You are on page 1of 3

Karoora Dhuinfaa

(Itti gaafatamaa D/Diinagdee


Ganda Walta'ii-Caffee

kan
Bara

Bara 2016

Fulb Bara 2016

Roobe.
1.Seensa ;- Raawwii Bara 2015 akka Gandaa ttii xiinxalleen Rakkoon
Bulchiinsa Gaarii fii kenniinsa Tajaajila ijoon kan yeroo ammaa hawaasni
gandaa komii yeroo yeroon kaasuu akka xiinxaluu fii ilaaluu dhaan hooggansa
gandaa irraa hanga raawataattii karooraa dhuunfaa qopheeffachuun ittiin hoogganamuu dhaan
furmaata ariifachiisaa kennuunn barabaachisaa akka ta’e hubadhee jira

Rakkoowwan ijoo gama sektaroota diinagidee tiin hojjataman karaa guutuu ta'een
hoogganuu fi I/Gaafatamumma ummatni naaf kjenne raawachuu dhaaf karoora
Dhuunfa kootii Gahee hojii naaf kenname irratti hundaayuun akka armaan
gadiitt qopheeffadhe jira

Hojiiwwan Gurguddoon hojjadhu

1, karooraa hojii dhuunfaa kiyyaa qopheeffachuu

2 Karoora sektaroota D/diinagidee akka qopheeffatan gochuu

3,Sagantaa idilee tiin hojii waliigalaa hoogganuu

Koreewwan idleen hoogganuu fi marii idilee ani qabuu

t. Korewwan ana jala jiran hoogganuu Sagantaa or


l Idilee

1 Hoggantoota sektara damee diinagidee Gandaa Buli 15niin


jimaata
2 Gh Kurmaanaan
3 Kore Tasgabbi gaba Ji’aan
4 Kore Nageenya Tiraafikii Buli 15niin
5 Kore GMB Waliin Ji’aan
6 Abbooti Zoonbi Waliin 15niin
7 Hawaasa Bal’aa waliin Yeroo
8 barbaaddam
e
9 Abbooti Amanta waliin Kurmaanaan
1 Jaarmiyaalee waliin 15niin
0
1 Hoggantoota afooshaalee waliin Kurmaanaan
1
1 Abbooti dhimma Waajjiratti Torbeen bulii Wiyixata,Robii fi
2 keessumeessuu 3 jimaata
1
3
1
4

Sifna hordoffiif to'annoo

You might also like