You are on page 1of 5

Iyyesuus addunyaa badaa ta'e kanarraa nu

fayyisuuf du‟e, awwaalame, du'a moo‟atee ka‟e


(Galaa. 1:4; 1Qoro. 15:3).

Afuura qulqulluu fi nageenya akkasumas jiruu


bara baraa sanyii nama hundaafuu kennuuf
lyyesuus Kiristoos gochaan isaa gaarii waan
FAYYINA ta'eef harka isaa diriirsee “lsin warri dadhaboon,
ba‟aan keessan kan isinitti ulfaate hundi gara
kiyya koottaa, ani isin boqachiisa, waanjoo kiyya
BARBAADDAA? ofïrratti baadhaa, anarraas baradhaa ani gara
Iaafessa, abboomamaadhas lubbuu keessaniif
boqonnaa ni argattu, waanjoon koo lallaafaa
ba‟aan kootis salphaadha.” jechaa gara ofïitti nu
waama (Mat 11÷28-30; lsaa. 45:22-25; 53:1-
12;Yohaa 1:29). Abbaa bara baraa fi mootii
uumama hundaa kan ta‟e gooftaan lyyesuus
Kiristoos waaqa dhugaa fl qoricha waan ta'eef
(1Yohaa. 5:20; Isaa. 9:6). Sillee "gara kiyya
koottu" jedhee si waama. jecha isaa jiraataa
ifaadhaanis akka jiraattu “waanjoo kiyya baadhu”
jechuunis seera kootiin adeemi siin jedha.
Addunyaa tanarra yommuu jiraattu cubbuu fi jecha isaa qulqulluu osoo amantee ajajamtee
wanta xuraawaa dhiphina afuuraa irraa hojii inni ifa jireenyaa fi karaa dhugaa siif ta'a.
seexanaarraa. dhibee adda addaarraa akkasumas Kiristoos kan amanan hundaaf karaa du‟aa„ fi
Addunyaa boodaattis du‟a bara baraarraa fayyuu ibidda badiirraa deebisee daandii kireenyaa si
ni barbaaddaa? agarsiisuuf ifa addunyaaf qophaa‟edha (Yoha.
6:43;8:I2).
Kunoo Wanti Beekuu Fl Gooftaan lyyesuus ofuma isaatti yoo dubbatu'
Raawwachuu Qabdu Akka ani "karaa' fl dhugaa, jireenyas” (Yohaa. I4†8)
Armaan Gadii Ta'a jedheera. '1Qoro. 15:45 gubbaatti akka barraa'etti
dhugaa kan ta‟e Kiristoos qaama foon diigamaa
Du'a bara baraa, cubbuu, Dhiphina afuuraa fi du‟a abaarsaa baadhate irraa (Addaaam isa
maddi dhibee hundaa seexana. Kan cubbuu duraaarraa) gara Addaam lammaffaa isa
hojjatu kan seexanaati. Seexanni jalqabarraa qulqulluu ta„eetti jechuun garuma ofi isaatti, gara
cubbuu ni hoijata. "Kanaafuu hoiii seexanaa isa hin tortorree fi hin diigamne, jiraataa fl
diiguuf llmi waaqayyoo mul‟ate” (1Yohaa. 3:8) kabajamaan mul‟ateera. Gaafa du‟aa ka‟u foon
Lallabni guddaan wangeelaa gara namoota isaa kabajamaa akka fakkaatu foon keenya
hundumaatti dhufe. Kunooti cubbuu addunyaa fi tuffatamaa ni jijjiira (Fil. 3:2I).]echi waaqummaa
du'a bara baraa balleessuuf sagalee isaa foon siif jedhame Kiristoositti amantee lamuu
gochuun mul‟achuun (Yohaa., 1†14) Kiristoos

