You are on page 1of 5

Hammattoo Gahumsa Dura Bu'oota Manneen Barnootaa

Dura Bu'aa Mana Barum Guutuu________________________________ Guyyaa Madaallii:__________________________________


Maqaa mana barumsichaa:________________ Koodii bulchiinsa mana barumsaa:__________________________ Mirkaneessa 1: Leenjisaa Ijoo_____________________________
Naannoo:_____________________ Godina :________________________ Mirkaneessa 2: Suppaarvaayizaraa WGMB ________________
Aanaa:__________________ Suppervaayizara WGMB : _____________________________
Gita hojii:_______________________ Gabatee gara bitaa jiruu kessattii sadarkaa keennameef ibsa jiruu ilaaluun Iyyaafannoo ka'umsa,jidduu
sagantaafii , dhuma Saganta kan jedhuu jalatti lakkoofsa 1-5 keessaa filachuun madaalii
Ka'umsa Jidduu Dhuma
Gahumsaa 1ffaa: Bu’aa barachuu fooyyessuu fi hammatamuu guddisuuf kutannoo agarsiisuu sagantaa Saganta
Hogganaa Jalqabaa Hogganaa Guddinarra jiru Hagganaa Dorgomaa Hogganaa Barachuu Hogganaa Hiriyaa Bu'aa Bu'aa
Qabxii Bu'aa
Iyyaafano Iyyaafannoo
olaana 1 2 3 4 5 o1 2
Iyyaafannoo 3
1.1 Mul’ataafi Hawaasni mana Hawaasni mana barumsaa Hawaasa mana barumsichaa waliin Hoggantoonni manneen barnootaa biroo
ergama mana barumsaa Hirmaate jira. walgahiin taasifameera. Mul'anni fi Mul'anni fi ergamni mana barumsichaa mul’ataa fi ergama mana barumsichaa
barumsaa haala hinhirmaatuu.Adeemsa ergamni haala jiruun walsimuun qophaa'ee barattoota, hojjettootaa fi barbaachisaa ta’e akka qopheessanii fi akka
jiruun walsimu miseensota hawaasaatiin ifatti
qopheessuufi 3 kana jalqabuuf walgahiin qophaa'eera. Garu, mana dabarsan taasisaa jiraachuu isaa ragaaleen
walqunnamsiisuu. gaggeeffame hin jiru." barumsichaa keessatti jijjiramatti ibsameera.Barachuufi hammatummaa nimul’isu.
hinhiikamne. fooyyessuu waliin walitti dhufeenyi ifa ta'e
jira.
1.2 Dagaagina Madaalliin fedhii DOW Madaalliin fedhii DOW Madaalliin fedhii DOW barsiisota Karoorri DOW barsiisotaa guyyoota Hoggantoonni manneen barnootaa biroo
ogummaa barsiisaan darbee darbee bal'aan raawwatame ture. murtaa’an, qabiyyeefi ramaddii yeroo karoora Barsiisota DOW kan fooyya’iinsa
barsiisotaaf hingaggeeffamne. raawwatameera. Argannoowwan xiinxalamaniiru, agarsiisa.Barsiisonni akkaataa DOWn gama barumsaa/ hammatummaa wajjin walqabsiisuu
Karoorsuu 3 garuu tarkaanfiin hin fudhatamne. barumsaa /barsiisa isaanii fooyyesse irratti danda’u qopheessuufi walqunnamsiisuu akka
xiinxaluu danda’aniiru. danda’an taasiisuu isaatiif ragaaleen nimul’isu.

1.3 Karoora Karoorri fooyya'iinsa FMB jalqabameera garuu hin Qooda fudhattoonni FMB irratti FMB guyyoota fi gochaalee waliigaltee irra Hoggantoonni manneen barnootaa biroo FMB
Fooyya’iinsa mana mana barumsaa jira. xumuramne. beekumsaafi waan keessa jiru ga'anii fi qoodaman qaba. FMBn baruu fi fooyya’iinsa barumsaa/ hammatummaa wajjin
barumsaan nibeeku. hammatummaa fooyyessuu waliin ifatti kan walqabatu akka qopheessanii fi akka dabarsan
(SIP)walsiimu 4
qopheessuu. walqabatudha. taasiisuu isaaniif ragaaleen nimul’isu.

