You are on page 1of 7

Xumuraa / Executive Summary/

Odiitii Keessaa Ittigaafatamummaa fi hojii itti kenname bahuu karooraa


qopheefate irratti hundaae , raawwii hojii mana hojii gamaaggamuudhan
buaa isaa gabaasuun irraa eegama. Akkaatuma kanaan Muddee

1/2005

hanga Gurandhalaa 30/2005 odiitiin keessaa odiitii kan godhame Daarkteera


hojii karoora, Bittaa, Bulchiinsa Faaynaansii fi Qabeenya
herregaa

Biiroo

sochii

imaana dha. Buaawwan odiitii irraa gahame ittigaafatamaa waliin

waliigalteen fi wal-amanteen taasifameera.Buaan xiinxaala fi duukaa deemtuu


wal-amansiisa garagalchaa Daarkteera hojii ilaaltuu akka gahuu godhameera.
Yeroo xiinxaala hanqinnota itti aanan alaa

kaneen biroo gaarii tau isaa

hubatame jira. Buaalee odiitii irra gahame.


o Galii walitti qabame yeroon gara baankiitti dhangalasuu dhabuu (Akkaataa
qajeelfama

Bulchiinsa

Maallaqaa

callaa

mootummaa

Naannoo

Oromiyaa lakk. FA.5/2004 kutaa lama Keewwata 23 keewwataa xiqaa


2 raawwatamu dhabuu)
o koodii Herregaa galii sirrii tae eegani galmeesuu dhabuu(Maanuwalii 3-0
gurmaaiinaa Herrega gabatee

2.1 fuula 4-22 ibsamen raawwatamuu

dhabuu).
o Galii sassaabame ragaan buura ( sanduuqaf HE/ MO/64) osoo hin
hojjetamin gara baankii galii godhame argame.
o Herrega dogoggoraa lakkofsa baank1000007346232 (fandii adda addaa )
irratti galmaauu qabu
o

1000007341998 (Galii keessaa fi Imaanaa) irratti

argame.
Galii baankii galee osoo hin galmaain argamee hanqinnota mulatan fi kan
gabaasa buaa odiitii darban keessatti ibsame kan wal-fakaatanii waan taef,
karaa daarekitera hojiittiin hanqnii dandeetti yoo jirate leenjiidhan ykn kutaa

hojii keessatti haalii muxxanno walii

dabarsuu irratti osoo hojjatame

dogoggora wal-fakaatuu hafuu ni dandaa.

Gabaasaa Odiitii jia Muddee 1/2005 Hanga Guraandhalaa

30/2005

Lakkofsa Herregaa baankii 1000007341998 dhiyeesuu ilaala.


1. kaayyoo odiitii

kaayyoon Odiitii kana Akkaataa karooraa waggaa odiititi keessaa irratti


hundaawuudhaan itti fayyadama mana hojiicha fi Maalaqni imaanaa fi galii
keessaa akkaataa qajeelfamnii ajajuun rawatamuu isaa fi
seeraa bulchiinsa faayinaansii mootummaa,

qabiinsi herregaa

labsii, Dambii fi qajeelfamoota

baheen raawwatamu isaa mirkaneesuu yoo tau iddowwan hanqinni mulate


irratti akka itti hin fufnee fi sirreefamni yeroon akka godhamu gorsa ogummaa
kennudhaf.
2. Daangaa Oditicha

Xiinxaalii odiitiin kun kan raawatame herregaa lakkofsaa herregaa baankii


1000007341998 jia Muddee 1/2005 Hanga Guraandhala 2005 gabaasa,
Herrega galii, Dabarsaa fi kaffalamawwan, gabaasawwan jiaa,kan

Kutaa

herregaatiin qophaaee dhiyaate sirrummaan isaa xinxaalameera .


3. Tooftaa Oditichaa
Tooftaan Odiitii akkaataa buuraa hojii Odiitii keessaa qoratamen ragaalee
irraatti hundaaudhaan galmeeffamootaa waliin ilaaluu fi sirni toannoo
2

keessaa diriiree kabajame raawwatamuu isaa haallii itti mirkanaau kan


hordofuudha . kanuma irratti hundaudhan ragalee kutaa herregaan hojetame
dhiyaate

madaallii herregaa gabaasaa waliin , gabaasaalee Leejeeraa goroo fi

leejera xiqqaa waliin, leejera galme geedarumsa waliin, galmee geedarumsaa


herregaa ragalee buuraa waliin ilaaluun, hojjetoota herreegicha hojjetanii fi itti
gaafatamtoota dubbisuudhaan odiitii raawwatamedha.

