You are on page 1of 2

Walii Galtee Kennaa Lafaa

Guyyaa

Waliigaltee Kennitotaa 1.Ob/


2.Addee/
Tessoo:-
Hojiin:-
Waliigaltee Fudhataa 1. Ob/
2.Addee/
Tessoon:-
Hojiin:-
Walii Galtee Kenaan Lafaa Kun A.S.D.S Lakk
1675.168717.1711.1731.1166.2287itt Kennaa fii Fudhataa
Jidduuutti
Fedhiidhaan Walii galtee Godhameedha.
Tarreen Waliigaltee

1. Mag/Ba/A Keessatti dachii Kan Qabuun irraa Lafa

Ballini isaa daangeeffamni Bahaan


Dhihaan
Kaabaan Kibbaan
daangefamuu kana
Waliigaltee Fudhatan bilisatti fudhatee akka itti fayyadamuu fii qabeenya Isaa
godhatuuf Kennameef
2. Dachii kana waliin galtee fudhataan maqaa isaatti itti jaarratee Fayyadamuuf
Mirga guutuu Qaba
3. Erga waliigaltee kennaa kana walii mallatteessinee booda kan Waliigaltee kana diiguu

yoo jiraatee kan kan kabajeef A.S.S.S.L 1889 itti qar


( ) kafalaaf
4. Waliigaltee Kennaa kana booda kennaa kana kan mormu yoo Jiraate Walii galtee
kennaattu gaafatama.
5. Gibira Mootummaa yoo jiraatee kan walii galtee duraa walii galtee Kennaa hogguu
gaafatamuu raawwii booda walii galtee fudhataa Gaafatamaaf
6. Aniiss walii galtee fudhataan akka asiinn olitti ibsamee kennaa kana
Fudhachuu koo nin mirkaneessa
7. Dirqama Armaan olitti ibsamee Kana niin kabaja
8. Nutiis manguddoo maqan keenya asiin gaditti ibsamee waliigaltee Kennaa
lafaa kana yommuu rawwatu iddoo sanitti argamnee hirmaachuuf
Dhaga’uu keenyaa ni mirkaneessina.
9. Wlii galtee kennaan lafaa kan mallattoo kennitoota erga mirkana’e Irraa
eegalee akka S.D.S L2005 itti eeraa duratti dhihaatee ni raggaa’a

Walii Galtee Kennitoota


Maqaa Mallattoo
1. Ob/

2. Ad/

Walii Galtee Fudhatootaa

Maqaa Mallattoo
1. Ob/

2. Ad/

Ragoota
Maqaa Mallattoo
1. Ob/Ad

2. Ad/Ad

3. Ad/Ad

You might also like