You are on page 1of 8

Gabaasa

Mana Qopheessaa
Pirojektoota Siitiiy
Bulchiinsa Magaalaa
Paarkii Magaalaa
Duukam
Caamsaa Bara 2014
Gabaasa Piroojektii Siitii Paarkii Magaala Duukam

 TL Gosapirojektoota Bara Baay’ina Baajata Kan


pirojektic Waliigaltee xumurame
haa
1 Baajata mootummaan Buleeyyii 7 0 2
caalbaasiin bahee kan
Haaraa 6 75,769,833.35 -
hojjeetamaa jiran
2 Caalbaasi malee baajata Buleeyyii 9 245,752,177.9 1
mootummaa. Hirmaannaa 0
Uummataa fi Deegarsa abootii
qabeenyaan hojjetamaa jiran
3 Abbootii qabeenyaan Buleeyyii 9 75769833.35 4
hojjeetamee Bulchiinsa
magaalaaf kan kennamu
4 Abbootii qabeenyaan private Haaraa 3 151539666.7 0
partnership kan hojjeetamaa
jiru
5 Piroojektoota hin eegalamne Haaraa 9 80,800,000.00 -
Idaa’ama 43 470,266,930.89 383879333.
4
1. Piroojektoota Baajata Mootumaan caalbaasiin bahe waliigalteen kenname
Hojjeetamaa jiran.
1.1. Piroojektoota Buleeyyii :-Baay’ina piroojektii 7 baajata waliigalteen galamee kan hojjeetamaa
jiranii dha.
 Kana keessa kan xumurame piroojektoonni lama 2 xumuramanii jiru.
- Main Get 1 fi
- Meeting room Lootii2ffaa
 Kan hafan 5hojiirajiru
- Dich, Beuty salon, Hoursefild , Gojjohouse fi meeting room 1

 TL MaqaaPirojektichaa Waligalteemalla Baaj.buleyyibara Baajatakaffala Fayi % Raawwii


ataa’e 2014 qabameef me dhaan %dhaan
1 Diichi 9,645,620.51 5,538,769.44 5,245,127.00 94.70 80
2 Beaty Salon 3,278,025.65 2,848,939.72 2,435,409.28 85.48 90
3 Meeting Room Loot 1 1,373,276.15 1,138,606.86 1,084,533.90 95.25 95
4 Meeting Room Loot 2 1,402,931.35 1,088,835.09 1,002,341.45 92.06 100
5 Gate 1 7,746,240.36 7,446,240.36 6,913,800.06 92.00 100
6 Gojo H & con. cu stone 3,031,225.42 3,031,232.59 1,502,891.00 49.58 75
7 Horse Field 692,319.55 448,812.80 243,506.75 54.26 80
Idaa’ama 0 27169638.99 21541436.86 85.00
1.2. Haaraa :-Baay’ina piroojektii 6 Baajata
 Hoji irra jiru
siity park lake 1
siity park lake 2
siity park River
siity park Mou.stage and rel. work
Swimming Pool
Boollaabishaansiitiiypaarkii

 TL MaqaaPirojektichaa Waligalteemalla Baajata Fayina. % R/


ataa’e kaffalame dhaan raawwiifiizikaalaa
%dhaan
1 siity park lake 1 9,641,496.75 7,690,787.29 79 55
2 siity park lake 2 4,936,697.23 484,174.64 9 50
3 siity park River 3,288,014.45 486,125.22 14 45
siity park Mou.stage and
4 3,803,624.92 1,232,689.00 32 95
rel. work
5 Swimming Pool 45,600,000 12,944,022.70 28 60
6 Boollaa bishaan 8,500,000.00 7,130,805.00 80 100
Idaa’ama 0 75769833.35 44.55

Waliigala piroojektoonni baajata mana qopheessaatiin hojjeetaman Buleeyyi fi haaraan Qarshii


88,839,472.34 yammuu ta,u

Bara Baajata 2014 keessatti manni qopheesaa magaalaa keenyaa siitiiy parkii magaalaatiif baajata qarshii
Miiliyoona 44 qabamee fi kan jiru yammu ta’u hanga ammaatti pirojektoota adda addaatiif kaffaaltiin
qarshii Miliyoona 12 ta’u raawwatamee jira.

