You are on page 1of 40

Waxabajjii 2012

Finfinnee

aaKutaaTokko:-Haala Waliigala
1.1. Seensa
Mootummaan biyyooleessaa fi naannoo keenyaa waggottan darban keessatti guddina
dinagdee ariifachiisaa fi ittifufiinsa qabu fiduun sadarkaa sadarkaan lammiilee fayyadamaa
taasisuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf sagantaalee riifoormii adda addaa hojiirra
oolchuudhaan bu’aawwan jajjabeessaa ta’an naannicha keessatti galmeessisee jira.

Biiroon Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa aangoo fi gahee hojii labsii
lakk 213/2011 kennameef irratti hundaa’uun rifoormii siviil sarviisii, paakeejii qajeeltoowwan
bulchiinsa gaarii, sirna hooggansa qabeenya namaa, ijaarsa dandeettii, guutummaatti hojiirra
oolchuu deggaruuf leenjii, qu’annoo, qorannoo fi gorsa akkasumas teeknooloojiitti
fayyadamuun kenna tajaajilaa ammayyeessuun amantaa ummatni mootummaa irratti qabu
guddisuuf xiyyeefatee karoorfatee hojjataa tureera.

Bu’uuruma kanaan Waajjirri PSMQN GAONF aangoo fi gahee hojii labsii lakk-213/2011
kennameef irratti hundaa’uun akka godinichatti gama rifoormii siviil sarviisii, paakeejii
qajeeltoowwan bulchiinsa gaarii, sirna hooggansa qabeenya namaa, ijaarsa dandeettii,
guutummaatti hojiirra oolchuu deggaruuf leenjii, qu’annoo, qorannoo fi gorsa akkasumas
teeknooloojiitti fayyadamuun kenna tajaajilaa ammayyeessuun amantaa ummatni
mootummaa irratti qabu guddisuuf xiyyeefatee karoorfatee hojjataa tureera.

Haata’uu malee, madaallii fi gamaggamni KGT lammaffaa wagga lamaa fi walakkaa


gaggeeffamen kaayyoolee tarsima’oo fi hojiiwwan gurguddoon akka karoorfametti halaa
guutuu fi tarsiimo’aa ta’een hojiitti hiikuudhaan milkaa’ina barbaadamu fiduu keessattii
hanqinnii akka jiru mul’ate jira. Kanneen keessaa, ergamaa fi mul’ata qabate bira gahuuf
gurmaa’insaa fi caaseeffama amma jiruun fedhii ummataa fi mootummaa guutuu dhabuu,
tajaajiloonnii fi sagantaaleen hojiirra jiran barbaachisummaa fi qulqullina barbaadamu kan hin
guutne ta’uu, faasiliitiiwwan gahaa ta’an jiraachuu dhabuu, qabeenyii bu’uuraaleen TQO
iddoo baayyeetti tajaajila ala kufamanii taa’uu, kenna tajaajila fooyyeessuu dhabuun
hawaasni komii kaasaa jiraachuu isaanii fi kkfniif tarsiimoo fi karoora Godinichaa karaa
guutuu ta’een hoogganuu fi rawwachuu dhabuun fedhiin ummataa akka hin guutamne
taasiseee jira.

Kanaafuu, bara 2012 keessatti aangoo fi gahee hojii wajjirichaf kenname giddu galeessa
godhachuudhaan akka Garee Hordoffii Gamaggamaa Raawwii Hoggansaa Qabeenyaa
Namaattii hanqinaalee raawwii fi harcaatii hojii KGT-2ffaa keessatti mul’atan fi kallattii
mootummaa kaa’e giddu galeessa godhachuun hojiiwwan waggaa kana keessatti
xiyyeffannoo itti kennuun raawwatamuu qaban adda baasuun karoorri waggaa Garee
Hordoffii Gamaggamaa Raawwii Hoggansaa Qabeenyaa Namaattii kan bara 2012 kun akka
qophaa’u ta’ee jira.

1.2. Sakkata’insa Seektarichaa


Waajjirri Pabliik Sarviisi fi Misooma Qabeenya Namaa Godina Adda Oromiyaa Naannawaa
Finfinnee ergamni paabilik sarviisii ijaaruun bulchiinsa gaarii dhugoomsuu akkasumas
misooma ariifachisaa, itti fufiinsa qabuu fi uummata keenya fayyadamaa taasisu godinicha
keessatti mirkaneessuudha. Haaluma kanaan Waajjirichi dhimmoota ijoo qo’annoo fi
qorannoo gaggeessuu,leenjii fi gorsa kennuu, akkasumas gurmaa’insa fi hojimaata mijaawaa fi
teeknoloojii hammayyaa’aa diriirsuun misooma fi hooggansa qabeenya namaa
hammayyeessuu irratti karoorfatee hojjataa jira.

Seektarri Paablik Sarviisii hojiwwan sagantaan fooyya’iinsa pabilik sarvisii akka naannoottis
ta’e akka godina keenyaatti bahe hojirra oolchuu, cehuumsa teekinooljiif haala mijaa’aa
uumuu, kenniinsa tajaajilaa fooyyessuu, itti fayyadama teekinoolojii babal’isuun dandeettii
raawwachiisummaa manneen hojii cimsuun gahumsa fi bu’a qabeessummaa manneen hojii
mootummaa fi dhaabbilee misooma mootummaa keessatti akka mirkanaa’uu hojjataa jira.

Haaluma kanaan gareen hordoffii gamaggamaa raawwii hoggansaa qabeenyaa namaa humna
namaa akka godinatti, Dhi---Dub. 3 fi sadarkaa Aanaalee fi Bul/Magaalatti Dhi=4 Dha=3,
Ida’ama=7 walumaa galattii baayina human nama kudhan (10) qabachuun hojiilee garichaaf
kennaman raawwachuf karoora qophaa’edha.

