You are on page 1of 22

Gabaasa Raawwii Hojii Qin/G/Q/Diizaayinii fi BulchiinsaKontiraa Ji’a

Muddee Bara 2016 EC


Seensa
Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneeni godina Shawaa Lixaa jalatti
Adeemsoolee Ijoo gurmaa’anii jiran keessaa Qin/G/Q/Diizaayinii fi Bulchiinsa
Kontiraata tokko yoota’u gurmaa’in isaa garee lamatti qodamee,garee qophii
diizayinii fi garee buichiinsa kontiraatatii .Garee lamaan kana keessatti raawwii
hojii karoora irratti hundaa’anii raawwataman madaaluudhaan cuunfaa isaa qaama
ilaalatuuf yeroo murtaa’eef keessatti ergaa jira.Haaluma kanaan hojiiwwan
gurguddoon Ji’aa Muddee bara 2016 raawwataman gabaasa kana keessatti
qindaa’ee dhiyaateera.

1.Mul’ata (Vision)
Hanga bara 2017tti Magaalota Shawaa Lixaa, Dinagdeen fooyya’anii jiruu fi
jireenyi uummataa fooyya’ee, gara biyyoottan galii gidduugaleessatti ce’anii
arguudha.
2.Ergama (Mission)
Magaloota Godina keenya hamayyeessuu fi misooma saffisisuun jiruu fi jireenya
uummataa fooyyeessuudha.
3.Duudhaalee(Values)

Duudhaaleen Qin/G/Q/Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraata Waajira Misoomaa


Magaalaa fi Mannenii Go/sh/Lixaa:-

Ittigaafatamumma,Olantumaa seera,Iftoomina,Tajaajila gahumsa qabu


kennu,Qophaa’uumaa jiijjiramaa,Beekumsaanifi Ammantaan
hogganu,Hirmaachisuumaa,Deebii hatatamaa kennu fi Bu,aa Qapheessuman
hojjechuudha.
Karooricha Galmaan Gahuuf Kallattiiwwan Raawwii
Qin.Garee Qophii Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Tarsiimoo Misooma
Industirii, fi tarsiimoo Misooma Konstiraakshinii karoora Tarsiimawwaa
Badhaadhinaa Waggaa Kudhanii bu’ura godhachuudhaan kallattiiwan raawwii
keenyaa:-
1..Ijaarsa raayyaa jiru cimsuu fi Riifoormiiwwan Meeshaalee Jijjiramaa
ta’anitti fayyadamuun Dandeettiin raawwachisummaa akka cimu
taasisuudhaan.

2..Ilaalchota raawwii karooraa irratti gufuu ta’an sakatta’aa dadhabsiisaa


deemuudhaan.

3.Raawwiin keenya uummata keenya karaa hirmaachisaa fi fayyadamaa


tasisuu danda’uun akka ta’u gochuu dhaan.

4.Caasaan sadarkaan jiru karaa wal-deegaruu fi quunnamtii qabuun akka


raawwatu taasisuu dhaan.

5..Sirna hordoffii fi deggersaa sadarkaa sadarkaan jiru cimsuu irratti


xiyyeeffannoon kennamee akka hojjetamu ta’eera.

2.1 Uwwisa Gabaasichaa


 Raawwii Hojii Qin/Garee Q/Dizzaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Ji’aa
Muddee bara 2016
3 .Toora Xiyyeffannoo
Misooma Magaalaa Hammayyaa’aa
Gahumsa Odeeffannoo Gabaa Hojii fi Humna Misoomaa
4.Bu’aa Toora Xiyyeffannoo

 Magaaloota bulchiisni gaarii keessatti mirkana’ee jiruu fi jireenyaaf mijawaa ta’aan