1 2
dhalachuuf maqaa isaatiin yoo cuuphamte siifis ni 34:l5; Mak. 3:20) Du'a bara baraa jalaa bahanii
hojjata. mootummaa Waaqayyoo keessa jiraachuuf
immoo afuura irraa jechuunis Addaam isa
Lamuu Dhalachuun Maali? Iammaffaarraa Kiristoos irraa dhalatanii,
Kiristoos uffatanii, Kiristoos fakkaatanii
Namni Addunyaa kana irra jiraachuudhaaf jiraachuun barbaachisaa dha (1Qoro. 15:45).“
Haadhaa fl Abbaa jechuun' sanyii Addaam isa
Qaama Foonii mul‟atuu, harka namaatiin osoo
duraarraa akkuma dhalate addunyaa isa haaraa
hin ta'in Kiristoosin kittaanamuun isaan ta'uun
jechuunis mootummaa waaqayyoo keessa bara
immoo kittaanamtaniirtu, cuuphaadhaanis isa
baraaf jiraachuuf adeemsa hojii Waaqayyoo
waliin awwaalamtan, cuuphaadhaanis immoo
amanee bishaanii fi afuurarraa Iamuu dhalachuun
hojii Waaqayyoo kan du'aa kaaseetti amanuu
dirqama. Gooftaan lyyesuus Yohaa 3:3-5
keesaniin isa waliin kaataniirtu" (QoL 2:11-12).
gubbaatti waytii dubbatu “dhugaa dhugaan siin
Kun hojii namaa ykn hojii seeraa osoo hin taane
jedha namni lamuu dhalatu malee mootummaa
kan Kiristoos nama fakkeessisu du'aa ka‟uudhaan
waaqayyoo arguu hin danda‟u.” Erga jedhee
kan nama gahu hojii Waaqayyoo ta'uusaa ibsa.
booda kunis maal jechuu akka ta‟e yoo ibsu
Kun karaa fayyinaa Kiristoos qopheessedha. .
“dhugaa dhugaan siin jedha namni bishaanii fï
Afuurarraa dhalatu malee gara mootummaa “Eegaa Kiristoos ulifina Abbaatiin du‟aa akkuma
Waaqayyoo seenuu hin danda‟u.” jechuun lamuu kaa‟etti akkasuma nutis jireenya haaraadhaan
dhalachuu jechuun kanneen bishaanii fl Afuura akka deddeebinu, warroota du‟a isaa waliin tokko
irraa hin dhalanne hundi mootummaa ta'uuf cuuphaadhaan isa waliin awwaalamneera"
Waaqayyootiin ala ta‟uu hubachiisee wanta gara Waan jedhuuf (Rom. 6:4) akkuma barraa'etti
mootummaa waaqayyoo ittiin seenan agarsiiseera. amanee cuuphaadhaan Kiristoos waliin qooda hin
Foonii fl dhiiga amma uffattee jirtu kanaan fudhanne hundi tokkummaa hin qabu.
mootummaa Waaqayyoo dhaaluu gonkumaa hin
dandeessu. “Kan tortorus kan hin tortorre Kun Kiristoos hordofuun kan isa ittiin fakkaannu
dhaaluu hin danda'u." jedhamee barra‟eera hojii kakuu haaraa abbummaati. Akkuma inni siif
(1Qoro. 15:50). Mootummaa Waaqayyop du‟e awwaalame isa waliin cuuphaan
dhaaluudhaaf Kiristoos du‟a moo‟atee gara olii awwaalamtee akkuma du‟a moo‟atee ka‟e ati
kan deeme fakkaachuu qabda. immoo cuuphamtee bishaan keessaa yoo baate
qafa (Rom. 6:4) “du‟a du'aa isaa fakkaatuun isa
“Kiristoosin Fakkaachuu waliin qooda yoo fudhanne du‟aa ka‟uu isaa
fakkaatu waliin immoo qooda ni fudhanna” jechi
Akkamittan Danda’a?” Jettee
jedhame siif ta‟a. Kiristoos amantee ajaja kana
Gaafachuu Dandeessa Ta'a yoo ajajamte Kiristoos si uffachiisa /si fakkeessa/
(1Yohaa 3:2; 2 Qor. 3:l8).
Foonirraa (Addaam isa duraarraa) kan dhalate
fooni, jechuun kan sanyii Addaam irraa dhalate Foon Kiristoos Akkamittan
hundi Addaamicha (kan biyya Iafaati). Namni
hunduu Addaam (abbaa isaa) fakkaatee dhalatee Uffadha Jettee Ni Gaafatta Ta'a
lafa kanarra kan jiraatu dhaloota isa duraarraa kan Jechi isaa qulqulluun Galaa 3:26-27 "...
ka‟eedha. Garuu sanyiin kun biyyeerraa waan Kiristoos' waliin akka tokko taatan warri
ta‟eef gara biyyee ni deebi'a (Uum. 3:l9; lyyo. cuuphamatan hundi Kiristoos uffattaniirtu.”

