You are on page 1of 8

Guyyaa_______________________

Waajjira Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetiif


Kooyyee Faccee

Dhimmi isaa :-Cheek listii ilaala

Akkuma armaan olitti ibsamuuf Yaalametti Cheek listii Amajii fi ji’a jaha bara 2015 hojiiwwaan gurguddoo
fi ijoo mana hojii keenya karoorsuun xalayaa fuul------kan qabu waliin wal qabsiisnee kan isiinif erginee
ta’u isaa isiin beeksifna.

Nagaa Waajjiin
seensa
Waldaan Hojii Gamtaa sochii diinagdee amansiisaa fi walirraa hincinne fiduudhaaf tarsimoo isa tokko ta'uunsaa sadarkaa addunyaatti
fudhatama kan argate dha. Biyyoota hiyyummaa fi gadadoon itti babal’achaa jiru keessatti sochii dinagdee WHG tiin gad xiqqeessuu
ykndhaabamsiisuu fi jireenya uummataa biliyoonaan lakkaawamu fooyyeessuuf tattaaffii mootummaaleen gamtaa’anis deeggarsa guddaa
ni godhu.Naannoo kenyaayiis guddina diinagdee fi tranisformeeshinii hojiirra oolchuuf imaammata guddina industirii misooma
qonnaatiin oogganamu hordofaa jira. Imammatni kun qonnaa fi industirii wal-qunnamsiisee guddina amansiisaa fi itti fufiinsa qabu
fiduudhaaf toora sirrii akka ta’ee guddina diinagdee ittiifuufinsaan waggoota kurnan darban galmaa’e wabii qabaatamaadha. Karoora
Mootummaan bahee kana dhugoomsuu keessatti Garee WHG sochii qabatamaa gochuudhaan ce’umsa garaa misoma indaasturii
godhamuuf karoorfame dhugoomsuuf ijaarsa agroo industrii, Meekanaayzeeshinii qonnaa babal’isuu, akkasumas teekinooloojiiwwaan
qonnaa bal’inaan dhiyeessudhaan gahee isaa akka gumaacha turee ni beekama.

Waajjirii Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Galaan uummata magaala Galaan jiru rakkoolee hawaas -dinagdee isaanii hiikuuf
fedhiidhaan gurmeessudhaan misooma ariifachiisaa fiduu keessatti ga’ee isa olaanaa kan qabuudha. Ga’ee kana gahoominaan fiixaan
baasuuf mul’ata, ergama, galmaa fi kaayyoo isaa ifaan teechisuudhaan karoora waggaa bara 2015 baasuun hojii keessa gallee jirra.
Haaluma kanaan karoora kana hojiitti hiikuuf kurmaanaani fi ji’aan qoqqoduun raawwii isaas yeroo yeroon hordofuun fi xinxalaa
deemuun barbaachisaa dha. Kanaafuu Cheek listii amajii fi ji’a jaha akka armaan gaditti qindeessinee jira.

Mul’ata
 Bara 2015 tti hawaasni Bulchinsaa Magaalaa Galaan Waldaa Hojii Gamtaan gurmaa’ee kaappitaala guddisuun jiruu fi jireenya
miseensaa jijjiire uumuu.

2. Ergama
 Beekumsa, humnaa fi qabeenya hawaasaa qindeessuun waldaalee hojii gamtaan gurmeessuu, babal’isuu, seeraa fi seerumma
waldaalee eegsisuudhaan fayyadamummaa miseensotaa fi hawaasaa mirkaneessuu keessatti gahee ol’aanaa taphachuu.

3. Duudhaalee
 Kabaja maamilaa
 Qophaa’ina jijjiiramaa
 Iftoomina
 Miira garee (Team sprit)
 Hirmaachisummaa
 Itti gaafatamummaa
4. Toora Xiyyeeffannoo
 WHG cimsuu fi Ijaaruu
 Nageenya WHG eeguu fi eegsisuu
 Aadaa Qusannoo guddisuu
 Hirmaannaa WHG gabaa keessatti qaban dabaluu

5. Galma cheek liisti kana


 Qindoomini raayyaa misooma WHG Sadarkaa hundaati akka ciimu taasisu.
 Hubannoo hawaasaa sadarkaa adda addaatti jiran giddiisuu
 Rakkoolee hubannoo seektaroota qindomiinaa fi miseensoota WHG Biratti mul’atu hiiku
 Rakkoolee ilaalchaa fi hubannoo qooda fudhattoota WHG biratiargamu bifa marii fi leenjiin adda baasuu fi furuu.

