You are on page 1of 7

MAQAA BARSIISAA JALQABAA:

GUUTAA LAMMEESSAA

MAQAA MANA BARUMSAA:


BOOLEE ADDIS SADARKAA 1FFAA

BARA 2016

Finfinnee, Itiyoophiyaa

Muddee 3/2016
Walgayii ka’umsaa gargaaraa wajjiin godhamu

Wantootni ani irratti dubbachuu barbaadu

 Hariiroo ( quunnamtii) Barsiisotaa, Hojjettootaa, wajjiin godhu gaarummaa fi hanqina


isaa akkamiin safaruu danda’a?
 Seemisteerota daerbe keessatti haala baruu fi barsiisuu fooyya’iinsa isaa akkamiin
safaruu danda’a?

Yaadannoowwan marii miintoorii ykn barsiisaa gorsaa koo irraa argadhe

Qabxiilee armaan irratti walgayiin gorsaa ykn gorsituu waliin godhe irraa baradhe:-

 Haala hoji-maataa fi adeemsa baruu fi barsiisuu mana barumsaa keenyaa gadi fageenyaan
beekuu akkan qabu.
 Hariiroo hawwaasaa fi hojjeettoota waliin anii gochuu qabu hanga danda’ametti
daanga’aa akka ta’u.
 Seemisteera darbe keessatti wantootni cimina koo ta’an akkuma siraan turetti akka itti
fufuu qabu.
 Hanqinoota darbanii darbanii mul’atan akkan fooyyessu.
 Barsiisaa gorsaa koo irraa hanga danda’ametti deeggarsa barbaachisuu fudhachuun
muuxannoo geggeessummaa akkan horachuu qabu.
 Muuxannoowwan baruu barsiisuu keessa jiran akkamiin akkan mirkaneessuu qabu.

Maqaa B/saa jalqabaa: B/saa Guutaa Lammeessaa Gorsaa/ stuu:___________________

Mallattoo: __________ Mallattoo:________

Guyyaa: ___________ Guyyaa: _________


Qabeenya Baruu-barsiisuu Uummataa

Fakkeenya 1ffaa: Barbaachisummaa qabeenya uummataa

Waan barannoo kennuuf mijatu baruu-barsiisuu manni barumsaa akkamiin akka barannoo
kennuu bu’aalee guddaa kennuuf leecalloo jiran murteessaa akka ta’an beekuu. Dabalataanis
meeshaaleen baruu barsiisuu; gabatee gurraacha,Boronqii, teessoo irra taa’anii baratan
akkasumas haala qulqullina baruu barsiisuuf mijeessuun gaariidha.

Meeshaa deeggarsaa barnootaa(MDB) haala qophii fi qulqullina qabuun barruuwwan baruu


barsiisuu irratti gahee guddaa kan taphataniidha.

Fakkeenyaa 2ffaa: Galmootni Qabeenya uummataaf barbaachisuu maali?

Dhimmi guddaan qabeenyi ykn leecalloon mana barumsaa barattoota naamusa gaarii fi gahumsa
qaban horachuu.

Malli baruu - barsiisuu lubbuu akka godhatu gochuu.

Gargaarsa barattootaaf gochuun cinaatti tajaajila hawwataa taasisuun gahaadha.

Fakkeenya 3ffaa: Hanqinootni Meeshaalee barnootaa jiran maal fida?

Meeshaaleen barnootaa mala baruu barsiisuu kan to’atuudha.

Haala barnootaa fi gahumsa baarataa gadi-buusa.

Walitti dhufeenya hawwaasummaaf gufuu ta’a

Maqaa B/saa jalqabaa: B/saa Guutaa Lammeessaa Gorsaa/ stuu:___________________

Mallattoo: __________ Mallattoo:________

Guyyaa: ___________ Guyyaa: _________


Bu’a qabeessummaan meeshaalee barnootaa inni guddaan maali?

Wantootni ani irraatti mari’achuu qabu:-

i. Kitaabileen gahaan mana barumsaa keessa jiraachuun bu;aa inni barattoottaaf,


barsiisotaaf qabu maali?
ii. Suurawwanii fi gabateewwan adda addaa mana barumsaa keessa jiraachuun maaliif
barbaachisa?

Yaadannoowwan ani walgayii irraa argadhe:

 Kitaabileen adda addaa mana barumsaa keessa jiraachuu


 Barataan akka hojii manaa, daree salphaatti hubatu gargaaruu
 Madaalliiwwan yeroo yeroon kennamu akka qulqullinaan raawwatan gargaaruu.
 Barattootni barumsa isaanii irratti akka gahooman gochuu
 Barsiisaan salphaatti akka barsiisu gochuu, hanqinootaa fi ciminoota kitaaba keessa jiran
hubatee ibsa gahaa akka kennuuf gargaara.
 Yaadannoowwan gabaabsee akka barataaf kennuuf gargaara.
 Suurawwanii fi fakkiiwwan adda addaa mana barumsaa keessa jiraachuun isaa barnoota
kennamu keessatti qabatamaa fi hubatamaa akka ta’uuf gargaara.
 Mooran mana barumsaa hawwataa akka ta’uuf gargaara.
 Si’aayinaan barachuu barattootaa dabala.
 Barannootni kennamu naannoo waliin akka wal simuuf gargaara.

