You are on page 1of 14

Wajjira Barnoota A/Jaarsootti.

karoora hojii
bara2015.

Kan m/b Abdii boruu sadarkaaffaa(1_8)

Karoora ijaarsa Mannee n


Barnootaa Bu'uura Boruu bara 2014/15

Page 1 of 14
Waxabajjii 2014

Kutaa Tokko

Seensa
Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf daa'imman bu'uura irraa barnoota sadarkaa tokkoffaan
duraa argatanii qophaa'an qabaachuun murteessaaadha. Qulqullina barnootaa barattoota sadarkaa
1ffaafi 2ffaa milkeessuuf BSTD cimsuufi tajaajila barnootaa daa’imman hundaaf karaa walqixa
ta’een haala itti qaqqabuu danda’uu mijeessuun barbaachisaadha.

Akka Oromiyaatti yoo xiqqaate manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaan duraa 12,000
barbaachisa. Akka Aanaa Jaarsootti immoo Manneen Barnootaa BSTD 57 barbaachisa. Kana
keessaa AKKA BBOtti bara barnootaa 2014 keessatti hojii tajaajila lammummaatiin mana
barnootaa bu’uura boruu 3,000 karoorfamee mana barnootaa bu’uura boruu 3,011 xumuramee
jira. Akka Aanaa keenyaattis bara 2014 Bu’uura Boruu 9 karoorfamee 9 raawwatamee jira.
Milkaa’ina hojii kanaa keessatti caasaaleen mootummaa fi paartii sadarkaan jiran,
dhimmamtonni hojii misooma barnootaa (abbootiin qabeenyaa dhuunfaa, fi dhaabbileen mit-
mootummaa/NGO’n) tumsaafi gumaacha guddaa taasisaniin hojiin abdachiisaan raawwatamuu
danda’ameera. Muuxannoo argame kana cimsinee itti fufsiisuuf ganna 2014 kana keessastti
qooda fudhattoota hojii barnootaa garagaraa sochoosuun mana barnootaa bu'uura boruu of
danda’e 36 ijaaruufi barsiisota sadarkaa kanatti leenjii fudhatan 36 qacarachuuf bajata itti
qabachuu qabna.

Kaayyoo Gooroo karoorichaa


Manneen barnootaa Bu'uura Boruu 36 ijaaruufi qacarrii barsiisota BSTD 36tiif qophaa’uu

Kaayyoo Gooree
1. Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu 36 baatii jaha keessatti ijaaran xumuruu;

2. Meeshaalee Manneen Barnoota Bu'uura Boruu 36tiif barbaachisu guutuu;

3. Barsiisota BSTD 6,000 mala baruu barsiisuu daa'immaniitiin BBOn leenjisu keessaa 36
qaxarachuun hojiitti bobbaasuu

4. Daa'imman umrii 5fi 6 adda baasuun galmeessuufi gara manneen barnootaa Bu’uura Boruu
akka galan gochuu;

5. Tola ooltota gurmeessuun hojii barsiisuu daa'immanii, eegumsa fayyaa


daa’immani, qulqullina mana barnootaafi muuxannoo akka daa'imaniif qoodan
gochuu

Page 2 of 14
Bu’aa eeggamuKutaa Tokko
Seensa

Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf daa'imman bu'uura irraa barnoota sadarkaa tokkoffaan duraa
argatanii qophaa'an qabaachuun murteessaaadha. Qulqullina barnootaa barattoota sadarkaa 1ffaafi 2ffaa
milkeessuuf BSTD cimsuufi tajaajila barnootaa daa’imman hundaaf karaa walqixa ta’een haala itti
qaqqabuu danda’uu mijeessuun barbaachisaadha.

