You are on page 1of 2

Lakk______________

Guyyaa____________

Wajjira M.M.D Kutaa Magaalaa Awwadaayiitiif

Awwaday

Dhimmi:- Wa’ee Kaffaltii retention akka kaffalamuuf ibsuu


ilaala

Akkuma olitti xuqametti hojiin projektii Ifaa Daandii Irraa waldayani JAMAAL,
AFANDII FI SHARIKOTA hojjachuuf waliigalteen godhamuun niyaadatama. Waan
kana tahef amma kafaltiin retention Mahandisaan hojjatamee dhihaate Qar.kuma
shantami fi dhibba sagali fi sadetami shan fi 10/100 (Qar. 50985.10 ) karaa dura bu’aa
waldayichaa obbo AFANDI HASAN tiin akka kaffalamuuf kabajaan gaafanna.

Nagayaa Wajjiin
Lakk___________________
Guyyaa_________________

Wajjira Konistiraakshinii Kutaa Magaalaa Awwadaayiitiif

Awwaday

Dhimmi:- Wa’ee Kaffaltii retention akka nuuf mirkaneesitan gafachuu

ilaala

Akkuma olitti xuqametti hojiin projektii Ifaa Daandii Irraa waldayani JAMAAL,
AFANDII FI SHARIKOTA hojjachuuf waliigalteen godhamuun niyaadatama. Waan
kana tahef amma kafaltiin retention Mahandisaan hojjatamee dhihaate Qar.kuma
shantami fi dhibba sagali fi sadetami shan fi 10/100 (Qar. 50985.10 ) kana akka nuuf
mirkaneesitan kabajaan gaafanna.

Nagayaa Wajjiin

You might also like