You are on page 1of 7

Lakk.

____________________

Guyyaa___________________

Adeemsa Qophii Dizaayinii fi Bulchiinsa kontiraataa Biiroo MMM Oromiyaaf

Finfinnee

Dhimmi isaa: Gabaasa ji’a Eblaa bara 2014 erguu ilaala.

Akkuma armaan olitti ibsame Gabaasa ji’a Eblaa bara 2014 Adeemsa Qophii dizaayinii
fi Bulchiinsa kontiraataaWaajjira MMM Godina W/Bahaa waraqaa fuula saddeet(8) irratti
qopheessuun xalayaa gaggeessituu kanaan walqabsiisnee isinii erguu keenya ni beeksisna.

Nagaa Wajjin

G/G

 Kutaa karooraa mana hojii keenyaaf

Naqamtee
Seensa

Adeemsi Qophii dizaayinii fi Bulchiinsi kontiraataa Adeemsawwan waajjira Misooma


Magaalaa fi manneenii Godina Wallagga Bahaa keessaa isa tokko yemmuu ta’u karoora hojii
kan wagga baafateeisa kanas ji’ootaa qooddachuun hojii hojjechuuf Karoora kan wagga kana
qopheeffatee hojii keessa galeera. Haaluma Kanaan gabaasni kunis kaayyowwan hojiin kun
karoorifamee itti raawwate, karoora hojiiwwan gurguddoo fi raawwii hojiiwwan gurguddoo
kan Adeemsa Qophii dizaayinii fi Bulchiinsa kontiraataa kan ji’a Eblaa bara 2014 akka
armaan gaditti dhiyaatera.

Page 1 of 8
Kaayyoo

Qophiin Dizayinii fi ijaarsa Godinicha keessattii geggeeffaman hundi qajeelfamaa fi


istaandardii eeguu dhaan qulqulinaan raawwatamuu isaanii mirkaneessuu ta’a.

A.Hojiiwwan gurguddoo raawwachuuf karoorfaman

1.Karoora Hojiiwwan ijoo Bara 2014 Garee Qophii Dizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa fi
hordoffii piroojektii MMM Godinaa

1. Dizaa.piroojektii sadarkaa adda addaan qopheessuu

1.1 sadarkaa A

1.2 Sadarkaa B

2. Ijaarsa projeektoota mootummaa sektara adda addaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf


dokimantii caalbaasii qopheessuun, adeemsa caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa
Mootummaa jiruun hordofuu, dokumeentii caalbaasii xiinxaluun bu'aa isaa akka mirkanaa’u
taasisuu

2.1.Ademsa cal. Hordofuu

2.2.Dokimeentii Caalbaasii Qopheessu

2.3.Xiinxala dokimeentii Teekinikaa

2.4.Xiinxala dokimeentii Faayinaansii

3.Qophiidizaayinii piroojektii mootummaa iddoon wal-simsiisuu

4.Hojiiwwaan ijaarsa piroojektii Godinicha keessatti geggeeffaman akkaataa seerota ijaarsaa


bahaniin sadarkaa isaanii eeganii akka raawwataman taasisuun hordofuu fi deggersa
geggeessuu

5. Kafaltii hojii ijaaarsaa projeektiif qophaa’ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u taasisuu

6. Walharkaa fuudhiinsa duraa/dhumaa taasisuu (project Handover)

7. Waldhabiinsa adeemsa hojii kontraata ijaarsaa keessatti abbaa piroojeektii fi kontiraaktara


gidduutti uumamu irrattti dhimma isaa qorachuun haala furmaataa kennamu qaama dhimmi
ilaalu waliin mari’achuun furmaata kennuu

Page 2 of 8
8. Deeggarsa ogummaa sektara adda addaatiif kennuu (yeroo adda addaa taasifamu)

9. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa piroojektota ijaarsaa irratti
uumamuufi qaama dhimmi ilaltuuf gaaffii ni dhiyeesaa,seera jiru irratti hundaa’uun yeroo
heyyamamuuf hojii irra ni oolchaa

B.Hojiiwwanijoo ala dabalataan bara 2014tti kan karoorfame

1. Qophii dizaayinii miti mootummaaf (waldaalee gara garaaf) qopheessuu

2..Ragaa qabiyyee iddoo "site plan" daangaa yeroon qulqulleessuu.

3. Qorannoo Biyyee geggeeffame bu`aa isaa fudhachuu

4. Dizaayinii qopheessuun dura iIddoo ijaarsaaf mijaawaa ta`e qorachuun filachuu

5.’’Specification & bill of quantity” qopheessuu

6.Wal-harkaafuudhiinsaiddoo itti ijaaramu taasisuu (Site Handover)

1.Hojiiwwan Ijoo Raawwataman

1.Karoora Hojiiwwan Bara 2014 Garee QophiiDizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa fi


Hordoffii Ijaarsaa MMM Godinaaraawwataman Dizaayinii piroojektoota.sadarkaa adda adda
qopheessuu

1.1 Sadarkaa A

 Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


 Hanga Ji’a Eblaatti karoorri 188 raawwiin 176 (93.61%).
 Karoorri waggaa 188 raawwiin 176(93.61%).
 ().

1.2 Sadarkaa B

 Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin ____(____%).


