You are on page 1of 2

Lakk_______________

Guyyaa____________

Obbo Fiqiruu Galataa Wayyeessaattif

Dhimmi isaa:- Bakka bu’iinsa hojii isiniif kennuu ta’a.

Akkuma olitti ibsuuf yaalle wal gayiif gara Adaamaa gaafa 18/2/2014 irraa eegalee waanan

deemuuf guyyaa jedhame kana irraa eegaltanii hanga an deebi’utti hojii keessan biratti hojii diinii

kolleejjichaa ilaallatu mara fudhattanii akka hojjettan kabajaan isin beeksifna.

Nagaa wajjin!

G/G

 A/H/Bul/Qab/Hum/Namaa Kolleejjii keenyaaf

 A/H/TE fi CT Kolleejjii keenyaaf

 A/h/Qoph/Kar/Baaj/Hor.fi Gam.Kolleejjii keenyaaf

 A/H/VGC Kolleejjii keenyaaf

Kolleejjii BLTO Aayiraatiif

 Waajjira MWD Aanaa Aayiratiif

Aayira
Lakk_______________

Guyyaa____________

Waajjira Carraa hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaatiif

Finfinnee

Dhimmi isaa:- Wal gayiif nama erguu ta’a.

Akkuma olitti ibsuuf yaalle ergaa karaa bilbilaa Waajjira BLTO Godina keenyaan nu qaqqabeen

Diinii kolleejjii keenya wal gayiif gara Adaamaa akka erginu nu beeksisanii jiru.

Haaluma kanaan diinii kolleejjii keenyaa kan ta’an Obbo Masqaloo Shuumaa Gammachuu

yommuu erginu mindaa isaan ji’aan argatan 8017(Kuma saddeet fi kudha torba) yoo tahu

karaan dhaqaa gala isaanii guyyaa afur ta’uu kabajaan isin beeksifna.

Nagaa Wajjin!

G/G

 Obbo Masqaloo Shuumaa Gammachuutiif

Bakka jiranitti

You might also like