You are on page 1of 8

Biiroo Bishaanii fi Inarjii

Oromiyaatti
D/B/K/H/I/Bish/Dhug/ fi
Dhangal’aa

Ibsa Gabaaba Haala Waliigaltee


Pirojektii Ijaarsa Bishaan Dhugaatii
Magaalaa Minoo fi Naannooshee Irratti
Mino Town & Surrounding Village WSP Layouts
Mino Town & Surrounding PA's Water Supply Project

General Amendment Cost Summary


Amount(Birr)
Item No Description Total Amount Remark
Contract Addition Omission

244,981,301.43 50,903,117.00 403,571,960.89


209,493,776.46
1 Summary of Civil Work
2 Summary of Pipe & Fitting Supply 203,244,784.93 343,292.28 139,506,414.70 64,081,662.52 Invoice Based

Summary of Supply , Installation and Testing of Electro- 64,390,639.85 4,136,550.00 - 68,527,189.85 Invoice Based
3 Mechanical Equipments
4 Transportation cost 65,109,720.70 - 65,109,720.70

Sub Total 512,616,726.21 279,083,339.44 190,409,531.70 601,290,533.96


Rebate (%) - - - -
After Rebate 512,616,726.21 279,083,339.44 190,409,531.70 601,290,533.96
VAT 15% 76,892,508.93 41,862,500.92 28,561,429.75 90,193,580.09

Grand total 589,509,235.14 320,945,840.36 218,970,961.45 691,484,114.05


Duudhaalee Biiroo Bishaan fi Inarjii Oromiyaa


Kaayyoo tarsiimo’aa haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan
ga’uu keessatti caasaaleen Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa sadarkaa sadaarkaan jiran
duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu.
Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa qabu:
◘ Itti gaafatamummaa
◘ Iftoomina
◘ Hirmaachisummaa
◘ Tajaajila gahumsaa fi itti fufiinsa qabu
◘ Qophaa’ina Jijjiiramaa
◘ Miira gareen hojjachuu
◘ Aadaa fi duudhaalee hawaasaa kabajuu 4
Kaayyoo Daayrektoreetii Bulchiinsa Kontiraataa Hojiiwwan Bishaan Dhugaatii fi
Dhangala’aa:
o Pirojektoota ijaarsa irra jiran haala dizaayiniitiin hojjatamuu isaanii hordofuu,

o Qulqullina ijaarsaa fi Qotiinsa Boollaa gaggeefamaa jiru to’achuu,

o Kaffaltii hojii hojjatameef seeraan mirkaneessu, pirojektoota qulqullinaa fi yeroon xumuruudhaan ummatni bishaan
qulqulluu akka argatan gochuudha.
o Pirojektoota haaraa boolli isaanii qotameef hojii sivilii fi dhiyeessii isaanii qopheessuun caalbaasii baasuu.

o Pirojektoota kontiraaktara dhaban irra deebi’amee akka ba’uuf ragaa qindeessuu,

o Pirojektoota dorgomaa argatan gamaaggamuun kontiraaktara moo’ate gara hojiitti akka galu gochuu.

o Pirojektoota bara kana xumuramuuf sadarkaa Biiroo fi Godinaatti karoorfaman xumursiisuun uummata itti
fayyadamaa Bishaan dhugaatii qulqulluu taasisuu.
o Pirojektoota ijaarsi isaanii xumuraman qulqullinaan, akkaataa design fi waliigalteetiin hojjatamuu isaanii
mirkaneessuudhaan walharkaa fuudhinsi gaggeessuudhaan qama iskiimicha bulchuuf dabarsuu.
5
Haala waliigalaa Pirojektoota Biiroo
Sochii walii galaa pirojektoota sadarkaa naannoo Kan Hanga kurmaana
2ffaa:
Pirojektoota Waliigalaa jiran 48
Pirojektoota sochii qaban 39
Pirojektoota Koontiraata qaban 39
Pirojektoonni Koontiraata hin qabne: kan termination’f qophaawan
2 fi kan caalbaasiif qophaawan 7, w/g piroj. 9 koontiraata kan hin
qabneedha.
Pirojektoota rakkoo nageenyaatiin dhaabbatanii jiran 5
Pirojektoota rakkoo maddaatiin dhaabbatanii jiran 4
Pirojektoota bara kana xumuramuuf karoorfaman 29
Pirojektoota xumuramanii jiran 3
6
Haala waliigalaa Pirojektoota Godinaa
Sochii waliigalaa pirojektoota sadarkaa godinaa Kan Hanga kurmaana
2ffaa:
Pirojektoota Waliigalaa jiran: 132
Pirojektoota sochii qaban: 40
Pirojektoota rakkoo garagaraatiin sochii hin qabne: 92
Pirojektoota bara kana xumuramuuf karoorfaman: 80

7
.

a a
d a rk
S a
o t a
kt o
o j e
Pir
rs a o o
j a a an n
i i I Na
o j
ii H
w
a aw
R

You might also like