1.4 Barnoota Madaalliin gaggeeffame Madaalliin darbee darbee Madaalliin xumuramee jira garuu Tokkoon tokkoon garee akkamitti akka Hoggantoonni manneen barnootaa biroo
Daa’imman hinjiru. garee hundaa keessatti gochi adda baafame hinjiru. deeggaramu karoorri ifa ta’e jira.Karoorri karoora xiyyeeffannoo qabu akka qopheessan,
gareewwan carraa gaggeeffameera garuu kun guyyoota, tarkaanfiiwwaniifi qabeenya akka walqunnaman, fi qabeenya akka argatan
hin arganne
irraatti waantoota 4 ammallee hinxumuramne. barbaachisan adda baasee ibsa. taasisuun barattoota carraa hinqabne
gufuu ta'an deeggaran taasiisuu isaatiif ragaaleen nimul’isu.
madaaluu.

1.5 Hordoffii baruu Hordoffiin baruu fi Sirnaafi adeemsi hordoffii Sirnaa fi adeemsi hordoffii Sirni fi adeemsi hordoffii marsaa fooyya'iinsa Hoggantoonni manneen barnoota biroo
fi barsiisuu bu’a barsiisuu gaggeeffamee qophaa’aa akka jiru qophaa'ee barsiisota waliin waggaa keessatti kan uumamee fi FMB ciminaalee fi hanqinaalee furuuf
qabeessa ta’e hinjiru. ragaaleen ni mul’isu. waliigalteerra ga'ameera.Hordoffiin keessatti kan calaqqisudha.Barsiisonni kun tarkaanfiiwwan dhuunfaa fi/ mana barumsaa
gaggeessuu.
7 baruu fi barsiisuu gaggeeffamuu gama barumsaa /barsiisa isaanii akkamitti bal'aa irratti walii galuun qulqullina barumsaa
isaa ragaaleen ni mul'isu." akka fooyyesse irratti xiinxaluu danda'u." hundaaf fooyyessuurratti akka xiyyeeffatan
taasisuu isaaf ragaaleen nimul'isu.

