You are on page 1of 9

Karoora Leenjii Kennuu Yaada Daldala Haaraya

Burqisiisuu (Entrepreneurship) Daldalaa


Gurraandhala 20/06/2016 Hanga 22/06/2016

Qindoomina Waajjira Daldalaa fi

Waajjira CHUO Godina Harargee Bahaa

Gurraandhala, 2016

Harar
Lakk. _____________________

Guyyaa ___________________

Waajjira Daldalaa fi CHUO ______________________ tiif

Harar

Dhimmi: - Karoora Leenjii “Entrepreneurshipii” Beeksisuu Ilaala

Akkuma olitti ibsamuuf yaalameetti karoora leenjii Burqisiisa Yaada Daldalaa

“Entrepreneurship” Kan Qonnaan Bulaa/Horsiisee Bulaa, Dargaggoota, Dubartootaa , Qaama

Miidhamtootaa fi Daldaltoota Adda duree akka godinaatti sadarkaa Aanaalee fi

Bul/Magaalootaa keenyaattii leenjisuuf qabanne keessaa marsaa 2ffaa kanatti aanaalee fi

magaalota keenya hundumatti bifa walfaakaatuun leenjiin akka kennamuu qabu kalaattii

Biirooleen ( BDO fi BCHUO) keenya nuuf kaa’aniin leenjii kennudhaaf waan karoorfanneef

jecha, isiniis kanuma beektanii; karoora gabaabaa leenjii ittiin kennuf qophaa’e kana

ka’umsa akka godhattaniifi karooricha immoo xalayaa gaggeessituu tanaan walqabsifnee kan

isiniif ergine tahuu beeksifna.

Nagayaa wajjiin!!
1. Seensa

Intarpiriinarshiippiin, gocha waa uumuu namootaati, kan namoonni biroon hojjatan,


daawwachuu, fi ibsuu irraa gara humna ofiitiin of kakaasuudhaan dhaabbata daldalaa banuun
hojjechuu kan of keessatti qabatuudha. Adeemsi kun, rakkoo, (dadhabbii, mula'ata,
kuttannoo, fi kaka'umsa kan of keessaa qabu ta'ee, mula’ata kana gara qaamota biroo
(stakeholders, partners, maammila, dhiyeesitoota, hojjettoota fi dhaabbilee, maallaqaatti)
dabarsuu kan of keessaa qabuudha.

Akka Waajjira Daldalaa Godina Harargee Bahaatii fi Waajjira Carraa Hojii Uumuu Godina
Harargee Bahaa waliin tahuun leenjii Intarpiriinarshiippii ykn yaada daldala haarayaa
ilaalchisee Dargaggoota , Dubartoota, Qaama Miidhamaa fi Qonnaan/Horsiisee Bulaa fi
Daldalaa Adda duree Godina keenya keessatti argaman leenjisuuf karoorfamee jira.

Haaluma Kanaan, akka Godina keenyatti Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalaa qabnu


hundarratti Guyyaa walfakaataadhaan leenjii kennuuf karoorri leenjii kuni qophaa’ee jira.