1.2.1.1. Sakkata’insa Aangoo fi Gahee Hojii Seektarichaa


Biiroon Paabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa manneen hojii Labsii
Lakk.213/2011 Aangoo fi Gaheee Hojii Qaammoolee Raawwachiiftu Bulchiinsa Mootummaa
Naannoo Oromiyaa bifaa haaraan gurmaa’an keessaa isaa tokko ta’ee aangoo fi gaheeen hojii
keewwata 18 jalatti kennaman haala itti aanuu kanaan tarreeffameera. Aangoo fi gahee hojii
isaaf kennaman keessaa hojirra olmaa isaaniitiin sadarkaa foyyee qaban irraa kan jiran fi
kanneen harcaatii qaban ni jiru. Haala kanaan kan sadarkaa fooyyee qaban:
1) Dhaabbileen ijaarsa dandeetiitiif barbaachisaa ta’anii hundeeffamaniif yeroo
hayyamamu qamoota dhimmi ilaalu waliin hojiirra ni oolcha, dhaabbilee kana ni
deeggara ni cimsa.
2) Manneen hojii mootummaa keessatti hojii dandeettii raawwachiisummaa cimsuuf
hojjatamaniif deeggarsa barbaachisaa ni kenna.
3) Dandeettii raawwachiisummaa dubartootaa guddisuuf xiyyeeffannaa addaatiin ni
hojjata akka hojjatamu ni taasisa ni hordofa.
4) Hojiiwwan riifoormii Godinichaa keessatti gaggeeffaman irratti qorannoo ni gaggeessa
riifoormichi hojiirra akka oolu xiyyeeffannoo addaatiin ni hojjata deeggarsa ni kenna.
5) Waltajjiiwwan ummataa leenjiiwwaniifi woorkishooppii bulchiinsa gaarii
mirkaneessuuf gargaaran ni qopheessa, leenjii ni kenna, akka kennamu ni taasisa,bu’aa
isaa ni madaala.
6) Sagantaalee ijaarsa dandeettii seektara mootummaa ni qindeessa; kenniinsi tajaajilaa
dhaabbilee mootummaa itti fufiinsaan akka fooyya’u tooftaa ni diriirsa,raawwii isaa ni
hordofa, ni madaala.
7) Manneen hojii mootummaa keessatti akkaataa carraan hojii dubartootaa itti guddatuu fi
koreewwan dhimma hojjataa ilaallatan keessattis haala itti hirmaatan mijeessuu fi
hojirraa olchuu.
8) Manneen hojii mootummaa sadarkaa hundatti argamu keessatti sirni bulchiinsa gaarii
dhugoomsuuf dandeessisu diriiruu isaa ni mirkaneessa,akka diriiru ni taasisa,deeggarsa
ni kenna.
9) Manneen hojii mootummaa naannichaa keessatti Istaandaardiin kenniinsa tajaajilaafi
sirni keessumeessa komii diriiruufi hojiirra ooluu isaa ni hordofa bakka hanqinni jirutti
sirreeffamni barbaachisaa ta’e akka taasifamu ni godha.
10) Dhimma hojjattoota mootummaa umrii sooramaatii ol ta’an hojiirra tursuu irratti
akkaataa seeraatiin murtii dhumaa ni kenna.
11) Qajeelfama ramaddii sadarkaa gita hojii bahu irratti hundaa’uun ramaddiin hojii pabliik
sarvaantii ni raawwata,akka raawwatamu ni taasisa, raawwii isaa ni hordofa.
12) Manneen hojii mootummaa gurmaa’insaafi fedhii humna namaa isaan barbaachisu haala
itti murteeffachuu danda’an irratti qajeelfama ni qopha’ee yommuu hayyamamu hojiirra
ni hoolcha ,akka hojii irra hoolu ni taasisa,raawwii isaa ni hordofa.
13) Manneen hojii mootummaa keessatti bulchiinsa qabeenya namaa ilaalchisee dhimmoota
seeraan ala raawwataman qoratee tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata akka fudhatamu ni
taasisa.
14) Komiifi iyyannoo hojjattoota mootummaa irraa dhiyaate akkaataa seeraatiin murtii ni
kenna,ol’iyyannoo dhiyaate irratti murtii ni kenna,murtii kenname ni
raawwachiisa,mirga oliyyannoo ni eega.
15) Manneen hojii mootummaa amala addaa qaban irratti bu’uureffachuudhan Iskeeliin
mindaa adda ta’e akka qoratamu mootummaan yammuu ajajamu qoratamee mana
maree bulchiinsaa mootummaa naannichaatiif ni dhihaate yammuu hayyamamu
qajeelfama eege ni raawwata, ni hordofa.
16) Tooftaalee pabliik sarviisii Godinichaa jijjiiran yeroo yeroon qorataman hojiirra ni
hoolcha ,akka hojii irra hoolan ni taasisa.
Aangoo fi Gahee hojii Wajjirichaf kennaman keessaa kanneen sadarkaa raawwii
isaaniitiin harcaatii qabanii fi xiyyeefannoo addaa itti kennamuu qaban:
1. Gahumsaa paabliik sarvaantii misoomsuu fi guddisuu irratti pabliik sarvaantiin amma
hojiirra jiru sadarkaan barnootaa inni qabuu fi raawwiin hojii gita hojii raamadame
irratti qabu walsimuu dhabuu.
2. Hojiiwwan qorannoo, deggarsaa fi hordoffii manneen hojii gaggeessuu irrattii haala
bu’aa qorannoo irratti hundaa’uudhaan manneen hojii irratti hojii deeggarsaa fi
hordoffii taasifamee bu’aa qabeessa akka ta’an hojiin hojjetame gadi-aanaa ta’uu.
3. Hojiiwwan riifoormii manneen hojii godinicha keessatti gaggeeffaman irratti qorannoo
gaggeessuu fi hojiirra akka oolan xiyyeeffannoo addaatiin hojjatachuu fi deggaruu
irratti hanqinaalee meeshaalee jijjiiramaa amma jiran irratti mul’atan qorachuun haala
fooyya’aa ta’een meeshaalee riifoormii haaraa uumuu ykn madaqsuun hojiitti galchuu
dhabuu.
4. Paakeejii bulchiinsa gaarii haala qabatamaa Godinichatiin walsime qopheessuu fi
hojirraa olchuu irratti akkaataa amala manneen hojiitiin paakeejii bulchiinsa gaarii
qopheessuu fi diriirsuu dhabuu.
5. Sirni hooggansa qabeenya humna namaa fi ragaalee manneen hojii mootummaa
Godinichaa haala ammayyaa fi wal-fakkaatuun akka ijaaramu taasisu fi giddugaleessa
madda ragaalee akka ta’uu gochuu irratti pirojektoonni Sirna Qabiinsa Ragaa HQN
ammayyeessuuf yeroo adda addaa yaalamanii hojiirra ooluu dhabuu.
6. Foo’annoo fi filannoo, ramaddii, guddina sadarkaa, daballii mindaa, jijjiirraa, leenjii fi
naamusni hojjattoota paabliik sarvaantii akkaataa seeraa fi qajeelfama mootummaatiin
akka raawwatamu taasiisuu irratti hanqinaalee qajeelfamootni hoggansa qabeenya
namaa qabanii fi hanqina raawwii seerootaa hordofuun tarkaanffii sirreeffamaa fi
barsiisaa ta’e fudhachuu dhabuurraa kan ka’e manneen hojii mootummaa sadarkaa
sadarkaan jiran keessatti hoojjettoonni amantaadhaan, naannummaadhaan fi
gosummaan ijaaramuun kenniinsi tajaajilaa akka gufatu taasisee jiraachuu.
7. Karoora qabeenya humna namaa Godinichaa qopheessuu, mootummaaf dhiyeessu fi
hojiirra oolchuu irratti fedhii humna nama baratee gosaa fi baay’inaan barbaachisu
sadarkaa manneen hojiitti ragaa argame irratti hundaa’uun karoora qopheessuu
dhabuu fi ittiin hogganamu dhabuu.
8. Dhimmoota Bulchiinsa humna namaa seeraan ala raawwataman qoratee tarkaanfii
sirreeffamaa fudhachuu fi akka fudhataman taasisu irratti hoggansi seera hojiirra
oolchuu dhabuu.
9. Tooftaa damee dhuunfaa keessatti misoomni qabeenya humna namaa itti fufiinsaan itti
misoomuu danda’u baasuu, hojiirra ooluu fi hordofuu irratti seektaroota kanneen isaan
ilaalatu waliin xiyyeefannoo itti kennuun hojjechuu dhabuu.
10. Gosa kaffaltii durgoo, onnachiiftuu adda addaa fi Iskeelii mindaa qorachuun Mana
Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannichaatiif dhiyeessuu, yammuu murtaa’u hojiirra
oolchuu fi raawwii isaa hordofuu irratti aangoo mootummaa Federaala irratti rarra’ee
waan jiruuf furmaata dhabuu isaa.

 Kanaafuu waajirichi bara karoora tarsiimoo haafe keessattii aangoo fi gahe hojii dirqama
raawwachuu qabu kanneen irratti xiyyeeffannoo kennuun yeroo, beekumsaa fi baajata
gahaa itti ramaduun hojjachuu qaba.

1.2.1.2. Ergama, Mul’ata fi Dudhaalee


A. Ergama
Misooma fi hooggansa qabeenya namaa hammayyeessuu, Gurmaa’insa fi hojimaata mijaawaa
diriirsuu fi teeknoloojii hammayyaa’aatti fayyadamuun pabliik sarviisii mootummaa
misoomawaa ijaaruun bulchiinsa gaarii dhugoomsuu fi misooma ariifachisaa, itti fufiinsa
qabuu fi uummata keenya fayyadamaa taasisu naannicha keessatti mirkaneessuu dha.

B. Mul’ata
Bara 2012 tti Naannoo Oromiyaa keessatti dandeettii raawwachiisummaa cimsuun Pablik
sarvisii misoomawaa ergama isaa ba’uu danda’u uumuun bulchiinsa gaarii dhugoomsuu

C. Duudhaalee
Gaafatamummaa
Jijjiiramaaf qophaa’uu
Gareen hojjechuu
Guddina teeknooloojii waliin tarkaanfachuu
Tajaajjiltummaa
Naamusa ogummaa (Professionalism)
Kalaqa(innovation)

Xiinxala Raawwii Garee Hordoffii Gamaggamaa Raawwii Hoggansaa


Qabeenyaa Namaattii

Sagantaa Deeggaarsaa Hor/ Gam/R/H/Q/ Namaa


Deeggaarsa fi hordoffii kurmana 4ffaa akkuma karooraatii maars 4ffaan gaggeeffamee jira.
Komii hojjattoota Aanaa fi bulchiinsaa Magaalaa irraa dhiyyaatee akkumaa iyyaanoon
isaan nu gahee kan batalaatii hikaachuu qabu bataaluma hikuun kan koreen laaluu
barbaachiisuu koree dhabuun akkataa seeraa danbii ittiin bulmaataa hojjattoota
mootummaa bureefaachuu hikaa kan jiru ta’uu.
Eruu kennamee irraatti hunda’uun ragaan barnootaa sobaa hojjetoota mootummaa
addaan baasaa kan jiruu ta’uu isaa.
Hojjetaan Abb/Tay/Galiiwwanii GAONF keessa ragaan barumsaa isaa sakata’amee soba
ta’uu isaa Yunivarsity Alphaa irraa mirkana’ee dhufee tarkaanfiin barbaachisa akka
irrattii fudhatamuu gara Waajjira Haqaa fi Waj. Pooliisiitti darbeera.
Haaluma kanaan Abb/Tay/Geejjibaa irra eruu irrattii hunda’uun ragaa Hoggansa mana
hojichaa kan ta’ee fi kan hojjetaa tokkoo qulqula’eera.
Komiin hojjetaa Waajjira WHG Aanaa Barrak ilaalchisee Biiroo PSMQN Oromiyaa
qulqulleessine akka erginuuf nu gaafataneen Koreen dhabbatee hanga Aanaattii
deemamee qulqula’ee tarkaanfiin hojjetichaa irrattii fudhatamee qajeelfama irrattii kan
hunda’ee ta’uu isaa mirkaneessee deebii Biiroo PSMQN Oromiyaatiif kennameera.
Komiin Aanaa Walmaraa Manajara gandaa hojiirraa gaggeeffamee jechuun Waajjira
keenyaatiif iyyatee koreen Adeemsa Mis/Qabeenya Namaafi Garee Gam/Ra/H/BQN
irraa gadii bu’ee tarkaanfiin irrattii fudhatamee qajeelfama irrattii hunda’ee kan
fudhatamee ta’uu isaa mirkaneessera.