Akka Oromiyaatti yoo xiqqaate manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaan duraa 12,000 barbaachisa. Akka
Aanaa Jaarsootti immoo Manneen Barnootaa BSTD 57 barbaachisa. Kana keessaa AKKA BBOtti bara
barnootaa 2014 keessatti hojii tajaajila lammummaatiin mana barnootaa bu’uura boruu 3,000
karoorfamee mana barnootaa bu’uura boruu 3,011 xumuramee jira. Akka Aanaa keenyaattis bara 2014
Bu’uura Boruu 9 karoorfamee 9 raawwatamee jira. Milkaa’ina hojii kanaa keessatti caasaaleen
mootummaa fi paartii sadarkaan jiran, dhimmamtonni hojii misooma barnootaa (abbootiin qabeenyaa
dhuunfaa, fi dhaabbileen mit-mootummaa/NGO’n) tumsaafi gumaacha guddaa taasisaniin hojiin
abdachiisaan raawwatamuu danda’ameera. Muuxannoo argame kana cimsinee itti fufsiisuuf ganna 2014
kana keessastti qooda fudhattoota hojii barnootaa garagaraa sochoosuun mana barnootaa bu'uura boruu of
danda’e 36 ijaaruufi barsiisota sadarkaa kanatti leenjii fudhatan 36 qacarachuuf bajata itti qabachuu
qabna.

 Daa’imman Carraa BSTD argatan dabalee

 Garaagarummaan qulqullinaan caarraa BSTD argachuu daa’imman magaalaafi baadiyyaa


gidduu jiru dhiphatee

 Qulqulliinni barnootaa BSTD dabalee

 Daa’imman mana barumsaafi barachuutti gammaduun qaamaan, sammuunfi haawaas


curriisaan dagaagun ogummaalee bu’uuraa barachuu barreessuu, dubbiisuufi qoyyabu
gonfachuun barnoota sadarkaa 1ffaaf qophii ta’an

 Daa’imman carraa barnoota barsiisota leenjii qabaniin kennamu akka argatan taasisuuf.

Kutaa Lama
Hojiilee hojjataman
1. Diizayinii Manneen barnootaa Bu'uura Boruu BBOn qopheessee fi halluu filatameen akka
ijaaramu taasisuu

Page 3 of 14
 Manneen barnootaa bu'uura boruu kanaan dura ijaaraman halluu adda addaafi bal'ina adda addaa
qabu. Meeshaaleen guutamanis akkasuma garaa garummaa qabu. Kanaafuu, istaandaardii
walfakkaatuun akka ijaaramaniifi umrii dheeraa akka qabaatan diizayinii manneen barnootaa
Bu'uura Boruu, halluu dibamuu qabu, manneen fincaanii, bishaaniifi meeshaa guutamuu qaban
adda baasuufi qaama raawwatu fi raawwachiisun irratti waliigaluun baay'ee barbaachisaa ta’a.

 Biilokii tokko Daree 4


Daree barnoota, kutaa boqonna, nyaata, tajaajila adda adda
 Istaandardii daree barnootaa guutuun ijaaruu =
Dareen tokko m7x8, Dheerina dhaaba manaas istaanadrdii gadi tahuu hin qabu
 Farnichara Guutuu: Akkataa tajaajila kutaa irratti hunda’ee
 Halluu: Broken white, Pink, Blue
Mana Qulqullinaan Ijaaruu: Boola fincaanii 4 funduraafi dubaa (barattoota dhiirafi
duba)
Bal’inni mooraa isaa iddoo taphaa fi magariisummaa qabaachuu qaba.

Karoora Ijaarsa Bu’uura Boruu qophaa’e Aanaa hanga gandaa gadi buusuun
irratti waliigaluu
Ijaarsa manneen barnootaa bu'uura boruu bara 2014 kana keessa ijaarame yoo ilaallu haala
sirriitti qindaa’ee fi bifa walfakkaatun kan raawatame jechuun nama rakkisa .Yeroo tokko tokko
ragaa qulqulluufi qabatamaa ta’e argachuun rakkisaa ture. Rakkoo kana faluuf karoora

Page 4 of 14
walfakkaatuun hogganuun milkaa'ina hojii kanaatiif gumaacha guddaa qabaachuun isaa
beekamaadha.

Qooddii Ijaarsa Bu’uura Boruu


Ulaagaa Gahoon ittiin qoodamee
 Magaalaa 1 fi Badiyaa irratti kan xiyyeeffate
 # Araddaalee fi Gandoota bara 2014 hin ijaarratin irratti kan xiyyeeffate;
 Akkaataa heddummina ummataa fi hanqina waliinga’iinsa carraa barnootaa
 # Barattoota MB mootumma kutaa 1ffaa galan akka ulaagaattii fudhatame.

