You are on page 1of 1

Lakk____________________

Guyyaa__________________

Waajjira TMQ Bul/Mag/Awwadayitiif

Dhimmi;- Wa’ee kaffaltii marsaa dhumaa akka nuuf


kaffalamuu ibsu ilaala.
Akkuma mata duree irratti ibsuuf yaalametti nuti Waldeyni Abdiisa, Alfiyaa fi shariikoota
hojii proojektii boo’ii galaana lot-5 bulchinsa magaala Awwaday bara baajata 2014 irratti
hirmaachudhan hojacha ture. Haaluma kanaan yaro turti hojii irratti rakkole mudatan hunda
furuudhan akkasuma hojii proojektii akkaata dizaayini fi speesifikeeshiniittin yaroo
barbadametti bifa qulqullina qabuun hojjane xumure wal harka fudhinsi erga godhame boda
kafaltiin marsaa dhumaa Mahandisaan nuf hojjatamee dhihaate Qar. kuma dhibba fi afurtamii
takka fi afurtami sagali fi 38/100 (Qar. 141049.38) koreen projecti Bul/Mag/Awwaday sagalee
tokkon murtessitee qaboo yaa’ii mallatteysite nuuf xumurte osoo jirtu garuu hanga amma
waajjiri M.M.D Bul/Mag/Awwaday mani qopheessaa bajata iraati hin qabane jachudhan kaffaltii
waan nu dhorkaanif akka nu gargaartaan kabajaan isiin gaafanna.

Naagaa Waajjiin

You might also like