Intarpirrinarshiippii irratti leenjii kennuun barbaachisaa qofa osoo ta’iin dhimma murteessaa
waan taheef bara baajata 2016 kan marsaa 2ffaa kana keessatti mata dureewwan adda
addaa irratti kutaalee hawaasa 5’n olitti eeramaniif leenjii kennuuf karoorfame keessaa;
leenjii guyyaa lamaaf kennamu marsaa 2ffaa kana irratti kutaa hawaasaa akkataa
karoora qabameen Aanaalee 21 fi Bulchinsa Magaalaa 2’n qabnu hunda Keessattii
Guyyaa walfakkaataatti akka waliigalaatti Namoota 10,446 oliif kan kennamu
Gurraandhala guyyaa 20/06/2016 irraa kaasee hanga Gurraandhala guyyaa 22/06/2016 tti
gaggeessinuuf karoorri leenjii akkaataa armaan gadiitti qophaa’ee jira.
2. Kaayyoon Leenjichaa
 Hubannoo waa’ee intarpiriinarshiippii Kutaa hawaasa 5’n(Qonnaan/Horsiisee Bulaa,
Dargaggoota, Daubartoota ,Qaama Miidhamaa fi Daldalaa Adda duree irratti dhimma
Hojii daldalaa ilaalchiisee bifa gahumsa qabuun beekuudhaan hojiirra oolmaa isaatiif
gahee isaanii akka bahan taasisuufi.
3. Galma
 Hubannoon waa’ee intarpriinarshiipp argameen kutaaleen hawaasaa 5’n olitti
caqasaman kunneen leenjicha irraa fayyadamoo akka tahanii fi akka Waajjira
keenyattis tahe Akka Waajjira CHUOttiis Karoorrri bara 2016 guututti karoorfameen
galmi isaa akka raawwatu cimiinaan raawwachuu dha.
1. Hojileen Gurguddoon Hojjataman
a. Qaamni leenji’u: Hubannoo waa’ee intarpiriinarshiippii irratti Kutaalee
hawaasa 5’n (Qonnaan/Horsiisee Bulaa, Dargaggoota, Dubartoota fi
Qaama Miidhamaa Dabalataan daldaltoota adda duree hirmaachisuu.
b. Iddoon leenjii: Teessoo Aanaalee yookiin Bul/ Magaalotatti yoo tahu, Galmi
Leenjii immoo Hawwataa fi miidhagaa tahuu qaba.
c. Maateeriyaaliin leenji Qophaa’eera.
d. Qaama leenjii kennu:- Kallattiin Barsiisota Koollejjii BLTO tiini.
 Waajjirri Daldalaa fi CHUO sadarkaan jiru haala mijjeessitoota
leenjichaati.
2. Mata-Dureen Leenjii
- Yaada Haaraya Daldalaa Burqisiisuu(intarpiriinarshiippii Daldalaa)
3. Adeemsa Leenjichaa
- Leenjistootaan ‘powerpointiin’ ni dhiyaata.
- Hirmaattoota leenjichaatiin mariin, yaadaa fi gaaffiin akka gabbatuu fi hubannoon
argamee, yaanni waliigaltee irra gahamu akka jiraatu ni godhama.
4. Sirna Hordoffii fi Gabaasaa Ilaalchisee
- Leenjiin kun sagantaa leenjii ni qabaata.
- Leenjiin kun koree gabaasaa fi hordoffitiin gabaasni qindaa’ee sadarkaan yeroo
taa’e keessatti Aanaa/Magaalaan godinaaf, godinni immoo Naannoof ni Gabaasa.
- Hirmaattoota leenjii fudhatuuf attendaansiin ni qophaa’a
- Qaboon yaa’ii leenjiichaa ni qabama.
- Leenjii kana gamaaggamuun dub-deebiin ni kennama.
- Leenjii Suuraa fi Viidiyoon deeggaramee ni gabaafama.
5. Gaaffilee ka’an Ilaalchisee
 Hiikkaa, Maalummaa fi faayidaa intarpiriinarshiippii ilaalchisee?
 Intarpiriinarshiippii ilaalchisee, Karoora bara 2016 kanatti malee qophii gahaan
gaggeessuu; Yeroo leenjiif qabame keessatti duguugamee akka raawwatamuuf
maaltu godhamuu qaba?
 Muuxannoo addunyaa, biyya, Naannoo fi Godina/Aanaa/magaalaa keenyaa fi haala
qabatamaa ofiitiin intarpiriinarshiippiin daldalaa keessatti akkamitti ilaalama?
Muuxannoowwan jiran hoo?
6. Yaada Irratti Waliif Galame
 Hiikkaa, Maalummaa fi faaydaa intarpiriinarshiippii ilaalchisee hubannoon gahaa akka
jiraatuu fi irrattis akka waliif galamu ni eeggama.
 Karoora bara kanaaf qabanne galmaan gahuuf ni hojjatama. Haala qabatamaa keenyaan
Sadarkaa Aaanaa/Magaalaatti akka leenjiin kennamu godhama.
 Muuxannoon dhimma yaada mala Daldalaa haaraya burqisiisuu irratti ni mariyatama;
irrattiis waliigalama.
7. Leenjicha Haala Baasii Baajataa Ilaalchisee
7.1. Leenjistoota Ilaalchisee
Guyyoota turtii lamaan yeroo leenjichi kennamu ilaalchisee leenjisaan/tuun
durgoo oolmaa ni herregama. Kanaafuu Durgoo oolmaa, haala iddoo leenjiitiin
kan murtaa’u taha. Baasii isaas Gama Waajjira Daldalaa fi CHUO (BLTO) tiin
waliin tahuun kan murteeffamu taha.
7.2. Leenjifamtoota Ilaalchisee
 Guyyoota turtii lamaan yeroo leenjichi kennamu ilaachisee leenjifamtoonni
(Qonnaan/Horsiisee Bulaa, Dargaggoota, Dubartoota , Qaama Miidhamtoonni fi
daldaltoota ) leenjichi akka milkaa’uuf haala mijjeessuun akka barbaachisu hubattanii
yeroo boqonnaa shaayiitti bishaan tiqqaa highland fi bunaafi shaayiin murteessaa waan
taheef, akka qophaa’u karoorfamee jira. Kanaafuu kutaalee hawaasaa kanneen yeroo
leenjiin kennamutti shaayii fi buna yeroo booqonnaatti kan qophaa’u taha.
 Baay’ina Leenjistootaa Ilaalchisee:- waltajjii gubbaatti barsiisaa tokkoo fi gargaaraan
tokko waliin namoota lamaan leenjiin kan kennamu tahu.
Guca Gabatee leenjii Liinjiftootaa

Baay’ina
Leenjifamtoota Kutaa
T/L Leenjiftoota Leenjifamtootaa
Mata duree leenjii Hawaasaatiin
(barsiisota)
(Hirmaattoota)
W/
Dhi Dha
G
Waa’ee Intarpiriinarshiippii Daldalaa 1. (Qonnaan/Horsiisee Barsiisoota
Bulaa, Koollajjii BLTO fi
2. Dargaggoota, haala mijjessitoota
3. Dubartoota, Waajjiraalee
4. Qaama Miidhamatoota Daldalaa fi CHUO