 Humna namaa gahumsaan horatamee, diinagdee dabale.
5. Hojiiwwan gurguddoo raawwataman
Qulqullina Konstirakshinii foyyesuuf hojiiwwan baatiikana ykn Ji’a Muddee
keessa raawwatamanii fi Hanga Ji’a kanaatti raawwataman:-
1.Diizaaynii fi tilmama pirojektii sadarkaa adda addaa qopheessu,Diizaaynii
Sadarkaa A, karoorii 15 raawwiin 1 (%7) , Hanga Ji’a kanaatti karoora
180,raawwiin 201 (%100)ol,waggaa irra (%94.8) raawwateera.
Diizaaynii Sadarkaa B,karoora 1 raawwiin - (%),Hanga Ji’a kanaatti karoora
5,raawwiin 7 (%100)ol,waggaa irra (%50) raawwateera.
Diizaaynii Sadarkaa C,karoora- ,raawwiin - (%) ,Hanga Ji’a kanaatti karoora
2,raawwiin 6 (%100)ol,waggaa irra (%100) raawwateera.
2.Qophii Diizaainii Piro.Mootummaa Iddoo walsiimsiisuu (Site
Adoptation),Lakk.Diizaaynii Qophaa’e karoora,16 raawwiin, 1 (%6.3)
raawwatera. Hanga Ji’a kanaatti karoora 187,raawwiin 214 (%100)ol,waggaa irra
(%992.2) raawwateera.
3.Hojiiwwan ijaarsa pirojektoota godinicha keessatti gaggeeffaman akkaata
seeroota ijaarsaa bahaaniin sadarkaa isaanii eeganii akka raawwataman Hordoffi fi
to’aannoo gaggeessuu, karoorii 10, raawwiin 20 (%100)ol rarawateera. Hanga Ji’a
kanaatti karoora 49,raawwiin 63 (%100)ol,waggaa irra (%42) raawwateera.
4.. Ijaarsa pirojeektoota mootummaa seektara adda addaatiin godinicha keessatti
gaggeeffamuuf dokumantii Caalbaasii qopheessuun(Document
preparation),adeemsa caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa mootummaa jiruun
hordofuu,dokumeentii caalbaasii xiinxaluu bu,aa isaa akk mirkanaa’u taasisuu.
Dok.caalbaasii qopheessu karoorii 8, raawwin 6 (%75) ol, Hanga Ji’a kanaatti
karoora 38,raawwiin 71 (%100)ol,waggaa irra (%100) raawwateera.
Adeemsa Caalbaasii Hordoofu karoora 9,raawwin 9 (%100) . Hanga Ji’a kanaatti
karoora 31,raawwiin 66 (%100)ol,waggaa irra (%89.2) raawwateera.
Xiinxala dok.Teekinikaa karoora 25,raawwin 25,(%100), Hanga Ji’a kanaatti
karoora 85,raawwiin 183 (%100)ol,waggaa irra (%98.92) raawwateera. Xiinxala
dok.Faayinaansii,karoora 20,raawwiin 41 (%100)ol, raawwa Hanga Ji’a kanaatti
karoora 63,raawwiin 93 (%100)ol,waggaa irra (%64.14) raawwateera.
5.Wal-harkaa fudhiinsa duraa/dhumaa Pirojektootaa xumuraman irratti argamuun
raawwachuu karoorii 2, Raawwiin 3 (%50) rawwateera. Hanga Ji’a kanaatti
karoora 14,raawwiin 15 (%100) ol,waggaa irra (%30.5) raawwateera.
6.Kanfaltii hojii ijaarsaa projeektoota mootumma qophaa,ee dhiyaatu xiinxaluun
akka mirkanaa’u taasisuu. karoora 8, raawwiin 12 (%100),ol rawateera. Hanga Ji’a
kanaatti karoora 30,raawwiin 46 (%100)ol,waggaa irra (% 57.5) raawwateera.
7.Standardii wal ta’e kennuu karoora 2, raawwiin 2 (%100) , raawwatera. Hanga
Ji’a kanaatti karoora 12,raawwiin 12 (%100)ol,waggaa irra (%75) raawwateera.
8. Waldhabiinsaa Adeemsaa.hojii ijaarsaa keessatti abba pirojektii. fi
kontiraaktara giddutti uumamu irraatti qorachuun qaama dhimmi ilaalu waliin
mari’achuun furmaata kennuu karoora 2,raawwin,3 (% 100) rawwateera. Hanga
Ji’a kanaatti karoora 7,raawwiin 8 (%100) ol,waggaa irra (%50) raawwateera.
9.Deeggarsa ogumma seektera adda addaa fi ajaaja m/murtii waldhabinsa namoota
dhunfaa giduutti uumamuuf kennuu Karoorii 3, raawwiin 3 (%100) rawwateera.
Hanga Ji’a kanaatti karoora 14, raawwiin 14 (%100)ol,waggaa irra (%28)
raawwateera.
10.Jiijiirama ykn dabalata hojii ijaarsaa (Varation & Supplementary Work) gaaff ii
dhiyaatuu fudhachuun qopheesuun akka mirkaana’uu taasiisuun yeroo
heyyamammu hojii irra olchuu.karoora 1 ,raawwii 3 (%100)ol, raawwateera.
Hanga Ji’a kanaatti karoor 6,raawwiin 14 (%100)ol,waggaa irra (%100)
raawwateera.
Sababaa hojiiwwaan akka waliigalati hanga jia’a kanati karoora gadii
raawwataman;- Hin Jiru
. Cimina jiru
 Diizaayinii fi Ispeesifikeeshiniin yeroo gaafatame keessatti dursinee humna
qabnuun qopheessun qaamoolee gaafataniif kennu
 Kanfaltiin hojii hojjetameef yeroo gaafatameetti qopheesine qaama ilaallatuf
dabarsuu.
 Ijaarsa piroojektoota keessatti rakkoowwan qunnaman adda baasun qaama
ilaalatu beeksiisuun furmaata akka argatu taasisuu.
 Ijaarsa piroojektoota mootumma sektera adda addatiin gaggeeffamuf
dokumentii caalbaasii qopheessuun qaama gaafateef yeroon erguu.
Hanqina jiru
 Rakko Loojistikii irran kan ka’e diizaayinii guutu iddoo ijaarsichi irratti
gaggeeffamu waliin kan wal simu qopheessu dadhabuu sababa kanan immoo
adeemsa ijaarsa keessati hojii dabalataa fi garagarummaan tokko tokkoo
umaamuu.
 Pirojeektii murasa irratti abbootiin pirojeektii fi to’ataan piroojektii rakkoo
quunname battala sanatti beeksisuu ykn gabaasuu dhisuu irra kan ka’e
rakkoo furu dadhabuu.
. Rakkoolee Qunnaman