3 4
Gooftaa lyyesuus amantee maqaa isaatiin yoo Yaada qalbii keetii erga jijjiiratee booda Hojii
cuuphamte qofa jechi kun jireenya keetiif ni ta‟a. Erg. 10:48“Maqaa lyyesuus Kiristoosinis akka
cuuphaman ajaja". Kan jedhame Hojii Erg. 22: 16
Cuuphamtee bishaan keessaa yoo baatu irratti immoo“Ammas maalif turta? Ka‟iitti
amantaan Kiristoos uffattee ni kaata. Namni hin maqaa isaa waamaa cuuphami cubbuu keerr'aa
cu'uphamne ija fooniitiin uffata uffatee mul‟atus dhiqadhu”. Ergoonni jedhan si ilaala. Itti
lubbuu isaatiin garuu qullaadha (Mul‟ataa Yoh. amanuufïllee ta‟ee ittiin cuuphamuuf kan
3:l8; Maat. 22:11-14). Kanaafuu Iamuu barbaachisu maqaa lyyesuus qofaadha. jechisaa
dhalachuun qullummaa Iubbuu keessaa nama qulqulluun Hojii Erg. 4: l 2 irratti ifaan ifatti
baasa. “Fayyinni kan biraatiin eenyuuniyyuu hin jiru
ittiin fayyuudhaf maqaan namootaaf kenname
Lammata Dhalachuun Cuuphaa
samiidhaa gadditti maqaan biraa hin jiru.”
Bishaanitiin Kenna Fudhachuu jechuudhaan ilmaan namaa hundaafuu qoricha
Qabduudha akka ta‟u maqaan qofaa isaa' kanname „maqaa
lyyesuus ta‟uu ni mirkanessa. Maqaan isaa
Dhiifama cubbuu argachuun kennaa guyyaa kabajamaan kun Fannoorra ennaa jiru dhiigni
gaafa ayyaana afuuraa sana ergamaa kan ta'e kabajamaan cinaa isaarraa dhangalaa‟e fi bishaan
Phee6xiroos humna afuura qulqulluutiin akkasumas affuurri isaa tokkummaadhaan maqaa
guuttamee jecha waaqayyoo yoo lallabu ergaa isaa waamaa bishaaniin yoo cuuphamtu ni hojjatu
wangeelaatiin namoonni lapheen isaanii tuqame (lYohaa 5:6-8 ilaali).
(amanan) fayyuudhaaf maal gochuu akka qaban
yoo gaafatan Pheexiroosis deebisee: Namni Akkamitti Bishaaniraa
Dhalachuu Danda'a?
“Yaada qalbii keessanii jijiiradhaa, cubbuun
keessanis akka isinirraa dhiqamu tokkoon tokko Sanyiin namaa (foon uffarcoonni) hunduu
keessan 'maqaa Iyyesuus Kiristoosin cuuphamaa, abbaa kan ta'e Addaam ajaja waaqaa darbuu
kennaa afuura qulqulluutis ni fudhattu" jedheen, isaatiin namoota hundaafuu kan hafu du'a bara
guyyaa sana namoonni kuma sadi (3,000) gahan bar„aatiif kan murteessisu cubbuun dhufe. Atis
maqaa lyyesuus Kiristoosin cuuphaman (Hojji foon uffataa akkuma taatetti dhaala cubbuu
Erg. 2:38-42). akka ofïrraa qabdu Rom 5:I2 yoo dubbatu:):
cubbuun nama tokkoon (Addaamiin) gara
Haala jecha kanaatiin wangeela fayyinaa
addunyaa seene cubbuudhaanis du'uu fi
dhageessee yoo amante tarkaanfiin isa duraa
akkasumas hunduu cubbuu waan hojjataniif duuti
godhuu qabdu yaada qalbii keetii jijjiirachuudha
nama hundaafuu qaqqabe” jedha.
Luk 13:3-5 "yaada qalbii keesanii yoo
Namni hojii isaa qulqulluudhaan balleessuu
jijjiirachuu baattan hundi keessan akkanumatti
kan kan hin dandeenye idaa abaarsa cubbuu
baddu" jedhamee barraa'eera. yaada qalbii
balleessuudhaaf kiristoos fannoo gubbaatti
jijjiirrachuu jechuun karaa cubbuu dura irra
dhiiga isaa dhangalaasee du'ee ka'e. Fannoorratti
deemaa turan sanarraa ykn yaada badaa
fannifamee osoo jiruu eboodhaan yoo
akkasumas fedha ofïi godhurraa deebi'anii karaa
waraanamu dhiignii fi bishaan dhangala'e humna
Waaqaa fl akka fedha, isaatiin deemuudha (Mat,
fayyinaa guddaa fl kabajamaa akka qabu
7:21 -23; Galaa. 5: 19-21).
amanuun maqaa isaatiin . » bishaan gadi fagoo

