You are on page 1of 21

1

Faarfannaafi
faarfataa
leenjii Barumsa faarfattoota dilbataaf qophaa’e.
Faarfattootni man. Bar. Dilbataa kamiyyuu dirqama barnoota kana barachuu qabu.

kutaa 2 ffaa
Faarfattootni man. Bar. Dilbataa kamiyyuu dirqama barnoota kana barachuu qabu.

Faarfannaa Mana 2

Kiristaanaa Ortodoksii
Tawaahidoo
Itiyoophiyaa
Qopheessaan: emanuel senbeto
Faarfannaa Mana Kiristaanaa
Ortodoksii Tawaahidoo 3
Itiyoophiyaa
• Manni amantaa ortodoksii tawaahidoo itiyoophiyaa
yeedaloo faarfannaa mataa ishee qabdi.
• Innis yeedaloo qulqulluu yaaredidha.
• Yeedaloon faarfannaa kun haala dinqisiisaa ta’een
kennaa samiirraa mana amantaa keenyaaf
kennamedha.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa
Ortodoksii Tawaahidoo 3
Itiyoophiyaa

• Yeroo jalqabaatiif yeedaloo samiirraa kana baratee kan


faarfate qulqulluu yaaredidha.
• Yeedaloo qulqulluu yaared dura yedaloo dubbisa
faarfannaa daawwitiin akka faarfachaa turame beektonni
amantaa tokko tokko nii dubbatu.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa
Ortodoksii Tawaahidoo 3
Itiyoophiyaa
1. SEENAA QULQULLUU YAARED
• Yaared jechi jedhu jecha ibrootaa yoo ta’u, hiikni isaas
bu’uu jechuudha.
• Q. yaared kan dhalate bara araaraa eebila 5/505tti abbaa
isaa abidiyo(yisiyaaq) fi haadha isaa
kiristiinaa(tawukiiliiyaa) irraa magaalaa aksumitti dhalate.
• Maatiin isaa Mucaa wagga 6 gaafa ta’us akka baratuuf gara
barsiisaa yisiyaaq jedhamutti fidan.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa 3
Ka’umsa qulqulluu yaared
• Q. Yaared osoo barumsa irra jiruu abbaan isaa boqatan.
• Haati isaas ooboleessa ishee aksum maariyaamiitii luba
gabazii abbaa geediyoon jedhamutti yaarediin kennite.
• Q. yaared barumsa barachaa jiru galuufii waan dideef
abbaan geediyoon araanii reebuunii ture. innis barumsa
dhiisee baduuf gara biyya abbaasaatti osoo adeemu roobni
isa qabate. Yeroo kana rooba jalaa dhiyeessuuf, bakka
burqaa jerqaa jedhamtu bira muka jiru tokkotti gore.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
Ka’umsa qulqulluu yaared
• Muka jala osoo taa’uu raammoo mukicharra baatee al jaha
kuftee osoo abdii hin kutiin toorbaffaa irratti dabartee firii
muka Sanaa gaafa nyaattu arge.
• Q.yaaredis raammoo sanarraa baratee gara aksum tsiyoonitti
deebi’ee barumsa isaa itti fufee barachuufi diqqunnaadhaan
tajaajiluu jalqabe.
• Guyyaa tokko simbirroonni sadii fakkeenya gi’iizii, izilii fi
araaraayi darbees fakkeenya abbaa ILMAFI AFUURA
QULQULLUUN itti mul’atani. Simbirroo sadan keessaa tokko
gara q. yaareed dhuftee “ati kan eebbifamtedha gadameessi
sibaate akkam eebbifame” jettee dhokatte.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
Ka’umsa qulqulluu yaared
• Kana booda q. yaared hanga iyyerusaaleem ishee samiirraatti
fudhatame. Teessoo waaqayyoo naanna’anii baganaafi
maseenqoodhaan waaqayyoon gaafa galateeffatan arge.
• Innis faaruu ergamootaa baayyee mi’aawu dhagahe. Simbirroo
sadan keessaa tokko garasaa dhuftee, “faaruu ergamootaa
dhageesse kana hubatteettaa” jetteen. Innis hin hubanne
jedheen. Simbirroon sunis “Akka ati hubattu sitaasisa galata
haaraa jalqabi” jetteen. Yeroodhuma kana afuura waaqayyootiin
ibsameefi.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
Ka’umsa qulqulluu yaared
• Gara mana kiristaanaa aksum tsiyoonitti deebi’ee guyyaa dafinoo
sa’aa sadiitti ol galee galata dhiyeessuu eegale.
• Guyyaa tokko aksum tsiyoonitti mahileetiidhaan galata yeroo
dhiyeessu motiin yeroo Sanaa gabra masqal jedhamu dhaggeeffata
ture. Mootiin kunis dhaabbannoo akka qulqulluu yaared gochuuf
jedhee gaafa lafatti deebisu dhaabbannoosaas qara waan qabuuf
miila q/ yaareed waraane. q/ yaared garuu faarfannaatiin
liqimfamee waan tureef itti hin beekanme ture
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
Ka’umsa qulqulluu yaared
• Mootiin g/ masqal Dhiiga q/ yaared argee nahuudhaan, gatii
dhiigakeetii waan barbaadde nagaafadhu jedheeni. q/ yaredis akka
kennaa waaqayyo kenneefiin akka naanna’ee barsiisu gaafate.
Motiinis eeyyyamaniif.
• q/ yaared osoo hin adeemiin mana kiristiyaana aksum tsiyoonitti
olseenee galata baha ifaa dhiyeesse. Yeroo kana lafa irraa dhumdhuma
sadii qilleensarra dhaabatee ture.

Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
xumura qulqulluu yaared
• q/ yareed jireenya monoksummaadhaan bakka adda addaa adeemee
barsiisuudhaan erga turee booda caamsaa 11/571tti wagga 66tti
boqate. Awwaala isaas namoota filaman irraan kan hafe arguu kan
danda’u hin jiru.
• q/ yaared dhaabbannoon inni qabachaa ture, tsinaatsilii, digguwaafi
kaabbaan isaa yeroo ammaa gadaamii xaanaa qulqulluu qiirqoositti
argama.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
2. BARREEFFAMA YEEDALOO QULQULLUU
YAARED
• Qulqulluun yaared yeedaloo keennaadhaan argate
dhaloota itti aanuutti dabarsuuf, barreeffamaan katabeera.
Baayyinni kitaabolee kanaa 5dha.
1. zimmaaree
2. Mawaasitii
3. Mi’iraaf
4. Diggu’aa
5. Tsooma diggu’aa
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
2. BARREEFFAMA YEEDALOO QULQULLUU
YAARED

• Qulqulluun yaared macaafota yeedaloo isaa kan iini


barreesse gadaamii xaanaa qiirqoosittidha. Yeroo
barreessus qalama diimaafi gurraacha itti bulbulaa ture,
dhagaarraa soqamee kan hojjatame haga yoonaa gadaamii
kana keessatti argama.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
2.1 ZIMMAAREE
• Zimmaaree jechuun faarfachuu, yeedaleessuu,
galateeffachuu jechuudha.
• Yeroon itti tajaajilamus, yeroo sirna galatoo qulqulluu
fooniifi kabajamaan dhiiga kiristoos erga ol bahee booda
galata dhiyaatudha.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
2.2 MAWAASIT
• Mawaasit jechuun ce’umsa lubbuu, gaggeessituu
mootummaa samii jechuudha.
• Yeroon itti tajaajilamu, faaruu daawwit ka’umsa
godhachuudhaan namootni yeroo boqataniifi yaadannoon
isaanii yeroo taasifamutti ayyaana guyyaa irra oole walii
wal simsiisuun kadhannaa kadhatamudha.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
2.3 MI’IRAAF
• MI’IRAAF jechuun boqonnaa, boqachiisuu, jireenya teessuma
iddoo jechuudha.
• Mi’iraafiin bakka gurguddaa lamatti qoodama isaanis:-
• A. mi’iraafii yeroo hundaa: torbanoota wagga keessa jiraniifi
ayyaanota jiran yeroo yeroo isaanii eeguun kan
faarfatamudha.
• B. mi’iraafii tsoomii: yeroo tsooma(laguu) keessa kan ittiin
tajaajilanidha.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3

2.4 diggu’aa
• Diggu’aa jechuun boo’uu, boossistuu, yeedaloo boo’ichaa,
faarfannaa gaddaa jechuudha.

• Yeroon itti tajaajilamu Ayyaanota gurguddoo tokko tokorratti


fi tsoomii faasikaatti kan gargaarudha.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
2.5 tsooma diggu’aa
• Tsooma Diggu’aa jechuun faarfannaa tsoomii (laguu)
jechuudha.

• Yeroon itti tajaajilamu, - yeroo tsooma guddaatti, halkan,


ganama, guyyaafi waaree booda kadhannaa dhiyaatu yeroo
ta’u laguufi kadhannaan galchii galchuun gaarii akka ta’e kan
mullisu dhoksaa guddaa kan ofkeessaa qabudha.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
3. YEEDALOO QULQULLUU YAARED
• Yeedaloo qulqulluu yaared sadii dha.
Innis:
3.1. Gi’iizii
3.2. Izilii
3.3. Araaraay
Yeedaloon kunneenis akka seera mana amantaa keenyaatti yeroo
yeroodhaan qoqqoodamanii wagga guutuu tajaajila kennu.
Faarfannaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Itiyoophiyaa 3
3. YEEDALOO QULQULLUU YAARED
akka seera mana amantaa keenyaatti yeroo yeroodhaan
qoqqoodamanii wagga guutuu tajaajila kennu kunis:-
3.1 sibkatii (lallaba)

You might also like