Dabalataan baajata idlee irraa qarshii 8,500,000 qabameen boollii bishaan siitiiy paarkii hojjeetamaa jira.

Walumaagalatti baajata manaqopheessa fi baajata idlee irraa Miiliyoonnii 52.5 qabamee f ijira.
2. Pirojektoota caalbaasii malee Baajata Mootumaan , Hirmaannaa Uummataan fi
deegarsa abbootii qabeenyaatiin kan Hojjeetamaa jiran
2.1. Buleeyyii :- Baay’ina pirojektii 9
 Kan xumurame 1( Grass lawn)
 Kana keessa kan hojjira jiran 8

Parking 1 Rock garden


Parking 2 Treatment pond
Green buffer artificial hill
Emergency path Asphalt road

 TL MaqaaPirojektichaa TilmaamaWaligaltee Raawwiifiizikaalaa


%dhaan

1 Asphalt road 190,000,000.00 15


2 Rock garden 5,600,000.00 4
3 Treatment pond 3,500,000.00 16
4 artificial hill 3,800,000.00 73
5 Parking 1 7,276,088.95 56
6 Parking 2 6,276,088.95 56
7 Green buffer 3,800,000.00 37
8 Emergency path 16,200,000.00 67
9 Grass lawn 9,300,000.00 100
Idaa’ama 0
3. Pirojektoota Abbootiin Qabeenyaan Hojjeetamanii Bulchiinsa magaalaaf kennamuuf
waadaa galanii hojjetama jiru
 Buleeyyii :-Baay’inaPiroojektoota 9
Kan xumuraman 4(Hill Gar , Frut ,Palm fi flawer Garden)
Kan hojiirajiran 2(cultural shop fi book store)
Kan dhaabbate 3( Oda Garden, Herbal Garden fi Restaurant)

 TL MaqaaPirojektichaa TilmaamaWaligaltee Raawwiifiizikaalaa


%dhaan

1 Hill Garden 8,049,115.61 100


2 Fruit garden 1,600,000.00 100
3 Palm garden 1,600,000.00 100
4 Flower garden 1,500,000.00 100
5 Cultural shop 3,278,025.65 50
6 Book store 3,278,025.65 20
7 Oda garden 2,230,000.00 20
8 Herbal garden 1,800,000.00 40
9 Restaurant (G+2) 8,049,115.61 15
Idaa’ama 0

4. Pirojektoota Private Partnership dhaan hojjeetamuuf waliigalteen mallaattaa’e


 Haaraa :-Baay’inniPiroojektoota 3
Kan hojjii eegale dhaabe 1 (Butchery and cultural Rest )
Kan hin eegaliin 2 (1.Children play ground and ice-cream café 2. Game
and internet house)

 TL MaqaaPirojektichaa TilmaamaWaligalt Raawwiifiizikaalaa


ee %dhaan

1 Butchery and cafeteria 3,880,725.82 35


2 Children play ground and ice-cream café 2,232,246.66 0
3 Game and internet house 3,278,025.65 0
Idaa’ama 0

5. Piroojektoota waliigalteen irrati hin galamiin kan hojiin hin


eegalamne baay’ini 9
1.
2. Gate 2 6. pergola garden
3. Gate 3 7. Amphitiater
4. Gate 4 8. Scatting field
5. Straight side siting 9. Jogging /Fence

10. Green house

 T/L MaqaaPirojektichaa TilmaamaWaligalt Raawwiifiizikaalaa


ee %dhaan

1 Gate 2 8,500,000

2 Gate 3 8,500,000

3 Gate 4 8,500,000

4 Straight side siting 7,500,000

5 pergola garden 9,200,000

6 Amphitiater 17,500,000

7 Scatting field 7,500,000

8 Jogging /Fence 5,500,000

9 Green house 8,100,000


Idaa’ama 0

Waliigala piroojektoota sitiy parkii keessa ijaaramuuf karoorfame jiru 43

 Baay’ina pirojektii hojiitti galame 34


 Kan xumurame 7
 Kan hojiirajiru 21
 Kan dhaabate6
Kan hojiieegalee dhaabate 4
Kan waliigaltee fudhatee hojii hin eegalin 2
 Pirojektoota hin eegalamne 9

You might also like