 Hanga ji’a Eblaatti karoorri 5 raawwiin 2 (40%).
 Karoorri wagga 5 raawwiin 2 (40%).

Page 3 of 8
2.Ijaarsaprojeektoota mootummaa sektara adda addaatiin naannoo keessatti gaggeeffamuuf
dokmantii caal baasii qopheessuun, adeemsa caalbaasii akkataa qajeelfama bittaa
Mootummaa jiruun hordofuu, dokumeentii caalbaasii xiinxaluun bu'aa isaa akka mirkanaa’u
taasisuu,

2.1 Adeemsa Caalbaasii Hordofuu.


• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 4(____%).
• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 98 raawwiin 89(90.82%).
• Karoorri wagga 98 raawwiin 89 (90.82%).

2.2. Dokimeentii Caalbaasii Qopheessuu.

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 98 raawwiin 93(94.90%).
• Karoorri wagga 98 raawwiin 93 ( 94.90%).

2.3. XiinxalaDokimentiiTekinikaa .

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 98 raawwiin 90(91.84%).
• Karoorri waggaa 98 raawwiin 90 (91.84%).

2.4. XiinxalaDokimeentiiFaayinaansii.

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 90 raawwiin 84 (93.33%).
• Karoorri waggaa 98 raawwiin 84 (85.71%).

3. Qophiidizaayiniipiroojektiimootummaafiddoowal-simsiisuu

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin ____(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 188 raawwiin 173(92.02%).
• Karoorri waggaa 193raawwii 173 (89.64%).

4. Hojiiwwaan ijaarsa piroojektii Godinicha keessatti geggeeffaman akkaataa seerota ijaarsaa


bahaniin sadarkaa isaanii eeganii akka raawwataman taasisuun hordofuu fi deggersa
geggeessuu

• Ji’a Eblaa karoorri 20 raawwiin 60(>100%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 173 raawwiin 237(>100%).

Page 4 of 8
• Karoorri waggaa 213 raawwii 237(>100%).

5. Kafaltii hojii ijaaarsaa projeektiif qophaa’ee dhiyaatu xiinxaluun akka mirkanaa’u taasisuu

• Ji’a Eblaa karoorri 22 raawwiin 31(>100%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 169 raawwiin 144(85%).
• Karoorri waggaa 208 raawwii 144 (69.23%)

6. Walharkaa fuudhiinsa duraa/dhumaa taasisuu(project Handover)

• Ji’a Eblaa karoorri 19 raawwiin 14(73.68%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 115 raawwiin 71 (62%).
• Karoorri waggaa 156 raawwii 71 (45.51%).

7.Waldhabiinsa adeemsa hojii kontiraataa ijaarsaa abbaa piroojektii fi kontiraaktera gidduutti


uumamu irratti dhimma isaa qorachuun haala furmaata kennamu qama dhimmi ilaalu waliin
mari`achuun furmaata kennuu.

• Ji’a Eblaa karoorri 2 raawwiin 7(>100%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 17 raawwiin 27 (>100%).
• Karoorri waggaa 19 raawwii 27(>100%).

8. Deggarsa ogummaa sektara adda addaatiif kennuu (yeroo adda addaa taasifamu)

• Ji’a Eblaa karoorri 32 raawwiin 123(>100%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 395 raawwiin 628(>100%).
• Karoorri waggaaa 458 raawwii 628 (>100%).

9. Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa piroojektota ijaarsaa irratti
uumamuufi qaama dhimmi ilaltuuf gaaffii ni dhiyeesaa,seera jiru irratti hundaa’uun yeroo
heyyamamuuf hojii irra ni oolchaa

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 6(____%).


• Hangaji’a Eblaatti karoorri 10 raawwiin 20 (>100%).
• Karoorri waggaa 10 raawwii 20(>100%).

2.Hojiilee ijoo ala Dabalataan Karoorfamanii Hojjetaman

1. Qophii dizaayinii miti mootummaaf (waldaalee gara garaaf)

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 2(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 18 raawwiin 25(>100%).
Page 5 of 8
• Karoorri wagga a 18 raawwii 25 (>100%).

2. Ragaaqa biyyee iddoo "site plan" daangaa yeroon qulqulleessuu.

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


• Hanga ji`a Eblaatti karoorri 193 raawwiin176 (91.19%).
• Karoorri wagga 193 raawwii 176(91.19%).

3. Qorannoo Biyyee geggeeffame bu`aa isaa fudhachuu

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin ____(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 5 raawwiin ___(_____%).
• Karoorri waggaa 5 raawwii____(___%).

4. Iddoo ijaarsaaf mijaawaa ta`e qorachuun filachuu

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 193 raawwiin 176 (91.19%).
• Karoorri waggaa 193 raawwii 176 (91.19%).

5. “Specification & bill of quantity’’qopheessuu

• Ji’a Eblaa karoorri ____ raawwiin 3(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 193 raawwiin 176 (91.19%).
• Karoorri waggaa 193 raawwii 176 (91.19%).

6.Walharkaa fuudhiinsa iddoo taasisuu (Site Handover)

• Ji’a Eblaa karoorri 3 raawwiin ____(____%).


• Hanga ji’a Eblaatti karoorri 85 raawwiin 19 (22.5%).
• Karoorri waggaa 85 raawwii 19 (22.5%).

Page 6 of 8

You might also like