 . Kontraktaroonii tokkoo tokko pirojektoota fudhatanii yeroo walii galtee


kenamefii keesatii rawwachuu dadhabuu fi tajajilaa barbadamef hojii irra
olchuu dhabuu.
 Hanqina qoranno Dizaayinii darbe darbe pirojektii tokko tokko irratti
mula’chuu.fknW/bulchiinsa A/EjeersaLafoo, ijaarsa waajira bulchiinsa
A/A/Bargaa, kkf fi Fedhii abba pirojektii irra kan ka’ee Diizaayiniin akka
fooyya’u taasisuu fkn W/bulchiinsa A/Caaliyaa,W/bulchiinsa A/Baakkoo
Tibbee.
 Ilaalchaa fi gocha kiraa sassabdummaa ijaarsa pirojektoota wajjin walqabate
jiru.
 Hanqinaa bajataa fi qaala’insa meeshalee ijaarsa piroojektoota qunamuu.
 Sadarkaa Magaalotaatti Caasaan Adeemsa Q/ Diizaayinii fi Bulchiinsa
kontiraataa dhabamuu .
 Halaa fi yeeroo barbadameetii Qulqullina ijaarsaa hordofuudhaaf hanqina
loojistikii (konkolaataa ) Jirachu.
 Daandeeti rawwachiisuma oggessota cimsuuf leenjiin ogguma garagaraa
sadarka biirooti ykn olanatti qopha’u dhabuu.
Rakkoolee qunnamaniif furmaata kenname
 Kontiraktaroonii pirojektii fudhatanii yeeroo ka’amefii keesati qulqullina
isaa eeganii akka xumuran billbilaan hordofuu,xalayaa offegannoo
barreessun akkekachiisu.fi waarra hojiiti hindeebiin seera egaame akka
adan cite caalibaasiin biraa bahu fi kontiraktera biratti dabaarfamee akka
kennamu gachuu.
 Rakkoo bajataa fi qaala’iinsa meshaalee ijaarsa qunameef Qamaa Olanaa
gafachuu.
 Sarara daandii galchu irrati geegiba uumataatiin fayaadamun piroojektoota
hordoofu.
 Haala danda’aameen maagaalooni caasaa A/Q/Diizaayinii fi Bul/Kontiraata
akka gaafatan gochuu.
 Karoora barana keessati leenjii oggessotaf haala itti kennamu danda’uu
qaama dhimmi ilaalu waajjin mar’achuun haala mijjeessun gara fulduratti
akka kennamu gochuu.
 Adeemsa ijaarsa keessatti rakko diizayinii qunnameef adda baasuun qaama
ilaalatu beeksisuun sirreefamni akka godhamaa deemu gochuu.
 Haala danda’ameen pirojektooni ijaarama jiranii fi qamoole adda adda
hirmachisuun iftomina akka qabatu taasisuu fi kanfaltiin raawwatamu
qulqullinan akka qoopha’u gochuu fi maarii gaggeesu.
Gabaasa Raawwii Hojii Qin./Garee Diizayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Ji’aa Muddee bara 2016
Karooraa fi Raawwii Karo. wag. 5
irra rawi
Manii R.W
Karo. hanga amati

Safartuu
Tarkaanffiwwan Tarsiimoo (Hojii Gurguddoo Idilee) Wag.5 Ji’aa kanaa Hanga Ji’aa kanaatti aga
bara jiru
(2013- Kesa
2016
2017) Rawi (%) Raaw
Karo. %n Karo. Rawi %n
i . (%)