Kallattii waliigala raawwii karoorichaa keessatti qabame:-


 Hudhaalee sadeen WHG keessatti mul’atan sadarkaa sadarkaan hiikaa deemuu.
 Karaa raayyaa misooma qofaan hojjeechuu
 Hojiileen WHG keessaatti hoojjetaman fayyadamummaa dargaggootaa fi dubartootaa karaa mirkanneessuu danda’amun
hojjachuu.
 Raayyaa jijjiramaan hojiiwwan raawwtamuu qaban bifa qindoominaan akka raawwatamu taasisuun .

6. Hojiiwwaan Gurguddoo fi ijoo Cheek Listii Kur 1ffaa Keessatti Xiyyeeffannoon Kennamee
Raawwatamu qaban:-
 Waldaalee Bu’ura duraan turaan keessatti miseensoota haara akka hoorataan gochu.
 Kaappitaalii waldaalee bu’ura akka guddatuu gochuu.
 Qussannoon miseensoota waldaalee bu’uura akka dabaluu gochuu.
 Waldaaleen herrega isaani cuffun Odiiti taasisaani bu’a miseensoota akka qoodan gochuu.
 Waldaaleen qusannoo fi Liqii miseensotaf liqii akka keennan fi yeroon akka deebiisa taasisuu..
 Ijaarsa dandeetii miseensoota waldaalee bu’ura fi mit-miseensoota hawwasa nannoo ciimsuu.
 To’annoo fi Hordoofii Herrega ciimsuu.
 Hojii Reguleetarii waldaalee bu’ura ciimsuu
 Rakkoolee bulchiinsa gaarii akka keessoo mana hojiiti jirani fi keenniinsa tajaajilaatiin walqabatan hiiku.
Karoora Waajjira
 L Cheek
waggaa
ak Gosa hojii Saf Listii ji’a
bara Babal’ina
k 6
2015
Facaati Cheek Listii Ji’an Waldaa
Ama Gur Bit Eebila Cam Wax
Gurmii WHG 1 1 1 Hojii
1
bu’uura
Gamtaa
kaapitaala qr 1,930,181 965,088 160,848 160,848 160,848 160,848 160,848 160,848
2
Waldaalee dabalu Kutaa
Miseensoota lak 2000 972 160 163 160 163 163 163
3 Magaalaa
Haaraa Horachu
Dhira La 580 484 80 81 80 81 81 81
  Kooyyee
  Dubara La 520 488 80 82 80 82 82 82
Faccee
Qusannoo qr 177,075 177,075 177,075 177,075 177,075 177,075
4 2,124,905 1,062,450
Guddisuu Cheek listii
5 Liqii kennuu qr 2,202,996 1,101,498 183,583 183,583 183,583 183,583 183,583 183,583
Ji’a jaha
6 Liqii Deebisuu qr 1,141,088 570,540 95090 95,091 95090 95,091 95097 95097

7 Odiitii gochuu lak 10 5 1 1 1 1 1

8 Herregaa Cufuu lak 15 8 1 1 1 2 2 1

9 Yaa’ii gaggeessuu lak 15 7 1 2 1 1 1 1

1 qr 250000 250000 250000 250000 250000


Bu’aa qoodu 3000000 1500000
0
1 ku 3000 4500 4500
Dhi/Rab/Xaa’oo 14000 12000
1 n
Waajjira BWHG Kutaa Magaalaa Koyyee Faccee Cheek listii Amajii bara 2015 .
Facaati Chek List Torbeen
Karoora
Torbee Torbee Torbee Torbee Qaa
 Lakk Gosa hojii Saf waggaa 1ffaa 2ffaa 3ffaa 4ffaa
Kan ma
bara 2015
Amajii raa
wwa
tuu
1 Gurmii WHG bu’uura 1 0
1,930,181 160,848.4 40212 40212 40212 40212
2 kaapitaala dabalu
1

3 Miseensoota Haara Horachu lakk 2000 160 40 40 40 40 Oges


oota
  Dhira Lakk 580 80 20 20 20 20

  Dubara Lakk 520 80 20 20 20 20

4 Qusannoo Guddisuu QR 2,124,905 177,075 44268 44268 44268 44268

5 Liqii kennuu QR 2,202,996 183,583 45895 45895 45895 45895

6 Liqii Deebisuu QR 1,141,088 95090 23772 23772 23772 23772

7 Yaa’ii Gaggeessuu lakk 15 1 1

8 Bu’aa qoodu qr 3000000 250000 62500 62500 62500 62500

9 Herregaa Cufuu lakk 15 1 1

10 Odiitii gochuu lakk 10 1 1

You might also like