You are on page 1of 5

KAROORA BARSIISAA DHUUNFAA

Mana Barumsaa Yabbuu Sad.2ffaa Bara 2015

Kaayyoo
Barnoota qulqullina qabu kennuuf.
Barattoota gamahundaan cimaa ta’anii argaman horachuuf.
Kaka'umsa barnootaa barattoota keessatti uumamuuf.
Barattootni firii gaarii akka galmeessisan taasisuu fi
Barattootni bakka hundatti dorgomaa akka tahan gochuuf .

Galma
Lammii dorgomaa ta’ee fi naamusa gaarii qabu horachuun dhaloota boriif wabii
ta’anii argaman arguu.

Barataa of danda'aa ta'e arguu.

Barnoota qulqullina qabu barattootaa ga'ooman arguu.

Mula’ata
Barataa dorgomaa ta'e akkasumas biyya keenyaaf bu’aa kan baasuu danda'u ni
argamuu.

Qulqullinni barnootaa sirritti mirkanaa'uun lammiin gaarii bifa barbaadamuun


mul'achuu.

Kallatti madaallii
Sakkatta’iinsa adda addaa taasisuu
Battalleewwan addaa addaa kennuu

Abbaltiiwwan garaa garaa kennuun madaalli gaggeessuun bifa Sirna qabeessa


ta’een qabachuu .

Qbxii karoorichaa
Karoora barnootaa kan Waggaa Fi Torbee qopheessuu .
Hojiiwwan walmaddeessaaa keessatti hirmaachuu fi hojii bu’a qabeessa ta'e
raawwachuu .
Barnoota dabalataa yeroo yerootti barattootaaf kennuu .
Hojii daree fi hojii manaa barattootaaf kennuun hojjetanii akka argaman gochuu .
Battalleewwan addda addaa yeroo isaaa eeguun kennuun qaxii barattootaa seeraan
galmeessuun kaa’uu .
Qophii gahaa gochuun daree seenuun barsiisuu .
Barattoota sadarkaan adda baasuun deeggaruu .
Yeroo hojii barnootaa kabajuun kabachiisuu .
Barnoota Isaanii Irratti barattoonni hirmaannaa cimaa akka taasisan gochuu .
Qabeenyaaa mana barumsichaa seeraan ittti fayyadamuu fi kunuunsuu .
Waltajjii adda addaa mana barumsichaa irratti yeroon argamuun irratti himaachuu .
Yaadota haaraaa fudhachuun hojiitti hiikuu .
Muuxannoo adda addaa barsiisota waliin waljijjiruun wuuxannoo gaarii gabbifataa
deemuu .
Sagantaan qulqullinni barnootaa seeraan akka hojii irra ooluu gochuu
Too’annaa barattootaa gochuun gorsa barbaachisaa ta’ae kennuufii
Hawaasa mana barusaa waliin hariiroo gaarii uumuun waliin hojjechuu .
Qormaata qulqullina qabu yeroyeroon qopheessuun barattootaaf dhiyeessuu.
Gabaasa hojii yeroon qaamaa barbaachisuuf yeroon dhiyeessuu .
Hojii dabalataa manni barumsaa kennuu fudhachuun raawwachuu .
k Gosa hojii raawwachuuf karoorfamee Safart Baay’in Yeroo Y
uu a raawwii d
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii walii gaalaa mana barumsichaa itti Yeroo Hunda Guyyaa hojii
gaafatamummaan hojjechuu
Karoora guutuu walii gala :-Waggaa ,Torbanii ,dhuunfaa qopheessuun itti fayyadamuu Lak 3 Guyyaa hojii

Hojiiwwan gummiiwwanii ,koreewwanii ,muummee; hojjechuun gabaasa mana Ji'a 1 Xumura Ji'aa
barumsaaf galchuu.

Meeshaalee deeggarsa barnootaa haaraa hojjechuu fi ittifayyadamuu Lakk 3 Seemisteeraan


Madaallii barattootaa walitti fufiinsaan hojjechuu gabaasuu Lakk 3 Xumura seem.
Kitaabaa barataa karoora waggaan wal-simsiisuun yeroon xumuru Yeroo Hunda Guyyaa guyya
Barattoota deeggaruu ./Tiitooriyaalii kennuu/ Lakk 3 Ji'a 1 keessatti
“Work sheet” adda addaa qopheessuun barattoota deeggaruu . Lakk 1 Seemisteeraan
Barattoota rakkoo naamusaa qaban hooggansa mana barumsaa waliin ta’uun yeroo Hunda Guyyaa hojii
gorsuun sirreessuu .
Qabeenyaa mana barumsichaa seeraan itti fayyadamuun kunuunsuu. yeroo Hunda Guyyaa hojii
Barattoota waliin walitti dhufeenyaa gaarii uumuu barsiisuu yeroo Hunda Guyyaa hojii
Yeroo barnootaa kabajuun barsiisuu yeroo Hunda Guyyaa hojii
Barattoota dandeettiin adda baasuun deeggaruu . Si'a 3 Ji'a ji'aan
Qophii gahaa taasisuun dareeetti argamuun barsiisuu yeroo Hunda Guyyaa hojii
Wayitii barnootaa gubatan yeroon bakka buusuu Lakk Hamma Yeroo
gubate gubatetti
Waltajjii marii adda addaa m/b irratti yeroon argamuun hirmaachuu yeroo Hunda Guyyaa marii
Qormaata seemisteeraa yeroon qopheessuun galii gochuu Lakk 1 Semisteeraan
Too’annaa barattootaa cimsuun naamusa isaanii sirreessuu yeroo Hunda Guyyaa hunda
Qabxii barattootaa yeroon hojjjechun galchuu Daree 3 Semisteeraan
Hojiiwwan dabalataa m/b irraa kennamu fudhachuun hojjechuu yeroo Hunda Yeroo
kenname
Muuxannoo waljijjiirra gaggeessuu Si'a 2 Semisteeraan
Hawaasa m/b waliin hariiroo garii uumuun hojjechuu yeroo Hunda Guyyaa
guyyaan

Test for grade 11th


Say True or False
1.A relations are functions if and only if the domain is not repeated

2.An inverse relations means that the domain and range are interchanged.

3. The graph of an inverse function is a reflection of the original graph.

Choose the best answer

4. Which of the following is the inverse of f(x)=(4x + 3)/(2x +5)?

A. f-1(x)=(5x-3)/(4-2x) B. f-1(x)=(4y+3)/(2y+5) C. f-1(x)=(2x-4)/(3-5x) (D). f-1(x)=(3-5x)/(2x-4)

5. The evenness or oddness of a function is called ________ .

A. Relation B. Parity C. Function D. A and B

6. Which of the following function is even ?

(A.) f(x)= v(8x4 + 1) B. f(x)= 4x3 - 5x C.f(x)= 1/x D. f(x)= 4x3

7. The point (0,0), where the graph changes shape from concave upward to concave downward is called
____________ .

A. Cusp (B.) an inflection point C. Origin D. all

8. Which one of the following is True?

(A.) Domain of f(x)= Sgn x is all real numbers

B. The domain of modulus function is [0,&).

C. The Range of the greatest integer is all real numbers.D. A and B

9. What is the value of [-11.99] ?

A. -12 B. -10 (C.) -11 D. -11.98

Matching

10. Checking it's one to oneness

11. A bi-jection

12. Absolute function

13. An injection

14. The floor of x


15. A surjection

A. The greatest integer </= x

B. A modulus function

C. Onto function

D. Horizontal line test

E. One to one correspondence functions

F. One to one functions

You might also like