You are on page 1of 19

Adeemsa samii

• Namni imalarra jiru tokko waan karaa isaaf ta'u


galaa qopheeffata
• Ammuma galaan namichaa baayyatuu karaan isaas
dheeraadha
• Namootnii baayyeen galaa malee imalarra jiru
dheerinni karaa isaanif baayyinni galaa isaanii wal
hin madaaaluu.
• Galaan kiristanotni of harkatti qabachuu
qaban .qulqullummaafi jireenya amantiidha
• Amantiin jireenyani knf iyyuu akki jireenya keenyaa
kan warra goofticha hin qabne ta'u hin qabu.
Eenyuun akka tajaajiltu harra
filadhu.
• Galma keenyaa xumuraatuf akkaataan jireenya
keenya harraa murteessaadha.
• Filannoon keenya harra sakattaa'amuu qaba
• eenyuun akka tajaajilluu gaafaa barru madda galaa
keenyaaf dheerina isaa ni mirkaneeffanna
• biyyi lafaa kun guutummaatti dubbii waaqayyoo
dhaga'u qaba.
• Itti amanuu qabaa.
• Galaa lubbuu isaatii qopheeffachuu qaba.
• Lubbuu isaa oolfachuu qaba.
• hundee mana isaa dhagaarratti ijaaruu qaba
dhagichis kiristoos yesuusin akka ta'e beekuu qaba.
• mannike inni ati ijaartee maal fakkaataa?
• Ijaarsi manakee maalirattidha?
• mee itti yaadii waa'ee ijaarsa mana itti adeemtuu.
• Garamitti adeemaa jirta
• Amala samii bartootni calaqqisuu yaalaniiruu.
• Tokkummaan isaanii yaadaaf hojiin tokko ta'uun
isaanii fkenya jireenya samii kan ibsu ture.
• Hafoof imaltootaa samii irraas kan barbaadamuu
amala jireenya isaaniitii
• Agartuun keenyaa(Iji keenyaa) gargar ba'anii waa
ilaaluu akka hin dandeenye nutif qaamni keenyaa
hojiin gargar ta'uu hin qabnu.
• Namni ija guutuu qabu iji isaa si'a tokkotti iddoo
garaa garaa lama ilaaluu hin danda'u.
• Akku nuti kiristoisif itti jiraanus egaa akkasuma
• Foon keenyaaf kiristoosifis al tokko wal faanaa
jiraachuu hin dandeenyuu.
• waaqayyoo sabni isaa akka isaa wajjin jiraataan
barbaada
• baduu nama cubbamaattis garaan wqyo hin
gammadu
• Nama qalbii isaa jijjiirratutti wqyo ni gammada
• Dafiitii yaadaa garaakee gedderadhu

You might also like