You are on page 1of 5

Gabaasa suparviznii koree qorannaa yakkaa sadarkaa

naannootiin taasfame
Guyyaa 11/01/2015

1. Magaalaa Hoolotaa
2. Aanaa Walmaraa
3. Magaalaa Buraayyuu
4. Magaalaa Buraayyuu aanaa 1ffaa, 2ffaa fi 3ffaa
Dhimmoota ilaalaman
1.Magaalaa Hoolotaa
Cimina ture
•Karoora afatanii
•Koreen dhaabatee oteenteeshinin kennlamee
•Qindoomin isanii garii ta'uu
Hanqlina ture
•Garee hojii idileen ala hin taane
•Iddoo turtii shakamtootaa hin qophoofne
•Gabaasa hojii ueroon kennuu dhiisuu
•Iddoo qorannaa kophaatti hin qopheesine
2. Aanaa Walmara
•Karoora baafatanii oreenteeshiinii kennanii jirachuu
•Gareen ijaarame bira qophii. Jiru gaarii ta'uu
□Hanqina jiru
•Gareen filatame hijii idilee irraa bilisa ta'ee hojjechuu
dhiisuu
•Iddoo tursisa shakkamtootaa galmi jira haa jedhan malee
kan hin qophoofne ta'uu
•Gabaasaa yeroo jedhame keessatti gabaasuu dhiisuu
3. Qajeelchaa polisii Mag. Buraayyuu
_ cimina jiru
# karoora gadi bu'e irratti hundaa'uun karoora baafachuunii
gad buusanii koree qorataa 4 fi Abbaa Alagaa 1 qabu
dhaabanii orenteeshiinii kennuu
# qindoomin abbaa alagaa waliin jiru gaarii ta'uu
# qophiin jiru gaarii ta'uu
_ Haqina jiru
# hanqina kutaa qaba irraa kan ka'e iddoo itti qoratan kophaa
gochuu dhiisuu
# rakkoon hin jiru jedhanii garee ijaarame hojii idilee irraa
bilisa gochuu dhiisuu
# akkaataa karoora qabamee tiin gabaasa dabarsuu dhiisuu
_ kallattii kenname
# iddoo qorannaa kophaatti akka qopheessan
# gareen dhaabate hojii biraa irraa bilisa ta'ee akka hojjetu
# gabaasa qulqulluu yeroo eegate akka ergan
# sodaa qaban, lixa shawaa fi aanaa Muloo tiin waan
waldangeessaniif namoon rakkoo uuman magaala isaanii
galanii rakkoo uumuu danda'u kan jedhu sodaan
jiraachuu
4. Aanaalee sadan Qajeelcha Mag.Buraayyuu jala jiran aanaa
1ffaa, 2ffaa fi 3ffaa
□Cimina jiru
•Aanaaleen sadannuu karoora baafatanii orenteeshiinii
kennu isaanii
•Qidiminaan hojii jiru gaarii ta'uu
□Hanqina jiru
•Garee ijaarame hojii biroo irraa bilisa gochuu dhiisuu
•Shakkamtoota iddoo turan qopheessuu dhiisuu
•Gabaasa hojii yeroo eeggatee dabarsuu dhiisuu
□Kallattii kaawwame
•Gareen dhaabate hojii idilee irraa bilisa akka ta'anii hojnetan
•Gabaasa yeroon akka dabarsan
•Hojii kanatti xiyyeefannoo kennuun akka hojjettan
5. Magaalaa Sulultaa
□Cimina jiru
•Karoora baafachuun oreenteshiinii kan kennan ta'uu
•Qophiin isaani qaban gaarii ta'uu
•Qindoomina qabaachuu
□Hanqina jiru
•Hojiin hin jiru jedhanii garee hojii biroo irraa bilisa gochuu
dhiisuu
•Gabaasa yeroon dabarsuu dhiisuu
•Mana Murtii waliin dubbachuu haddacha qopheessu irratti
□Kallatti kenname
•Kana booda garee ijaaraman hojii biroo irraa bilisa gochuu
akka qaban
•Mana Murtii waliin dubachuun haala dhaddachi itti
qophaa'u haala mijeesuu akka qaban
•Hojii hojjetamee fii haala jiru guyyaa guyyaan akka gabaasan
6. Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii

You might also like