You are on page 1of 13

BULCHIINSAA MAGAALA MAAYAA

Waligaltee KT WAAJJIRA INVESTIMENTII FI

INDUSTURII BUL/MAG /MAAYAAfi WAAJJIRA

kantiba bul/mag/maayaa JIDDUTII

BARA 2016
[Pick the WALIGALTEE SANADDA WAJ/KANTIBA FI WAJ INVESTIMATI INDUSTURI
date] BUL/MAG/MAAYAA JIDDUUTTI BARA 2016 MAYAA CITY

1. Seensa
Waajjira Invastimantii Magalaa Maayaa karoora Badhaadhiina (Waggaa Kudhanii) baafatee gara
hojiit seennee isaa ni beekama. Raawwii karoora bara 2015 xinxaaluun Karoora kana keessatti
karoorfamee osoo hin raawwatamin haffee jiru karoora hojii bara 2016 keessatti hamachisuun
karoorri kun qopha’erra. Karoorii galmaan gahiinsa keessatti JBAH fi SMBKT hojii irra oolchuun
magalaa mayaa keessatti Sochii Invastimantii fi industur dhuunfaa daraan akka dabaluu fi mul’ata
biyyi keenya waggootii muraasa keessatti sadarkaa biyyoottan galii giddu galeessaa argatan gahuuf
qabattee jirtuu fi Guddina dinagdee ariifachiisaa fi itti fufiinsa qabu galmeessuudhaan haala jireenya
uummata keenyaa fooyyessuudhaaf hojii hojjatamaa jiru keessaatti gaheen invastimantiin dhuunfaa
qabuu olaanaa dha. Kana hubachuun, Imaammataa fi Tarsiimoo babal’ina invastimantiif mijataa ta’e
akka biyyaa fi Naannoo keenyatti Mootummaan baasee hojiirra oolchee jiruun hanga ammaatti
invastarootni dhuunfaa biyya keessa fi alaa magalaa keenya keessatti qabeenya uumamaa
misoomsuudhaan gara humna dinagdee qabatamaatti jijjiiruudhaan, oomishaa fi oomishtummaa
guddisuu, carraa hojii uumuun, teeknooloojii haaraa babal’isuun, sharafa biyya alaa argamsiisuun
misooma magalaa keenya keessatti gahee guddaa taphachuun jireenya uummata keenyaa kan jijjiiraa
jiranii dha. Yeroo ammaa Mootummaan keenyaa Danbii Lakk. 208/2012 baafatee hojii irratti olchuun
Qo/Bultoota, , Waldayaa Uniyyonii fi IMX qabeenya horatee gara Invastimantii ceesisuuf hojii balaa
hojachaa jira.
Haaluma kanaan Waajjirri Invastimentii magalaa Maayaa raawwii hojii Bara 2015 keessatti hojiilee
hojjatamanii irratti gamaaggama gaggeessuun milkaa'inaa fi hanqinoota raawwii keessatti qunnaman
addaan baasee akkaataa galtee ta'uu danda'anitti qindeessuun karoora hojii bara 2016 tti akkaataa
rakkoolee bara kana keessatti qunnamaniif furmaata ta'uu danda'uu fi fayyadamummaa ummata
magalicha bifa mirkaneessuu danda'un akka armaan gadditti qophaa'ee jiru.

2. Ergama, Mul’ata fi Dudhaalee,


 Ergama
Magaalicha Keessatti Misooma Investimantii Fi Industirii Itti Fufiinsa Qabu Mirkaneessuuf
Tajaajila Si’ataa Fi Bu’aa Qabeessa Ta’e Kennuun Jireenya Hawaas- Diinagdee Ammayya’aa
Ta’e Dagaagsuu.
 Mul’ata

Mayaa City Investimanti And Industry Office Page 2


Bara 2030tti Bul/Mag/Maayaa Diinagdeen Badhaatee Fi Bahaa Oromiyaa Keessatti Giddugala
Inveestimantii Taate Arguudha.
 Dudhaalee Ijoo/Core Vales/
 Ittigaafatamummaa,
 Iftoomina,
 Tajaajila gahumsa qabu,
 Hirmaachisummaa,
 Jijjiiramaaf hojjechuu fi
 Naamusa gaarii
 Wal-qixxummaa korniyaa