Gahoon Araddootaa
Araddaa M/B kam biratti yookiin Ganda kamitti Bu'uura
Lak

ijaarama? Boruu
Ijaaramu
1 Ejersa Gooroo Magaalaa 1
2 Afugug Afugug, Gaara Quufaa fi H/Guddinaa (Qorkee) 3
3 Ifaa Jaalalaa Ifaa Dagaa, H/Haamaa fi Bi/Kusee 3
4 Gaara Abdullaa Gaara Abdullaa, Bi/Barii (Haroo) 2
5 Malkaa Jabduu Jaalala 1
6 Burqaa Mixee Gaaddisa Mixee, Kooraa Mixee, Burqaa 3
Beekumsaa
7 Odaa Muudaa Waaccuu Mixee, Guuraa Mixee 2
8 Dhabeeloo Dhabeeloo Kaabaa, Xalal 2
Kaabaa
Page 5 of 14
9 Dhabeeloo Dhabeeloo Kibbaa 1
Kibbaa
10 Aamad Dhiiroo Aallee Sad 1ffaa, Awusariir (Ganda Sariirtaa) 2
11 Gidaaya Bahaa Jirimee, Shankooraa fi I/Shankooraa 3
12 Caalaa Jaalawwal 1
13 Gidaayaa Lixaa Aadam Caffee, Gooroo Bulee 2
14 Badhaasaa Awubarkallee 1
15 Burqaa Burqaa Misoomaa fi D/Boruu 2
Misoomaa
16 Waltahii Arroolee fi Abdii Boruu 2
17 Amaan Daandii Guddinaa 1
18 Laafin Fedho Laafin Fedhoo fi Haaji Fajji (Other) 1
19 Mag. A/ Imaam …………………………………… 0
20 Biiftuu Mixee Daarood Gubbaa fi Sabbata (W/Alii) 2
21 Mulaataa Gaara Ejersaa 1
* Ida’ama 36

Page 6 of 14
Object 1

SODAAWWAN JIRAN
 Sababa Roobni osoo hin roobin waan bonni dheerateef, hanqinni
oomishaa ummata biraa akka sababaatti kahuu mala
 Araddoota baay’ee keessatti lafti waliinii dhabamuun, sodaan beenyaa
akka sababaatti dhiyaachuu mala
 meeshaalee ijaarsaa dabaluu isaa caasaan sadrakaan jiru akka sababa
diddaatti kaasuu mala
 Darbee darbee sababa fedhii namoota dhuunfaatiin hojiin jalqabamu
lafarra harkifachuu mala
 Bajatni deeggarsaa fi hordoffii dhabamuun karoorri deeggarsaa hanga
tokko gufachuu mala

Page 7 of 14
Yaada Furmaataa
 Hubannaa cimaa uumuu
 Faayidaa Bu’uura Boruu sirriitti ibsuu
 Lafa Waliinii kan jiru fayyadamuu
 Lafa manneen barnootaatti dhimma bahuu
 Lafa manneen barnootaatti dhimma bahuu
 Lafa manneen barnootaatti dhimma bahuu
 Dura bu’oonni keenya abbummaadhaan galii sassaabamu galmessaa nagahee
akka muran taaasisuu
 Maallaqni akka guurameen koree mana barnootaa harkatti akka galu gochuu
 Milkaa’ina hojii kanaatiif kutannoo qabaachuu, wareegama kaffalamuu qabu
kamiifuu of qopheessuu

CARRAAWWAN JIRAN
 Bu’uurri Boruu Aanaa keenya keessatti ijaaraman hundumtuu
tajaajila hanga ammaatti kennaniin bu’aa qabatamaa
argamsiisuu
 Aradduma tokko keessa tahanii gandi Bu’uurri Boruu irraa
fagaate fedhii “nuyis ni ijaarranna” jedhu agarsiisuu
 Haala qabatamaa naannootiin ijaaruu kan dandeenyu tahuu
 Afugug, Ifaa Jaalalaa, Ejersa Gooroo, fi L/Fedho KG of
dandeessisanii hojjachiisaa jiraachuu fi fooyya’iinsa gochuu kan
danda’an tahuu
 Istaandardiin lafaa, fi kan ijaarsaa fooyya;ee jiraachuu
 Bu’uurri Boruu Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kan labsame
tahuu isaa
 Hawaasa Aanaa keenyaa aadaa hirmaannaa ho’aa tahe qabu
qabaachuu keenya
 Ajandaawwan hawaasummaa PB keessaa Barnoonni isa ijoo tahuu
isaa fi Paartichi milkaa’ina karoora keenyaatiif kan tumsu tahuu
 Dura Bu’oonni keenya bara ganna dabre sababa barnootaatiin
Yunvarsitii turan baay’een isaanii ganna kana barnoota kan hin
qabne tahuu

