You are on page 1of 2

Guca 1: Qabxiilee Hordoffii Hoggansaa fi Bulchiinsa Hojii Buufata Fayyaa

Buufanni fayyaa Kaazinaa-1.Qaba 2. Hin qabu-( ilaaluun mirkaneessuu)


Lak Qabxiilee Hordoffii Qabxiilee Mirkaneessan Jira[1] Yaada
Hin jiru[0]
1 Koreen hoggansaa buufata fayyaa  Xalayaa ramaddii miseensotaa koree hoggansaa
hundeeffamee jira.
 Qaboo yaa’ii hundeeffama koree hoggansaa
 Qajeelfamoota keessoo koree hoggansaatiin
qophaa’an
2 Walgahiin idilee koree hoggansaa ji’a  Qaboon yaa’ii ilaaluun
3 keessatti yoo xiqaate yeroo tokko  Ajandaa walgahii
ni gaggeefama.  Ragaa waamicha walgahii
3 Karoora tarsiima’aa fi kan waggaa ni  Karoora tarsiima’aa
mirkaneessa. Raawwii isaaniis yoo  Karoora waggaa
xiqqaate kurmaana kurmaanaan  Gabaasa raawwii hojii
akkataa galama koree hoggansaatiin
kaa’ame waliin walbira qabee ni
gamaaggamama.
4 Daarekterri buufata fayyaa waajjira  Xalayaa ramaddii fi ibsa gahee hojii
eegumsa fayyaa bulchiinsa magaalaa  Maqaa miseensota koree manaajimanti
ykn aanaa tiin ni ramadama.  Qaboo yaa’ii koree maanaajimantii
Daarekterichi koree maaneejimantii  Qajeelfama hojii keessoo koree maanaajimantii
kutaalee hojii adda addaa irraa
gurmeessee ni gaggeessa.
5 Daarekterri buufata fayyaa yoo  Bu’aa gamaaggama raawwii hojii
xiqqaate kurmaanatti yeroo tokko  Qaboo yaa’ii gamaaggamaa
haala galma koree manajimantiitiin
kaa’ameen raawwii isaa ni
gamaaggamama.
6 Daarekterri buufata fayyaa gabaasa  Haftee gabaasa ji’aa itti mallatteeffame
raawwii hojii ji’a ji’aan waajjira
eegumsa fayyaa aanaatiif ni
dhiyeessa.
7 Iddoo simannaa tajaajilamtootaa fi  Gabatee beeksisaa irratti gosa tajaajilota
kaffaltiin itti sassaabamu irratti gosa kennamanii fi tilmaama kaffaltii kan ibsan
tajaajiloota kennamanii, tilmaama beeksiisa maxanfaman
kaffaltii akkasumas gosaa tajaajiloota
tolaan kennamanii gabatee beeksisaa
irratti bakka ifa ta’etti maxxanfamee
jira.
8 Buufatni fayyaa qaamolee tajaajila  Tarreeffama tajaajilamtoota tajaajila yaalii duubee
duubee kennuuf qaamota sadaffaa argatanii
waliin sanada waliigaltee ni  Galmee tajaajila yaalii duubee
mallatteessa. Labsii walii galtee  Sanada waliigaltee yaala duubee fi Inshuraansii
Inshuraansii fayyaa fudhachuun fayyaa mallattaa’e
hojiirra ni oolcha/ ni raawwata.  Sanadaa hojiirra oolmaa tajaajila yaalaa duubee fi
Inshuraansii fayyaa
9 Ogeessi herregaa buufata fayyaa  Galmeewwan fi gabaasa herregaa dhiyaate
haala waliigala herregaa irratti ibsa
kennuudhaan sadarkaa inni irra jiru  Qaboo ya’ii /Duub-deebii koree maanajimantii
ji’a ji’aan koree maaneejimantiitiif ni
dhiyeessa.
10 Buufatni fayyaa karoora bittaa koree  Karoora bittaa koree hoggansaatiin mirkanaa’e
hoggansaa tiin mirkanaa’e ni qabata.
11 Buufatni fayyaa maanuwaalii hojii  Maanuwaalii hojii herregaa mirkanaa’e
herregaa koree hoggansaatiin
mirkanaa’e fi chaappaan buufatichaa
irra jiruu ni qabaata
12 Herregni buufata fayyaa yoo xiqaate  Gabaasa odiitii
waggaatti yeroo tokko odiitara wajira  Duub-deebii gabaasa odiitii irratti kenname
mallaqaa fi misooma diinagdee  Tarkanfii sirreeffamaa argannoo oditii irratti
Aanaatiin odiitii ni ta’a. fudhatame

You might also like