4. Argannoowwan Odiitii
4.1 Galii ilaalchisee
4.1.1 Galii walitti qabame yeroon gara baankiitti dhangalaasuu dhabuu
Akkaataa Bulchiinsa Maallaqaa callaa qajeelfama mootummaa Naannoo
Oromiyaa lakk. FA.5/2004 kutaaAfur Keewwata

23 keewwataa xiqaa 2

galiin sassabamee gara man-kuusaa kallattin galii akka tau qabuu fi guyyaa
sassabamee ykn bulee ganama gara man- kuusaa herregaa baankiitii galii tau
akka qabu ni ibsa. Haa tau malee ragaa qabatamaa irra hubachuun akka
dandaame galiin Qr.5068.94 jia Onkololeessa fi Qr.14423.30, jia sadaasaa
keessaa waliiti qabame guyyaa 10/4/2005 HE/Mo/64) 826651 muramuun
argamee jira. kana irraa kan kaee gabaasni galii jiaa akka gadi buuu tae fi
maallaqni baasii xixxiqaa kaasinaa keessa akka buluu eyyamame ol akka
taauu taee

jira. Kaumsa

kanaas toannoo fi hordoffiin godhamu dhabuu

dha. Kanaaf, karaa kutaa hojiitiin deebiin kenname hojetaan herregaa moodela
hojjatuu yeroo san waan hin jireef jedhamuus, hojetaan tokko yoo hinjirre
3

hojiin kutaa hojjatamu dhaabachuu ni qabaa seerii jedhu waan hin jireef,
hojjataa

keessaa jiran

bakka buani hojechuu

osoo

dandaamu kun

godhamu dhabuu sirrii waan hin taane, gara fuula duraaf irra dedebii akka
hin raawwatamne

karaa daarekteeri hojiitiin hordofii fi toannoon akka

godhamuu fi bakka hojjataa tokko hin jire hojjataa jiru hojiicha raawwachuu
akka dandauu hubanno osoo qabsifame gaarii ni taa.
4.2 koodii galii sirrii tae galmeessuu dhabuu
Akkaataa Manuwaalii 3-0 gurmaaiina herreaa gabatee 2-1 fuula 4-22
koodii galii ifaa kaawwamejira. Dabalatanis koodii sirrii tae irratti hundae
HE/MO/1/1

hojetame

HE/MO65

taritibaan

tarreefame

galmee

irratti

galmeesuu buuura kan taee HE/MO/64 kan hojjatame kodiin galii tokko
tauu akka qabuu ni ibsa. Haa tauu malee, ragaale qabatamaa

irra

hubachuun akka dandaametti 10/04/05 HE/ 64 826651-52 Qr.140 1439


tauu qabuu 1489 taee galmaaee argamee jira . kun immoo gabaasnii koodii
galii tokko tokko sirrii akka hin taanee kan agarsiisuudha. kaumsii kanaas
hojii hojjetamuf xiyyeefannoo fi eggannoon godhuu dhabuu
dogoggor walfakaatu akka mulatuu taee jira.

fi jia jian

kanaafuu gara fuula duraa

kutaa hojiin hojetamuu egganno godhame akka hojetamuu taee , karaa


daarektorii hojiichi hordoffii fi toannoo akka godhamu taee, sireeffamni haala
arman gadii akka sireeffamu.
JV

1489
1439

140.00
140.00

4.3 Galii sassaabame ragaan buura ( sanduuqa HE/ MO/64) osoo hin
hojjetamin gara baankii galii godhame argame.
4

Akkaataa Qajeelfama Qabiinsa Herregaa Manneen Hojii Mootummaa


Naannoo Oromiyaa Lakk FA-7/2004 kutaa Lama keewwataa 7 keewwata
xiqaa 5 jalatti

Mallaqni guyyaa guyyaan walitti qabame nagahee galii

xumuraa HE/MO 64

hojjetameef galmau akka qabu fi gara baankii yeroo

dhangaluu sanduuqaf nagahe baasiii akka hojjetamu qabu ni ibsa. Haa tau
malee, ragaa qabatamaa irra hubachuu akka dandaamettii,

mallaqni jia

Amajii waliitii qabame Qr.5923.88 nagaheen galii sanduqaa


galmeefamnii osoo hin raawwatamni maallaqnii baankii

hojjatame

ergagale boodaa jia

guraandhalaa keessatti nagahee galii sanduqa hojjatame argamee jira. kana


irraa kan kaee baasiin sanduuqa galii sanduuqaa akka dursuu godhame jira .
kaumsi kanaas hojjiin hojetamu

eegannoo fi xiyyeeffannoo godhamuu

dhabuu, akkasumas, toannoo godhamuu dhabuu ni mulisa . kanaaf, deebii


karaa hojjitti kenamu hojjataan ragaa buuraa qopheesuu waan hin jireef
jedhamus, bakka hojjataa tokko hin jireetti hojjataa kutaa keessa jiru
hojiichaa hojjachuu waan dandauu fudhatama hin qabuu. Kanaafuu, garaa
fulaa duraaf

dogoggoroon wal-fakkaataa yeroo yeroo uumamu hanbisuuf

karaa Daareektera hojiitti toannoo fi hordofiin osoo godhame.

