You are on page 1of 7

Seensa

ATMAO Labsii qaamolee hojii raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra


deebbidhaan gurmeessuuf bahe lakk.213/2011 tiin kan hundaa'e yoo ta'u manni hojii kun Aangoo
isaaf kenname irratti hundaa'un JBAH irra deebbiidhaan kurfeessee gurmaa'insa isaa bifa haaraan
ijaaraa jira.

Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa ragaaleen qabeenya albuudaa naannichaa akka
sassaabaman, eegamanii fi hojiirra oolan kan taasisu fi misoomni albuudaa naannicha keessatti
akka babal’atu taasiseedha.
Haala gurmaa'insa haaraa kanaan akkaataan tajaajjilli hojiiwwan albuudaa itti kennamuu saffisa
akka qabaatuu fi garaagarummaa hubannoo ture hir'isuu fi rakkoo bulchiinsa gaarii hiikuuf akka
tolutti

Uumamaa fi facaatii qabeenya albuudaa beekuuf hojii barbaachaa, qo’annoo, kaartaa ji’ooloojii
fi kan kana fakkaatan hojjechuu fi hojisiisudhaan hojiiwwan albuudaa seeraan akka raawataman
abbootii qabeenyaa biyya keessaatiif hayyama barbaachaa, qorannoo, qabatanii turuu fi
hoomisha albuudaa akkaataa seera albuudaatiin kaartaadhaan daangeessee ni kenna, ni bulcha, ni
haaroomsa, ni haqa. Akkasumas hojiiwwan albuudaa seeraan hoomishamuu fi socho’uu isaa
yeroo yeroodhaan ni to’ata.
Hojiiwwan albuudaa haala hojmaata ifa ta’een raawwachuu, tajaajila sirrii fi saffisaa, akkasumas,
ifa ta’e kennuu fi qoodafudhatoota waliin hariiroo qabnu cimsuudhaan haala seera jiruun qofa
hojiiwwan albuudaa raawwachuu, hojjetaan seekitara kanaa hundi hojii isaa idilee beekee akka
raawwachuu danda’u Naannoo kaasee hanga Aanaatti haala walfakaatuun hojjechuuf kan nama
gargaaru qajeelfama hojiiwwan albuudaa irra deebiin fooyyessuun barbachisaa ta’e waan
argameef Qajeelfama hojiiwwan abuudaa kanaan dura ture lakk.2/2002 fooyyesuun irra
deebiin akka armaan gadiitti bahee jira.
Albuuda: waan “geological process”n lafa keessaa fi lafa irratti uumamee bifa jajjaboo,
dhangala’aa yookiin bifa gaaziin kuufamee argamuu fi gatii diinagdummaa kan
qabuudha.

 Qabeenyi albuudaa, Qabeenya uumamaan argamu, Adeemsa yeroo


keessa kan dhumatuu fi bakka bu’uu kan hin dandeenye;
Faayidaa adda addaa kan kennu,
 Carraan hojii bal’inaan kan keessatti uumamuu,
 Hoomishinni isaa uumama naannoo fi hawwaasa irra dhiibbaa
kan geessisu
 Seeran alummaan kan keessatti bal’inaan calaqqisu (saaxilamaa
kan ta’e)
 Seeraan yoo hogganame malee madda jeequmsaa ta’uu kan danda’u,
Qabeenya mootummaa fi ummataa ti.

Akka Godina Gujii Lixaatti Waajirri Misooma Albuudaa bara 2011 labsiidhaan kan
hundeeffame yemmuu ta`u, adeemsa lama gurguddaa qabatee kan hundaa`eedha.
Adeemsotni kunis Adeemsa ijoo Qorannoo Albuudaa fi Adeemsa Ijoo Bulchiinsaa fi
kennaa Hayyama albuudaa ture.

Haata`uu malee waggoottan sadiin darban bu`aa qabatamaa akka naannoo fi biyyaatti
albuudni buusaa jiru ilaalamuudhaan adeemsi Bulchiinsaa fi adeemsi Kennaa
hayyamaa iddoo lamatti ba`uun caasan hojjatamee hojitti seenamee jira.

Kanumarraa ka`uudhaan Akka adeemsa Kennaa hayyama albuudaa Waajira


keenyaatti karoora waggaa, kurmaanaa fi ji`aan caccabsinee akkaataa armaan gadiitti
hojiitti gallee jirra.

Kaayyoo

 Hojiin albuudaa kamiiyyuu eeyyama seera qabeessaa qofaan akka


hojjatamuuf bu`aan akka naannoo fi biyyaatti eeggamu akka
dhufu.
 Seeraa alummaa albuudaa xiqqeessuu fi dhabamsiisuu
 Galii albuudaa irraa mootummaan eeggatu galchisiisuu
 Carraa Hojii uumuu
KAROORA BARA 2015 KAN ADEEMSA KENNAA HAYYAMAA

LK Hojii Ijoo Safartu Kar Karo Kur 1ffaa Kar Kur 2ffaa Kar kur 3ffa Kar Kur 4ffa
2015 Ado Hag Ful Onk Sad Mu Amj Grd Bit Ebl Cam Wa
1 Eeyyama Haaraa Aada Lakk 100 10 10 10 10 10 10 10 10 5 5 5 5
1.1 Eeyyama Sookoo “ 30 4 4 3 3 3 3 3 3 1 1 1 1
1.2 Eeyyama Industrii “ 30 3 3 3 3 3 3 3 3 2 2 1 1
1.3 Eeyyama Dh/Ijaarsa “ 25 2 2 3 3 3 3 3 3 1 1 1 0
1.4 Eeyyama Maansaa “ 15 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 2 3
2 Eeyyama Sad Xiqqaa “ 5 1 1 1 1 1 0 0 0 0 0
3 Eeyyama Dhiyeessi “ 30 5 5 3 3 3 3 3 2 2 1 0 0
4 Eey. Dhiy. Haaromsu “ 67 10 10 7 7 7 7 7 6 6 0 0 0
5 Ser. Gah. Buf. Boba`a “ 21 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 1 0
6 Nagahee To`anno “ 300 30 30 30 30 30 30 20 20 20 20 20 20
7 Carraa Hojii Uumu Lak Dh 2300 230 230 230 230 230 230 230 230 115 115 115 115
Du 2300 230 230 230 230 230 230 230 230 115 115 115 115

