You are on page 1of 3

Damisaawu Mogas

 Yakkichi qaama miidhamtuu hir’isuuf ta’e jedhamee raawwatmuu kan


mirkanaa’ee miti
 Ol’iyyataan akkum ragaa abbaa alangaattu otoo ilaalamee miidhamtuu
dhuumfaa bokssiin innaa rukutu tasa ilkaan cabuu danda malee ta’e jedhamee
waan hin yaadamneef kew 558 jalatti kufuu qaba
 Ilkaan jalaa buqqa’uun ilkaan nam tolcheen bakka u’uu waan danda’uuf
556/2jalatti kufuu kan qabuudha
 Himatamaan jecha isaa yoo kennu maal jedhee kenne jech inni kenne keewwata
seera waliin ilaluu
 Namoota baraarsan godhameef
 Keewwata seera yakkaa 238, 239, 240, 241, 247, 248, 249, 251, 252, 256, 257, 288 &
488
 Labsii 652/01 &labsii yeroo hatattamaa too fi lama
 Yaadannoo seeraa
 1/ bu’ura S/S/A/Y/kew 5tin ijoollee umuriin isaanii waggaa 9 hmga 15
ta’e namoota ge’eessota wajjin hin hintaman
 Dhimma yeroo beellamaa ilalchisee rakkoo iru biiroo haqaatif ILQISo f
barreessuun furmaata akka argatu gochuu
 Waa’ee mana sireessaa seerota iran dubbisuun raawwii mana sirreessaa
waliin ilaalun komishinii mana sirreessaa fi ILQISO n akka qoratee leenjii
kennu gaafachuu
 M/M/W/F galmee qoratee mirgi wabii yammuu eyamamu A/A
ol’iyachuuf mirga hin qabu.Kewt.75(1) jalatti “ol’iyyannoo kan
eeyyamamee nama mirgi wabii isa dhoorkameef duwwaa dha” jechun
jala murtii kan kennaa jiran ta’u isaa galmee irraa mul’ata. (A/A/F vs
Debissa waaqjirafaa (N-2), G/M/M/W/F lakk 16662 30/02 97)
 MMWF dh ijibbaara GL44031 ta’e irratti kenname dubbisuu
 20232 murtii ijibbaata dubbisuuwaa’ee unilateral contract
 25938 cassation decession abot form of contrat
 S/H/H/ lakk.1713 ,1732, 1785 tin waliigalteen ilaalcha gaarin
raawwatame seera qabeessa
 Labsi lakk.334/2003 hundeeffama mikaneessa ragaa federala dubbisi
 S/H/H/ kew 2005 irraa kaasee waa’ee ragaa barreeffamaafi tilmama
maallaqni kaffalamuu fi turmaata yerootin dhimmichi dhaabbachuu
ilaala
 S/H/H/ lakk.2026 himatanis ta’ee himatamaan mllaqni tokko kaffalamuu
fi kffalamuu dhabuu isaa kakuun mirkaneessu danda’a.
 S/H/H/ lakk.2028 fi 2055 waliigaltee gochuuf dursa waliin mar’atamee
gareen tokko basif kan saaxilame yoo ta’e keewwata kanaan baasi
sananaaf waliigalteen alan itti gaafatama.
 S/H/H/lakk.1710 namni gatii waliiglteetin haala malee miidhme
waliigalticha kufaa gochuu nidanda’a.
 S/H/H/ lakk.1810 waliigalten seer qabeesa hin taane akka diigamu
himannaan waggaa lama keessati dhiyaachuu qabu
 S/H/H/ lakk.1738tin jechi waliigaltee shakkisiisa yoo ta’e abbaa iddaa
haala fattaduu danda’uun hiikama.
 S/H/H/lakk.1889tin adabbii irratti yoo waliigalame namni waliigalteen
rawwatamu dhabuun miidhame beenya gafachuu kan qabu waliigaltichi
ta’e jedhamee akka hin raawwatamne yoo ta’eedha.S/H/H/
lakk.1892(2)tin Yaata’u malee seera daldalaa kew 594 irratti adabbiin taa’e
miidhaa gaheen gadi yoo ta’e manni murtii ni fooyyeessa
 Waliigaltee tokkoof hiikkan mana murtiin kan kennamu bu’ura S/H/H/
lakk.1725-1739 kan jiruuni. Namni kaffaltii malee waliigaltee raawwate
hiikkan salphatee kan kennamu bu’ura S/H/H/ lakk 1739tin
 1962 namni mirga isaa waliigaltee abbaa mirgaa malee qaama 3ffaaf
dabarsuu nidanda’a
 S/H/H/1988 qabeenyi nama abbaa idaa qabamuu akka danda’u tumame.
404 qabeenya qabamuu hin qabne tarreeffame.
 S/H/H/lakk.1806-1856 is talking about extiniction of contract these are
performance.calcellation,invalidation,termination, remission of debt,
novation, set-of, merger, limitation of action
 S/H/H/ lakk.1740-1762 istalking about performance
 S/H/H/lakk.1742 nama seeran dandeetti hin qabnetti kaffaltiin
waliigaaltee yoo raawwatame fayidaa fudhataarra oolu yoo I saa kanaaan
malee waliigaltichi akka hin raawwatamneetti ilaalama
 S/H/H/1770 manni murtii abbaa idatif yeroo kffaltii hanga ji’a jahaatif
dheeressuu fi nidanda’u
 S/H/H/ lakk 1752-1754 haala kaffaltiin maallaqa walsimee itti kaffalamu
 S/H/H/lakk.1760 baasin idaa kaffaluuf ba’u kan herreegamu abbaa idaa
irratti
Qabxii marii
1. Waa’ee falmii manaa famii duraa keessa jiruu ammas duubatti
deebi’ee ka’uu akka danda’u akeekkachiisuu itti qophaa’uu
2. Mana caalbaasin bitame ilaalchisee maal irra akka jiramu kaasuun
itti mar’achuu
3. Waa’ee mana Aja/10 haala jaarsummaan itti dhumu kaasuu
mar’achuu
4. Namoota dhufanii gaafatanii fi odeeffannoo dabarsan ilaalchise itti
mar’achuu
5. Haala bilbilli itti bilbilamu irratti mar’achuun rakkoo jiru sirreessuu
6. Jiruu gara fuunduraa irratti mar’achuun abdii uummachuu
7. Hala ol’iyyanni irra jiru irratti marachuun abdii uumuu
8. Haallisochii waliigalaa maalfakkata?
9. Handaaqoliin attamitti bade maalta’e?
10. Jireenya G ilaalchisee maaltu barbaachisa?

Himata Naamussaa
 dura walmormisiisun yaada walmormisiise qabachuu
 Ragaa dhiyaate kan himataan, himatamma fi abbootin seeratis
yeruma tokko gaaffii gaafachuun qulqulleeffachuu irra deebi’nii
qulqulleeffachuun nidnda’amam
 Namni biraatis akkas godhe jedhanii dhiyeessun ittisa hin ta’u
 Ragaa ittisaa yoo qabaatan gaafachuu

You might also like