Maqaa B/saa jalqabaa: B/saa Guutaa Lammeessaa Gorsaa/ stuu:___________________

Mallattoo: __________ Mallattoo:________

Guyyaa: ___________ Guyyaa: _________


Muuxannoowwan gaggaarii barsiisaa biroo fi manneenbarnootaa biro irraa akkamiin
argachuu danda’a?

Wantootni ani irratti mari’achuu barbaadu:

1. Muuxannoo barsiisota buleeyyii irraa akkamiinan horadha?


2. Muuxannoo manneen barnootaa biro irraa akkamiinan horadha?

Yaadannoo ani walgayii irraa argadhe:

Muuxannoon adeemsa baruu-barsiisuu keessatti barsiisaa irraa haala salphaa ta’een kan
argamuudha.

Haala karooraa(qophii) karoora guyyaa,haala karoora waggaan hojii irra oolchuu.

Adeemsa baruu-barsiisuu fi qabeenyi mana barumsaa maak akka fakkaatu hubadheera.

Manneen barnootaa olla irra adeemuun haala barsiisuu mana barumsa waliin madaaluu

Qulqullina baruu-barsiisuu akkamiin akka wal-ta’ee jiru gamagama hojii geggeessuu.

Maqaa B/saa jalqabaa: B/saa Guutaa Lammeessaa Gorsaa/ stuu:___________________

Mallattoo: __________ Mallattoo:________

Guyyaa: ___________ Guyyaa: _________


Meeshaalee deeggarsa barnootaa fi piroojeektii

Wantootni ani irratti mari’adhu

Barbaachisummaa meeshaalee deeggarsa barnootaa (MDB) mana barumsaa keesatti


oomishuu maali?

Piroojeektiin mana barumsaa keessatti maalif barbaachise?

Yaadannoowwan ani walgayii irraa argadhe

MDB adeemsa baruu barsiisuu milkeessuuf aakasuma baruu barsiisuutti lubbuu gochuuf gahee
guddaa kan qabu ta’uu isaati.

MDB adeemsa baruu barsiisuu milkeessa.

MDB qabiyyee baratamu barattootaaf qabatamaa fi hubatamaa akka ta’uuf gahee guddaa qaba.

MDB barnootni baratamuu ykn barsiifamu yeroo dheeraaf sammuu barataa keessa akka turu kan
godhudha.

Dhimma barataa fi barsiisaa gad-fageenyaan baratamu kan mirkaneessu ta’uu isaati.

Piroojeektiin adda addaa mana barumsa keessa jiraachuun guddina mana barumsaa gara fuula
duraa kan saffisiisuudha ykn mirkaneessuudha.

Qaawwaa fi hanqinoota mana barumsaa gidduu jiru kan cufuuf gargaarudha.

Tajaajila hawwaasaa yeroo yeroon akka fooyyessuu qabu kan taasisuudha.

Hariiroo hawwaasaa hamma mana barumsaa gidduu jiru kan cimsuudha.

Maqaa B/saa jalqabaa: B/saa Guutaa Lammeessaa Gorsaa/ stuu:___________________

Mallattoo: __________ Mallattoo:________

Guyyaa: ___________ Guyyaa: _________


Walumaagalattii koorsiin kun baay’ee barbaachisaa fi murteessaa ta’uu isaa itti amanee fudhee
waanan hojjedheef gammachuu guddaatu nattu dhagahama.

Kanaafuu b/saan kamiyyuu koorsii kana yoo hojjete beekumsa adda addaa kan duraan qabu
irratti beekumsa dabalataa akka gonfatu nan amana. Akkasumas haala qabatamaa kam keessattuu
ogummaa barsiisummaa daran fedhii ol-aanaa akka qabaatu taasisa.

Dhaamsa: barsiisaan kamiyyuu walitti fufiinsaan koorsii kana hojjechuun hanqinnota jiran
fooyyessuu fi gara fuulduraatti b/saa qaxalee, barataa qaxalee oomishuu akka qabu dhaamsa
kooti.!!

Maqaa B/saa jalqabaa: B/saa Guutaa Lammeessaa Gorsaa/ stuu:___________________

Mallattoo: __________ Mallattoo:________

Guyyaa: ___________ Guyyaa: _________

You might also like