Unkaa Komiin Aanaalee Irraatti Funaanamuu Hojjettootaa Komii Dhiyyeefaataan fi Deebii


Argaataan hanga Kurmanaa 4ffaa Bara 2011

L Baayina
hojjattootaa
a komii Komii dhiyyaatee Adeemsaa irraa kan
dhiyyeeffaataan deebbii argaatee jiru
kk Aanaa fi B/M/ Irraa
dhufaan Dhi Dha. Ida Dhi Dha Ida Dhi Dha Ida
1 Godina - - - - - - - - -

2 A/ Sab/ Awaas 17 8 28 17 8 28 - - -

3 A/Walmaraa 6 - 6 6 - 6 - - -

4 A/Sulultaa 36 36 72 35 32 62 1 4 5

5 A/Aqaaqii - - - - - - - - -

6 A/Muloo

7 A/Barrak 8 2 10 7 2 9 - 1 1

8 B/M/S/ Bakkee - - - - - - - - -

Ida’ama

Gabatee Komii Caasaa Haaraa Aanaalee

La Baayina Kan deebi Kan addeemsara Kan


Bareefama argate jiru hubannoo/gors
Kk Maqaa Aanaa/Magaala komataa an deeb’e
Dhi Dub W/G Dhi Dub W/G Dhi Dub W/G Dhi Dub W/G

1 A/ Sabbataa Awas 20 12 32 20 12 32 - - - - - -

2 A/Walmaraa - - - - - - - - - - - -

3 A/Sulultaa 36 36 72 35 32 67 1 4 5 36 36

4 A/Aqaaqii 23 17 40 22 16 38 1 1 2 - - -

5 A/Muloo 9 9 18 6 8 14 - - - - -

6 A/Barrak - - - - - - - - - - -- -

7 B/M/S/ Bakkee - - - - - - - - - - - -

Ida’ama Waliigalaa 88 74 162 83 68 151 1 2 6 5 36 36

Gabatee komii caasaa haaraa Puuli PSMQ Namaa

La Baayina Kan deebi Kan adeemsara Kan hubannoo/


komataa Bareefama argate jiru
kk Maqaa seektaraa gorsan deeb’ee

3 Waaj,Mis/Mag/ 3 2 5 1 2 3 - - - 2 - 2
Manneennii

4 Waajira komnikeeshinii 1 1 2 1 - 1 - - - - 1 1

5 Waajira Hawwaasummaa 1 1 2 - 1 1 - - - 1 - 1
6 Waajira Aadaafi turzimii 1 1 - 1 1 - - - - - -

7 ATGeejjiba 5 1 6 1 - 1 - - - 4 1 5

8 WPSM Qa Namaa 1 1 2 1 - 1 - - - 1 - 1

9 BLTO 1 1 1 - 1 - - - - - -

10 Gabaa 1 1 - - - - - 1 - 1

11 Daldala 1 1 1 - 1 - - - - - -

12 Konstiraakshinii 4 2 6 3 1 4 - 1 1 2

13 Mis/Ind/CHU - - - - - - - - - - - -

14 Waajira GRB 1 - 1 - - - - - - 1 - 1

15 Waajira barnoota 1 - 1 - - - - - - 1 - 1

Ida’ama Waliigalaa 21 14 35 10 5 15 - 12 8 20

Ka’umsii Rakkoolee Komii Dhiyaate

 Qaajeelfama, daambi, seeraa-ittiin bulmaata hojjattoota kabaajaan akkataa


qaajeelfamaatiin hojiitii hikuu dhabuu.
 Manuwaalii ittiin bulmaataa hojjattootaa mootummaa irraatti hubaannoon kennamuu
dhaabuu.
 Ramaddii caasa haraa wal qabatee fedhiin hojjetaa dangaa dhabuu,
 Baayinaan hojjetaa gara komiitti kan fidee rakkoo hubannoo dhabuu ta’uu isaa,

Ragaa Sobaa Ilaalchisee:-

 Hojjetaan ragaan barumsaa isaa sakata’amee soba ta’ee mirkana’ee Dhi=5 Dub= 5
W/G= 10
 Hojjetaan ragaan barumsaa isaa soba ta’ee kan ofii saxilee dhi = 8 dub. 4 W/G= 12
 Ragaa soba harkaa Abbaa alangaattidarbee dhi=3 Dub. 2 W/G=5
 Ragaan gara Mana Murtii darbee murtii eegataa jiru Dhi. __Dub=3 W/G=3
 Ragaan soba ta’ee argamee hojjetaan faayidaa irraa gadii bu’ee jirachuu isaa. (Aanaa
Sulultaa irraa raga soba muxannoo dhaan dhiyeessee)
 Akka waliigalattii qisaasama baajata hira’atee qarshii. 216,705 (Kuma dhibbaa lamaafi
kudhaa jahaafi dhibbaa torbaaf shan) gara kaazinaa mootummaattii galii ta’eera

Ciminaa

 Ramaddiin caasaa haaraa sekteroota hundaaf godhamee irrattii komii hojjetaa dhiyeessee
daafanii deebii kennuu,
 Hojiilee karoorfamanii sababa adda addaatiin osoo hin raawwatamiin lafarra
harkifatanakkaataa barbaachisummaa isaatti karoora keenya yeroo yerootti xiinxaluun
raawwaatameera.
 Komiiwwan jiruu Aanaaleefi Bul/Magaala irraa dhufaan battalummattii hikuuf tattaafiin
jirachuu,
 Eruun ragaa sobaa irrattii dhiyaatee araaramaa tokkoo malee qulquleessanii qaama
ilaallatuu dabarsuu,
 Hojjetoonnii Garee kana yeroo gabaaba keessattii Leenjii tokkoo malee hojii mo’achuuf
carraqqiin jiruu garii ta’uusaa.
 Miira waligaltee, kaka’umsaa fi tajaajiltummaa cimaan garee keenya keessa waan jiruuf
hojiin gaariin hojjetameera.
 Raayyaan adeemsicha keessa jiru oolmaa hojii qabatamaa qoratuun guyyaa guyyaan
ilaalamaa tureera.

Hanqina

 Gahee hojii garee kana adda bahee taa’uu dhabuun daangaa fi hangaa isaa beekkamuu
dhabuun rakkoo ta’ee jira.
 Haala karooraatiin raawwachuu dhabuu. Fkn. Leenjii kennuu irratti
BOQONNAA LAMA:-TOORA XIYYEEFFANNOO

2. Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo

La Karoora bara 2012


Karoora Karoora kur 2ffaa kur 4ffaa
kk Toora Xiyyeeffannoo Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo bara 2011 bara 2012

1 Hooggansa qabeenya Gahumsa fi bu’a-


namaa qabeessummaa 70 85 78 85
pabliik Sarvisii Fooyya’e
2 Kenniinsa tajaajilaa fi Kenniinsa tajaajilaa fooyya’e 74 90 80 90
Bulchiinsa Gaarii

3. Kaayyoolee Tarsiimo’aa (Strategic Objectives)


Kaayyoleen tarsiimo’aa toora xiyyeeffannoo filataman milkeessuuf mala gargaaru waan
ta’eef, toora xiyyeeffannoowwan armaan olitti adda bahaniif kaayyoleen tarsiimo’aa
kallattiiwwan madaallii afraniin tokkoon tokkoo toora xiyyeeffannootiif erga qophaa’ee
booda, kaayyolee walfakkaatan walsimsiisuudhaan kaayyoolee waliigalaa (corporate
objectives) seektaarichaa qophaa’ee jira.

3.1. Kallattiiwwan Madaallii


Kallattiin madaallii bu’aalee duraa (leadining factors) fi bu’alee boodaa (lagging factors)
walitti hidhamiinsa qabaachuu isaanii meeshaa madaaluu dandeessisu dha. Akka
manneen hojii mootummaatti kallattiiwwan madaallii afur (Maamila, Faayinaansii,
Adeemsa hojii keessaa fi Ijaarsa Dandeettii) filatamanii baroottan tarsiimoo darban
keessatti irratti hojjetamaa turee jira. Haaluma kanaan haala qabatamaa seektarichaatiin
maamilli xiyyeeffannoo ol’aanaa argachuu waan maluuf akkaataa armaan gaditti
sadarkaa tokkoffaa irratti safartuu mulkaa’inaa akka ta’u filatamee jira. Kallattiiwwan
madaallii hafanis haala armaan gadiitiin gurmaa’aniiru.

I. Kallattii Madaallii Lammii/Maamilaa (Customer Perspective)


II. Kallattii Madaallii Faayinaansii (Financial Perspective)
III. Kallattii Madaallii Adeemsa Hojii Keessaa (Internal Process Perspective)
IV. Kallattii Madaallii Ijaarsa Dandeettii (Capacity Building Perspective)
3.2. Kaayyoolee Tarsiimo’aa Toorawwan Xiyyeeffannoo
Kaayyolee tarsiimo’aa toora xiyyeeffannoo jechuun kaayyolee toora
xiyyeeffannoowwan akka seekiteraatti adda bahan milkeessisuu dandeessisaniidha.
Haaluma kanaan, toora xiyyeeffannoo arfan akka seekiterichaatti adda bahan galmaan
gahuuf tokko tokkoo toora xiyyeeffannootiif kallattiilee madaallii arfaniin kaayyoleen
xiyyeeffannaa haala armaan gadiitiin adda baahanii jiru.