Hojii Qopii Diizaayinii fi Bulchiinsa kontiraata


1. Diizaayinii fi tilmama pirojektoota sadarkaa adda addaa
qopheessuu

1.1.Diizaayiinii sadarkaa A 100 94.8


Lak.diiz 950 212 15 1 7 180 201
ol
1.2. Diizaayiinii sadarkaa B 100
Lak.diiz 260 14 1 - - 5 7 50
ol
1.3 Diizaayiinii sadarkaa C 100
Lak.diiz. 50 6 - - - 2 6 100 - -
ol
2.Qophii Diizaainii Piro.Mootummaa Iddoo 100
Lak.diiz.. 1260 232 16 1 6.3 187 214 92.2
ol
Walsiimsiisuu (site adoptation)
3..Ijaarsa pirojeektoota mootummaa seektara adda addaatiin
godinicha keessatti gaggeeffamuuf dokumantii
Caalbaasiiqopheessuun(Document preparation),adeemsa
.
caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa mootummaa jiruun
hordofuu,dokumeentii caalbaasii xiinxaluu bu,aa isaa akk
mirkanaa’u taasisuu
3.1. Dok.caalbaasii qopheessu 100 100
Lak. 260 70 8 6 75 38 71
ol
100
3.2. Adeemsa Caalbaasii Hordoofu, Lak. 260 74 9 9 100 31 66 89.2
ol
3.3. Xiinxala dok.Teekinikaa 100
Lak. 260 185 25 25 100 85 183 98.92
ol
3.4. Xiinxala dok.Faayinaansii 100 100
Lak.. 260 145 20 22 63 93 64.14
ol ol
Gabaasa Raawwii Hojii Qin./Garee Diizayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Ji’aa Muddee bara 2016

Karooraa fi Raawwii Karo. wag.


Manii Karo R.W 5 irra rawi
Hanga Ji’aa hanga

Safartuu
Tarkaanffiwwan Tarsiimoo (Hojii Gurguddoo Wag.5 . Ji’aa kanaa aga
kanaatti amati jiru
Idilee) (2013- bara Kesa
2017) 2016 Karo Karo Raw (%) Raa
Rawii %n %n
. . ii w. (%)

4. Kanfaltii hojii ijaarsaa projeektoota mootumma


qophaa,ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u 100 100
Lak.piro 200 80 8 12 30 46 57.5
taasisuu. ol ol

5.Hojiiwwan ijaarsa pirojektoota godinicha


keessatti gaggeeffaman akkaata seeroota ijaarsaa 100 100
bahaaniin sadarkaa isaanii eeganii akka Lak.piro 260 150 10 20 49 63 42
ol ol
raawwataman Hordoffi fi to’aannoo gaggeessuu

6. Wal-harkaa fudhiinsa duraa/dhumaa


Pirojektootaa xumuraman irratti argamuun 100
Lak.piro 260 40 2 3 50 14 15 30.5
raawwachuu ol

7.Waldhabiinsaa Adeemsaa.hojii ijaarsaa keessatti


abba pirojektii. fi kontiraaktara giddutti uumamu 100 100
irraatti qorachuun qaama dhimmi ilaalu waliin Lak.piro 25 16 2 3 7 8 50
ol ol
mari’achuun furmaata kennuu

8. Jiijiirama ykn dabalata hojii ijaarsaa (Varation


& Supplementary Work) gafaii dhiyaatuu 100 100
Lak 200 14 1 3 6 14 100
fudhachuun qopheesuun akka mirkaana’uu ol ol
taasiisuun yeroo heyyamammu hojii irra olchuu
Gabaasa Raawwii Hojii Qin./Garee Diizayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Ji’aa Muddee bara 2016

Karooraa fi Raawwii Karo. wag. 5


irra rawi
Manii R.Wa
Karo. hanga amati

Safartuu
Wag.5 Ji’aa kanaa Hanga Ji’aa kanaatti ga
Tarkaanffiwwan Tarsiimoo (Hojii Gurguddoo Idilee) bara jiru
(2013- Kesa
2016
2017) (%)
Raaw
Karo. Rawii %n Karo. Rawii %n
. (%)

9. Deeggarsa ogumma seektera adda addaa fi jaaja


m/murtii waldhabinsa namoota dhunfaa giduutti Lak. 160 50 3 3 100 14 14 100 28
uumamuuf kennuu

10. Standardii wal ta’e kennuu Lak. 100 16 2 2 100 12 12 100 75


Lakka__________________

Guyyaa_________________

Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaatti


Dareektooreetii Qophii Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa tiif

Finfinnee
Dhimmi:- Gabaasa raawwii ji’aa Muddee bara 2016 erguu ilaala
Akkuma mata dureen armaan olitti ibsamuuf yaalame raawwii hojii Qin.Garee
Qophii Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraata ji’aa Muddee bara 2016
fuula____xalayaa gaggeessituu kanaan wal-qabsiifnee isinii erguu keenya ni
ibsina.

