You are on page 1of 10

GUCA DUBBISA MACAAFA

QULQULLUU
Halkanii fi guyyaas waaee isaa yaadi
Iyyaasuu 1:8

Qopheessaan: Eliyaas Yoseef


Fulbaana, 2016
Copy Right El-Get Publisher. Inc
Utulu, Ethiopia

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU


Macaafa Iyyaasuu 1:8; Faarfannaa 119:97; Mulata 1:3
Guci dubbisa Macaafa Qulqulluu kun haala mijataadhaan Macaafa Qulqulluu dubbisnee
akka xumurruuf nu gargaara. Kanas gochuudhaaf haala armaan gadiitti fayyadami:
Macaafni Qulqulluun boqonnaa 1189 waan qabuuf waggaatti xumuruu yoo
barbaadde guyyaatti boqonnaa 3 yookaan 4 dubbisi (1189/365=3.25). Kana
jechuunis jioota sadiif guyyaatti boqonnaa 4, sana booda jioota saglan hafaniif
guyyaatti boqonnaa 3 yoo dubbiste jechuu dha.
Macaafa barbaadderraa jalqabuu dandeessa.
Macaafa Faarfannaa keessaa guyyaatti boqonnnaa tokko yoo dubbiste ni filatama.
Kutaa hin dubbisin jirtu akka hin wallaalleef kanneen dubbiste gabatee asii gadii
keessatti mallattoo 1* kaai.
Guyyaa hundumaa kana gochuu hin dagatin. Sagaleen Waaqayyoo soorata
jireenyaa waan taee guyyaa hunda nu barbaachisa.
Yeroo qabattee dubbisuu barbaadda yoo tae guyyaa hunda daqiiqaa 30 yoo
dubbiste (giddugaleessaan) waggaa tokkotti ni xumurta.
Hub: Macaafa Seera Uumamaa irraa kaanii hamma Mulata Yohaannisiitti
dubbisuun seenaalee jiran tartiibaan hubachuuf nama gargaara.
Macaafa akkasitti kan dubbisnuuf xumureera jechuuf qofa osoo hin taane,
yeroon nuuti Macaafa Qulqulluu dubbisuudhaan dabarsinu mataa isaatti eebba
waan qabuufiidha.
Dubbisni kun isa nuuti hubannaadhaa fi tajaajilaaf dubbisnu irraa adda waan
taeef sagantaan mataa isaa kophaatti yoo eegameef gaariidha.
Sia tokko dubbistee Macaafa Qulqulluu yoo xumurte guca kana koppii godhattee
irra deebitee waggaa itti aanuuf akka haaraatti jalqabuu ni dandeessa.