1.6 Qulqullina Baruu fi barsiisuu Karoorri ilaalcha baruu fi Baruu fi barsiisuu akkaataa karooraa Geggeessitoonni fi barsiisonni ciminaalee fi Hoggantoonni manneen barnootaa biroo
barumsaa fi jalqabu hinargine barsiisuu karoora mana fi tumsa barsiisotaatiin rakkoolee qulqullina barumsaa hundaaf ciminaalee fi Hanqinaalee ta'an furuuf
hammatammaa barumsaa keessatti mul’ata raawwatamuu ilaalame jira. fooyyessuu irratti xiyyeeffate furuuf tarkaanfiiwwan dhuunfaa fi/ mana barumsaa
fooyyessuuf baruu
barsiisuu 7 (SIP; CPD fi kkf) garuu hin tarkaanfiiwwan dhuunfaa fi/ mana bal'aa irratti walii galuun qulqullina barumsaa
daawwachuu raawwatamne. barumsaa bal’aa irratti walii galu ilaalame hundaaf fooyyessuurratti akka xiyyeeffatan
jira taasiisuu isaa ragaaleen nimul'isu. Kun gama
barumsaatiin /barsiisa isaaniitiin akkamitti akka
fooyyeesse
Kun ammooirratti Barsiisonni
hoggantoonni manneen
manneen barnootaa
1.7 Qulqullina Malan tokkollee bakka Sirnoota fi adeemsi Sirnoonni fi adeemsi yaadaafi Yaadaafi qajeelfamni barsiisotaaf kennamu biroo yaadaafi qajeelfama barsiisotaaf kennan
baruu fi barsiisuu hin jirretti.barsiisotaaf hoggantoonni yaadaafi qajeelfama barsiisotaaf kennuu fooyya'iinsa qulqullina baruufi barsiisuu
fooyyessuuf yaad- kan fooyya'iinsa barumsaa/ hammatummaa
deebii fi
shaakala isaanii irratti qajeelfama barsiisotaaf akka danda’an qophaa’uun barsiisota waliin walqabsiisuu danda'a.Barsiisonni kun waliin walqabsiisuu danda'an akka ta'e taasiisuu
qajeelfama bu’a 7 yaadaafi/ qajeelfama kennan dandeessisu waliin waliigalteerra ga’ameera. gama barumsaa /barsiisa isaanii akkamitti isaatiif ragaaleen ni mul'isu. Barsiisonni
qabeessa ta’e kennuu." qophaa’aa akka jiru akka fooyyesse irratti xiinxaluu danda'u." manneen barnootaa biroo irraa dhufan kun
barsiisotaaf ragaaleen ni mul’atu. gama barumsaatiin /barsiisa isaaniitiin akkamitti
kennuu. akka fooyyesse irratti akka yaada keennan
- (%) Iyyaafannoo1 - Iddoo fooyya'uu qaban fi taasiisuu isaaf ragaaleen nimul'isu."
Iyyaafannoo 1 deeggarsa taasifamuu qabu:
Guduunfaa
- (%) Iyyaafannoo 2 - Iddoo fooyya'uu qabu fi
Gahumsa Iyyaafannoo 2 deeggarsa taasifamuu qabu
1ffaa Iyyaafannoo 3
- (%) Iyyaafannoo 3 - Iddoo fooyya'uu qabu fi
deeggarsa taasifamuu qabu
Gahumsa 2: Aadaa Fooyya'insa Mana barumsaa Fufiinsa qabu ofiin fuufuu danda'u Jajjabeessuu Ka'umsa Jidduu Dhuma
sagantaa Saganta
Hogganaa Jalqabaa Hogganaa Guddinarra jiru Hagganaa Dorgomaa Hogganaa Barachuu Hogganaa Hiriyaa
Qabxii Bu'aa Bu'aa
Bu'aa
Iyyaafano Iyyaafannoo
ol'aanaa o1 2
Iyyaafannoo 3
1 2 3 4 5
2.1 Sirnaafi adeemsa Sochii manni Walga'ii /Marii keessa Kaalandarii waggaa keessatti Madaalliin raawwii hojii mana Kun immoo hogganttoonnii
bu'a qabeessa manni barumsaa ofiin deebii raawwii hojii madaalliin raawwii hojii barumsaa garee hoggansaafi qooda manneen barnootaa biroo ofiin
barumsaa ofiin of ofsakatta'uu Mana barumsaa ilaallatu mana barumsaa marsaan fudhatoota ijoo ta'aniin waliti fufiinsaan ofmaadaallii mana barumsaa
sakatta'u dagaagsuu.
geggeesse hinjiru. geggeeffamuu isaa akka geeggeeffamu geggeessuun FMB fi DOW tiif bu'a qabeessa karoora FMBfi
ragaan nijira. hundeeffamuu isaafi nidhiheessu. Qooda DOW'n walqabatee akka
madaalliin raawwachuu fudhattoonni bu'aa madaallii raawwii rawwatan kan taasise ta'uu
4 isaatiif ragaan nijira. hojiifi walitii hidhamiinsa inni ragaan nijira.
FMB,DOWfi barachuu akkasumsa
hammatummaa waliin qabu hubannoo
niqabaatu.

2.2 hawaasa walirraa Barsiisonniifi Barsiisonni muraasni Gareen hawaasa shaakala Gareen hawaasa shaakala hojii haala Kun immoo hoggantoonni
baratuu/tumsa gochuu hoggantoonni garee alidilee ta'e hojii dhaabbiidhaan walgahii gaariin hundeeffama. Gareen kun manneen barnootaa biroo garee
danda'u hundeessuu. hawaasa qooda hundeessuun haala geggeessa.Caasaa/kaayyoon qulqullina baruu-barsiisuu fooyyessuu hawaasa shaakala hojii
fudhataa dhaabbataa hintaaneen waalga'ichaa ifaa miti. irratti xiyyeeffata. qulqullina baruu-barsiisuu
7 hinuumne/hinhunde dhimmootaafi Barsiisonni hojichi akkamirtti fooyyessuu irratti xiyyeeffatu
essine. rakkoowwan jiran irratti dhimmoota barachuu/barsiisuu isaanii akka hundeessan taasisuu isaaf
ni mari'atu. akka fooyyessu calaqqee nidhiheessu. ragaan ni jira.

