You are on page 1of 9

Lakk.

____________________

Guyyaa___________________

Adeemsa Qophii Dizaayinii fi Bulchiinsa kontiraataa Biiroo MMM Oromiyaaf

Finfinnee

Dhimmi isaa: Gabaasa ji’a Guraandhalaa bara 2015 erguu ilaala.

Akkuma armaan olitti ibsame Gabaasa ji’a Guraandhalaa bara 2015 Adeemsa Qophii
dizaayinii fi Bulchiinsa kontiraataa Waajjira MMM Godina W/Bahaa waraqaa fuula
kudhan(10) irratti qopheessuun xalayaa gaggeessituu kanaan walqabsiisnee isinii erguu
keenya ni beeksisna.

NagaaWajjin

G/G

 Kutaa karooraa mana hojii keenyaaf

Naqamtee
Seensa

Adeemsi Qophii dizaayinii fi Bulchiinsi kontiraataa Adeemsawwan waajjira Misooma


Magaalaa fi manneenii Godina Wallagga Bahaa keessaa isa tokko yemmuu ta’u karoora hojii
kan waggaa baafatee isa kanas ji’ootaan qooddachuun hojii hojjechuuf Karoora kan waggaa
kanaa qopheeffatee hojii keessa galeera. Haaluma Kanaan gabaasni kunis kaayyowwan
hojiin kun karoorifamee itti raawwate, karoora hojiiwwan gurguddoo fi raawwii hojiiwwan
gurguddoo kan Adeemsa Qophii dizaayinii fi Bulchiinsa kontiraataa kan ji’a Guraandhalaa
bara 2015 akka armaan gaditti dhiyaateera.

Page 1 of 10
Kaayyoo

Qophiin Dizaayinii fi ijaarsa Godinicha keessatti geggeeffaman hundi qajeelfamaa fi


istaandardii eeguudhaan qulqulinaan raawwatamuu isaanii mirkaneessuu ta’a.

A.Hojiiwwan gurguddoo raawwachuuf karoorfaman

1.Karoora Hojiiwwan ijoo Bara 2015 Garee Qophii Dizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa fi
hordoffii piroojektii MMM Godinaa

1. Dizaa.piroojektii sadarkaa adda addaan qopheessuu

1.1 sadarkaa A

1.2 Sadarkaa B

1.3 Sadarkaa C

2. Ijaarsa projeektoota mootummaa sektara adda addaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf


dokimeentii caalbaasii qopheessuun, adeemsa caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa
Mootummaa jiruun hordofuu, dokumeentii caalbaasii xiinxaluun bu'aa isaa akka mirkanaa’u
taasisuu

2.1.Ademsa cal. Hordofuu

2.2.Dokimeentii Caalbaasii Qopheessu

2.3.Xiinxala dokimeentii Teekinikaa

2.4.Xiinxala dokimeentii Faayinaansii

3.Qophii dizaayinii piroojektii mootummaa iddoon wal-simsiisuu

4.Hojiiwwaan ijaarsa piroojektii Godinicha keessatti geggeeffaman akkaataa seerota ijaarsaa


bahaniin sadarkaa isaanii eeganii akka raawwataman taasisuun hordofuu fi deggersa
geggeessuu

5. Kafaltii hojii ijaaarsaa projeektiif qophaa’ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u taasisuu

6. Walharkaa fuudhiinsa duraa/dhumaa taasisuu (project Handover)

7. Waldhabiinsa adeemsa hojii kontraata ijaarsaa keessatti abbaa piroojeektii fi kontiraaktara


gidduutti uumamu irrattti dhimma isaa qorachuun haala furmaataa kennamu qaama dhimmi
ilaalu waliin mari’achuun furmaata kennuu

Page 2 of 10
8. Deeggarsa ogummaa sektara adda addaatiif kennuu (yeroo adda addaa taasifamu)

9.Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa piroojektota ijaarsaa irratti
uumamuufi qaama dhimmi ilaltuuf gaaffii ni dhiyeesaa,seera jiru irratti hundaa’uun yeroo
heyyamamuuf hojii irra ni oolchaa

B.Hojiiwwan ijoo ala dabalataan bara 2015tti kan karoorfame

1. Qophii dizaayinii miti mootummaaf (waldaalee gara garaaf) qopheessuu

2..Ragaa qabiyyee iddoo "site plan" daangaa yeroon qulqulleessuu.

3. Qorannoo Biyyee geggeeffame bu`aa isaa fudhachuu

4. Dizaayinii qopheessuun dura iIddoo ijaarsaaf mijaawaa ta`e qorachuun filachuu

5.’’Specification & bill of quantity” qopheessuu

6.Wal-harkaa fuudhiinsa iddoo itti ijaaramu taasisuu (Site Handover)

1.HojiiwwanIjooRaawwataman

1.Karoora Hojiiwwan Bara 2015 Garee Qophii Dizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa fi


Hordoffii Ijaarsaa MMM Godinaa raawwataman Dizaayinii piroojektoota sadarkaa adda adda
qopheessuu

1.1 Sadarkaa A

 Ji’a Guraandhalaa karoorri 5 raawwiin 9(>100%).


