka jia jiaan dhaabaa galii tauu hoggansii waliigalaa aanaa sagalee tokkoon murteesseera.

Lakk________________ Guyyaa______________

Waajjira MMD A/Mooyyaleetiif Mooyyalee

Dhimmii:- Murtee Hoggansa A/Mooyyalee isin beeksisuu taa


Akkuma olitti ibsuu yaalletti walgaii hoggansaa waliigalaa guyyaa 01/11/2004 galma Bulchiinsa A/Mooyyaleetti teetteen Galii Galii dhaabaa akkaata itti cimsataniin irratti mariyachuun murtee murteeffataniiru. Murtee isaanis xalayaa geeggesituu kanaan walitti qabsiifnee isinii ergineera. Buuuruma murtee isaanii kanaan isinis akka raawwatani Cimsinee isin beeksisna.

Nagaa Waliin!

Guyyoo Waariyoo G/G


Waajjira Bulchiinsaa A/Mooyyaleetiif Waajjira Dh.D.U.O A/Mooyyaleetiif Mooyyalee

Karoora Gabaabaa Marii Dhimmaa Mankaraaressuummaa Amantaa A/Mooyyalee

Adoolessa,2004

I.

SEENSA

Biyya keenya keessatti guddinna diinagdee hawaasummaa kallattii hundaan jalaqabamee sadarkaa olaanaa irra gahaa jiru kana ittii fufsiisuuf sochiin lammii biyyatti taasisaa jirtu daraan olaanaa taee akka cimee misoomaa biyyatti mirkaneesinuuf sochii walirra hincinnee tolchuun murteessaadha. Jijjiirama gama hundaanuu dhufaa jiru kana bifa amansiisaa taeen raawwachuuf filannoon biraa tokkoollleen hin jirtu.Adeemsa kana keessatti rakkooleen gufuu misoomaa taan yeroo ammaa kana biyyatti keessatti deemaa jiran mankaraaressummaa Amantaan walqabatee rakkoo ijoo taaa jiraachuun isaa ni beekkama. Haa tauu malee dhimmii mirga Amantaan walqabate heeraa mootummaa biyyaa keenyaatiin kan deebii argate taee osoo jiruu dhaadhesitoonni Amantaa biyyitti keenya gara lola muummee hin qabneetti galchuun fedhii dhunfaa isaanii galmaan gahachuuf wanti raawwatamaa jiru tauun isaa hubatamuu qaba.Rakkoo humnoonni muraasii uummataa musilimaa biyyatti bakka hin buune kun oofan keessaa ; Musilima dhiibbaan irraa gahaa jira ,Amantaan Musilimaa dhiibbaan irraa gahaa jira,Amaantaa musilimaa haaraa mootummaan fidee,majilisii bakka keenyaa hin buuu,Mootummaan Amantaa keessa seene fi kkf ololaa hin jirreen uummataa raasaa jiraachuu isaanii kana uummanni fi lammiin kamiiyyuu hubattee akka dhimmaa kana ofii fi biyyaa irraatis eegguu akka dandaaniif karoori marii waaee mankaraaressummaa Amantaa gabaabaan kun qophaaeera.

II.

Kaayyoo

Dhimmaa mankaaraaressummaa Amantaa yeroo ammaa biyyaa keessatti deemaa jiru irratti hubannoo uumuu Humnoota koorii Mankaraaressuummaa Amantaan taan saxiluun akka isaan of-qusatan taasisuu

III.
1.

Hojiiwwaan hojjataman

Haala caasaa keenyaafi uummataa dhimmaa mankaraaressummaa Amantaan walqabatee jiru ilaalchaa fi hubanoo jirtu qorachuudhaan qulqullummaa isaani miranneeffachuu 2. Miseensa keenya kallattii kamiiniyyuu dhimma mankaraaressumma kana irra qulqullaee akka kutannoo fi qabsoo hadhaawan cabsuu taasisuu 3. Hubannoo cimaa dhimmaa mankaararessummaa irratti uummataa fi ijaarsa keenyaa kan sadarkaa sadarkaan jiruu hundaa kennuu 4. Olola yeroo amma kana mankaraarestootaan afarfamaa jiru (Afaaniin,Midiyaadhaan,Inerneetiidhaan fi kkf) hordofuun hoggansa siyaasaa cimaan cabsaa deemuu

5. Marii Addis Raaii dhimmaa Mankaraaressuummaa irratti barreeffamee irra deebiyuun geeggessuu 6. Humna koorii mankaraarestootaa taan addaan baasuun raga itti qopheessuun dursa gorsuu ,itti aansee yoo deebiyuu dide seeraa dhiyeessuu 7. Dhimma kanarratti caasaan keenyaa qindoominnaa fi xiyyeeffannoon akka hojjatuu taasisuu 8. Hidhannoo siyaasaa miseensa keenyaa cimisuun qayyabannaan torbee torbeen akka qorachaa deemaan taasisuu 9. Ijaarsaawwan keenyaa cimsuun hojiitti akka galan taasisuun waltajjii idileen akka hogganaman taasisuu 10. Qaamota seeraan ala Amantaa sabaabeeffachuun daangaa ceanii biyya seenaan hordofuun kallattii seeraa qabsiisuu

IV.

AJANDAAWWAN MARII

AJandaan Marii guddaan Addis Raaii dhimma mankaaraaressummaa irratti dhiyoo qophaae irratti taa.

V.

QAAMA MARIISIFAMU

Sadarkaa Aanaatti 1. Hoggansa aanaa hunda 2. Miseensa magaalaa hunda 3. Hojjattoota mootummaa hunda 4. Abbootii Amantaa hunda 5. Ogeeyyota Baadiyaa hunda (Barsiisota,Ext.Fayyaa,Manajeroota Gandaa fi DA) Sadarkaa Gandaa fi Gandaa gadiitti 1. Hundee dhaabaa gandaa hunda 2. Miseensaa dhaabaa hunda 3. Koree Zoonii fi Garee hunda 4. Uummataa gandaa hunda 5. Abbootii Amantaa fi Maanguddoo Gandaa hunda

VI.

ADEEMSA MARII

Mariin qaama olitti tuqamee hundii guyyaa tokko tokkoof kan geeggeffamu dha Iddoo marii haala qabataa uummatan kan mijatu taee harcaatii malee geeggessuu irra jiraata. Yeroon mariin kun fudhatu Marsaa 1ffaa Adoolessaa 20-27/2004 tti Marsaan 2ffaan Adooleessa 30/2004 hanga hagaya 5/2004 tti qofa raawwatama

You might also like