Toorawwan Xiyyeeffannoo fi Kaayyoolee Tarsiimo’aa

TX-1ffaa : Hooggansa Qabeenya Namaa TX-2ffaa :Kenniinsa Tajaajilaa fi Bul/Gaarii


 Amantaa lammii guddisuu  Amantaa lammii guddisuu
 Itti quufiinsa lammii guddisuu  Itti quufiinsa lammii guddisuu
 Fayyadamummaa lammiilee guddsuu  Fayyadamummaa lammiilee guddusuu
 Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa itti  Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa itti fayyadama
fayyadama qabeenyaa fooyyessuu qabeenyaa fooyyessuu
 Aadaa pabliik sarvisii fooyyessuu  Tajaajila Leenjii fooyyessuu
 Raawwii seerota bulchiinsa qabeenya  Tajaajila gorsa fooyyessuu
namaa fooyyessuu
 Dandeettii raawwachiisummaa  Dandeettii raawwachiisummaa sektarichaa
sektarichaa fooyyessuu fooyyessuu
 Aadaa fi naannoo hojii fooyyeessuu  Aadaa fi naannoo hojii fooyyeessuu
KUTAA SADI: KAAYYOOLEE TARSIIMO’AA
Kaayyolee Waliigalaa Waajjiricha

Kallattii Madaallii Kaayyolee Tarsiimo’aa


1. Amantaa lammii guddisuu
Maamila 2. Itti quufiinsa lammii guddisuu
3. Fayyadamummaa lammiilee guddisuu
Faayinaansii 4. Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa qabeenyaa fooyyessuu
5. Raawwii seerota bulchiinsa qabeenya namaa fooyyessuu
6. Tajaajila gorsa fooyyessuu
Adeemsa Hojii Keessaa
7. Qindoominaa fi walitti hidhamiinsa dhaabbilee cimsuu
ID 8. Dandeetti raawwachiisummaa seektarichaa fooyyeessuu
9. Aadaa fi naannoo hojii fooyyeessuu
Kaayyolee Tarsiimo’aa Garee Gamaggamaa Hordoffii fi Raawii Hoggansa Qabeenya Namaa Bu’aa, Agarsiistuu Raawwii fi Foormulaa

Kaayyolee
Lak
Tarsiimo’aa Bu’aa Kaayyichaa Agarsiistuu bu’aa Foormulaa
Amantaa lammii  Amantaa lammiilee Amantaa lammii dabale %’n Sakatta’iinsa
1
guddisuu
Itti quufiinsa lammii  Ittiquufinsa lammiilee Ittiquufiinsa lammii dabale %’n Sakatta’iinsa
2
guddisuu
Fayyadamummaa  Fayyadamummaa uummataa Qulqullina tajaajilaa dabale %’n Sakatta’iinsa
3
lammiilee guddisuu Uwwisa taajaajilaa dabale %’n Sakatta’iinsa
Gahuumsaa fi bu’a  Qisaasama qabeenyaa hir’ate Qisaasama qabeenyaa hir’ate %’n (Qabeenya WG-qabeenya sirnaan hojiirra oole/qabeenya
qabeessummaa waliigalaa)*100
4
qabeenyaa Qisaasama baajata hir’ate % Hordoffii kutaa karooraa taasisuun
fooyyessuu
Raawwii seerota  Raawwii seerotaa hooggansa Komii xiqqaate %’n Bay’ina komii bara darbee- baaay’ina komii bara kanaa/bay’ina
bulchiinsa qabeenya qabeenya namaa fooyya'e. komii bara darbee) * 100
namaa fooyyessuu  Qulqullina murtee fooyya’aa Qulqullina murtee dabale %’n Murtee waliigala kenname-murtee oliyyannoon kufe/murtee
waliigala kenname *100
5 Ol’iyyannoo dhiyaatee murtee argate %’n Ol iyyaannoo murtaa’e/ol iyyannoo dhiyaate*100
Qacarrii seeraan alaa hir’ate Sakatta’iinsa
Jijjiirraa seeraan alaa hir’ate
Ramaddii seeraan alaa hir’ate
Guddina sadarkaa seeraan alaa hir’ate
Tajaajila gorsa  manneen hojii gorsa ogummaa Jijjiirama tajaajila gorsaa booda dhufe Sakatta’iinsa (galma gahiinsa kaayyoo gorsaa)
fooyyessuu argatan Itti quufiinsa tajaajila gorsaa dabale Sakatta’iinsa (qaama tajaajila gorsaa argate qofa)
6  qulqullina gorsaa dabale Manneen hojii tajaajila gorsaa argatan Baay’ina manneen hojii gabaasa irraa(#)
Tajaajila gorsaa kenname Baay’ina tajaajila gorsaa marsaadhaan gabaasa irra
Qulqullina tajaajila gorsaa Sakatta’iinsa (%)
Dandeettii  Ga’umsa hojjattootaa fi Dhibbentaa raawwii hojii hojjettootaa Baay’ina hojjettootaa raawwiin hojii staandaardiin gadii /baay’ina
raawwachiisummaa hoggansaa dabale staandaardii gadii hir’ate hojjettoota waliigalaa * 100
7
sektaricha  Raawwii hojii dabale Raawwii sektarichaa dabale %’n Bu’aa madaallii sektarichaa
fooyyeessuu
Aadaa fi naannoo  Rakkoo naamusa hojii ittiquufiinsa hojjetaa dabale%’n Sakkatta’iinsa
hojii fooyyeessuu xiqqaate Gadilakkisa hojjetaa xiqqaate %’n Baay’ina hojjetaa gadilakkise/ baay’ina hojjetaa waliigalaa *100
 kaka’uumsa hojjetaa dabale Ittifayyadama qabeenya namaa dabale %’n Yeroo hojiirratti dabarse/yeroo dabarsuu qabu *100
8
 naannoo hojii mijataa uumame Resource utilization Actual Time / Resource Capacity *100
Indeksii Gahee ofii bahuu hojjetaa Sakatta’iinsa
Employee Engagement index
KUTAA SHAN; SAFARTULEE, KA’UMSAA FI MANII KAAYYOLEE TARSIIMO’AA

Gabatee:-5.1: Gabatee Karoora Bara 2012 Gama Kaayyoolee Tarsima’oo fi Safartuulee Isaani Waliin
Kallattii Madaallii Galmaan Gahan Hidhachuun Qopha’e

Ulfaatina
Ka’umsa karoora ka’umsa Manii Manii kurmaanaan

Ulfaatina
Kallattii Kaayyolee Tarsiimo’aa Agarsiistuu bu’aa/Safartuulee bara 2007 waggaa bara Waggaa Kur.1 Kur.2 Kur.3 kur4
Madaallii shanii 2011
(2008-2012)
Amantaa lammii guddisuu 8 Amantaa lammii dabale %’n 8 50 75 74 75 - 60 - 75
Maammila

Itti quufiinsa lammii 7 Ittiquufiinsa lammii dabale %’n 7 55 80 75.5 80 - 77.5 - 80


guddisuu
(20%)

Fayyadamummaa lammiilee 5 Qulqullina tajaajilaa dabale %’n 3 60 80 75.5 80 - 77.5 - 80


guddisuu Uwwisa taajaajilaa dabale %’n 2 60 85 75.5 85 - 80.5 - 85
Gahuumsaa fi Bu’a 6 Qisaasama qabeenyaa hir’ate %’n 4 2.5 0 4 0 0.5 1.5 1 1
Faayinaa

Qabeessummaa Qabeenyaa
(15%)

Fooyyessuu
nsii

Sirna Hoggansa Qabeenya 8 Itti quufiinsa hojjetaa dabale %’n 1 haaraa 60 58 60 - 59 - 60


Namaa Fooyyessuu
Reetii hafiinsaa (absenteeism) 1 haaraa 0 haaraa 0 - - - 0
Gadilakkisii hojjetaa hir’ate %’n 1 haaraa 10 14 10 13 14 15 16
Indeksii Gahee ofii bahuu hojjetaa 0.5 haaraa 75 haaraa 75 - - - 75
Employee Engagement index
Raawwii Seerota Bulchiinsa 11 Komii xiqqaate %’n 1 - 0 16 0 12 7 3 0
Qabeenya Namaa Qulqullina murtee dabale %’n 1 70 100 75 100 80 90 95 100
Adeemsa Hojii Keessaa (45%)

Fooyyessuu Ol’iyyannoo dhiyaatee murtee argate 1 50 100 75 100 80 90 95 100


Qacarrii seeraan alaa hir’ate %’n 2 haaraa 100 haaraa 100 100 100 100 100
Jijjiirraa seeraan alaa hir’ate %’n 2 haaraa 100 haaraa 100 100 100 100 100
Ramaddii seeraan alaa hir’ate %’n 2 haaraa 100 haaraa 100 100 100 100 100
Guddina sadarkaa seeraan alaa 2 haaraa 100 haaraa 100 100 100 100 100
hir’ate %’n
Tajaajila Gorsaa Fooyyessuu 6 Jijjiirama tajaajila gorsaa booda 1 haaraa 75 haaraa 75 70 72 74 75
dhufe
Qulqullina tajaajila gorsaa 1 haaraa 75 haaraa 75 70 72 74 75
Itti quufiinsa tajaajila gorsaa dabale 1 75 75 - 75 70 72 74 75
Manneen hojii tajaajila gorsaa 1.5 32 32 - 32 - 16 - 16
argatan
Ulfaati
Ulfaati
Kallattii Ka’umsa karoora ka’umsa Manii Manii kurmaanaan

na
Madaallii Kaayyolee Tarsiimo’aa Agarsiistuu bu’aa/Safartuulee bara 2007 waggaa bara Waggaa Kur.1 Kur.2 Kur.3 kur4

na
Tajaajila gorsaa kenname 1.5 4 shanii
2 - 2011 4 - 2 - 2
Dandeettii 8 Dhibbentaa raawwii hojii hojjettootaa 3 haaraa 0 haaraa 0 - 0.5 - 0
Raawwachiisummaa istaandaardii gadi ta’e
Ijaarsa Dandeetti

Sektaricha Fooyyeessuu Raawwii sektarichaa dabale %’n 5 71 85 75.5 85 - 80 - 85


Aadaa fi Naannoo Hojii 5 Reetii hafiinsaa(absenteeism) 1 haaraa 0 haaraa 0 - 5 - 0
Fooyyeessuu ittiquufiinsa hojjetaa dabale%’n 1 haaraa 75 75 - 70 - 75
Gadilakkisa hojjetaa xiqqaate %’n 1 haaraa 10 14 10 - 12 - 10
(20%)

Ittifayyadama qabeenya namaa %’n 1 haaraa 80 haaraa 80 - 75 - 80


Indeksii gahee ofii bahuu hojjetaa 1 haaraa 65 haaraa 65 - 60 - 65
%’n
Boqonnaa Jaha:-Tarkaanfilee Tarsiimo’aa Fi Ulfaatina Isaanii Waliin

Tarkanfileen Tarsiima’oo Hojiilee Gurguddoo akka Seekteratti Hogeessoonni Guyya Guyyadhan Hojjatani Kanneen
Digdamii Laman Gabatee Armaan Gadii Keessatti Adda Bahanidha.