Eebbifamaa
Dubbisa Gaarii!
Fuula 1 ffaa 9

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

A. KAKUU MOOFAA
1. Seera Uumamaa
1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

41

42

43

44

45

46

47

48

49

50

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

2. Seeara Bauu
1

10

11

12

13

14

15

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

3. Seera Leewwotaa
1

26

27

4. Seera Lakkoofsaa
1

10

11

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

10

11

5. Seera Keessa Deebii


1

26

27

28

29

30

31

32

33

34

6. Macaafa Iyaasuu
1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

7. Macaafa Abboota Firdii


1

10

11

12

Fuula 2 ffaa 9

13

14

15

16

17

18

19

20

21

23

24

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

8. Macaafa Ruuti
1

9. Macaafa Saamueel Isa Duraa


1

26

27

28

29

30

31

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

10. Macaafa Saamueel Isa Lammaffaa


1

10

11

12

13

14

15

11

12

13

14

16

17

18

19

20

21

22

23

16

17

18

19

20

21

22

24

11. Macaafa Mototaa Isa Duraa


1

10

15

12. Macaafa Moototaa Isa Lammaffaa


1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

13. Macaafa Seenaa Baraa Isa Duraa


1

26

27

28

29

10

11

12

13

14. Macaafa Seenaa Baraa Isa Lammaffaa


1

10

11

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

12

13

14

15

15. Macaafa Izraa


1

10

16. Macaafa Nahiimiyaa


1

Fuula 3 ffaa 9

10

11

12

13

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

17. Macaafa Asteer


1

10

18.Macaafa Iyoob
1

10

11

12

13

14

15

16

17

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

41

42

18

19

20

21

22

23

24

25

19. Macaafa Faarfannaa


1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

41

42

43

44

45

46

47

48

49

50

51

52

53

54

55

56

57

58

59

60

61

62

63

64

65

66

67

68

69

70

71

72

73

74

75

76

77

78

79

80

81

82

83

84

85

86

87

88

89

90

91

92

93

94

95

96

97

98

99

100

101

102

103

104

105

106

107

108

109

110

111

112

113

114

115

116

117

118

119

120

121

122

123

124

125

126

127

128

129

130

131

132

133

134

135

136

137

138

139

140

141

142

143

144

145

146

147

148

149

150

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

20. Macaafa Fakkeenyaa


1

26

27

28

29

30

31

21. Macaafa Lallabaa


1

10

11

12

22. Macaafa Weedduu Weedduu Caaluu


1

23. Macaafa Isaayaas Raajichaa


1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

41

42

43

44

45

46

47

48

49

50

51

52

53

54

55

56

57

58

59

60

61

62

63

64

65

66

Fuula 4 ffaa 9

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

24.Macaafa Ermiyaas Raajichaa


1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

41

42

43

44

45

46

47

48

49

50

51

52

24

25

25. Macaafa Faaruu Ermiyaas


1

26. Macaafa Hisqieel Raajichaa


1

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

26

27

28

29

30

31

32

33

34

35

36

37

38

39

40

41

42

43

44

45

46

47

48

27. Macaafa Daanieel Raajichaa


1

10

11

12

10

11

12

13

28. Macaafa Hosea Raajichaa


1

29. Macaafa Amoos Raajichaa


1

30. Macaafa Mikiyaas Raajichaa


1

31. Macaafa Yoel Raajichaa

32. Macaafa Obaadiyaa Raajichaa


1

Fuula 5 ffaa 9

14

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

33.Macaafa Yonaas Raajichaa


1

34. Macaafa Nahoom Raajichaa


1

35. Macaafa Anbaaqom Raajichaa


1

36. Macaafa Sefaaniyaa Raajichaa


1

37. Macaafa Haagee Raajichaa


1

38. Macaafa Zakaariyaas Raajichaa


1

39. Macaafa Miilkiyaas Raajichaa


1

Fuula 6 ffaa 9

10

11

12

13

14

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

B. KAKUU HAARAA
1. Wangeela Maatewoos
1

27

26

28

10

11

12

13

14

15

16

17

18

19

20

21

22

23

24

25

2. Wangeela Maarqoos
1

10

11

12

13

10

11

12

13

14

15

16

17

14

15

16

3. Wangeela Luqaas
1

18

19

20

21

22

23

24

4. Wangeela Yohaannis
1

10

11

12

13

11

12

13

14

15

14

15

16

17

18

19

20

21

18

19

20

21

22

23

5. Hojii Ergamootaa
1

26

27

28

10

16

17

6. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Roomaatti Erge


1

10

11

12

13

14

15

16

7. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Qorontoosiitti Erge Isa Duraa


1

10

11

12

13

14

15

16

8. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Qorontoosiitti Erge Isa Lammaffaa


1

10

11

12

9. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Galaatiyaatti Erge


1

Fuula 7 ffaa 9

13

24

25

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

10. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Efesooniitti Erge


1

11. Ergaa Gara Warra Filiphisiiyusiitti Erge


1

12. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Qolaasaayisiitti Erge


1

13. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Teselonqeetti Erge Isa Duraa


1

14. Ergaa Phaawuloos Gara Warra Teselonqeetti Erge Isa Lammaffaa


1

15. Ergaa Phaawuloos Gara Ximotewosiitti Erge Isa Duraa


1

16. Ergaa Phaawuloos Gara Ximotewosiitti Erge Isa Lammaffaa


1

17. Ergaa Phaawuloos Gara Tiitoosiitti Erge


1

18. Ergaa Phaawuloos Gara Filemooniitti Erge


1

19. Ergaa Warra Ibrootaatti Ergame


1

Fuula 8 ffaa 9

10

11

12

13

GUCA DUBBISA MACAAFA QULQULLUU

20. Ergaa Yaaqoob Erge


1

21. Ergaa Pheexiroos Erge Isa Duraa


1

22. Ergaa Pheexiroos Erge Isa Lammaffaa


1

23. Ergaa Yohaannis Erge Isa Duraa


1

24. Ergaa Yohaannis Erge Isa Lammaffaa


1

25. Ergaa Yohaannis Erge Isa Sadaffaa


1

26. Ergaa Yihudaan Erge


1

27. Mulata Yohaannisitti Mulate


1

10

11

12

13

Fuula 9 ffaa 9

14

15

16

17

18

19

20

21

22

You might also like