3.Toora Xiyyeefannoo fi Bu`aawwan Toora Xiyyeeffannoo

 Toora Xiyyeefannoo 1ffaa - Piroomoshinii Gaggeeffame


o Bu’aa: Simannaan Inveestimantii dabale
 Toora Xiyyeefannoo 2ffaa - Babal’ina Inveestimantii fi industirii
 Bu’aa ; Dinagdeen biyyaa dabaluun uummatni irraa fayyadamaa ta’e
 Toora Xiyyeeffannoo 3ffaa. Bu’aa qabeessummaa Inveestimantii Mirkaneessuu
Bu’aa : Piroojektoota Invastimantii bu’a qabeessa ta’anii oomishaa fi tajaajila kennan dabale
[Pick the WALIGALTEE SANADDA WAJ/KANTIBA FI WAJ INVESTIMATI INDUSTURI
date] BUL/MAG/MAAYAA JIDDUUTTI BARA 2016 MAYAA CITY

KAROORA HOJILEE GURGUDDOO WAAJJIIRA INVESTIMANTIIFI

INDUSTRY MAGALAA MAAYAA BARA 2015


1. Dammewwan Investimanti
 Pooteenshala lafa investimantif oluu qopheessuu. Hektara 10 akka qophawwu gochuu
 Piroofayilaa pooteenshialii investimantii akka magalatii 1 qophessuu
 Babal’ina Invastimantii magala keenya walqabatee jiruu Karaa Miidiyaalee elektirooniksii
TV yookiin Raadiyoodhan Marsaa 4 beeksiisuu
 Babal’ina inveestimantii wal qabatee piroojeektoota Simachuu fi xinxaluun 60 boordiif
dhiyeessuu ilaalchisee
 Proojaktootni kun Murtee argatanii yemmuu humna guutuun hojii keessa galan namoota
1,100 carraa hojii uumuu ni danda’u jedhameeti yaadama.
 Kaappitaala qarshii Mil. 250,000,000 galmeesisan simachuun murtee akka argatan taasifama.
 Pirojaktoota invastimantii 40 hordofuu fi to’achuu fi sadarkaa raawwii isaanii adda baasu
 Pirojaktoota buleeyyii hojii keessa jiranii fi haaraa hojitti galan irraa galii Gibira Mindaa
Hojjatoota irraa qarshii Kuma. 420,000 argamsiisuu
 Pirojaktoota buleeyyii fi haaraa irraa galii liizii ykn kiraa lafa invastimantii isaanii
kennamee jiru irraa qarshii Mil 1.2 argamsiisuu
 Piroojektoota buleeyyii fi Haaraa jiran 80 Siistamatti galchuu.

1. Hojii WKTIT
 WKTIT Banuu
 Sadarkaa hundaatti Caasaa WKTIT guutuu
 WKTIT tiif Baajata ofi danda’e akka ramadamu qaama ilaallatu waliin hojjechuu
 Meeshaalee barbaachisan akka guutaman taasisuu
 WKTIT hojii keessa akka galan gochuu

2. Hojii Industirii Maanfaakcharingii

. Namoota 30 Hubannoo Seektara industirii Maanufaakchariingii irratti kennuun gara seektara


maanfaakcharingii akka galan taasiisuu

Mayaa City Investimanti And Industry Office Page 4


 Eebifamtoota dhaabbilee barnootaa :- 20

 Namoota Seektara maanufaakchariingiin ala jiranii :- 10

Industiriiwwan Maanfaakcharingii 15 Tajaajila Ekisteeshini Industirii akka argatanu qaama


ilaallatu waliin hojjechuu Kaayizenii, leenjii interpriinarshiippii, teeknoolojii, rakkoo teekniikaa
(technical skill )

 Industiriiwwan Xixiqqaa -10

 Industiriiwwan G/Galeessaa –50

Dandeetiin oomishtummaa industiriiwwan magalaa mayaa keenya keessa jiruu akka guddatu
taasisuuf

Hojii kana milkeessuuf

 Ogeessota industirii 2 ta’aniif MGO akka fudhatan taasisuu

 Interpriinarshiippii irratti leenjii abbooti qabeenyaa 4 ta’aniif kennuu

 Teeknoolojiiwwan yaalamani bu’a qabeessa ta’an 2 addaan baasuun 1 ceesisuu

Walitti hidhamiinsa gabaa

Walitti hidhamiinsa gabaa biyya keessaa uumuun Industiriiwwan 16 gidduutti bittaaf