Gabatee ;6.1; Gabatee Tarkanfilee Fi Ulfaatina Isaanii Ibsu


Ulfaatina
Lakk Tarkaanfilee Tarsiima'aa Tarkaanfilee
1 Sakata’iinsa bu’aa boodaa gaggeessuu 20
2 Too’annoo fi hordoffii itti fayyadama qabeenyaa fi baajataa 7
3 Sagantaa Gamaggamaa fi hordoffii raawwii karooraa fi baajataa 8
4 Sagantaa leenjii fi gorsaa 3
5 Sagantaa tajaajila gorsaa 2
6 Sagantaa Deeggarsaa, hordoffii fi duub-deebii 2
7 Sagantaa Hordooffii raawwii seerota qabeenya namaa 5
9 Sagantaa Dhimmoota idileeffannaa 2
10 Tarsiimoo naamusaa 3
11 Hariiroo hawaasa mana hojii fi maamiltoota cimsuu 3
12 Sagantaa kominikeeshinii jijjiiramaa 4
59
Gabatee 6.2: Tarkanfiilee Tarsiima’aa Fi Manii Isaanii Ji’oota Waggaatin Karoora Bara 2012
Ulfaa
tina

Gochoota
madaallii
Kallattii

Safartuu Ka’umsa Manii Ka'umsa Manii Kaayyolee


Safaraa kur-1 kur-2 kur-3 kur-4 Tarsiimo'aa
Raawwii 2007 2008-2012 2011 2012

Sakatta’iinsa Gaaffannoo Amantaa maamilaa


qopheessuu
8 Lakk 10 20 4 4 1 1 1 1
gaggeessuu dabaluu
samuda adda Itti quufiinsa
Maamila 20%

baasuun maamilaa
Sakatta'insa sakatta’insa
8 Lakk 10 20 4 4 1 1 1 1
Fayyadamummaa
bu'aa duraa adeemsisisuu
Baay’ina maamilaa dabaluu
fi boodaa
dookimentii 2 Lakk 5 10 2 2 1 1
qophaa'ee
Bay
sakatta’iinsa 2 Lakk 5 10 2 2 1 1
gaggeeffamee
Sirna Gamaggamaa Gahuumsaa fi Bu’a
deeggarsaa fi 4
fi hordoffii Qabeessummaa
hordoffii 2 Lakk 10 20 4 1 1 1 1
diriirsuu gaggeeffame Qabeenyaa
Sagantaa
qophii Fooyyessuu
Baayina 4
Karooraa,Ba 2 Lakk 10 20 4 1 1 1 1
duubdeebii
ajata, Gahuumsaa fi Bu’a
kenname
Gamaaggama Qabeessummaa Baajataa
a Fi Hordoffii Baay’ina Fooyyeessuu
deggarsa 2 Lakk 4 4 1 1 1 1
taasifame

Sagantaa sirna baay'ina


Too’annoo Fi to’annoo hordoffii 3
Hordoffii Itti qabeenyyaa kunuunsa 3
3 ji’an - 60 4 3 3
Fayyadama kunuunsuu qabeenyaa 12
Qabeenyaa fi gaggeeffame
Gochuu fayadamuu
sagantaa baay'ina 0.5 lakk 10 20 4 4 1 1 1 1 Dandeettii
duubdeebii raawwachiisummaa
Deeggarsa kenname
baay'ina manneen hojii
a, hordoffii deeggarsaa 1 lakk 10 20 4 4 1 1 1 1 fooyyessuu
taasifame
fi duub- fedhii
deebii deeggarsaa 0.5 dok 5 5 1 1 1
adda bahe
Hojiirra Hordoffii Hordoffii Raawwii Seerota
gaggeeffame
1 marsaa 10 20 4 4 1 1 1 1
oolmaa raawwii Bulchiinsa Qabeenya
Seerotaa seerootaa
Namaa Fooyyessuu
HQN qabeenya 1
namaa Karoora 1 dok 5 1 1
Fooyyessuu
gaggeessuu hordoffii
qophaa’e 5
Tarkaanfii Qacarrii 3 3 3 3
haaraa haaraa
fudhachuu seeraan alaa 1 Marsa 12 12
dhorkame
Ramaddii 3 3 3 3
Marsa haaraa haaraa
seeraan alaa 1 12 12
dhorkame
Faayinansii 15%

Guddina 3 3 3 3
Marsa haaraa haaraa
seeraan alaa 0.5 12 12
dhorkame

haaraa haaraa 3
Jijjiirraa 0.5 Marsa 12 12
3 3 3
seeraan alaa
dhorkame
Sirna Tajaajila Baay’ina Tajaajila Gorsaa
Tajaajila gorsaa gorsa 1.5 lakk - 4 - 32 8 8 8 8
Fooyyessuu
Gorsaa kennuu kenname
fooyyessuu Manneen
hojii tajaajila
gorsaa 1.5 Lakk - 4 1 1 1 1
argatan

ID 20%
Leenjii hojjettoota fi baay'ina 3 lakk - 42 - 42 0 0 42 0 Dandeetti
Dandeettii hoggantoota hojjettoota fi raawwachiisummaa
Raawwachiis aanaa hoggantoota seektarichaa
fooyyeessuu
ummaa leenjii aanaa leenjii
Cimsu argatan argatan
Kennuu
Dhimma Koorniyaa Dhimma
koorniyaa Sagantaa
koorniyaa Idileessuu 1 lakk - 8 - 4 1 1 1 1 Dhimmoota
idilaa’e
Idileeffannaa idileeffannaa
Sirna komii Sirna komii Sirna komii fi
qabannoo komii
fi qabannoo fi qabannoo diriire
komii komii 1 lakk - 8 - 4 1 1 1 1
diriirsuu diriirsuu
Sirna Sirna Sirna
Komminikeeshin Sagantaa
Komminikee Komminike
shinii eshinii
ii Diriire
4 lakk - 2 - 2 1 1
kominikeeshini
Diriirsuu Diriirsuu jijjiiramaa
Gabatee 6.3 Tarkanfiilee Tarsiima’aa fi Manii Isaanii Ji’oota Waggaatiin Karoora Bara 2012

Ka’umsa 2007

Ka'umsa 2011
T/Tarsiima’oo

Kur-1 Kur-2 Kur-3 Kur-4

Manii 2012
madaallii

gurguddoo

2008-2012
Kallattii

Ulfaatina

Safaraa
Hojiilee

Manii
Safartuu
Raawwii
Gochoota Kaayyolee

Mud

Amj
Sad
Tarsiimo'aa

Bit
Sakatta’iinsa Gaaffannoo Amantaa
qopheessuu
8 Lakk 10 20 4 4 1 1 1 1 maamilaa
gaggeessuu
Samuda adda dabaluu
Itti quufiinsa
Maamila 20%

Sakatta'in baasuun
sakatta’insa
8 Lakk 10 20 4 4 1 1 1 1 maamilaa
sa bu'aa Fayyadamumm
adeemsisisuu aa maamilaa
duraa fi Baay’ina dabaluu
boodaa dookimentii 2 Lakk 5 10 2 2 1 1
qophaa'ee
Bay
sakatta’iinsa 2 Lakk 5 10 2 2 1 1
gaggeeffamee
Sagantaa Sirna Gahuumsaa fi
qophii Bu’a
deeggarsa
Karooraa,Ba gamaggamaa fi 4 Qabeessumm
ajata, a fi hordoffii 2 Lakk 10 20 4 1 1 1 1 aa Qabeenyaa
Gamaaggam hordoffii gaggeeffame
Fooyyessuu
aa Fi diriirsuu
Hordoffii
Gahuumsaa fi
Sagantaa sirna baay'ina
Bu’a
Too’annoo to’annoo hordoffii 12 1 1 1 1 Qabeessummaa
Fi Hordoffii qabeenyaa kunuunsa 3 Lakk - 60 4 1 1 1 1 1 1 1 1
Baajataa
Faayinansii 15%