2.3 Barattoota Akkamitti baajatni Hojiirra oolmaa/itti Ofiin ofmadaalliin mana The school targets the resources from Kun immoo hoggantoota
deggaruuf baajata gargaarsichaa fayyadamni barumsichaa, karoorri FMBfi the grant to improve the outcome of manneen barnootaa biroo
gargaarsa mana barachuufi gargaarsichaa irratti DOW hojiirra oolmaa baajata all children and especially those facing keessatti gargaarsichi fedhiifi
barumsaa bifa bu'a
qabeessa ta'een hammatummaa akka mareen kan gargaarsichaa waliin additional barriers to learning. hamatummaa barachuu
fayyadamuu. deggaru ragaan ibsu geggeeffame ta'uu isaa walqabachuu qabu. barattoota saaxilamoo ta'aniif
4 hinjiru. ragaan nijira. guutuu akka danda'uuf
xiyyeeffanna akka taasisan isaan
kakaase.

- (%) Iyyaafannoo 1 - Bakki fooyya'uu qabuufi


deggarsa kennamuu qabu:
Iyyaafannoo 1:

Gahumsa 2 - (%) Iyyaafannoo 2 - Bakki fooyya'uu qabuufi


deggarsi kennamuu qabu:
Gudunfa Iyyaafannoo 2:

- (%) Iyyaafannoo 3 - Bakki fooyya'uu qabuufi


Iyyaafannoo 3: deggarsi kennamuu qabu:
Gahumsa 3: Barachuu hunda hammatoofi nageenya barattoota hundaaf hoggansa mana barumsaa moodelessuufi qajeelch Jidduu Dhuma
Ka'umsa
sagantaa Saganta
Hogganaa Jalqabaa Hogganaa Guddinarra jiru Hagganaa Dorgomaa Hogganaa Barachuu Hogganaa Hiriyaa
Qabxii Bu'aa Bu'aa
Bu'aa
Iyyaafano Iyyaafannoo
ol'aanaa o1 2
Iyyaafannoo 3
1 2 3 4 5
3.1 Barsiisota Barattoota carraa Waa'ee hammatummaafi Galmifi kaayyoon mana Tokkoon tokoo barsiisaa/stuu sadarkaa Kun immoo hoggantoonni manneen
Qulqullina barachuufi dhabeeyyii ta'an bu'aan barachuu barattoota barumsaa karoora FMB keessatti barachuu barattoota carra barnootaa biroo karoora fedhii
hammatummaa hammachuufi carra fedhii barattoota carra dhabeeyyii/miidhamoo barsiisaa jiruu/rtuu barachuufi hammatummaa
fooyyessuu irratti gochaaleenbu'aa dhabeeyyii/miidhamoo dhabeeyyii/miidhamoofi hubannoo qaba/di. barattoota carraa
qajeelchuu . barachuu fooyyessuu ta'anii irratti mari'atamu hammatamuu isaanii saffisuuf Barsiisonni karoora kana akka galmaan dhabeeyyii/miidhamoo guutuu
danda'an karoora mana ragaan ibsuu nijira. adda baasee qabatee jira. gahaniif deggarsi taasifameefii jira. danda'u qopheeffachaa akka jiran
barumsichaa kam Dhimmi kun immoo qooda Barsiisonni hundi fedhii barattoota barsiisanii taissuu isaa ragaan nijira.
10 keessatti illee fudhattoota waliin kan kana irratti hojjechuuf karoora qabu.
hinqabamne.(Ofiin hubatame ta'uu isaa ragaan
madaallii FMB, nijira.
hirmaannaa qooda
fudhattoota DOW).

