You are on page 1of 6

Appendix

Bargaaffii Barsiisotaaf qophaee

Bargaaffii fuulaa lamaffa irrattti jalqabu ilaalichisee mana barumsa kee keesattii muxanoon
barsiisoota maali akka fakkatu fi ilaalcha barsiisan mana barumsaa sannif qabu irratti
odeffannoo sassabuufi kan qoophaeedha. Gaaffilee kanaaf deebiin sirri yookiin dogoggora
hin jiru.Deebiin ati kennitu dhimma qoranno qofaa kan oolu waan taheef iccittummaan isaa
haalaan eegama.Deebii kee bakkeen gaafffilee dura jiran keesa lakkofsaa kennaman itti
marsi.

Demographic and background information:

a) Maqaa mana barumsichaa..


b) Sadarkaa mani baruumsicha baarsisuu/tajaajila kennu.
c) Kutaa/daree atti barsiisifituu
d) Gosa baruumsaa atti barsiisiftuu
e) Baruumsaa atti jalaqaba ittin leenjitee.
f) Umrii kee
g) Taajijila atti barsiisuu irratti keenitte(waggaadhaan)-..
h) Dheebenta bartoota daree tokko keesa jiran
i) Aanaa kee???......................................
j) Haala jirenyaa kee A) maatii(abba warra/haadha warra) B)kaadhimamaa/ttuu
C)kophaa
k) Maatiin yookiin kaadhiimama/ttuun iddo biraa jirattu moo? A) eeyee B) lakki
l) Fedhii atti jijiiraf qabdu? A) olaana B) jiddu galeessa C)gaadi aanaa
m) Dheebenta bartoota naanoo fageenya killo meetira sadii oli dhuufan.
n) Mani baruumsaa atti barsiisiftuu yookiin hojjattu kan argamuu
gandatti/aanaatti/godinatti A) eeyee B)lakki C)iddo biratti

Galatoomaa

Kutaa tokkoffaa

Lakk Hima 1 2 3 4
. (gonku (baruumsa (baruums (baruumsa
mma) guyyaa a guyyaa Hunda
muraasa baayyee keessatti)
keessatti) keessattti)
1 Kanaan mata duree haaraa jalaqabuu 1 2 3 4
ergaa adeemsonni waytii durani hundi
bartoota hundaan hubatamee booda
2 Dhimmi ijoo barnootichaa ifaa gochuuf 1 2 3 4
fakkeenyan fayyadama
3 Yeroo mara ,dhimma ijoo barnooticha 1 2 3 4
hubatamuuf dhiisuusaa gaaffilee
gaafachunni mirkaneefadha
4 Abbaltiiwwaan barattoota hundaan sirritti 1 2 3 4
hojaatamuu daandauu naan ilaala
5 Yerro barattonni abbaltiiwwaan 1 2 3 4
dhuunfaan hoojatan irraa naanauun hojii
isaani naan hordofaa
6 Yeroo barattonni dhuufaan hojjattani yoo 1 2 3 4
barattonni ibsaa dabalata barbaadani ibsa
naan kennaf
7 Kaayyoo barnootichaa jalaqaba irratti 1 2 3 4
ibsa
8 Mataa duree tokko barsiisee yeroon 1 2 3 4
raawaadhu ,cuunfaa qabiyyee barsiisee
naan kenna
9 Barattonni dhimma/qabiyyee haaraa 1 2 3 4
baratan akka shaakalaniif carraa gaha
naan kennaf
10 Jalqaba barnootichatti cuunfaagabaabaa 1 2 3 4
barnoota kuta darbee nan dhiheesa
11 Tasiimoolee adda adda rakkoon ittin 1 2 3 4
furamu akka walbira qabanii madalaniif
baratootaf carra nan kenna
12 Baratoonni erga abbaltii isaani hojjatanni 1 2 3 4
raawwatanii booda yeroo
irrattimariatamuu utuu yaad-deebii hin
keeniniif abbaliticha akkamitti akka
hojjatan naan gaafadha.
13 Yeroo baratoonni abbaltii isaan hojjatan 1 2 3 4
gargaruu keesatti jalqaba abbaliticha
akkamitti hojachuu akka isaani itti
yaadan gaafadha
14 Barattooni wanta ibse cuunfaa isaa 1 2 3 4
saagalee olkaasanni akka dhiheesanni
nan taasisaa

Kutaa lammaffaa

Bakkeen duwwaa himoota dura jiran keessaa yaada kee kan ibsuu lakkofsaa itti marsii