Itti kunuunsuu fi qabeenyaa Fooyyeessuu


Fayyadama fayadamuu gaggeeffame
Qabeenyaa dookimantii
Gochuu inventarii - 5 1 1 1
qabeenyaa 2 Lakk
gaggeeffame
ibsu
baay'ina 3 Lakk - 1 2 1 1
tarkaanfii
fudhatame
baay'ina Dandeettii

Sagantaa duubdeebii 0.5 lakk 10 20 4 4 1 1 1 1 raawwachiisum


kenname
Deeggars maa manneen
baay'ina
aa, hojii fooyyessuu
deeggarsaa 1 lakk 10 20 4 4 1 1 1 1
hordoffii taasifame
fi duub- fedhii 1
deebii deeggarsaa 0.5 dok 5 5 1 1
adda bahe
Hojiirra Hordoffii Hordoffii Raawwii
1 marsa 10 20 4 4 1 1 1 1 Seerota
oolmaa raawwii gaggeeffame
Seerotaa seerootaa Bulchiinsa
Qabeenya
HQN qabeenya
haar Namaa
Fooyyessu namaa Karoora 1 dok 5 1 1 Fooyyessuu
u gaggeessuu aa
hordoffii
qophaa’e 5
Tarkaanfii Qacarrii haara haa
1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
fudhachuu seeraan alaa 1 Marsa a 12 raa 12
dhorkame
Ramaddii haara haa
Marsa 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
seeraan alaa 1 a 12 raa 12
dhorkame
Guddina haara haa
Marsa 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
seeraan alaa 0.5 a 12 raa 12
dhorkame
Jijjiirraa haar haa
seeraan alaa 0.5 Marsa aa 12 raa 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
dhorkame
Sirna Tajaajila Baay’ina Tajaajila
Tajaajila gorsaa gorsa 1.5 lakk - 4 - 32 4 4 4 4 4 4 4 4 Gorsaa
Gorsaa kennuu kenname
Fooyyessuu
fooyyessuu Manneen
hojii
tajaajila 1.5 Lakk - 32 4 4 4 4 4 4 4 4
gorsaa
argatan
ID 20%
Naamusa Hordoffii Baay'ina 3 torban - - 48 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 Dandeettii
Hordoffii
hojjetaa gaggeessuu Raawwachii
irratti summaa
hordoffii Sektaricha
taasisuu Fooyyeessu
Dhimma Koorniyaa Dhimma u
koorniyaa
koorniyaa Idileessuu idilaa’e 1 lakk - 8 - 4 1 1 1 1
Idileeffann
aa
Sirna komii Sirna komii Sirna komii fi
qabannoo komii
fi qabannoo fi qabannoo diriire 1 lakk - 8 - 4 1 1 1 1
komii komii
diriirsuu diriirsuu
baay'ina baay'ina
hojjettoota hojjettoota fi
Leenjii hoggantoota
fi
Dandeettii bul
hoggantoot
Raawwachi magaalaa
a bul
isummaa raawwii Haara
magaalaa 4 lakk 42 - 42 42
Manaajero seeraa irratti a
raawwii
ota Gandaa leenjii
seeraa
Cimsu argatan
irratti
Kennuu
leenjii
kennuu
Sirna Gamaaggamaa fi Hordoffii Karoorichaa
Raawwiin karoora waggaa keessatti qabamee jiruu fi hojiin akkaataa karooraatiin qabamanii sadarkaa
sadarkaan hojjetaman akkaatuma barbaachisummaa isaaniitti kurmaanaan, ji’a ja’aanii fi waggaatti qaamaan
deemuun gamaaggamaa fi hordoffii taassisuun deeggarsi barbaachisaa ta’e itti fufinsaan ni kennama.

Sirna duub-deebii Idileesuu fi bu’aa kaayyoo tarsiimo’aa xinxaluun akka danda’amuuf waltajjiin sirna duub -
deebii walii kennuu sadarkaa godinaa fi sadarkaa aanaattii caasaan dhimmi ilaallatu bakka argamanitti waltajjii
marii kan qophaa’u ta’a.

Qaamoleen duub-deebii barreeffamaan Kennan hundi akkaataa irratti waliigalame sanaan sirreeffamni
barbaachisaa ta’e sadarkaa sadarkaan gaggeeffamuu isaa hordoffiin barbachisaa ta’e kan taasifamu ta’a.

Adeemsa Gabaasaa
Gabaasni raawwii karooraa kan qindaa’u bu’aa karoora ji’aa, kurmaanaa fi kan waggaa yeroo isaa eeggatee qindaa’uun
qaama sadarkaa sadarkaan jiruuf kan gabaafamu ta’a.

Sirna gabaasaa keessatti dhimmi xiyyeeffannoo argachuu qabu qulqullina ragaa waliin walqabatee rakkoo quunnamu
yeroon furuuf adeemsa ragaa walitti qabuu, qindeessuu, xiinxaluu fi qaamni mirkaneessu raggaasisee sirrii ta’uu isaa itti
gaafatamummaa fudhachuu qabu raayyaa sivil sarviisii ijaarame ta’a.

Gabaasni raawwii karoora seektera keenyaa kan ji’a, kurmaanaa,fi kan waggaa dursitoota garee hojiitiin qindaa’ee
tokko shanee adeemsichaatiin mirkana’ee gara adeemsa hojii qophii karooraa fi baajataatti dhiyaatee erga qindaa’ee
booda maaneejimeentii waajjirichaatiin gamaaggamamuun kan mirkanaa’u ta’a.

Gabaasni ji’a ji’aan fi kurmaana kurmaanaan manajmantii waajjirichaatiin erga mirkanaa’ee booda BPSMQNO, WKMD
GAONF fi WB GAONF tiif ni dhiyaata
Kanaafuu qaamoleen gabaasa qaama itti aanuuf dhiyeesuu qaban hundi jiini ykn kurmaanni itti aanuu osoo hin
galiin dura guyyoota kudhan (10) dursee foormaatii SMBKT hordofuun qophaa’ee kan dhiyaatu ta’a.

Adeemsa Duub-Deebii
 Gabaasni yeroo yeroon dhiyaatuu fi gamaaggamni sadarkaa sadarkaan gaggeeffamu qaama gamaaggamni irratti gaggeeffameef
duub-deebii yeroo isaa eeggate kennuun milkaa’ina raawwii karoora yeroo itti aanuuf faayidaa guddaa qaba.

 Kanaafuu, raawwii karoora waggaa kurmaana kurmaanaan fi ji’a ji’aan gamaaggamamu, sirna duub deebii idileessuu fi bu’aa
kaayyoo tarsimo’aa xinxaluun akka danda’amuuf waggaatti si’a afur manneen hojii mootummaa sadarkaa Godina, aanaa fi
magaalaa iddoo tokkotti bakka argamanitti waltajjii marii kan qophaa’u ta’a.

 Waltajjii marii gaggeeffamu kana irrattii gabaasni sadarkaa aanaa fi magaalaa qindaa’ee fi gamaaggamni sadarkaa sadarkaan
gaggeeffame duub-deebiin ifaa iffatti bifa marii fi barreeffamaan qaama hundaaf kan kennamuu fi kan ibsamu ta’a.

 Gama biraatiin Sirna duub-deebii idileessuun waltajjiin sirna duub deebii walii kennuu manneen hojii sadarkaa godinaa fi
sadarkaa aanaattii caasaan dhimmi ilaallatu bakka argamanitti waltajjii marii kan qophaa’u ta’a.

 Qaamoleen duub-deebii barreeffamaan Kennan hundi akkaataa irratti waliigalame sanaan sirreeffamni barbaachisaa ta’e sadark
sadarkaan gaggeeffamuu isaa hordoffiin barbachisaa ta’e kan taasifamu ta’a.
Unka 4. Karoora Hojii Ji’a waxabajjii
Maqaa Adeemsa :-Garee Hordoffii Gamaggama Raawwii Hojii Hoggansa qabeenya Namaa
Maqaa Hojjetaa Alamitu Kibrat
Ji’a waxabajjii bara 2011
T/ Yeroo Itti Raawwatamu
L Gosa

Yaada
Hojiilee Hojjetamuuf karoorfame Safartuu rawwii Mani Safartuu

Torban

Torban

Torban

Torban
i

1ffaa

2ffaa

3ffaa

4ffaa
1 Karoora Ji’a Qopheessuu 1 Dok. 1

2 Gamaggama fi hordoffii ittifayyadama Gamagamaafi hordoffii taasifame 1 Lakk 1


qabeenyaa gaggeessuu
3 Gabaasa raawwii qopheessuu 1 Lakk 1 -

Dookimanttii gabaasa qophaa’e Dookimanttii gabaasa qophaa’e 1 dook 1

4 Deeggarsaa fi hordoffii raawwii Dookimanttii gabaasa qophaa’e 1 Lakk 1


seerotaa irratti gaggeessuu
5 Iyyataa /komii /hojjattoota 13 Lakk 5 5 3
mootummaa adda addaa R/S/H/Q/N Iyyaatta qopha,ee deebi
irraatti dhiyaatan kenname
6 Tokko shannee ilaaluu Lakk 1 1 1 1
Maqaa gutuu hojjetaa:- _______________ Maqaa gutuu hogganaa ______________________

Mallattoo ____________ Mallattoo ______________

Lakk._________________

Guyyaa_______________

Waajjira PSMQN GAONF tiif


Finfinnee

Dhimmi :-Karoora hojjii bara 2012 Erguu Ilaala.


