You are on page 1of 2

Du’aa Ka’umsa Lammataa (ዳግማይ ትንሣኤ) jechuudha.

Gooftaanis deebisee “ati waan na agarteef amante;


                                                       Damissee Jamaneen warri hin argiin amanani eebbifamoo dha” jedhe.
Ayyaanni ka’umsa lammataa jedhamee kabajamu Gooftaan du’a Caqasawwan ka’umsa isaa booda namootatti mul’achuu keessaa :
moo’ee erga ka’ee booda gaafa guyyaa saddeettaffaadha. Dilbata  Gaafa du’aa ka’e yeroo jalqabaaf Maariyaam ishee
(guyyaa Du’aa Ka’umsaa Gooftaa) irraa kaasnee hanga torban isa Meqdelootti mul’ateera. Yoh 20:11-18.
Dilbataatti guyyaa saddeet ta’a. Guyyaa kanattis Gooftaan keenya  Dubartoota biroottis mul’ateera. Maat 28:1-10
Iyyesuus Kiristoos barattootni isaa hunda Toomaasiin dabalatee  Qulqulluu Pheexiroositti mul’ateera .Luq 24:34,1Qor 15:3
mana cufaa keessa osoo jiranii al lammaffaaf du’aa ka’uu isaa yeroo  Imaltoota Eemaahusitti mul’ateera Luq. 24:13-35,Luq.
itti mul’isedha.   24:36-43,Yoh 20:19-25
Yoh 20:24-30 irratti   Gooftaan Keenya Iyyesuus Kiristoos yeroo  Gaafa guyyaa 8ffaa duuka bu’oota hundatti argameera. Yoh
jalqabaaf dhufee duuka bu’oota isaatti yeroo mul’atetti Yihuudaan 20:24
erga bahee barattoota 11 keessaa tokko kan ta’e Diidimoos kan  Duuka bu’ootatti qarqara laga Galiilaatti argame . Yoh 21:4
jedhan Toomaas isaan waliin hin jiru ture.Yeroo biraa Toomaas  Namoota 500 tti al takkaatti argame 1Qor 15:7
gaafa dhufu barattootni “Gooftaan du’aa ka’ee argine” ittiin jedhan.  Yeroo gara samiitti ol bahu barattoota isaatti argame Luq.
Toomaas garuu “mallattoo mismaaraan waraanamuu harka isaa 24:44-53,Hoji Erga 1:6-11
osoo hin argiin,quba koos gara isa waraanamee osoo hin Egaa walumaa galatti, guyyaan ka’umsa lammataa jedhamu kun
seensisiin ,harka koos gara cinaacha isaa eeboon waraanamee osoo guyyaa Gooftaan du’aa ka’uu isaa akka itti amananiif duuka
hin seensisiin hin amanu” jedhe. Toomas duraan kan waamame bu’ootatti mul’ate ta’uu isaa ni hubanna. “Lammata” kan
warra Saduuqota keessaa ture. Isaan immoo yeroo hunda waa’ee jedhameefis Gooftaan al-lama waan du’aa ka’eef miti. Garuu,
du’aa ka’umsaa ni shakku. Kanaafuu, Toomaasis akkuma mul’achuusaa kana dura duukaa bu’ootni warreen kaan bakka
qomoowwansaa waan arge malee waan dhagahe amanuu hin jiranitti mul’atee akka ture agarsiisufidha. Dabalataanis sirni guyyaa
dandeenye. kana Bataskaana keessatti raawwatamu hundi isa guyyaa Du’aa
Guyyaa saddeettaffaa booda duuka bu’oonni Gooftaa Toomaasiin Ka’umsaa waliin tokko waan ta’eef (yeroo lammataaf dabalamee
dabalatee mana cufatanii osoo jiranii Gooftaan keenya Iyyesuus waan gaggeeffamuuf) akka ta’e ni ibsama.
Kiristoos manni cufame sun osoo hin banamiin raajiidhaan gidduu Seenaa Guyyaa kanarraas waa hedduu baranna. Muraasa isaanii
isaaniitti argamuun “nagaan isiniif haa ta’u” jedhe . Sana boodas caqasuuf:
Toomaasiin “quba kee fidii harka koo waraaname ilaali. Harka kees 1. Namoota du’aa ka’umsa isaa hin amanneef ka’uun isaa wangeela
gara cinaacha koo seensisi; amani malee shakkaa hin ta’iin” jedhe. irratti caqasoota armaan olii irratti ni mul’ata. Beektonniiifi
Toomaasis gaafa harka isaa seensisu harki isaa akka kirrii abidda namoonni gurguddoon hedduun du’aniiru ,du’aa kan ka’an garuu
seentee gubachuun walitti suntuurte. Innis kana yommuu argu yoo jiraatanillee fedha fi humna Isaatiin dha (Yoh.11 irratti du’aa
“Gooftaa koo,Waaqakoo” jedhe. Kan dhaga’e qofaan waan amanuu ka’uu Al’azaar akkuma dubbisnu). Gooftaan keenya Iyyesuus
dadhabeef, abidda tuquudhaan Waaqummaa isaa mirkaneeffate Kiristoos garuu aangoo isaan du’a moo’ee ka’eera
2. Mana cufaa osoo hin baniin seenuu isaa:Dubroon Maariyaam Kiristoos garuu adda bahee humnaan ni ka’e” jedhanis kanaan
dubrummaadhaan deesse yommuu jedhamu namoonni tokko tokko mo’amaniiru.
ni shakku. Mana cufaa osoo hin banamiin seenee gidduu duuka           Nagaan Waaqayyoo hunda keenya waliin haa ta’u;ameen.
bu’ootaa dhaabachuu isaa onneerraa namni amanu Gooftaan Madda: Hiikkaa wangeela Yohaannis (Yoh.20:24-30)
dubree irraa dubrummaan dhalachuu Isaa gonkumaa amanuuf hin
rakkatu
3. Gooftaan Wangeela Yohaannis irratti kan hin barreeffamneen ala
raajiiwwan hedduu duuka bu’oota fuulduratti akka raawwate Yoh
20:30 irratti ni ibsa. Fakkeenyaaf,Raajiiwwan hin barreeffamiin
hafan keessa tokkommoo harki Toomaas gubachuu isheeti.
Toomaas harkaan tuqamuusaa argee “Gooftaakoo” jedhe (foon
uffachuusaa ibsuuf); waan harkisaa gubateefimmoo “Waaqakoo”
jedheera (abiddummaan akkeenyaa Waaqummaa waan ta’eef).
Kitaabolii dhalatoo (fkn Raajii Iyyesus) irratti garuu raajiin kuni ifaan
barreeffameera. Kunis Kitaaboliin dhalatoo yaada Kitaaba Qulqulluu
irra jiran caalaatti ifa gochuuf malee qabiyyee addaa akka hinqabne
kan nuuf mirkaneessudha. Dabalataanis namoota Kitaaba Qulqulluu
keessaa kitaabota 66 malee hin fudhannu warra jedhaniif deebii
dha.
4. Amantiin waan argan qofa osoo hin taane waan dhagahanis
fudhachuunidha.Nuti Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoositti kan
amannu raajii hojjete hunda kan gurraan dhageenye akka ijaan
agarretti fudhachuuni dha.
5. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos du’aa ka’ee gara samiitti ol
osoo hin bahiin dura guyyoota afurtama (40) keessatti namoota
adda addaatti mul’achuun faana dudubbateera, of
-tuqsiiseera,faana deemeera,faana nyaateera. Erga du’a mo’atee
ka’eellee akka namaa tuqamuufi nyaachuun Isaa kunis foon Giiftii
keenya Qulqulleettii Maariyaamii qabatee ka’uusaa, yeroo dhufaatii
Isaa lammataas foonuma kanaan murtoof akka dhufu kan
mirkaneessudha. Shakkitoonni “foon Maariyamii inni Gooftaan
uffatee ture du’ee awwaala keessatti hafeera; Waaqummaan

You might also like