3.2 Dagaagina Amaloonni naannoo mana Hoggantoonni baay'inaan Hoggantoonni manneen Daree barnootaafi naannoo mana Hoggantoonni ilaalcha barachuu
namummaa barumsaatti mul'atan seeran naannoo M/barumsaatti barnootaafi barsiisonni amaloota barnootaatti haalota sirna qabeessatu jira. irratti jiru cimsuuf gahee
barattootaa, barattoota ala. Barsiisonniifi argamuun amala badaa yoo adda addaa hoogganuuf hubannoo Hoggantoonniifi barsiisonni oguma ittiin ogeessummaa isaanii bahanii jiru.
barattoonni walii-walii argan dafanii tarkaanfii fooyya'aa qabu. Dagaagina
waan badaa irraa isaaniitiifi naannoo mana sirreessaa fudhatu. Amaloota amaloota rakkisoo ta'an qabatan Hoggantoonniifi barsiisonni amaloota
dhorkuufi amala namoomaa barattootaa dagaagfachaa jiru. Tokkoon tokkoo rakkisoo ta'an hoggananii sirreessuuf
barumsaamisaaniitiif kabaja seen-duubee hordofuun
barachuuf barattoonni hin qaban. Hoggantoonni mudatan to'achuuf adeemsi fooyyessuuf hoggantoonni maatii barsiisaa/stuu barattoota amaloota rakkisoo ogummaa barattootaafi maatii isaanii
qaban irratti barsiisota manneen barnootaa tarkaanfii adaabbii fudhachuu waliin ta'uun qooda waloo isaanii ta'an haala iiti deggeran irratti karoora waliin hojjechuu qabu. Adeemsaafi
dhimmoota kana furuuf nijira. Barsiisonni amala si'aayinaan bahau.Barattootaafi
qajeelchuu. barsiisota gidduutti hariiroo kabaja qopheeffata/tti. Barattoonni barnoota tarsiimoo kana manneen barnootaa
tarsiimoo hinqaban. barattoota isaanii hoogganuuf isaaniitiif ilaacha haala gaariin dagaage biroo waliin waliif qoodanii jiru.
Hoggantoonni manneen hubannoo itti gaafatamummaa qabutu jira. Barattoonni baay'een
barnottaa waan badaa irraa isaanii guddaa qabu. amala itti gaafatamumaa qabu calaqqisiisu. Barattoonni dudhaalee jiraniifi Qooda
dhorkuu irratti wantoota Hoggantoonniifi barsiisonni calaqqisiisu. Nageenyummaafi garaagarummaa jiraniif kabaja akka qabaatan fudhattoonni/dhimmamtoonni hundi
bu'uuraa mootummaan leenjii barattoota balaa irraa haala gaarii barattoota hundaaf baratanii jiru. Hoggantoonniifi barsiisonni badii irraa ittisuu/kunuunsuuf
barbaadu ni raawwatu, oolchuu/iittisuu gargaaru mirkaneessuun hojii dursaadha. nageenyaafi haala gaarii barattoota hundaaf ofkennanii kan hojjetaniidha. Manni
garuu dhimmoota balaa fudhatanii jiru. Dhimmoota balaa Dhimmoota akka nageenyaa mirkaneessuuf ofkennanii hojjetu, kun barumsichaa muuxannoo badii irraa
irraa dhorkuu mana irraa dhorkuun walqabatan
10 barumsaa keessatti barattoota jeequufi tuuttuqqaa
kallattii adda addaa, humnaan immoo barattoonni harcaatii malee ittisuu/kunuunsuu bu'a qabeessa ta'e
jeequmsaafi tuttuqaan barattoota gidduutti jiru irratti jeequufi tuttuqqaa adda addaa hirmaannaa olaanaan akka jiraatu taasisee maatiifi manneen barnootaa biroo
walqabatu irratti hubannaa hubannoo qabu.Ta'eewwan irratti hoggantoonnifi barsiisonni jira. waliin waliif qoodee jira.
hinqaban. Barsiisonni uumanman waliin yeroo mara osoo yeroo itti hinkennin karaa bu'a Hoggantoonni buleeyyiin badii irraa
dhimmoota balaa irraa kara bu'a qabeessa ta'e itti qabeessa ta'een tarkaanfii ittisuu/kunuunsuu irratti akka
oolchuun walqabataniin hindeeman. sirreessaa fudhatu. naannoo jiraataniitti waliin hojjetu.
hubannoo hinqaban.