Akkumaa armaan oliiti ibsuuf yallametti karoora hojjii Garee Hordoffii fi Gamaggamaa Raawwii
Hoggansa Qabeenya Namaa bara 2012 fuula 25 xalayaa gaggeessituu kana waliin qabsifnee erguu keenya
ni ibsina.

Nagaa Wajjiin

D/G/Hor/Gam/Raw/BQN

G/G
 Itti G/Waajira keenyaatiif

 Kutaa karoora w/keenyatiif


Finfinnee
1 Yaa’insa Hojii Garee Hor/Gam/Raw/HQNamaa bara 2012 Istaandardii isaanii waliin
Istaanderdii hojii
ulfaat Qaama
Tarkaanfiilee tarsiimo’aa / Hojiiwwan gurguddoo
ina Raawwatu Baay’ina Qulqullina Baasii Yeroo

Sakata’iinsa bu’aa boodaa gaggeessuu 15


Garee hojii Meeshaalee istastiiksii Guyyaa 10
xiinxala gaggeessuu fi bu'aasaa dhiyeessuu 5 Dok. 1
gahuumsa qaban fayyadamuu
Garee hojii Samuda fudhatame hunda Guyyaa 15
ragaa sassaabuu fi qindeessuu 5 dok .1
qaqqabuu
Garee hojii Guyyaa 5
Meeshaalee ragaan itti sassaabamu qopheessuu 5 Dok.1 Saayinsawaa ta’uu
Garee hojii
Sakatta’iinsa bu’aa boodaa gaggeessuu 15
Garee hojii Meeshaalee istastiiksii Guyyaa 10
xiinxala gaggeessuu fi bu'aasaa dhiyeessuu 5 Dok. 1
gahuumsa qaban fayyadamuu
Garee hojii Samuda fudhatame hunda Guyyaa 15
ragaa sassaabuu fi qindeessuu 5 dok .1
qaqqabuu
Garee hojii Guyyaa 5
Meeshaalee ragaan itti sassaabamu qopheessuu 5 Dok.1 Saayinsawaa ta’uu
Garee hojii
Sakatta’iinsa bu’aa boodaa gaggeessuu 15
Garee hojii Meeshaalee istastiiksii Guyyaa 10
xiinxala gaggeessuu fi bu'aasaa dhiyeessuu 5 Dok. 1
gahuumsa qaban fayyadamuu
Garee hojii Samuda fudhatame hunda Guyyaa 15
ragaa sassaabuu fi qindeessuu 5 dok .1
qaqqabuu
Garee hojii Guyyaa 5
Meeshaalee ragaan itti sassaabamu qopheessuu 5 Dok.1 Saayinsawaa ta’uu

Garee hojii
Qophii Karooraa,Baajata, Gamaaggamaa fi Hordoffii 5
gamaggama fi hordoffii ittifayyadama qabeenyaa Garee hojii Guyyaa 3
gaggeessuu
2 Mars.1 Bu’aa sirnaa adda bahe

Garee hojii Guyyaa 5


deeggarsa, hordoffii fi duubdeebii 2 Dok. 1 Kan sirnaan adda bahe

Garee hojii Guyyaa 10


deeggarsa, hordoffii fi duubdeebii 1 Dok.1 Deeggarsa gahumsa qabu

Sagantaa too’annoo fi hordoffii itti fayyadama Garee hojii


qabeenyaa gochuu
3
Garee hojii Guyyaa hojii 5’n
kunuunsa qabeenyaa taasisuu 3 Mars.1 Kunuunsa guutuu ta’e

sagantaa Qophii karooraa, baajataa fi gamaggamaa fi Garee hojii


10
hordoffii
Garee hojii Guyyaa 30
karoora hirmaachisaa qopheessuu 2 Dok.1 Karoora qabiyyee guutuu qabu

Garee hojii Guyyaa 15


gabaasa raawwii waggaa qopheessuu 2 Dok.1 Gabaasa qabiyyee guutuu qabu

Garee hojii Guyyaa 5


gabaasa raawwii kurmaanaa qopheessuu 2 Dok.1 Gabaasa qabiyyee guutuu qabu

Garee hojii Guyyaa 5


deeggarsaf, hordoffii 2 Mars.1 Deeggarsa gahumsa qabu

Garee hojii Ciminafi hanqina jiran guyyaa 10


Duub-deebii qopheesuu 2 Mars.1
ibsuudhan
Garee hojii
Hojii hordoffii Raawwii Seeraa HQNamaa gageessuu 6

Hordoffii gaggeessuu 1
Garee hojii marsa Bu’aa argame
Guyyaa5

Karoora hordoffii qopheessuu 1


Garee hojii Dok1 Bu’aa sirna adda bahee
Guyyaa 5

Garee hojii Seerotaa fi qajeelfamoota Guyyaa 5


Qacarrii seeraan alaa dhorkkuu 1 haara
caban ibsuu
Garee hojii Seerotaa fi qajeelfamoota Guyyaa 1
Ramaddii seeraan alaa akka dhorkamu taasisuu 1 haara
caban ibsuu
Garee hojii Seerotaa fi qajeelfamoota Guyyaa 2
Guddina seeraan alaa dhorkkuu 1 haara
caban ibsuu
Garee hojii Seerotaa fi qajeelfamoota Guyyaa 2
Jijjiirraa seeraan alaa dhorkisiisuu 1 haara
caban ibsuu
Sirna Tajaajila Gorsaa diriirsuu Garee hojii
3

Sirna Tajaajila Gorsaa fooyyessuu Garee hojii Itti quufinsa argatanifi bu’aa Guyyaa5
1.5 marsa
issaa
Garee hojii Itti quufinsa argatanifi bu’aa Guyyaa5
Maneen hojjiitif tajaajila gorssa kenuu 1.5 dok
issaa
Garee hojii Seerotaa fi qajeelfamoota Guyyaa7
Naamusa hojjetaa irratti hordoffii taasisuu 3 marsa
caban ibsuu
Garee hojii
Dhimmoota Idileeffannaa 1

Garee hojii Bayy’ina Guyyaa2


Ayyaana march 8 dubartoota kabajuu 0.5 Lak. Nama
Namoota hirmaatan
Ijjoolee vaairesiin HIV/AIDS Dhiigaa isaan keessaa jiruu Garee hojii Hanga Wagaa tokko
0.5 Qarshichi qaama bira gahu qabu
gargaarsa taasisuu qarshi
Hojjii kommi , iyyataa fi komii 4

Garee hojii Seerotaa fi qajeelfamoota Daqiiqa30


komii fi iyata raawii seerotaa irrati dhiyaate ilaalu 2 xalayyaa
caban ibsuu
Garee hojii Xalayyaa fi Qajeelfama jirurat Daqiiqaa30
Eeru komii dhiyaateef deeb laachuu 2
affaan hundaa,udhan
Leenjii Dandeettii Raawwachiisummaa Manaajeroota Gandaa Garee hojii Sanda 1 Guyyootan
1 Namoota leenji,aan
Cimsu Kennuu
Hojiilee karoora waggaa garee keessa hin jirree fi Garee hojii Sanda 1 Qorannoo rakkoo hiikuu
kan akka gahee hojiitti garee keenyaaf kennaman 4 danda’uu
(JBAH’dhaan)
Qorannoo ilaalchisee

Fedhii fi rakkoo ka’uumsa qorannoo ta’uu danda’an Garee hojii Sanda 1 Ulaagaalee qorannoo hunda Guyyaa 2
0.5
adda baasuu kan hammate ta’uu keessatti
Piroopozaala qorannoo qopheessuu Garee hojii Sanda 1 Piropozaala gahumsa qabu Guyyaa 5
0.5
keessatti
Poropozaala qorannoo dhiyaate mirkaneessisiisuu Garee hojii Garee Qabiyyee TOR hunda Guyyoota 2
0.5
hammatee qophaa’e keessatti
TOR qopheessuu Garee hojii Sanda 1 Garee gahumsa qaban Guyyaa 1
0.5

Qaama raga sassaabu ramaduu


1
Garee hojii Sagantaa Sanada istaandardii isaa Guyyaa 1
marii 1 eege
Wuxinee jalqaba qorannichaa baasuu Garee hojii Sanda 1 Galtee ijaarsa qabu Guyyoota 2
0.5
keessatti
Wixinee qophaa’e qaama dhimmi ilaaluuf Garee hojii Qorannoo sadarkaa isaa Guyyoota 2
dhiyeessuun yaada xummuuraa walitti qabuu 0.5 Sanda 1 eeggate keessatti
Sanada xummuuraa baasuu Garee hojii Garee Guyyoota 5
Qabiyyee guutuu keessatti
Hojii deeggarsaa fi hordoffi ilaalchisee Garee hojii Sanda 1
3

