You are on page 1of 1

Mirkanneessuuf Sanadawwan Fudhatama Qaban

Tarreen sanadawwan itti aananii umurii daa'imaa, teessoo fi galii sagantaawwan barnoota duraa fi kunuunsa
daa'imaa Department of Education and Early Learning (DEEL, Qajeelcha Barnootaa fi Barumsa Jalqabaa)
agarsiisuun fudhatama qaba.

 UMRII DAA'IMAA • Waraqaa Ragaa Dhalootaa • Galmeewwan Wal’ansa


Sagantaawwan hundumtu ulaagaa umurii qabu. • Paaspoortii • Sandawwan Kolugaltummaa guyyaa
Tarree kana keessaa sanada TOKKO galchi. • Waraqaa Eenyuummaa- dhalootaa waliin
Motummaan kenname

 TEESSOO
Ragaan baatiiwwan sadii caalaa kan ture ta'u hin qabu, maqaa iyyataa dabalatee, poostaan erguu ykn ergamaa
dhuunfaatiin erguun hin danda'amu.

Tarree kana keessaa sanada TOKKO (1) YKN Tarree kana keessaa sanada LAMA (2) kan maddii isaa adda adda ta’ee
galchi. galchi.
• Nagahee Fayyadamaa • Sanada Inshuraansii
o Boba’aa (Fayyaa, konkolaataa, kkf)
o Bishaan/kosii • Sanada Dantaawwanii dhabbata irraa
o Ibsaa/Elektirika (DSHS, SSI, Paystub, kkf)
o Keebila • Sanada Faayinaansii
o Bilbila sararaa (Ragaa baankii, soorama, ragaa kaardii liiqaa, kkf)
• Inshuraansii Manaa/Kireessaa • Nagaheewwan biraa
• Sanada Qabeenyaa qabsiifame maallaqni ittiin • Heeyyema Konkolaachisu (kan yeroon irra hindabarre; maatiin tokko qofatu
liqeeffame galfamu danda'ama)
• Xalayaa liizii ykn ejansii manneenii (kan dhihoo)
Sagantaawwan DEEL hundumti namoota Magaalaa Seattle keessa jiraatan qofaafi. Maatiiwwan ce'umsarratti argaman, kan mana hin qabnee,
ykn kanneen sanadawwan olitti eeraman dhiyeessu hin dandeenyeef, maaloo unkaa ragaa manaa gaafachuuf DEEL'n qunnamaa.

 GALII
Galiiwwan maatiin kee argatu hundaaf ragaa galchi. Torban torbaniin
kanfalamee?
Madda galii kanneen arman gadi irraa yoo qabaatte...
HOJII (Filmaatawwan kanneen keessaa tokko galchi) Cittuu kanfaltii 12 galchi
• Cittuuwwan kanfaltii- Kan baatiiwwan 3 dabran guutu Torban lama lamaan
• Xalayaa Qacara (yeroo hojii jalqabde qofa) - dirqama matagubbaa guyyaa ittii
kanfalame?
jalqabde, sa’aati hojjetamuu, kaffaaltii dabalachu qaba fi guyyoota 90 darban irra jalqabe.
Cittuu kanfaltii 5-7 galchi
• Ofiin of -Qaccaruu- DEEL irraa unkaa Ofiin-Qaccaruu gaafadhu.
BARATAA (Iyyata kamiiyyuu galchi) Ji'atti al lama kanfalamee?
• Gargaarsa faayinaansii- Xalayaa Badhaasaa Cittuu kanfaltii 6 galchi
• Qorachaa hojjachuu- Xalayaa Badhaasaa ykn xalayaa to'ataa sa'aatii fi kanfaltii dabalate
GALII BIRAA (Waan ta'u kamiiyyuu galchi) Ji'aan kanfalamee?
• TANF ykn dantaawwan maallaqaa kan biraa- xalayaa badhaasaa kan dhihoo Cittuu kanfaltii 3 galchi
• Galii Kiraa- Sanada karoora taaksii E waggaa gibiraa kan bayyee as dhihoo tahee
• Galii biraa- ragaawwan baatiiwwan 3

Kan qabdu yoo ta'e…


DEEGGARSA DAA'IMAA (filmaatawwan kanneen keessa kan ta'e galchi)
• Fudhatame: Ragaa mana murtii baayyina waliin
• Fudhatame: Ibsa Deeggarasa Daa'imaa (DEEL irraa gaafadhu)

Maaloo gaaffiiwwan, ibsa, ykn unkkaalee gaafachuuf DEEL quunnamaa.


206-386-1050 | preschool@seattle.gov
Barumsa jalqaba - 2020 Sanadawwan Fudhataman Gargaarsa barbaddaa? (206) 386-1050 ykn preschool@seattle.gov

You might also like