- (%) Iyyaafannoo 1 - Bakki fooyya'uu qabuufi


deggarsa kennamuu qabu:
Iyyaafannoo 1:

- (%) Iyyaafannoo 2 - Bakki fooyya'uu qabuufi


Gahumsa 3 deggarsa kennamuu qabu:
Guduunfaa Iyyaafannoo 2:

- (%) Iyyaafannoo 3 - Bakki fooyya'uu qabuufi


deggarsa kennamuu qabu:
Iyyaafannoo 3:
Competency 4: Karoorsuuf, hojiirra oolchuufi foyya'iinsa hammatummaa gulaaluuf ragaa qabatamaa ni fayyadama. Ka'umsa Jidduu Dhuma
sagantaa Saganta
Hogganaa Hogganaa Hagganaa Dorgomaa Hogganaa Barachuu Hogganaa Hiriyaa Bu'aa Bu'aa
Qabxii olaana Jalqabaa Guddinarra jiru Bu'aa
Iyyaafano Iyyaafannoo
Iyyaafannoo 3
1 2 3 4 5 o1 2
4.1 Ragaa waliitti Karoora Ofiin of madaaluu manneen Ragaaleen barachuufi foyya'iinsi Karoora mana barumsaafi foyya'iinsa Hogganaan Hiriyaa mana barumsa
qabuu, xinxaluufi ragaa foyyeessuurratti Murtii barnootaa/SFM keessatti gareedhaan baratan waliitti qulqullina baruu barsiisuu foyyeessuuf biroo irraa ragaalee fayyadamuun
fayyadamuun kennuuf ragaa ragaaleen waliitti qabaman qabamaniiru xinxalamaniirus tarkanfiilee fudhachuuf kan agarsiisan karoorsuufi qulqullina baruu
foyya'insa milkeessuuf hinfayyadamne adda bahaanii keessatti (Fky garee Dubartoota, ragaaleen idilaawaan nifayyadamu. barsiisuu fuyyeessuu danda'uu
karoorsuu hammatamaniiru daa'imman fedhii addaa qabanfi isaatiif ragaan nijira.
daa'imman hawaas-dinagdee
gadi aanaa keessa jiraatan)
15

- (%) Iyyaafannoo 1 - Bakka foyya'uu qabuufi


Iyyaafannoo 1: deeggarsa kennamuu qabu

- (%) Iyyaafannoo 2 - Bakka foyya'uu qabuufi


Gahumsa 4 deeggarsa kennamuu qabu
Iyyaafannoo 2:
Guduunfaa

- (%) Iyyaafannoo 3 - Bakka foyya'uu qabuufi


deeggarsa kennamuu qabu
Iyyaafannoo 3:

Jidduu Dhuma
Gahumsa 5: Hogganaan mana barumsaa siistama mana barumsaa foyyeessuuf qooda fodhattoota waliin gamtoomuun ni hojjata Ka'umsa
sagantaa Saganta
Hogganaa Jalqabaa Hogganaa Guddinarra jiru Hagganaa Dorgomaa Hogganaa Barachuu Hogganaa Hiriyaa Bu'aa Bu'aa
Qabxii Ol- Bu'aa
Iyyaafano Iyyaafannoo
aanaa o1 2
Iyyaafannoo 3
1 2 3 4 5
5.1 Qooda fudhattoota Qooda fudhattoonni Karoorri Hirmaannaa qooda Karoorri hirmaannaa qooda Hirmaannaan qooda fudhattootaa qulqulina Hogganaan Hiriyaa mana barumsa
foyya'insa baruu ergama ykn mul'ataa, fudhattoota qopha'eera, fudhattootaa nihordofama. barachuu, barsiisuufi hammatummaa irratti biroo irraa qooda fudhattoota
barsiisuufi ofiin ofmadaaluu, garuu hojiirra hinoolle Akkataa karoorfameen walgahiin xiyyeeffata. Qooda fudhattoonni milkaa'ina fi hirmaachisuun qulqullina barachuu,
hammatummaa sagantaa foyya'insa tasifamuu isaa ragaan jiraachuufi rakkoolee mana barumsaa qunnaman barsiisuufi hammatummaa
keessatti hirmaachisuu mana barumsaa ykn qooda fudhattonni tokko tokko deeggaruu danda'uu isaanii ragaan nijira. fuyyeessuu danda'uu isaatiif ragaan
karoora DOW keessatti ofiin ofmadaaluufi SFMB beekani nijira.
15 hinhirmaanne jiru.

