You are on page 1of 2

Mana Barumsa Firaansibeekanitti yaadannoo gabaabaa Barattootaaf qophaa,e

Gosa Barnootaa A/O Kutaa 6ffaa Sem.2ffaa Bara 2012

Boqonnaa 15

Gaagura
Gilgaala 1
Jechoota armaan gadiif hiika kenni.
1.Dhahe
2.Holqa
3.Faltii
4.Uluu
5.Soofuu
6.Gaagurtuu

Walqabsiiftota
 Walqabsiiftonni jechaafijecha,gaaleefi gaalee,ciroofi ciroo,himaafi hima akkasumas, yaadota
walitti hidhuuf kan ooluudha

Fkn; yookiin,garuu,akkasumas,kanaaf,osoo,immoo,kanaa achifi kkf.

Walqabsiiftonni akkaataa tajaajila kennan irratti hundaahuun bakka gurguddoo afuritti qoodamu.

Isaanis; 1.walqabsiiftota ida,ama yaadaa

2.walqabsiiftota yaada faallaa

3.walqabsiiftota bu,aa agarsiisan

4.Walqabsiiftota filannoo yaada fa,a.

Gilgaala 2

Bakka duwwaa armaan gadii walqabsiiftuu tarreeffaman keessaa kan sirrii ta.een guuti.

Waan osoo fi yookiin malee akkasumas kanaafuu yoo

1.Gammachuu Guddataan obboleewwan.


2.Daadh loomii waami.

3.Jabaannee hojjanne hiyyummaa keessaa hin baanu.

4. Waliigalan alaa galan.

5. isa taatee maal goota turti?

Itti fufa…
Qoph. Aadam A

Gaafii qabaannaan; 0915712407/0922090136


I wish whole world recovery from
COVID 19

You might also like