5 6
keessatti kan cuuphamu hundi dhiifama cubbuu Namni Uumaa duraa fagaachuun cubbuu fl
waan argatuuf bishaan irraa dhalate jechuudha xuriidhaan faalamee ture afuura namaa
(Matq 16:16, Liq. 24:47; fl Hojii Erga. 2:38 haaromsuu fi qulqulleessuun gammachuu,
hubadhu). Tiito 3:5 akka dhiifama isaatti dhaloota nageenyaa fl boqonnaa Iubbuu kan kennu afuura
haaraa kan ta'uun dhiqachuu fi afuura waaqayyoo fudhachuun kennaa guddaa
qulqulluutiin haaromuun nufayyise malee hojii waaqummaa kan biraati.Afuura qulqulluu isaa
qulqulluu nuti hojjanneenii miti." yoo guutamtu Iubbuu keetiin, ammaa
mootummaa waaqayyoo tahuu keetiif
Maqaa lyyesuusuin cuubamuun Addaam isa mirkaneessaadha (Efee. 1:13-15).
boodaa jechuun waa'ee namoota Kiristoos
uffatanii phaawwuloos yoo barreessu "Kanaafuu Tiitoo 3:5-7 gubbaatti "...Afuura
eenyuyyuu Kiristoosiin osoo ta'ee uumama qulqulluudhaan haaromuudhaan nu fayyise malee
haaraadha wanti moofaan darbeera. kunuu hojii qulquulluu nuti hojjanneenii miti.Afuura
hundumtuu haaraa ta‟eera" jedheera (2 Qor. 5:17). sana kennaa isaatiin qulqullofnee dhaaltoota abdii
Atis yaada qalbii keetii jijjiiatee dhiifama cubbuu jireenya bara baraa akka taanu Fayyisaa keenya
keetiif maqaa yesuusin Karistoosin Iamuu Dhaka lyyesuus Kiristoosin nurratti irra dabarsee
child has bishaaniin yoo hin cuuphamne dhangalaase.” Afuura koo foon uffataa
boqonnaa lubbuu fl gammachuu gonkumaa hundarratti nan dhangalaasa jedhee jecha
argachuu hin dandeessu. Kan sirakkisuu fi waaqayyoon dubbate amanudhaan dhaala abdii
sidhiphisu kan biraatii miti Kanuma amma sirra jireenya bara baraa akka taatu kan si godhu
jiru Addaam biyya lafaa hamma barbaadde osoo afuura qulqulluu isaa guutamtee qooqa
miidhagsitee fi kunuunsitee gonkumaa kan hin haaraadhaan dubbachuun sirraa eegama (Hojii
quufnee fi kan gahe kan hin jinne alagaa (diina Erg. 2:1-4;'mar. l6÷l7).
lubbuu kee) ta'uudhaan seexana waliin wal
tu‟uudhaan lubbuu kee waan rakkisuuf nageenya Kunis jireenya bara baraatiif akka jiraattu
argachuu hin dandeessu (Galaa. 5:16-24; 1Qor. dhalattee chaappaa mootummaa waaqayyoo ittiin
6:9-11). Kanarraa fayyuuf amma tana osoo qabattuudha (Efee, 1÷13-14). Isin garuu afuurri
murteessitee amantaadhaan maqaa isaatiin Waaqayyoo sin keessa osoo jiraatee, afuuraan
cuuphamtee Kiristoos (jireenya) uffattee jirtu malee fooniin miti. Kan afuura Kiristoos hin
nageenyaan jiraachuu ni dandeessa (Galaa. 3:27). qabne garuu gosa isaa miti. Kiristoos sin keessa
osoo ta‟ee qaamni keessan sababa cubbuutiin kan
du„eedha, afuurri keessan garuu sababii afuura
Lammata Dhalachuun Guutammaa
qulqulluutiin jiraataadha. Yaa ta‟u malee
Afuura Qulqulluutiin Kenna “Iyyesuusiin kan du‟aa kaase afuurri isaa isiin
Argamuudha keessa osoo jiraatee... qaama keessan afuura
isaatiin du‟uuf immoo jireenya ni kennaaf (Rom.
“Iyyesuus deebise, akkana jechuun:dhuguma 8:9-11, 26) akkanumma immoo afuurri dadhabina
dhugumma siin jedha. namni bishaanii fi keenya ni gargaara” “Waaqayyoon afuura kan
afuurarraa dhalatu malee gara mootummaa isaaf sagadanillee dhugaa fï afuuraan sagaduuf
waaqayyoo seenu hin danda'u. Kan foon irraa isaan barbaachisa” (Yohaa. 4:24) kan jedhu
dhalate fooni, kan afuurarraa dhalate afuura. qalbeeffadhu.
Lammata dhalachuu isiin barbaachisa waan siin
jedheef hin dinqisiifatin" (Yohaa. 3:5-7)