Nagaa Wajjin

G/G

 I/G/Waajjira keenyaa tiif


 Qin/G//Q/Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa W/Keenyaa tiif
 Kutaa Karoora fi Baajata Waj. Keenyaa tiif

Amboo
Gabaasa Raawwii Hojii Qin/G/Q/Diizaayinii fi BulchiinsaKontiraa Kur. 2 ffaa
Bara 2016 EC
Seensa
Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneeni godina Shawaa Lixaa jalatti Adeemsoolee
Ijoo gurmaa’anii jiran keessaa Qin/G/Q/Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraata tokko
yoota’u gurmaa’in isaa garee lamatti qodamee,garee qophii diizayinii fi garee
buichiinsa kontiraatatii .Garee lamaan kana keessatti raawwii hojii karoora irratti
hundaa’anii raawwataman madaaluudhaan cuunfaa isaa qaama ilaalatuuf yeroo
murtaa’eef keessatti ergaa jira.Haaluma kanaan hojiiwwan gurguddoon Kurmaana 2 ffaa
bara 2016 raawwataman gabaasa kana keessatti qindaa’ee dhiyaateera.

1.Mul’ata (Vision)
Hanga bara 2017tti Magaalota Shawaa Lixaa, Dinagdeen fooyya’anii jiruu fi jireenyi
uummataa fooyya’ee, gara biyyoottan galii gidduugaleessatti ce’anii arguudha.
2.Ergama (Mission)
Magaloota Godina keenya hamayyeessuu fi misooma saffisisuun jiruu fi jireenya
uummataa fooyyeessuudha.
3.Duudhaalee(Values)

Duudhaaleen Qin/G/Q/Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraata Waajira Misoomaa


Magaalaa fi Mannenii Go/sh/Lixaa:-

Ittigaafatamumma,Olantumaa seera,Iftoomina,Tajaajila gahumsa qabu


kennu,Qophaa’uumaa jiijjiramaa,Beekumsaanifi Ammantaan
hogganu,Hirmaachisuumaa,Deebii hatatamaa kennu fi Bu,aa Qapheessuman
hojjechuudha.

Karooricha Galmaan Gahuuf Kallattiiwwan Raawwii


Qin.Garee Qophii Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Tarsiimoo Misooma
Industirii, fi tarsiimoo Misooma Konstiraakshinii karoora Tarsiimawwaa
Badhaadhinaa Waggaa Kudhanii bu’ura godhachuudhaan kallattiiwan raawwii
keenyaa:-
1..Ijaarsa raayyaa jiru cimsuu fi Riifoormiiwwan Meeshaalee Jijjiramaa ta’anitti
fayyadamuun Dandeettiin raawwachisummaa akka cimu taasisuudhaan.

2..Ilaalchota raawwii karooraa irratti gufuu ta’an sakatta’aa dadhabsiisaa


deemuudhaan.

3.Raawwiin keenya uummata keenya karaa hirmaachisaa fi fayyadamaa tasisuu


danda’uun akka ta’u gochuu dhaan.

4.Caasaan sadarkaan jiru karaa wal-deegaruu fi quunnamtii qabuun akka


raawwatu taasisuu dhaan.

5..Sirna hordoffii fi deggersaa sadarkaa sadarkaan jiru cimsuu irratti


xiyyeeffannoon kennamee akka hojjetamu ta’eera.

2.1 Uwwisa Gabaasichaa


 Raawwii Hojii Qin/Garee Q/Dizzaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Kurmaana 2 ffaa
bara 2016
3 .Toora Xiyyeffannoo
Misooma Magaalaa Hammayyaa’aa
Gahumsa Odeeffannoo Gabaa Hojii fi Humna Misoomaa
4.Bu’aa Toora Xiyyeffannoo

 Magaaloota bulchiisni gaarii keessatti mirkana’ee jiruu fi jireenyaaf mijawaa ta’aan