Lakk. Hima Gonkuum Hinta Kan Nii Baayyee ni


a hin u(2) murtoofi taha(4) taha(5)
tau(1) ne
(3)
1 Mana barumsaa koo keessa barattoota 1 2 3 4 5
jeeqan bayeettu jiru
2 Namoota ajjin hojedhurra yaada jajjabina 1 2 3 4 5
bada argachuu hin jiru
3 Murteen waaee adeemsa hojii mana 1 2 3 4 5
barnootichaa yeroo baayee hogganaa ykn
garee barsiisoota mjuraasan taasifama
4 Mana jijjiruun ulfaatadha baruumsichaa 1 2 3 4 5
keesatti waanuma kammiyyu
5 Manni kitaaba mana baruumsichaa 1 2 3 4 5
kitaaboolee fi peeridikoolata gaaafi
filataama qaba
6 Baratooni harkii baayeen barsiisootaf kan 1 2 3 4 5
tuumsaanif walitti dhuufeenyaa gaarii kan
qabaniidha
7 Barsiisota kan biro biratti fuudhatama ni 1 2 3 4 5
qaba jedheen yaada
8 Dhimma xiqqoolee haa tahu murtii isaa 1 2 3 4 5
dhuumaf gara baarsiisota gammeyyititti
geesaa/geesuun qaba
9 mana baruumsaa kana keesatti barsiisonni 1 2 3 4 5
abba arganno fi yaada haraaarra akka
taaanif ni jajabeefamuu
10 Mana baruumsa kanatti meeshalee fi 1 2 3 4 5
leecalloo gaha mitti
11 Barattootin baayeen barsiisota waalin 1 2 3 4 5
walitti dhiheenya fi waaligaltee gaarii kan
qabaniidha
12 Barsiisonni kan birooni yaada koo hin 1 2 3 4 5
fuudhatani
13 Yeroo baayee utuu barsiisota gameeyyin 1 2 3 4 5
hindhuugoomsiin tarkaanifii fudhaachuuni
ni daandaama
14 Fooyyaiinsaa sirna barnoota irratti yaada 1 2 3 4 5
dhiheesuufi danqabaayeettu jira
15 Meeshallen barnoota warren akka boronqiifi 1 2 3 4 5
meeshaalen deggersaa barnoota mana
baruumsaa kana keessa argachuuf rakkinni
hin jiruu itti fayyadamuuunis ni
daanadaama
16 Mana baruumsa kana keessa barattoota 1 2 3 4 5
jeeqani fi amala bada qabani baayeetu jira
17 Namoottan hojjin hojjadhu irra yoo 1 2 3 4 5
deegarsii naa barbachisee argachuu akka
daandauu nii amana
18 Baarsiisonni baayeen koorsilee fooyainsaa 1 2 3 4 5
ogummaa kan biro hirmaatu
19 Barsiisoni baayeen yaada haaraa ni feedhu 1 2 3 4 5
20 Mana baruumsaa kanatti meeshalee fi 1 2 3 4 5
taajajilaa wantoota barreefama ittin
baayiifamuu gahuumsani ni argatuu
21 Barattonni barsiisota waajin haalan waali 1 2 3 4 5
galu
22 Barsiisotinni biroo yaada fi ilaalchaa 1 2 3 4 5
ogummaa ani qabu bada hin hubatanni
23 Bariisoota gammeyyi yookaan dura buaa 1 2 3 4 5
utuu hin gaafani murtii barbaachisuu akkan
dabarsuuf naan jajjabeefama
24 Mana baruumsa kana keesatti sirni barnoota 1 2 3 4 5
haaraan bada hojjirra hin oolu
25 Mana baruumsa kanatti boronqinni yeroo 1 2 3 4 5
barbaadamutti gahuumsani hinjiru
26 Barattonni baayeen amala gaarii kan 1 2 3 4 5
qabaniif barsiistoota sanii kan kabajanii
dha
27 Mana baruumsa kanatti namootan wajjin 1 2 3 4 5
hojjadhu keesaa hiriyyoota baayeen akkan
qabuutinyaada
28 Hojii gara caalu hojjechuu koon dura 1 2 3 4 5
barsiisota gameeyyi gafachuunni dirqama
29 Haala meetodologii barsiisuu adda adda 1 2 3 4 5
irratti yaaliwwan baayeetu godhama
30 Daree keessatti gochaalee adda adda 1 2 3 4 5
dhiheesuun fi haala gaariin barsiisuf
meeshaaleen jiran gaaoo mitti
31 Baratota baayee isaani tooachuuf namuusa 1 2 3 4 5
baayee cimaatu barbaachisaa
32 Yeroo maraa qoophuuman waani natty 1 2 3 4 5
dhaagahamuusi namni dhimma koo hin qabu
33 Daree keesatti tooanna baayee cimaa taee 1 2 3 4 5
goochuttu narra eegama
34 Akkata rawwi hoji mana baruumsichaa 1 2 3 4 5
keesaatti sagaleen ani qabu baayee
xiqqadha
35 Yeroo mara yaddinni adda fi haaraa tae 1 2 3 4 5
mana baruumsichaa keesatti hojjirra
oolchuufi ni yaalama
36 Meeshaalen deegersaa barnoota yeroo 1 2 3 4 5
barbaadamanitti ni argamuu

Bargaaffi kana guutuuf guumaachaa gotaaniif galatooma

You might also like