 Hanga Ji’a Guraandhalaattii karoorri 190 raawwiin 67(35.26%).
 Karoorri waggaa 220 raawwiin 67 (30.45%).

1.2 Sadarkaa B

 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).


 Hanga ji’a Guraandhalaatti karoorri 5 raawwiin ____(____%).
 Kan wagga karoorri 5 raawwiin ____(____%).

1.3 Sadarkaa C

 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).


 Hanga ji’a Guraandhalaatti karoorri 5 raawwiin ____(____%).
 Kan waggaa karoorri 5 raawwiin ____ (____%).

Page 3 of 10
2.Ijaarsa projeektoota mootummaa sektara adda addaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf
dokmantii caalbaasii qopheessuun, adeemsa caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa Mootummaa
ijiruun hordofuu, dokumeentii caalbaasii xiinxaluun bu'aa isaa akka mirkanaa’u taasisuu,

2.1 Adeemsa Caalbaasii Hordofuu.


• Ji’a Guraandhalaa karoorri 5 raawwiin 15(>100%).
• Hanga ji’a Guraandhalaa karoorri 197 raawwiin 37 (18.78%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 37 (16.82%).

2.2. Dokimeentii Caalbaasii Qopheessuu.

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 5 raawwiin 15(>100%).


• Hanga ji’a Guraandhalaatti karoorri 197 raawwiin 59 (29.95%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 59 (26.82%)

2.3. XiinxalaDokimentiiTekinikaa .

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 5 raawwiin 15(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 197 raawwiin 39 (19.80%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 39 (17.73%).

2.4. Xiinxala Dokimeentii Faayinaansii.

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 5 raawwiin 15(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 197 raawwiin 39 (19.80%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 39 (17.73%).

3. Qophii dizaayinii piroojektii mootummaafi iddoo wal-simsiisuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 5 raawwiin 9(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 197 raawwiin 64 (32.49%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 64 (29.09%)

4.Hojiiwwaan ijaarsa piroojektii Godinicha keessatti geggeeffaman akkaataa seerota ijaarsaa


bahaniin sadarkaa isaanii eeganii akka raawwataman taasisuun hordofuu fi deggersa
geggeessuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 20 raawwiin 42(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 167 raawwiin 150 (89.82%).
• Karoorri wagga 250 raawwiin 150 (60%).

Page 4 of 10
5. Kafaltii hojii ijaaarsaa projeektiif qophaa’ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u taasisuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 15 raawwiin 36(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 120 raawwiin 96 (80%).
• Karoorri wagga 180 raawwiin 96 (53.33%).

6. Walharkaa fuudhiinsa duraa/dhumaa taasisuu(project Handover)

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 15 raawwiin 2(13.33%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 132 raawwiin 19 (14.39%).
• Karoorri wagga 320 raawwiin 19 (5.94%).

7.Waldhabiinsa adeemsa hojii kontiraataa ijaarsaa abbaa piroojektii fi kontiraaktera gidduutti


uumamu irratti dhimma isaa qorachuun haala furmaata kennamu qama dhimmi ilaalu waliin
mari`achuun furmaata kennuu.

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 2 raawwiin 5(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 19 raawwiin 15 (78.95%).
• Karoorri wagga 25 raawwiin 15 (60%).

8. Deggarsa ogummaa sektara adda addaatiif kennuu (yeroo adda addaa taasifamu)

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 45 raawwiin 70(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 316 raawwiin 327 (>100%).
• Karoorri wagga 450 raawwiin 327 (72.67%).

9.Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa piroojektota ijaarsaa irratti
uumamuufi qaama dhimmi ilaltuuf gaaffii ni dhiyeesaa, seera jiru irratti hundaa’uun yeroo
heyyamamuuf hojii irra ni oolchaa

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 2 raawwiin 2(100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 23 raawwiin 7 (30.43%).
• Karoorri wagga 30 raawwiin 7 (23.33%).

2.Hojiilee ijoo ala Dabalataan Karoorfamanii Hojjetaman

1. Qophii dizaayinii miti mootummaaf (waldaalee gara garaaf)

• Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin 3(____%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 40 raawwiin 11(28%).
• Karoorri wagga 40 raawwiin 11 (28%).

Page 5 of 10
2. Ragaa qabiyyee iddoo "site plan" daangaayeroonqulqulleessuu.

• Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin 9(____%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 220 raawwiin 67(30.45%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 67 (30.45%).

3. Qorannoo Biyyee geggeeffame bu`aa isaa fudhachuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 7 raawwiin 5 (71.43%).
• Karoorri wagga 7 raawwiin 5 (71.43%).