Hubachiisa:- Karoora leenjiif qabame kutaa hawaasaa armaan gadii akkuma jiranitti ta’ee dabalataan daldaltoota adda duree Kanaan dura Leenjii hin
fudhatin ni dabalata

1. Qonnaan/Horsiisee Bulaa =2723


2. Dargaggoota = 4091
3. Dubartoota = 2723
4. Qaama Miidhamtoota = 908
5. Daldalaa Adda Duree
Guca Karooraa fi Raawwii Leenjii Intarpiriinarshiipii itti Guutamu: Gurraandhala 20-22 Bara 2016 Kan Aanaalee fi Magaalota Godina Harargee Bahaa tti kenname
Lak Waajjira Daldalaa Godinaa
Dargaggoota a Ha/Bahaa Onkololeessa Bara 2015
D u bQaama Miidhamaa Qonnaan Bulaa Daldalaa Adda Duree Total

dhibben
ta
aa ota
k a ot
Karoora al Raawwii Karoora Raawwii Karoora Raawwii Karoora Raawwii Karoora Raawwii

Ka aro

Raaw
a o

wii
a
a q an Dhi Dhaa g w/g Dhi Dha w/g

oraa
M A fi M Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g Dhi Dha w/g

1 A/ Baabbi 102 68 170 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 193 243 436 0 0 0 0


2 le Baabb 103
M/ 68 171 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 194 243 437 0 0 0 0
ilee
3 G/ Muxii 101 67 168 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 192 242 434 0 0 0 0

4 Meettaa 104 69 173 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 195 244 439 0 0 0 0

5 Gursum 103 68 171 0 114 22 15 37 0 68 46 114 0 0 0 193 243 436 0 0 0 0

6 A/ Harom 103 68 171 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 194 243 437 0 0 0 0


aaya
Kombolc 103 68 171 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 194 243 437 0 0 0 0
7
h
8 M/ Dadar 103 68 171 0 114 22 15 37 0 68 46 114 0 0 0 191 237 428 0 0 0 0

9 G/ Guutu 103 68 171 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 194 243 437 0 0 0 0

10 A/ Dadar 103 68 171 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 194 243 437 0 0 0 0

11 M/ Tolaa 101 67 168 0 111 23 15 38 0 67 44 111 0 0 0 191 237 428 0 0 0 0

12 Fadiis 102 68 170 0 113 22 15 37 0 68 45 113 0 0 0 192 240 433 0 0 0 0

13 Jaarsoo 102 68 170 0 113 23 15 38 0 68 45 113 0 0 0 193 241 434 0 0 0 0

14 Guraawa 104 69 173 0 116 24 16 40 0 69 46 115 0 0 0 197 247 444 0 0 0 0

15 G/ Odaa 101 67 168 0 111 23 15 38 0 67 44 111 0 0 0 191 237 428 0 0 0 0

16 Cinaaksa 102 68 170 0 113 23 15 38 0 68 45 113 0 0 0 193 241 434 0 0 0 0

17 Qarsaa 102 68 170 0 114 22 15 37 0 68 46 114 0 0 0 192 243 435 0 0 0 0

18 Mayyuu 102 68 170 0 113 23 15 38 0 68 45 113 0 0 0 193 241 434 0 0 0 0


Mu.
19 Qumbii 100 67 167 0 111 22 15 37 0 67 44 111 0 0 0 189 237 426 0 0 0 0

20 Baddanno 104 69 173 0 114 23 15 38 0 68 46 114 0 0 0 195 244 439 0 0 0 0

21 M/ Bal’oo 102 68 170 0 113 23 15 38 0 68 45 113 0 0 0 193 241 434 0 0 0 0

22 Ku/ Calle 101 67 168 0 111 22 15 37 0 67 44 111 0 0 0 190 237 427 0 0 0 0


e
23 M/ Orom 104 69 173 0 116 22 15 37 0 69 46 115 0 0 0 195 245 441 0 0 0 0
oo
Ida'amaa 2355 1563 3918 0 0 0 2606 0 521 348 869 0 0 0 1562 1045 2607 0 0 0 0 0 0 0 0 0 4436 5555 9992 0 0 0 0

Uunkaa Atteendaansii Hirmaattoota Leenjii Intarpiriinarshiippii Waajjira Daldalaa Godina Harargee Bahaa:Caamsaa 2016
L Attendansii Hirmaattoota Leenjichaa
k
Mallattoo

__/01/2016 __/01/2016 Ibsa


Iddoo irraa Gahee
Dhufe/Dhufte Hojii
Kutaa Hawaasa
Maqaa Guutuu Leenji’aa
Irraa dhufe
WD WB WD WB

Saa
1
2
3
4
5

Hubachiisa:- Atteendaansiin hirmaattootaa Superviosionii Naannoo fi Godinaatiin Waan Laalamuuf Suraan kan deeggaramee fi
Atteendansiin hirmaattootaa maayyii irratti Gabaasa Leenjii waliin godinaaf ergamuu qaba.

You might also like