Qaama deeggarsa kennu ramaduu Garee hojii Garee gahumsa qabu Guyyota 1
2 Sanda 1 keessatti
Qaama deeggarsa barbaadu waliin waliigaltee Garee hojii Sanada 1 Guyyoota 1
0.5 Qabiyyee guutuu
uumuu keessatti
Danbiilee fi qajeelfamoota raawwii HQNhojii irra Garee hojii Sanda 1 Guyyaa 20
Rakkoon raawwii seerotaa fi
jiranii fi haaraa ba,an irratti leenji kennuu fi hojiira 0.5
qajeelfamootaa hiikamuu
oolchuu
Leenjii Garee hojii Sanada 1 Qaawwa dandeettii, Leenjii
3.5 beekumsaa fi ilaalcha jiru
kan adda baa’e
Fedhii leenjii qorannoo, gorsaa fi adeemsa madaallii Garee hojii Sagantaa Qaawwa fedhii adda bahee Guyyota 5
0.5
keessatti adda bahee fi haaraa akkaataa cheekliistii waliin kan walisime keessatti
qophaa’een adda baasuu
Wuxinee jalqabaa qopheessuu Garee hojii Sagantaa Qaawwa fidhii adda bahee Guyyoota 15
0.5
waliin kan walisime keessatti
Wuxinee qophaa’e qaama dhimmi ilaallatuuf Garee hojii Sanada 1 Gahumsa hirmaattotaa Guyyota 2
0.5
dhiyeessuun mirkaneessisuu keessatti
Qaama sanada leenjii qopheessu ramaduu fi Garee hojii Sanada 1 Karoora qabiyyee guutuu Guyyota 1
0.5
orranteeshinii kennuu qabu keessatti
Karoora raawwii qophii sanadootaa qopheessuu Garee hojii Sanada 1 Ragaalee qulqulluu argame Guyyaa 2
0.5
keessatti
Raga ka’uumsa qophii sanadaaf gargaru walitti Garee hojii Jijjiirama hojii keessatti Guyyota 3
qabuu 0.5 Sanada 1 dhufe keessatti
Milkaa’ina (impact assessment) leenjii madaaluu Garee hojii Guyyaa 5f
Jijjiirama hojii keessatti
0.5 Sanada 1 sakatta’uunWagg
dhufe
aatti yeroo 1
Hojiilee xixiqqaa karoora Garee fi Gahee
hojii JBAH keessatti hin hammataminiif 8.5
istaandardii kenname

Karoora Torbanii dhuunfaa fi Unka istaanderdii Garee hojii Sa’aatii 2


qopheessuu 1 Torb. 1 Karoora guutuu
Gabaasa hojii torbanii dhuunfaa istaanderdii Garee hojii Torb. 1 Sa’aatii 2
qopheessuu 1 Gabaasa guutuu
Karooraa fi gabaasa nama dhuunfaa istaanderdii Garee hojii Torb. 1 Gamaggama qulqullina Daqiiqaa 30
1
qophaa’e sakatta’uudhaan duub-deebii qopheessuu qabu
A/dhimmaa riifoormii irratti deeggarsa barbaadee Garee hojii Daqiiqaa 10
Lak.
gara garee keenya dhufu keessummeessinee tajaajila 0.5 Tajaajila guutuu
namaa
barbaadu kenninee xumuruu
Gabaasa kurmaanaa Aanaa irraa dhufu akka gareetti Garee hojii Gabaasa qabiyyee guutuu Daqiiqaa 10
ilaalanii fuudhuu 0.5 Dok. 1
qabu
Tiimchaarterii garee qopheessuu fi waliif Garee hojii Dookimentii qabiyyee Guyyaa 3
mallatteessuu 0.5 Dok.1
guutuu qabu
Faayiloota akkaataa amala isaaniitiin qindeessuu Garee hojii Guyyaa 1
0.5 Faayila dhaqqabamaa ta’e
Raga hojiilee hojjatamanii faayila barbaadamu Garee hojii Daqiiqaa 5
keessatti hidhuudhaaf 0.5 Raga qulqulluu ta’e
Xalayaa akka gareetti dhimma hojii wajjin Garee hojii Xalayaa ergaa guutuu Daqiiqaa 30
walqabatu qopheessuu fi baasii gochuu 0.5
dabarsuu danda’u
Xalayaa galii ta’an ilaaluu fi iddoo barbaadamutti Garee hojii Ergaa xalayaa dhufee Daqiiqaa 10
hidhuu 0.5
hubatanii deebii kennuu
Abbaa dhimmaa hojjattoota garee keenyaan tajaajila Garee hojii Daqiiqaa 3
argatan unka itti quufinsaa irratti yaada kennisiisuu fi 0.5 Yaada qulqulluu fi sirrii
galmee istaanderdii irratti galmeessuuf
Akka gareetti Marii Gamaggama hojii torbanii Garee hojii Marii jijjiirama fiduu Sa’aatii 1 fi
gaggeessuuf 0.5 daqiiqaa 30.
danda’u
Fedhii deeggarsaa fi hordoffii sassaabuufi karoora Garee hojii Dookimentii qabiyyee Guyyaa 15
0.5
deeggarsaa qopheessuu guutuu qabu
Abba dhimmaa rakkoo hubannaatin komii fidee gara Garee hojii Kalattiidhan gara dhimichi Daqiiqaa3
0.5
keenya dhufuti kalatti agarsiisu ilaalatuti erguu

Ida’amma 100
Gabatee .3 Tarkanfiilee Tarsiima’aa fi Manii Isaanii Ji’oota Waggaatiin Karoora Bara 2012
Istaanderdii hojii

Ka’umsa 2007

Ka'umsa 2011
T/Tarsiima’oo
Qaama

Manii 2012
madaallii

gurguddoo

2008-2012
Kallattii

Ulfaatina

Safaraa
Hojiilee ulfa

Manii
Safartuu Raawwii
Raawwatu
atin

Qulqulli
Baay’in
a Kaayyolee

Yeroo
Baasii
Tarsiimo'aa

na
a
Fedhii Amantaa maamilaa
Guyya 7 dabaluu
Gaaffannoo /rakkoo
qopheessuu
8 Lakk 10 20 4 2 Garee hojii Sanada 1
qabatamaa
jiru
Ittiquufiinsa
Samuda adda maamilaa
Maamila 20%

Sakatta'in Fayyadamummaa
baasuun sakatta’insa 8 Lakk 10 20 4 4 Garee hojii Sanada 1 maamilaa dabaluu
sa bu'aa adeemsisisuu
duraa fi
boodaa
Baay’ina dookimentii
qophaa'ee
2 Lakk 5 10 2 2 Garee hojii Sanada 1

Bay sakatta’iinsa
gaggeeffamee
2 Lakk 5 10 2 2 Garee hojii Sanada 1

Sagantaa Gahuumsaa fi Bu’a


qophii Qabeessummaa
Karooraa,Ba 4 Qabyyee Qabeenyaa
gamaggamaa fi Guyyaa
ajata,
hordoffii gaggeeffame
2 Lakk 10 20 4 Garee hojii Sanada 1 guutuu kan
3 Fooyyessuu
Gamaaggam qabu
aa Fi
Gahuumsaa fi Bu’a
Hordoffii
Qabeessummaa
Sagantaa Garee hojii Baajataa Fooyyeessuu
Too’annoo
Fi Hordoffii baay'ina hordoffii 12
Faayinansii 15%

Itti kunuunsa qabeenyaa 3 Lakk - 60 4 Garee hojii


Fayyadama gaggeeffame
Qabeenyaa
Gochuu
dookimantii inventarii 2 Lakk - 5 1 1 Garee hojii
qabeenyaa
gaggeeffame ibsu
Garee hojii
baay'ina tarkaanfii - 1 2
3 Lakk
fudhatame

Sagantaa baay'ina duubdeebii


0.5 lakk 10 20 4 4
Garee hojii Dandeettii
kenname
Deeggars raawwachiisumm
aa, baay'ina deeggarsaa
1 lakk 10 20 4 4
Garee hojii
taasifame aa manneen hojii
hordoffii
fi duub- fedhii deeggarsaa Garee hojii fooyyessuu
0.5 dok 5 5 1 1
deebii adda bahe

Hordoffii Garee hojii Raawwii Seerota


1 marsa 10 20 4 4 Bulchiinsa Qabeenya
gaggeeffame
Namaa Fooyyessuu
Garee hojii
Hojiirra haar
1 dok 5 1
oolmaa aa
Karoora hordoffii
Seerotaa qophaa’e 5
HQN haara haa Garee hojii
Fooyyessu Qacarrii seeraan 1 Marsa a 12 raa 12
u alaa dhorkame
Marsa
haara haa Garee hojii
Ramaddii seeraan 1 a 12 raa 12
alaa dhorkame
haara haa Garee hojii
Marsa
Guddina seeraan 0.5 a 12 raa 12
alaa dhorkame
haar haa Garee hojii
Jijjiirraa seeraan 0.5 Marsa aa 12 raa 12
alaa dhorkame
Sirna Baay’ina gorsa Garee hojii Tajaajila Gorsaa
Tajaajila 1.5 lakk - 4 - 32
kenname Fooyyessuu
Gorsaa Manneen hojii Garee hojii
fooyyessuu tajaajila gorsaa 1.5 Lakk - 32
argatan
ID 20% Garee hojii
Naamusa Baay'ina Hordoffii Garee hojii
hojjetaa
irratti 3 torban - - 48
hordoffii
taasisuu
Dhimma Dhimma koorniyaa Garee hojii
idilaa’e
koorniyaa
1 lakk - 8 - 4
Idileeffann
aa Dandeettii
Sirna komii Sirna komii fi qabannoo Garee hojii Raawwachiisumma
komii diriire a Sektaricha
fi qabannoo
komii 1 lakk - 8 - 4 Fooyyeessuu
diriirsuu

Leenjii
Dandeettii baay'ina hojjettoota
Raawwachi fi hoggantoota bul
isummaa Haara Garee hojii
magaalaa raawwii 4 lakk 42 - 42
Manaajero seeraa irratti leenjii a
ota Gandaa argatan
Cimsu
Kennuu

You might also like