 Humna namaa gahumsaan horatamee, diinagdee dabale.
5. Hojiiwwan gurguddoo raawwataman
Qulqullina Konstirakshinii foyyesuuf hojiiwwan Kurmaana kanaa keessa fi hanga
Kurmaana kanatti raawwataman;-
1.Diizaaynii fi tilmama pirojektii sadarkaa adda addaa qopheessu,Diizaaynii Sadarkaa
A, karoorii 45 raawwiin 33 (%73.33) , Hanga Kurmaana kanaatti karoora 180,raawwiin
201 (%100) ol,waggaa irra (%94.8) raawwateera.
Diizaaynii Sadarkaa B,karoora 1 raawwiin - (%),Hanga Kurmaana kanaatti karoora
5,raawwiin 7 (%100)ol,waggaa irra (%50) raawwateera.
Diizaaynii Sadarkaa C,karoora1 ,raawwiin - (%) ,Hanga Kurmaana kanaatti karoora
2,raawwiin 6 (%100)ol,waggaa irra (%100) raawwateera.
2.Qophii Diizaainii Piro.Mootummaa Iddoo walsiimsiisuu (Site
Adoptation),Lakk.Diizaaynii Qophaa’e karoora,47 raawwiin, 30 (%63.83) raawwatera.
Hanga Kurmaana kanaatti karoora 187,raawwiin 214 (%100) ol,waggaa irra (%92.2)
raawwateera.
3.Hojiiwwan ijaarsa pirojektoota godinicha keessatti gaggeeffaman akkaata seeroota
ijaarsaa bahaaniin sadarkaa isaanii eeganii akka raawwataman Hordoffi fi to’aannoo
gaggeessuu, karoorii 30, raawwiin 43 (%100) ol rarawateera. Hanga Kurmaana kanaatti
karoora 49,raawwiin 63 (%100) ol,waggaa irra (%42) raawwateera.
4.. Ijaarsa pirojeektoota mootummaa seektara adda addaatiin godinicha keessatti
gaggeeffamuuf dokumantii Caalbaasii qopheessuun(Document preparation),adeemsa
caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa mootummaa jiruun hordofuu,dokumeentii
caalbaasii xiinxaluu bu,aa isaa akk mirkanaa’u Kurmaana taasisuu. Dok.caalbaasii
qopheessu karoorii 28, raawwin 28 (%100) ol, Hanga Ji’a kanaatti karoora 38,raawwiin
71 (%100) ol,waggaa irra (%100) raawwateera.
Adeemsa Caalbaasii Hordoofu karoora 25,raawwin 28 (%100) ol. Hanga Kurmaana
kanaatti karoora 31,raawwiin 66 (%100) ol,waggaa irra (%89.2) raawwateera.
Xiinxala dok.Teekinikaa karoora 75,raawwin 172,(%100) ol, Hanga Kurmaana kanaatti
karoora 85,raawwiin 183 (%100) ol,waggaa irra (%98.92) raawwateera. Xiinxala
dok.Faayinaansii,karoora 55,raawwiin 41 (%100) ol, raawwa Hanga Kurmaana
kanaatti karoora 63,raawwiin 93 (%100) ol,waggaa irra (%64.14) raawwateera.
5.Wal-harkaa fudhiinsa duraa/dhumaa Pirojektootaa xumuraman irratti argamuun
raawwachuu karoorii 6, Raawwiin 7 (%100) ol rawwateera. Hanga Kurmaana kanaatti
karoora 14,raawwiin 15 (%100) ol,waggaa irra (%30.5) raawwateera.
6.Kanfaltii hojii ijaarsaa projeektoota mootumma qophaa,ee dhiyaatu xiinxaluun akka
mirkanaa’u taasisuu. karoora 20, raawwiin 33 (%100),ol rawateera. Hanga Kurmaana
kanaatti karoora 30,raawwiin 46 (%100)ol,waggaa irra (% 57.5) raawwateera.
7.Standardii wal ta’e kennuu karoora 7, raawwiin 7 (%100) , raawwatera. Hanga
Kurmaana kanaatti karoora 12,raawwiin 12 (%100) ol,waggaa irra (%75) raawwateera.
8. Waldhabiinsaa Adeemsaa.hojii ijaarsaa keessatti abba pirojektii. fi
kontiraaktara giddutti uumamu irraatti qorachuun qaama dhimmi ilaalu waliin
mari’achuun furmaata kennuu karoora 5,raawwin,6 (% 100) ol,rawwateera. Hanga
Kurmaana kanaatti karoora 7,raawwiin 8 (%100) ol,waggaa irra (%50) raawwateera.
9.Deeggarsa ogumma seektera adda addaa fi ajaaja m/murtii waldhabinsa namoota
dhunfaa giduutti uumamuuf kennuu Karoorii 9, raawwiin 9 (%100) rawwateera. Hanga
Kurmaana kanaatti karoora 14, raawwiin 14 (%100) ol,waggaa irra (%28) raawwateera.
10.Jiijiirama ykn dabalata hojii ijaarsaa (Varation & Supplementary Work) gaaff ii
dhiyaatuu fudhachuun qopheesuun akka mirkaana’uu taasiisuun yeroo heyyamammu
hojii irra olchuu.karoora 4 ,raawwii 10 (%100) ol, raawwateera. Hanga Kurmaana
kanaatti karoor 6,raawwiin 14 (%100) ol,waggaa irra (%100) raawwateera.
Sababaa hojiiwwaan akka waliigalati hanga Kurmaana kanati karoora gadii
raawwataman;- Hin Jiru
. Cimina jiru
 Diizaayinii fi Ispeesifikeeshiniin yeroo gaafatame keessatti dursinee humna
qabnuun qopheessun qaamoolee gaafataniif kennu
 Kanfaltiin hojii hojjetameef yeroo gaafatameetti qopheesine qaama ilaallatuf
dabarsuu.
 Ijaarsa piroojektoota keessatti rakkoowwan qunnaman adda baasun qaama
ilaalatu beeksiisuun furmaata akka argatu taasisuu.
 Ijaarsa piroojektoota mootumma sektera adda addatiin gaggeeffamuf dokumentii
caalbaasii qopheessuun qaama gaafateef yeroon erguu.
Hanqina jiru
 Rakko Loojistikii irran kan ka’e diizaayinii guutu iddoo ijaarsichi irratti
gaggeeffamu waliin kan wal simu qopheessu dadhabuu sababa kanan immoo
adeemsa ijaarsa keessati hojii dabalataa fi garagarummaan tokko tokkoo
umaamuu.
 Pirojeektii murasa irratti abbootiin pirojeektii fi to’ataan piroojektii rakkoo
quunname battala sanatti beeksisuu ykn gabaasuu dhisuu irra kan ka’e rakkoo
furu dadhabuu.
. Rakkoolee Qunnaman