Kan Qopheesse Kan Mirkaneesse

Mallattoo___________________ Mallattoo_________________

Maqaa______________________ Maqaa_____________________
KAROORA KURMAANA 1FFAA ADEEMSA KENNAA HAYYAMAA 2015

LK Hojii Ijoo Safartu Kar Karoora Adoolessa Hagayya Fulbaana


u 2015 kurmaana 1 ffaa

1 Eeyyama Haaraa Aada Lakk 100 30 10 10 10


1.1 Eeyyama Sookoo “ 30 11 4 4 3
1.2 Eeyyama Industrii “ 30 9 3 3 3
1.3 Eeyyama Dh/Ijaarsa “ 25 7 2 2 3
1.4 Eeyyama Maansaa “ 15 3 1 1 1
2 Eeyyama Sad Xiqqaa “ 5 1 0 0 1
3 Eeyyama Dhiyeessi “ 30 13 5 5 3
4 Eey. Dhiy. Haaromsu “ 67 27 10 10 7
5 Ser. Gah. Buf. Boba`a “ 21 6 2 2 2
6 Nagahee To`anno “ 300 90 30 30 30
7 Carraa Hojii Uumu Lak Dh 2300 690 230 230 230
Du 2300 690 230 230 230

Kan Qopheesse Kan Mirkaneesse

Mallattoo___________________ Mallattoo_________________

Maqaa______________________ Maqaa_____________________
KAROORA KURMAANA 2FFAA ADEEMSA KENNAA HAYYAMAA 2015

LK Hojii Ijoo Safartuu Kar Karoora Onkololessa Sadaasaa Muddee


2015 kurmaana 2ffaa
1 Eeyyama Haaraa Aada Lakk 100 30 10 10 10
1.1 Eeyyama Sookoo “ 30 9 3 3 3
1.2 Eeyyama Industrii “ 30 9 3 3 3
1.3 Eeyyama Dh/Ijaarsa “ 25 9 3 3 3
1.4 Eeyyama Maansaa “ 15 3 1 1 1
2 Eeyyama Sad Xiqqaa “ 5 3 1 1 1
3 Eeyyama Dhiyeessi “ 30 9 3 3 3
4 Eey. Dhiy. Haaromsu “ 67 21 7 7 7
5 Ser. Gah. Buf. Boba`a “ 21 6 2 2 2
6 Nagahee To`anno “ 300 90 30 30 30
7 Carraa Hojii Uumu Lak Dh 2300 690 230 230 230
Du 2300 690 230 230 230

Kan Qopheesse Kan Mirkaneesse

Mallattoo___________________ Mallattoo_________________

Maqaa______________________ Maqaa_____________________
KAROORA KURMAANA 3FFAA ADEEMSA KENNAA HAYYAMAA 2015

LK Hojii Ijoo Safartuu Kar Karoora Amajjii Gurraandhala Bitootessa


2015 kurmaana 3ffaa
1 Eeyyama Haaraa Aada Lakk 100 25 10 10 5
1.1 Eeyyama Sookoo “ 30 9 3 3 1
1.2 Eeyyama Industrii “ 30 9 3 3 2
1.3 Eeyyama Dh/Ijaarsa “ 25 9 3 3 1
1.4 Eeyyama Maansaa “ 15 3 1 1 1
2 Eeyyama Sad Xiqqaa “ 5 1 1 0 0
3 Eeyyama Dhiyeessi “ 30 7 3 2 2
4 Eey. Dhiy. Haaromsu “ 67 19 7 6 6
5 Ser. Gah. Buf. Boba`a “ 21 6 2 2 2
6 Nagahee To`anno “ 300 60 20 20 20
7 Carraa Hojii Uumu Lak Dh 2300 575 230 230 115
Du 2300 575 230 230 115

Kan Qopheesse Kan Mirkaneesse

Mallattoo___________________ Mallattoo_________________

Maqaa______________________ Maqaa_____________________
KAROORA KURMAANA 4FFAA ADEEMSA KENNAA HAYYAMAA 2015

LK Hojii Ijoo Safartuu Kar Karoora Ebla Caamsaa Waxabajjii


2015 kurmaana 4 ffaa

1 Eeyyama Haaraa Aada Lakk 100 15 5 5 5


1.1 Eeyyama Sookoo “ 30 3 1 1 1
1.2 Eeyyama Industrii “ 30 4 2 1 1
1.3 Eeyyama Dh/Ijaarsa “ 25 2 1 1 0
1.4 Eeyyama Maansaa “ 15 6 1 2 3
2 Eeyyama Sad Xiqqaa “ 5 0 0 0 0
3 Eeyyama Dhiyeessi “ 30 1 1 0 0
4 Eey. Dhiy. Haaromsu “ 67 0 0 0 0
5 Ser. Gah. Buf. Boba`a “ 21 3 2 1 0
6 Nagahee To`anno “ 300 60 20 20 20
7 Carraa Hojii Uumu Lak Dh 2300 345 115 115 115
Du 2300 345 115 115 115

Kan Qopheesse Kan Mirkaneesse

Mallattoo___________________ Mallattoo_________________

Maqaa______________________ Maqaa_____________________

You might also like