- (%) Iyyaafannoo 1 - Bakka foyya'uu qabuufi


deeggarsa kennamuu qabu
Iyyafannoo 1:

Gahumsa 5 - (%) Iyyaafannoo 2 - Bakka foyya'uu qabuufi


Iyyafannoo 2: deeggarsa kennamuu qabu
Guduunfaa

- (%) Iyyaafannoo 3 - Bakka foyya'uu qabuufi


Iyyafannoo 3: deeggarsa kennamuu qabu
Istaandard
Qabxii Istaandardii Istaandardii Istaandardii Istaandardii
Qabxii Waliigalaa Iyyafannoo 1 Qabxii Ol-aanaa Gulantaa
qabatamaa
Qabxii ol-aanaa %dhaan
murta'aa 1
Istaandardii murta'aa 2
murta'aa 3
Istaandardii murta'aa 4 ii murta'aa
murta'aa 6 murta'aa 7
5

Gahumsa 1 35 Developing Leader 0.0 0% 0 0 0 0 0 0 0


Gahumsa 2 15 Beginner Leader 0.0 0% 0 0 0
Gahumsa 3 20 Beginner Leader 0.0 0% 0 0
Gahumsa 4 15 Beginner Leader 0.0 0% 0
Gahumsa 5 15 Developing Leader 0.0 0% 0
Ida'ama 100

Gulantaa Iyyafannoo
Waliigalaa 1

Istaandard
Qabxii Istaandardii Istaandardii Istaandardii Istaandardii
Qabxii Waliigalaa Iyyafannoo 2 Qabxii Ol-aanaa Gulantaa
qabatamaa
Qabxii ol-aanaa %dhaan
murta'aa 1
Istaandardii murta'aa 2
murta'aa 3
Istaandardii murta'aa 4 ii murta'aa
murta'aa 6 murta'aa 7
5
Gahumsa 1 35 Developing Leader 0.0 0% 0 0 0 0 0 0 0
Gahumsa 2 15 Beginner Leader 0.0 0% 0 0 0
Gahumsa 3 20 Beginner Leader 0.0 0% 0 0
Gahumsa 4 15 Beginner Leader 0.0 0% 0
Gahumsa 5 15 Developing Leader 0.0 0% 0
Ida'ama 100

Gulantaa Iyyafannoo
Waliigalaa 2

Istaandard
Qabxii Istaandardii Istaandardii Istaandardii Istaandardii
Qabxii Waliigalaa Iyyafannoo 3 Qabxii Ol-aanaa Gulantaa
qabatamaa
Qabxii ol-aanaa %dhaan
murta'aa 1
Istaandardii murta'aa 2
murta'aa 3
Istaandardii murta'aa 4 ii murta'aa
murta'aa 6 murta'aa 7
5
Gahumsa 1 35 Developing Leader 0.0 0% 0 0 0 0 0 0 0
Gahumsa 2 15 Beginner Leader 0.0 0% 0 0 0
Gahumsa 3 20 Beginner Leader 0.0 0% 0 0
Gahumsa 4 15 Beginner Leader 0.0 0% 0
Gahumsa 5 15 Developing Leader 0.0 0% 0
Ida'ama 100

Gulantaa Iyyafannoo
Waliigalaa 3

Foyya'iinsa Dhuunfaa

Gahu
msa
1

Gahu Gahu
msa msa
5 2

Gahu Gahu
msa msa
4 3
_____Iyyafannoo 1
_______Iyyafannoo 2
______ Iyyafannoo 3 _____

You might also like