Page 8 of 14
 Roobni Roobuu waan eegaleef yaaddoon hongee xiqqaachaa dhufuu
fi kkf

Hojiiwwan Hojjataman…
1. Sagantaa ijaarsa jalqabsiisuu
Akkaataan sagantaa ijaarsaa ittiin jalqabsiifinu ummata bal'aa fi qooda fudhatoota haala
sochoosuu danda'uun ta'uu qaba. Milkaa’ina kanaaf, Karoora sosochii hirmaannaa ummataa
addatti ofdanda’e qopheessuun sagantaa ijaarsicha jalqabsiisuu bifa ho’aa ta’een sadarkaa
hundatti raawwatamuu qaba.

Fakeenyaaf, akkuma Oromoon makmaaku 'Boroo abbaatu dongorata' jedhu hojjattoonni BBO
mana barnootaa bu'uura Boruu lama yoo ijaaran, akka Waajjira Barnootaattis hojjaattoota
waajjiraa irraa hanga manneen barnootaatiin walqindeessinee hojii kanarratti ni hirmaanna.
Sekteroota biro aanaa keenya jiranis mariisifnee ni hirmaachifna.

2. Barsiisota ramaduu
Barsiisota 36 keessaattuu shamarran leenji’an qacaruun barbaachisaa dha. Aanaan dursinee
mindaa barsiisota bu'uura boruutiif baajata bara 2015 keessatti akka qabatan gochuun ni
barbaachisa .

3. Daa'imman galmeessuu
Iddoo manneen barnoota bu'uura boruu itti ijaaramanitti barsiisonni akkuma leenjii xumuraniin
daa'imman galmeessuu qabu. Hanga manni barnootaa xumuramutti dawoo argamu jalatti
barsiisuun yeroo manichi xumurame achi galchuun ni barbaachisa.kun yeroo barnootaa qusatuun
olitti maatiin haala daa'immanii ilaaluun manichi dafee akka ijaaramu akka gumaachaniif
kakaasa.

4. Tola-ooltota qopheessuu fi bobbaasuu

Page 9 of 14
Manneen barnootaa Bu’uura Boruu 57 barsiisota gahaa, wardiyaa, qulqulleessituu bajata
mootummaatiin qofa ni rammadina yoo jenne rakkisaa ta’a. kanaafuu, qooda fudhattoota
bobbaasuun baay’ee barbaachisaadha. Qooda fudhattoonni kun namoota hojjataa
mootummaa ta’anii soorama bahan kan ogummaa adda addaa qaban, maanguddoota hawaasa
keessaa bebeekamoo oduu durii, waa’ee sirna Gadaafi kkf himuu danda’an, namoota
barnoota xumuranii hojii eeggatan ta’uu danda’u.

Tooftaalee hojiin itti raawatamu


 Hojii kana jalqaba hanga xumuraatti karooraan akka hoggannamu taasiisuu;
 Ofii fakkeenya ta’uun; sektara barnoota BBO irra hanga MB
 Caaseffama Mootummaa fi Paartii Aanaa irraa hanga Gandaatti jiru waliin
qindoomina cimaa uumuudhaan
 Ajandaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa fi Waajjira Bulchiinsaa taasisuudhaan
 Bu’aa Bu’uura Boruu bara 2014 ijaaraman irraa argaman ummata
daawwachiisuudhaan
 Hawaasa guutummaan guutuu sochoosuun mallaqaan, meeshaan, ogumman fi
humnaan akka hirmaatan taasiisuu;
 Namota dhuunfa/ gareen, hafooshaa:
 Abbootti qabeenyaa;
 Abbootti amantaa;
 Abbootti Gadaa;
 Jirattoota magaalaa/gandaaa
 Dhaabbilee Miti Mootummaa fi Waldaalee adda addaa
 Hunda sochosuu
 Sektaroota mootumma fi miti mootummaa hirmaachisuu;
 Fkn:- Hojjattootnni Mootummaa BB 1akka ijaaran qindeessuu
 Muxxannoo gaarii iddoo tokkotti argame akka babal’atu gochuu fi kkf
faayadamuun ijaarsii Bu’uura Boruu akka saffisan xumuramu gochuun
ni danda’ama.