gurgurtaan qar . Mil . 6 akka uumamu taasisuu

• Industiriiwwan Xixiqqaa- 10

• Industiriiwwan Giddugaleessa - 4

• Industiriiwwan Gurguddaa- 2

Magalaa Keenya keessaa carraawan jiran adda baasuun industiriiwwan godoo 65 adda
baasuun deeggaruun hojiitti galchuu
 Hojii Suphee irratti = 9 Carraa Hojii 16
 Hojii Huccuu fi bu’aa Huccuu = 15 Carraa Hojii 40
 Sibiilaa fi bu’aa Sibiilaa = 20 Carraa Hojii 48
 Gogaa fi bu’aalee gogaa= 6 Carraa Hojii 14
 Kanneen biroo = 4 Carraa Hojii 12
Waligala Industiriiwwan Maanfaakacharingii godoo 65 hundeessuun Carraa hojii 130 akka
uumamu gochuun Oommisha jaraa gara gabaati karaa bal’ina qabuun akka dhiyaatu taasisuu
Piroojektoota Industirii Maanufaakchariingii Rakkoolee Bu'uura Misoomaa Qaban akka
Hiikamuuf Hordoffii fi Deggarsa Gochuun rakkoo isaanii hiikuu
 Rakkoo Daandii - 3
[Pick the WALIGALTEE SANADDA WAJ/KANTIBA FI WAJ INVESTIMATI INDUSTURI
date] BUL/MAG/MAAYAA JIDDUUTTI BARA 2016 MAYAA CITY

 Rakkoo Bishaan 1
 Rakkoo Ibsaa - 2
Eegumsa naannoo, inaarjii fi Magarisummaa irrattii Abboottii warshaa, Hojjettootaa warshaa fi
Ogeeyyii kutaa Magaalootaaf hubannoo kennuu
 Abbootii Warshaa; 1
 Hojjettoota Warshaa; 1
 Ogeessoota magalaa fi kutaa magaalootaa
3. Tajaajila Lammummaa Fi Dirqama Hawaasummaa
Hojii Gosa adda addaa
1. Suuphaa fi ijaarsa Mana Harka qalleeyyii
2. Ashaaraa Magarisaa
3. Magaalaa fi Haroo Bishaani qulqulleesu,
4. Maanguddootaa fi Baratoota Harka qalleeyyiif Uffata, Qalama, dabtaraa… fi kkf

Waligala Qar. 1,305,500.00

Mayaa City Investimanti And Industry Office Page 6


[Pick the WALIGALTEE SANADDA WAJ/KANTIBA FI WAJ INVESTIMATI INDUSTURI
date] BUL/MAG/MAAYAA JIDDUUTTI BARA 2016 MAYAA CITY

Waaj/Invastimantii fi industry Bul/Magalaa Maayaa 8


Karoora Waggaa Bara 2015 Waajjiira Investimantiifi Industry Magalaa Maayaa

La Hojiiwwaan gurguddoo safart Karora wagga Karoora Kurmaana Karoora Karoora Kurmaana Karoora Kurmaana
kk uu bara 2016 1ffaa Kurmaana 2ffaa 3ffaa 4ffaa

adol hag ful onk Sad Mu ama guran bit ebla cam waxab
es d j d
1. 1Barruuleen Sochii invastimantii Lakk 150 12.6 12. 12.6 12.6 12.6 12.6 12.6 12.6 12. 12.6 12.6 12.6
Magaalaa keenyaa fi poteenshaala 6 6
Magaalichaa ibsan Birooshariin
maxxansuun raabsuu
2. 2Pirojektoota invastimantii gosa adda Lakk 60 5 5 5 5 5 5 5 5 5 5 5 5
addaa simataman

3. Pirojektoota invastimantii Qarshi Mil. Mil. Mil. Mil. Mil. Mil. Mil. Mil. Mil. Mil Mil. Mil. Mil.
kaappitaala galmeessan 250,000,000 62,5 62, 62,500, 62,5 62,5 62,5 62,5 62,500 . 62,50 62,500 62,500
00,0 500 000 00,0 00,0 00,0 00,0 ,000 62, 0,000 ,000 ,000
00 ,00 00 00 00 00 500
0 ,00
0
4. Pirojektoota invastimantii yeeoo lak 1100 275 275 275 275 275 275 275 275 275 275 275 275
hojii keessa galan harra hojii
namootaf uummu dandahan
5. 3Akkaataa gosa piroojektoota Lakk 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
haaraa murtaa’en dookumantii
waliigaltee qopheessuun abbootii
qabeenyaa waliin waliigaltee
mallatteessuu
6. 4Piroojektoota investimanti ta’aniif Lakk 48 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4
heyyama investimantii kennuun