 . Kontraktaroonii tokkoo tokko pirojektoota fudhatanii yeroo walii galtee


kenamefii keesatii rawwachuu dadhabuu fi tajajilaa barbadamef hojii irra olchuu
dhabuu.
 Hanqina qoranno Dizaayinii darbe darbe pirojektii tokko tokko irratti
mula’chuu.fknW/bulchiinsa A/EjeersaLafoo, ijaarsa waajira bulchiinsa
A/A/Bargaa, kkf fi Fedhii abba pirojektii irra kan ka’ee Diizaayiniin akka
fooyya’u taasisuu fkn W/bulchiinsa A/Caaliyaa,W/bulchiinsa A/Baakkoo Tibbee.
 Ilaalchaa fi gocha kiraa sassabdummaa ijaarsa pirojektoota fi caalbasii wajjin
walqabate jiru.
 Hanqinaa bajataa fi qaala’insa meeshalee ijaarsa piroojektoota qunamuu.
 Sadarkaa Magaalotaatti Caasaan Adeemsa Q/ Diizaayinii fi Bulchiinsa
kontiraataa dhabamuu .
 Halaa fi yeeroo barbadameetii Qulqullina ijaarsaa hordofuudhaaf hanqina
loojistikii (konkolaataa ) Jirachu.
 Daandeeti rawwachiisuma oggessota cimsuuf leenjiin ogguma garagaraa sadarka
biirooti ykn olanatti qopha’u dhabuu.
Rakkoolee qunnamaniif furmaata kenname
 Kontiraktaroonii pirojektii fudhatanii yeeroo ka’amefii keesati qulqullina isaa
eeganii akka xumuran billbilaan hordofuu,xalayaa offegannoo barreessun
akkekachiisu.fi waarra hojiiti hindeebiin seera egaame akka adan cite
caalibaasiin biraa bahu fi kontiraktera biratti dabaarfamee akka kennamu
gachuu.
 Rakkoo bajataa fi qaala’iinsa meshaalee ijaarsa qunameef Qamaa Olanaa
gafachuu.
 Sarara daandii galchu irrati geegiba uumataatiin fayaadamun piroojektoota
hordoofu.
 Haala danda’aameen maagaalooni caasaa A/Q/Diizaayinii fi Bul/Kontiraata
akka gaafatan gochuu.
 Karoora barana keessati leenjii oggessotaf haala itti kennamu danda’uu
qaama dhimmi ilaalu waajjin mar’achuun haala mijjeessun gara fulduratti akka
kennamu gochuu.
 Adeemsa ijaarsa keessatti rakko diizayinii qunnameef adda baasuun qaama
ilaalatu beeksisuun sirreefamni akka godhamaa deemu gochuu.
 Haala danda’ameen pirojektooni ijaarama jiranii qamoole adda adda
hirmachisuun iftomina akka qabatu taasisuu fi kanfaltiin raawwatamu
qulqullinan akka qoopha’u gochuu fi maarii gaggeesu.
Gabaasa Raawwii Hojii Qin./Garee Diizayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Kurmaana 2ffaa bara 2016
Karooraa fi Raawwii Karo. wag. 5
irra rawi
Manii R.W
Karo. Hanga Kurmaana hanga amati

Safartuu
Tarkaanffiwwan Tarsiimoo (Hojii Gurguddoo Idilee) Wag.5 Kurmaana kanaa aga jiru
bara kanaatti
(2013- Kesa
2016
2017) Rawi (%) Raaw
Karo. %n Karo. Rawi %n
i . (%)