4. Iddoo ijaarsaaf mijaawaa ta`e qorachuun filachuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin 9(____%).


• Hanga ji’a Guraandhalaatti karoorri 220 raawwiin 58 (26.36%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 58 (26.36%).

5. “Specification & bill of quantity’’qopheessuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin 9(____%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 220 raawwiin 68 (30.91%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 68 (30.91%).

6.Qophii diizaayinii piroojeektii mootummaaf iddoo wal simsiisuu

• Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin 9(____%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 220 raawwiin 47 (21.36%).
• Karoorri wagga 220 raawwiin 47 (21.36%).

3.1.Rakkoo Keessoo Mana Hojii


1. Harkifannaa qophii dizaayinii fi Ispeesifikeeshiinii irratti jiru
 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).
 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 180 raawwiin ___(___%).
 Karoorri wagga 220 raawwiin ___ (___%)
2. Mirkaneessa kaffaltii gatii ijaarsaa irratti harkifannaa jiru
 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).
 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 90 raawwiin 15 (16.67%).
 Karoorri wagga 180 raawwiin 15 (8.33%)

Page 6 of 10
3. Ogeessi disippiliinii garaagaraa dameen ijaarsaa barbaadu guutamuu dhabuu
 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).
 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 2 raawwiin 4(>100%).
 Karoorri wagga 2 raawwiin 4 (>100%)
4. Rakkoo hanqina loojistiikii irraa kan ka'e hordoffii fi to'annoon pirojeektotaa
yeroodhaan geggeessuu irratti harkiffannaan jiraachuu
 Ji’a Guraandhalaa karoorri 1 raawwiin 1(100%).
 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 8 raawwiin 58 (>100%).
 Karoorri wagga 12 raawwiin 58 (>100%).

3.2.Rakkoo Kallattii Maamilaa

1.Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa piroojektota ijaarsaa irratti
uumamuufi qaama dhimmi ilaltuuf gaaffii ni dhiyeesaa, seera jiru irratti hundaa’uun yeroo
heyyamamuuf hojii irra ni oolchaa

• Ji’a Guraandhalaa karoorri 2 raawwiin 3(>100%).


• Hangaji’a Guraandhalaatti karoorri 23 raawwiin 9 (39.13%).
• Karoorri wagga 30 raawwiin 9 (30%).

2.Qaala'iinsa gatii meeshaalee ijaarsaa irraa kan ka'e hojiin ijaarsa pirojeektii addaan ciccitu

 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).


 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 1 raawwiin ___(___%).
 Karoorri wagga 4 raawwiin ___ (___%)

3.Aanaaleen yeroodhaan karoora pirojeektii isaanii beeksisanii dizaayinii fi


Ispeesifikeeshiinii qopheesisiifachuu dhabuu

 Ji’a Guraandhalaa karoorri 1 raawwiin _____(____%).


 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 7 raawwiin 1(14.29%).
 Karoorri wagga 12 raawwiin 1(8.33%)

Page 7 of 10
4.IMX'leen ijaarsa pirojeekti irratti bobba'anii jiran bittaa mootummaa fi hojii irratti
hubannaa walfakkaataa dhabuu

 Ji’a Guraandhalaa karoorri _____ raawwiin _____(____%).


 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 1 raawwiin ___(___%).
 Karoorri wagga 4 raawwiin ___(___%)

5.Kiraasassabdummaa gama IMX'tiin jiru irraa kan ka'e ijaarsi pirojeektii qulqullina dhabuu

 Ji’a Guraandhalaa karoorri 1 raawwiin _____(____%).


 Hanga Ji’a Guraandhalaatti karoorri 8 raawwiin ___(___%).
 Karoorri wagga 12 raawwiin ___(___%)

Hub.1.Yeroo ammaa kana nageenyi hanga tokko fooyya’insa haa qabatu iyyuu
malee ji’a Guraandhalaattis rakkoo ta’ee waan jiruuf Aanaalee akka barbaadaniitti
socho’anii piroojektii hojjechiifachuus ta’ee nutis haala barbaadneen asii fi achi
sochoonee deggaruu waan hin dandeenyeef raawwiin karoora keenyaa gadi bu’uu isaa
isin beeksifna.

2.Hanga ammaatti Piroojektiin sektera barnootaa godinaas ta’e aanaa karaa waajjira
keenyaa akka hin hordofamne xalayaan dhorkaa karaa waajjira barnoota Godina
keenyaan waan nu ga’eef hordofuu hin dandeenye.Kunis sababa gadi bu’uu raawwii
karoora keenyaa qooda guddaa fudhateera.

3.Qaala’insa gatii meeshaalee ijaarsaa waan ol ka’eef sekteroonni adda addaa


piroojektii qaban dhiyeessuun hojjetachuu hin dandeenye.

Page 8 of 10

You might also like