Page 10 of 14
 Fkn: Magaalaa Aamad Imaam, Malkaa Jabduu, Badhaasaa, Waltahii,
Goraa Gidaayaa, Taraaraa…

Sagantaa Raawwii ijaarsa Bu’uura Boruu 2014


1. Karrora ijaarsa BB… Hubannoo uumuu 29/09/14- 10/10/2014
2. Lafa BB itti ijaaramu qopheessuu 1/10/14- 15/10/2014
3. Sosochii hawaasaa uumuu 2/10/14_ 15/10/2014
4. Ijaarsa jalqabsiisuuu 10/10/14
5. Daa’imman galmeessuu, Barsiisoota leenji’an, qaccaruun ramaduu
6. Daa’imman Galmeessu fi galchuu Fulb --- Sadasaa/15
7. Ijaarsa BB xumuruu 30/03/15
Sirna Hordoffiifi Deegarsaa
Hojii kun jalqaba hanga xumuratti naamusa fi xiyyeeffannoo olaanatiin
hordoffamee, deegaramu qaba.
▪ TF dhaabuu: Mana Barumsaa hanga Aanaatti
▪ Mgt Waajjiraa Kilaastara ijaarsaa isaaniif qoodamu abbummaan
akka hordofan taasisuun
▪ Mgt sadarkaan hundatti torban torbaniin raawwii ijaarsa BB
gamaggamuu
▪ Waajjira Paartii fi Bulchiinsa wajjin guyyaa guyyaan oolmaa ilaalaa
deemuun
 Supparvizynii, ni deeggarama…. …………………….
 Gabaasa guyyaa guyyaa (Bilbila &telegram)
 Gabaasa barreeffamaa (torban torbaniin)
 Gamaggama gaggeessuu; (Aanaarratti torban 2, 2n)
 Duubdeebii guyyyaa guyyaa, torbanii fi ji’aan
Page 11 of 14
 Raawwiin hojii guyyaa saditti al-tokko ragaan SIP/DFMBn walitti qabame
sadarkaa hojiin irra gahe ni xiinxalama.
 SIP/DFMB manneen Barnoota Bu'uura Boruu ganda itti ijaarame adda
baasee ni qabata

Page 12 of 14
Sirna Gabaasaa
Sadarkaa Aanaatti Waajjirri Barnootaa torbee torbeen raawwii hojii ijaarsa Bu’uura Boruu waajjira Bulchaatiif ni gabaasa.
1. Ragaa Bu’uuraa:
1.1. Maqaa Araddaa: ------------------------ Guyyaa Gabaasni Guutame; ---------------
1.2. Ijaarsa BB
1.2.1.Karoora : ----------------- ijaarsi kan jalqabe: ------------- Ijaarsi kan xumurame: -------------
1.3. Mallaqa Ijaarsaf karoorfame: --------------- Raawwii hanga ammaa jiru:----------------
1.3.1.Humna namaan: Karoora: --------------------- Raawwii:---------------------
1.3.2.Ogummaan: Karoora: --------------------- Raawwii:---------------------
1.3.3. Meeshaan: Karoora: --------------------- Raawwii:---------------------
1.4. Ijaarsa BB Ilaalchisee Odeeffannoo Guutuu
Iddoo Itti Baay’ina Daa'imman
Maqaa Yeroo Ijaarsi BB Eenyun Ijarame Gatii ittiin iJaaramuuf
T. Ijaarame fayyadamoo ta’anii
Bu’uura
L Jalqab Miti- Kan Meeqan Kan Kan keessatti
Aanaa Ganda Boruu Xumurame Mootumma Hawaasa Karoorfame
e Motummaa biroo Xumurame? karoorfame barachaa jiran
1
2
3
4
1.3.4. Qarshiin: Karoora: --------------------- Raawwii:-----------------

Page 13 of 14
Page 14 of 14

You might also like