Hojii Qopii Diizaayinii fi Bulchiinsa kontiraata


1. Diizaayinii fi tilmama pirojektoota sadarkaa adda addaa
qopheessuu

1.1.Diizaayiinii sadarkaa A 100 94.8


Lak.diiz 950 212 45 33 73.3 180 201
ol
1.2. Diizaayiinii sadarkaa B 100
Lak.diiz 260 14 1 - - 5 7 50
ol
1.3 Diizaayiinii sadarkaa C 100
Lak.diiz. 50 6 1 - - 2 6 100 - -
ol
2.Qophii Diizaainii Piro.Mootummaa Iddoo 100
Lak.diiz.. 1260 232 47 30 63.8 187 214 92.2
ol
Walsiimsiisuu (site adoptation)
3..Ijaarsa pirojeektoota mootummaa seektara adda addaatiin
godinicha keessatti gaggeeffamuuf dokumantii
Caalbaasiiqopheessuun(Document preparation),adeemsa
.
caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa mootummaa jiruun
hordofuu,dokumeentii caalbaasii xiinxaluu bu,aa isaa akk
mirkanaa’u taasisuu
3.1. Dok.caalbaasii qopheessu 100
Lak. 260 70 28 28 100 38 71 100
ol
100 100
3.2. Adeemsa Caalbaasii Hordoofu, Lak. 260 74 25 26 31 66 89.2
ol ol
3.3. Xiinxala dok.Teekinikaa 100 100
Lak. 260 185 75 172 85 183 98.92
ol ol
3.4. Xiinxala dok.Faayinaansii 100 100
Lak.. 260 145 55 82 63 93 64.14
ol ol
Gabaasa Raawwii Hojii Qin./Garee Diizayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Kurmaana 2ffaa bara 2016

Karooraa fi Raawwii Karo. wag.


Manii Karo R.W 5 irra rawi
Hanga Kurmaana hanga

Safartuu
Tarkaanffiwwan Tarsiimoo (Hojii Gurguddoo Wag.5 . Kurmaana kanaa aga
kanaatti amati jiru
Idilee) (2013- bara Kesa
2017) 2016 Karo Karo Raw (%) Raa
Rawii %n %n
. . ii w. (%)

4. Kanfaltii hojii ijaarsaa projeektoota mootumma


qophaa,ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u 100 100
Lak.piro 200 80 20 33 30 46 57.5
taasisuu. ol ol

5.Hojiiwwan ijaarsa pirojektoota godinicha


keessatti gaggeeffaman akkaata seeroota ijaarsaa 100 100
bahaaniin sadarkaa isaanii eeganii akka Lak.piro 260 150 30 43 49 63 42
ol ol
raawwataman Hordoffi fi to’aannoo gaggeessuu

6. Wal-harkaa fudhiinsa duraa/dhumaa


Pirojektootaa xumuraman irratti argamuun 100 100
Lak.piro 260 40 6 7 14 15 30.5
raawwachuu ol ol

7.Waldhabiinsaa Adeemsaa.hojii ijaarsaa keessatti


abba pirojektii. fi kontiraaktara giddutti uumamu 100 100
irraatti qorachuun qaama dhimmi ilaalu waliin Lak.piro 25 16 5 6 7 8 50
ol ol
mari’achuun furmaata kennuu

8. Jiijiirama ykn dabalata hojii ijaarsaa (Varation


& Supplementary Work) gafaii dhiyaatuu 100 100
Lak 200 14 4 10 6 14 100
fudhachuun qopheesuun akka mirkaana’uu ol ol
taasiisuun yeroo heyyamammu hojii irra olchuu
Gabaasa Raawwii Hojii Qin./Garee Diizayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa Kurmaana 2ffaa bara 2016

Karooraa fi Raawwii Karo. wag. 5


irra rawi
Manii R.Wa
Karo. Hanga Kurmaana hanga amati

Safartuu
Wag.5 Kurmaana kanaa ga
Tarkaanffiwwan Tarsiimoo (Hojii Gurguddoo Idilee) bara kanaatti jiru
(2013- Kesa
2016
2017) (%)
Raaw
Karo. Rawii %n Karo. Rawii %n
. (%)

9. Deeggarsa ogumma seektera adda addaa fi jaaja


m/murtii waldhabinsa namoota dhunfaa giduutti 100
Lak. 160 50 9 9 100 14 14 28
uumamuuf kennuu ol

10. Standardii wal ta’e kennuu Lak. 100 16 7 7 100 12 12 100 75


Lakka__________________

Guyyaa_________________

Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaatti


Dareektooreetii Qophii Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa tiif

Finfinnee
Dhimmi:- Gabaasa raawwii Kurmaana 2ffaa bara 2016 erguu ilaala
Akkuma mata dureen armaan olitti ibsamuuf yaalame raawwii hojii Qin.Garee
Qophii Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraata Kurmaana 2ffaa bara 2016
fuula____xalayaa gaggeessituu kanaan wal-qabsiifnee isinii erguu keenya ni
ibsina.

Nagaa Wajjin

G/G

 I/G/Waajjira keenyaa tiif


 Qin/G//Q/Diizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa W/Keenyaa tiif
 Kutaa Karoora fi Baajata Waj. Keenyaa tiif

Amboo

You might also like