7 8
Waaqayyoon afuura isaa foon uffattoota Amanuu Fl Hordofuu Kan Qabdu
hundaaf osoo wal hin dabarsin akka kennu
Kana Yoo Ta’e Raawwachuu
kitaabni qulqulluun ifaan ifatti dubbateera
(Iyyoo'eel 2:28; Hojii Erga. 2:1-4; Yohaa. 7:37- Kan Qabdu Hoo Yoomi?
39).Jechi isaa akkana jedha “Guyyaa ayyaana
“Kunoo, guyyaan jaalatame amma. Kunoo
50ffaa kan iedhame (guyyaan pheenxeqosxee)
guyyaan fayyinaa amma” (2Qor. 6:2). Jechuun
gaafa gahe hundumtuu onnee tokkoon ta'anii
guyyaan lammata dhalachuu amma. Guyyaa
osoo waliin jiranuu tasa akka bonboleettii nama
tokkoon booda ykn sa'aatti tokkoon boodas miti.
fudhatuutti samiiraa sagaleen dhufe mana keessa
Jechi waaqayyoo kabajamaa ta'e “Ammas maalif
taa'a turan hundaa guute.Akka labooba ibiddaatti
turta? Ka‟ii maqaa isaa waamaa cuuphami
sagaleen qoqqoodamaan itti mul„ate, tokkoon
cubbuu keerraa dhiqadhu" Siin jedha (Hoiii Erga.
tokko isaani irra taa‟an. Hunduma isaanittu
22:16).
afuurra qulqulluun guutaman, afuurillee akka
dubbatan akkuma kenneef qooqa biraatinis Dadhabina keerraa kan si dhiphisurraa jireenya
dubbachuu jalqaban" jedha. Afuura qulqulluun Addaamicha hin gammanne kanarraa nageenyaa
guutamuun qooqa biraatiin dubbachuun siifïllee fi jireenya bara baraa gara argattutti gara Addaam
kan eeyyamameedha. (Hojii Erga. 2:17-2l; Maar. isa lammataatti gara Kiristoos koottu, Kiristoos
16:17). fakkaachuun lubbuun jiraadhu.
Maat. 3:21 gubbaatti akka ibsametti afuura Akka mooticha Daawit “Waa‟ee karaalee.
qulqulluudhaan kan cuuphu lyyesuus waan ta‟eef keetii yaade, miila kootille gara ragoota keetitti
fuula ilaalee kan wal hin dabarsine waaqa laphee deebise. Ajaja kee eeguuf obse hin turres." onne
waan ta‟eef qulqulloota dursan hundaaf akkuma jedhu Gooftaa lyyesuus Kiristoos siif haa kennu
kenne siifis har‟a akka baay'ina kennaa isaatiin (Faar. 119:59-60).Ameen.
afuura isaa siif kenna. Kanaafuu jecha isaa
amantee osoo kadhatte afuura qulqulluutiin ni
guutamta. jireenyi keetis ni haaroma. Kanas
lbsa Dabalataatiif:-
ajajamuu keetiin Yohaa. 1:12-13 “Kan fudhatan Lakk.S.P. 4442 Finfinnee
hundaaf garuu maqaa isaattin kan amananiif
Yookiin Lakk.S.P. ___________Gaafadhaa
isaaniif ijjoollee Waaqayyéo akka ta‟an aangoo
kenneef. lsaanis Waaqayyoorraa dhalatan malee
dhiigarraa ykn fedha foonirraa ykn fedha Printed By Rela P.P. 011 850 3232
dhiirarraa hin dhalanne." Jechi jedhu jiruu kee
keessattis ni raawwatama.

Dhaloonni kee biyya lafaa abbaa fi haadha


keerraa dhalachuun keellee lamaan irraa jechuun
bishaanii fi afuurarraa ta‟uu akka qabu gonkumaa
dagachuu hin qabdu.

9 10

You might also like