You are on page 1of 30

WAAJJIRA DHIMMA DUBARTOOTAA

DAA’IMMANII FI DARGAGGOOTA
BU/MA/GALAAN

Yaad Rime Idileessaa Koorniyaa ,Daa’immanii Fi


Dargaggootaa

Waxabajji 2013
Galaan
Seensa
Dhimmi idileessa koorniyaa daa’immanii fi
dargaggootaa dhimma;-
 Hawaasummaa
 Siyaasaa

 Diinagdee
 Guddinaati kanaaf mootummaan dhimmoota
kana irratti yoomiyyuu caalaa xiyyeeffannoo
kennee hojjetaa jira. Kunimmoo qaama
muraasaan galma kan ga’u osoo hin taanee
deeggarsa qaamolee mootummaa fi miti
II. Kaayyoo Leenjii

• Hirmaatootni leenjiichaa irraa,yaad-rimee idileessa dubartootaa

daa’immanii fi dargaggootaa irratti hubannoo qaban akka


cimsatan gochuuf.
• Caasaalee mootummaa keessatti idileessa dubartootaa
daa’immanii fi dargaggootaa irratti dhimmoota gufuu ta’an
addan baasuuf yaadaa furmaata ka’uuf.
• Adeemsa idileessa dubartootaa daa’immanii fi dargaggootaa

keessatti sirna hordoffi, madaallii fi gabaasaa akka diriiru


taasisuuf.
Idileessa Dhimma DDD

 Dubartootaa
 Dhimma DDD  Daa’immanii
Xiyyeeffachuun  Dargaggootaa
Maaliif Barbaachise
1. DHIMMA KOORNIYAA
 Gender and Socialization
 Gahee Hojii.
 Amala
 Qaanii
 Gad aantummaa
Eessaa baruu

 Maatii
 mana barnootaan
 Hiriyyaa
 Naannoo
 Mana amantaa
Gahee hojii
Gahee Gahee
oomis hawaas
haa ummaa

gahee
horm
aataa
……. Itti Fufee
Ba’aa dachaa
Ilaacha dhiirotaa
Amalli hojii dubartootaa
1. Irraa dedeebii fi nuffisiisaa
2. Dadhabsiisaa fi yeroo kan fudhatu
3. Galii fi faayidaa kan hin argisiisne
4. Gatii fi beekamtii kan hin kennine
ta’uurraakan ka’e.hirmaannaa fi
fayyadamummaan dubartootaa
a) Gama Diinagdeen
Gama Hawaasummaa Fi
Gama Siyaasaan Gadaana Ta’eera
Kanaafuu Hojiin ilaalcha jijjiiruu cimee irratti
hojjetamuu qaba
Wal qixxummaa Korniyaa (Gender Equality) fi Haqummaa sirna-Korniyaa
(Gender Equity) mirkaneessuu
Dargaggeessa
 Akka biyya/Naannoo/ keenyaatti=15-29
Garaagarummaa dargaggoota keessa jiru

Hojjetaa fi
hojii dhabaa
Koorinyaa
Umurii
(dhiira fi
dubartii ) (15- 29)
Dargaggo
Fayyaa fi
ota
fayya Partii adda
dhabeessa addaa
a Baadiyyaa fi
magaalaa
Rakkoo Dargaggootaa

Hojii
dhabdummaa
……….Itti fufee

Godaansa
seeraan alaa
….. Itti Fufee
 xiin-sammuu isaanii irratti miidhaan
dhufu
• hiyyummaa fi beela hammaataa
• Bultii uummachuu dadhabuu
 Murtii hin malle jireenya
isaanii irratti murteessuu
 dhimmoota isaan miidhu
adda addaatiif saaxilamu
 Murtii hin malle jireenya isaanii
irratti murteessuu fi yakka
garaagaraaf saaxilamuu
Araadaa Adda Addaaf
Saaxilamuu
KANAAFUU…….
The same treatment is not necessarily equal treatment
• Umurii waggaa 18 gadi jiran
• Qaamaanis ta’e sammuun 1. Daa’imman
kan hin bilchaanne
• Fedhii isaanii mataa isaaniin
guuttachuu kan hin
dandeenye
• Miidhaa kamirraayyuu mataa
isaanii irraa ittisuu kan hin
dandeenye ta’uurraa kan
ka’e eegumsaa fi kunuunsi
gahaan isaan barbaachisa.
Rakkoolee gama kanaan mul’atan
Daa’imman Dahanii Gatuu
Saamicha Humna Daa’immanii
Maatii Irraa Baduu
Daandiitti Bahuu
Barmaatilee Miidhaa geesissan fi hawaasa keessaatti baratamee boduu hin dandeenyee

