You are on page 1of 3

Guyya 3/3/2016

Mana murtii Aanaa dadariif

Dadar

Murtii Abboottii mirgaa

1. Nibras Mahammad Qamaar


2. Addeee Miskii Rashiid Bakaree
Teessoon aradda Yaatuu
Hojii n qonnaa

Murtii Abbaa idaa umaree Mahammad Roobaa

Teessoon Araddaa Yaatuu

Hojiin Qonnaa

A/S/D/F/H/H/K ew 378 tiin bu’uurame jirun iyyannaa rawwii rawwachiifamuf


qophaa’ee dhihaatedha.

A. Lakkoofsa galmee mana murtii Aanaa dadar 149374


B. Dhaddacha gaafa guyyaa 30/2/2016 murtaa’e
C. Gara galchaa galmee murtii sivilii fotoo koppii fuula 7 (torba)
walqabeetera.
D. Halaa murtiin kenname jiruun kan naaf murta’ee hin jiruu
E. Murtii lataame kana irrattii ol’iyyannoon gaafatamu fi dhisuu isaa hin
beekuu

Kan naaf murtaa’ee

Murtii abbaa idaa kana mana murtii kanaatii himane himamatamaan basii
himatan 1ffaa fi 2ffaa tajaajila fi wal’ansaaf basaan qarshii zingoo miciyyoon
isaa faayidaan alaa gooteef misbaraa fi bahi najara dabalatee waliigala qarshii
15,883 (kuma kudha shanii fi dhibbaa saddeti fi saddetamii sadii) kafaltii abba
seerummaa bu’uraa murtiin laatameen himataaf haa kafaluu jechuun bu’uura
s/d/f/h/h/kew 273 tiin nuf murtaa’e jira. Waan ta’eef akka nuuf rawwatamuuf
himaata dhiheefanneraa .

seerummaa mana murtii kanaa kaniin gaafadhu

murtii abbaa idaa kun seeraf dhihaatee gaafatamu murtii itti laatamee akka naf
rawwatamu ajajnii itti naaf bahu obsan gaafadha.

Yoo kan naaf hin rawwannee tahe qabeenyaa Abbaa idaa

1. Sa’aa tokko bifaan dalachaa gaafni gagabaaba tahe fi dibicha xiqqaa


tokko gaafa hin basin bifan dalacha tahe qaba.
2. Mana jireenya qorqoroo hula tokkoo fi deera daangaan isa bahan Shuumi
Yusuufa dhihaan Sule Mahammad Kaabaan Abdallaa Yuyyee kibaan
Abdii Rashiidin dangeefamuu waan qabuuf araddaa yaatuu ganda
Yuuyyee keessaa waan qabuf gurguramee iddoo tokkotti akka naaf
kafalamuu ajajni bulchaansaa aradda yaatuuttii akka naaf dabruu kabajaan
gaafadha .

Rawwiin dhugaa tahu A/S/D/F/H/H/ Kew 92 tiin mirkaneessaa.

Mallattoo _____
Date

You might also like