4.4.Galii Baankii galee Leejera irratti osoo hin galmaiin argame


Akkaataa Qajeelfama Qabiinsaa Herregaa Manneen Hojii Mootummaa
Naannoo Oromiyaa Lakk FA-7/2004 kutaa Lama Keewwata 8 keewwata xiqaa
1(b)jalati

Herregni

geggeeddarumsa

nagahee

herreegaa

galii

qophaaeef

irraatti

guyyaa

galmeefamuu

fi

guyyaan
leejera

galmee

herregaatti

naanaauu akka qabu ni ibsa. Haa tau malee ragaa qabatamaa irra hubatamu
akka dandaametti

galii

Qr.10.48 HE/MO1/1

554233

guyyaa 30/5/2005

baankii galee osoo hin galmain (4211) argame jira. kana irraa kan kae 4103
5

akka gadi buuu fi 4211 akka ol kauu taee jira. kaumsii kanaas eegannoo
hojii godhamu dhabuudha. kanaaf, karaa kutaa hojiitti dogoggoraa kan biraa
darbame tauu isaa fi sirreeffama kan godhu tauu hubatame jira kanaafuu,
gara fuula duraa gabaasaa xumuraa baasuu duraa

ragaalee jia hundii

galmaauu isaa irra deebiame osoo qulqulaaee dogoggoor kun

hafu ni

dandaa.
4.2 Qabinsa Ragaalee ilaalchiise
4.2. Herregaa Dogoggoraa Lakkofsa baankii 1000007346232 (Fandi adda
adda) irraatti galmauu qabu Lakkofsaa baankii 1000007341998 (Galii
keessaa fi Imaanaa) irratti galmaee argame
Akkaataa Qajeelfamaa galii fi baasii jiruu irraatti hundaauun raawwatamuu
akka qabu beekamadha. Akkasumas, argannoo

buaa odiitii

akkaakuu

herregaa lakkofsa baankii odiitii taee irratti sireeffamni godhamu akka qabuu
beekamaadha. Haa tauu tau malee, ragaa qabatamaa irra hubachuu akka
dandaamutti

guyyaa 24/04/2005

He/Mo9 lakk.329761 sirreffamni

godhamee fi maallaqni abbaa dhimma irra


09/4/05 Lakk RV 554225-26

akka deebiu taees guyyaa

koodii herregaa 4203/10

fi 11,

Qr.256,

dogoggoraan lakoofsaa herregaa baankii 1000007341998 akka qabamu kan


taee fi akkaataa seeraa herregaatti durfame sireefamni godhamuu osoo qabuu
galii ergaa godhame bodaa sirafamnii godhame argame jira. Kana irraa kan
kaee walitti qabamaa (4203)

akka gadii buuu, maalaqni baankii (4103)

fi

Hortaaleen qulquluun (5601) akka ol kauu taee jira. kaumsi kanaas kutaa
hojii keessatti hojjatoon hojii wal-qunamu hojjatan jiduu wal-qunamtti jiruu,
toannoo fi hordofiin godhamu laafaa tau isaa kan agarsiisuudha. kanaafuu
fuulaa dura hojiin hojetamu eegannoo fi xiyyeeffannoo itti kennuun akka
hojetamuu fi karaa Daarekteera hojitiin toannoo fi hordoffiin akka godhamuu
6

taee, haallii sirreeffama herregaa lakkooffsaa baankii 1000007341998 (Galii


keessaa fi Imaanaa) irraatti galmae lakkofsaa baankii 1000007346232 (Fandii
adda addaa) irratti sirae akka galmauu taee, dogoggora yeroo yeroo walfakaatan uumamu han bisuu kutaa hojii kessatti hojjatoon hojii wal-qunamu
raawwatan

sirni ittin wal-dubiisuu raawwachuu dandaan osoo mijaae garii

taee, sirreffamni haala armaan gadii akka raawatuu.


Nagahee Baasiidhaan
5601
4103

256.00
256.00

Walumaa galatti hanqnnon armaan olitti ibsama


godhamne tarkaanfii sireefamas fudhatame nu
ibsa,

akkaataa marii baiinsa

gabaafame kan hin jire tau

argannoo armaan olitti kenname irratti yaada foyyaiinsa

kenname fi

tarkaaniif fudhatame guyyaa 30 kessatti akka nu gabaafamu.


5. Galataa
Dhuma irratiis Daareekitoreetti

hojii fi Offisaroota

gargaarsaa nuuf godhan hunda ni galateeffana.

yeroo hojii odiitii

You might also like