1.Kitaannaa/
 hiir’acha yoo jiraatee ilaalchi jiruu Bu’uraan hin siiroofnee.
 Haala Magaala Keenyaati Haawaasa Bal’aa Keesatii Dhooksaan Raawatama.
 Dubartoota Buuqqaatoota Biira Haala Amantan Walqabsiisanii Raawatamma
jira.
2.Uumrii Malee Heerumsiiuu /waggaa/ 18 Gadii
• Rakkoon Guddaan Mul’achuu Baatuus / Wal-Qunamtii saalagaa’elaanala
Raawachuun Ulfahin barbaachifnef Saaxiilama jiru.
3.Buttii
• Sodaachiisuu ,Doorsiisuu.,Sosobu,
yammudubartootaRakkoonisaanQunamuuirraFagaachu ,
CarraadubartootaDukaneesuunQunamajira.
4.Fuudha irratii Fuudha / Reebicha
 FudhaSeeraAlaaTaasiisuu
 FudhaSeerairratiiFudhadhooksaaRaawachuunnimui’ata
Sababa Rakkoo Kanaan

• Gudeeddii
• Ajjeechaa
• Qaama Hiriisuun irra gaha jira
• Sababa Miidhaa irra GaheenTarkaanfi Hanga
Lubuu Nama Baleesuun
• Dubartoota Mana Siireessaa Hidhaamani jiran
Lakoofsa Xiiqaa Mitii .
Dubartoonii Rakkoo Haawaasuummaa
isaan Qunamuu.

1. Ni Sodaatuu
2. of -ibsuuDadhabuu
3.Lubbuu ofii dabarsuu
4.Dhukkuba (HIV/AIDS) fi Dhibee Festullaaf Saaxilamuu
 Olaantummaan Seeraa Akka Kabajamuu Taasiisuu Dha.
 CaasaaGanda K/seeraMurtiiGandaa
 W/r pooliisii
 A/Alanga
 M/MurtiiRakkoon Kun BatalaQuunameetiiBeeksiisuu.

MaddaRakkoo Kana Maalii ?


• Ilaalchaaf Goocii Kun Haawaasa Keesatii Amaleefannan
KanTureeWaanTa’eef
• Teeknooloojjiin BiifaAddaAddaatiin Gara Biyya Keesatii Galaa
Waanjirufii
Leenjiin Kun Maalii fi Barbaachiisee
 Rakkoon Kun NubiirasWaanjiruf jijjiirama fiiduuf ofiiraa Calqabuu Wan
Qabnuuf
 Tataaffii QamaTokkojijjiirama Hiikkaa QabuuWaan Hinfidneef
 Haawaasa Keesattii Hiirmaannaa Dammaqinsa Qabu Taasiisuuf
 Dubartoota Dhaloota isaan irraa Kaasee Ofiitii Amanamuummaa Akka
Qabaatan Gahomsuuf
 Garaagaruma ilaacha dhiiraa fi Dubartoota irratii Muulatuu Xiiqesuu /
dhabamsiisuu
 Haawaasa Quqama Waliif QabuuUmuf
 Dubartoota Gahomsuun Dandeetii Qabanin ijaarsa Biyyaa Keessatti
Shoora isaani Akka Guumaachaniif
 Gama HundaanHirmaannaadubartoota fi Dargaaggoota Milkeesuuf
Kanaafuu..........
Dhimmoonni gurguddoon kun :-
 Dhimmi Koorniyaa
Dhimmi Daa’immanii
Dhimmi Dargaggootaa
Qaama muraasaan furmaata kan argatu osoo
hintaane dhimma sekteroonni mootummaa fi
Mit-mootummaa hunduu idileeffatee irratti
hojjechuu qabudha.
Galatoomaa

You might also like