7. heyyama investimantii kennuun galii Qarsh 14000 116 116 1166 1166 1166 1166 1166 1166 116 1166 1166 1166
irra walitti qabamuu ii 6 6 6
8. 5Hayyamma investiamntii Lakk 32 3 2 2 3 1 3 2 3 3 3 3 3
[Pick the WALIGALTEE SANADDA WAJ/KANTIBA FI WAJ INVESTIMATI INDUSTURI
date] BUL/MAG/MAAYAA JIDDUUTTI BARA 2016 MAYAA CITY

haroomsuuu
9. Piroojektoota invastimantii Qarshi 6400 533. 533 533.3 533. 533. 533. 533. 533.3 533 533.3 533.3 533.3
heyyamni invastimantii akka 3 .3 3 3 3 3 .3
haaromsamu gochuun qarshii
sassaabuu
10. 6Pooteenshala lafa investimantif oluu Hek 10 0.83 0.8 0.83 0.83 0.83 0.83 0.83 0.83 0.8 0.83 0.83 0.83
qopheessuu 3 3
11. 7Piroofayilaa pooteenshialii Lakk 1
investimantii akka magalatii
qophessuu
12. 1Ragaa piroojaktoota invastimantii 80 7 7 7 7 6 7 7 6 7 6 7 6
7buleeyyi ta'aan siistamatti galchuu
13. 8Babal’iinsa investimantii irrattii ibsaa Marsa 1 1
gara miidiyya adda addatii dabarsuu
14. 9Birooshaarii waa’ee sochii Marsa 150 12 12 13 12 12 13 12 13 13 12 13 13
invaastimantii magalaaa ibsuu
qopheessuun hirmatootaaf raabsuu
hoojii beeksiisuiu
15. 1Pirojeektoota invastimantii ijaarsa Lakk 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
1Egalchiisuu
16. Pirojeektotaa Invastimantii oomisha Lakk 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
egalchiisuu
17. 1Pirojeektotaa Invastimantii Lakk 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
2xumuraanii hojii omishaa/tajaajila
kennuuf qopha’aan gochuu
18. 1Qonnaan Bultootaa fi IMX Inv. Lakk 16 1 2 1 1 2 1 1 2 1 1 2 1
3Cee’anii lafti harka hin gahiin
hordofuun laftii akka harka gahuu
gochuu
19. 1Qonnaan Bultootaa fi IMX Inv. Lakk 8 1 1 1 1 1 1 1 1
4Cee’anii rakkoo meeshaalee
ijaarsaatiin hojii keessa hin galiin

Waaj/Invastimantii fi industry Bul/Magalaa Maayaa 10


hordofuun qaama dhimmii ilaalatuu
waliin ta’uun akka argatan gochuu
20. 1Pirojeektotaa Invastimantii Murtii Lakk 16 1 1 2 1 1 2 1 1 2 1 1 2
5Bordii argatanii Waliigaltee hin
seenee gara waligaltee akka seenan
gochuu
21. 1Sochii pirojaktoota invastimantiitin lakk Dhabbi 360 30 30 30 30 30 30 30 30 30 30 30 30
6carraa hojii namoota Uumuu lakk Yeero 720 60 60 60 60 60 60 60 60 60 60 60 60
22. 1Industiriiwwan Maanfaakcharingii lakk xixiqaa 22 2 1 2 2 1 2 2 2 2 2 2 2
8Haaraa Hundeessuu ilaalchise lakk gidugal 8 1 1 1 1 1 1 1 1
ess
23. Industiriiwwan maanfaakcharingii lakk Xixiqaa 55 5 4 5 5 4 4 5 4 5 5 4 5
Haaraa Hundaa’an keessatti lakk Gidugal 95 8 8 8 8 8 7 8 8 8 8 8 8
Carraa Hojii uumuu ilaalchisee eessa
24. Industiriiwwan Maanfaakcharingii lakk Xixiqaa 22 2 1 2 2 1 2 2 2 2 2 2 2
Buleeyyii jajabeesuu fi deegaruu
lakk Gidugal 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
ilaalchisee
eessa
25. 2Industiriiwwan maanfaakcharingii lakk Xixiqaa 83 7 7 6 7 7 7 7 7 7 7 7 7
1Buleeyyii deegaramanii Carraa lakk Gidugal 75 6 6 6 7 6 6 6 6 6 7 6 7
Hojii uumuu ilaalchisee eessa
[Pick the WALIGALTEE SANADDA WAJ/KANTIBA FI WAJ INVESTIMATI INDUSTURI
date] BUL/MAG/MAAYAA JIDDUUTTI BARA 2016 MAYAA CITY

Waaj/Invastimantii fi industry Bul/Magalaa Maayaa 12


Mappi waligaltee waajirichaa

Waaddichaa Kan Fudhate Waadaa Kennaa


Hojiiiwwan Arman Oliti Tarrefaman Hojiii wwan Arman Oliti Tarrefaman
Lakkaa’ee Fudhadheeraa Lakka’ame Keenneeraa

Maaqaa__________________- Maaqaa__________________-

Mallatoo_____________________ Mallatoo_____________________

Guyyaa__________________ guyyaa_____________________

You might also like