You are on page 1of 1

Guyyaa ___________________

WKWW Bete’el Makaana Yesus Baatuutiif


Baatuu
Dhimmi:- Barumsa Gaa’elaa Akka Nu Barsiiftan Gaafachuu Ilaala.
Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalame, miseensonni waldaa kiristaanaa
kamiyyuu utuu bultii hin dhaabbatin dura barumsa gaa’elaa barsiisuun hojii
waldaa kiristaanaa keessaa isa tokko. Kunis ittigaafatamummaa,
amanamummaafi haalota gaa’ela keessa jiran utuu hin beekin gaa’elatti galanii
booda immoo qorumsa xiqqoodhaan akka hin diigneef gargaara.

Kanaafuu nuti (Dar. Fayisaa Maatiwoosiifi Dur. Taaddaluu Dhangi’aa) waliin


bultii ijaarrachuu waan barbaadneef, gama keessaniin barnoota gaa’elaa,
akkasumas sirna gaa’ilaa hunda akka nuuf raawwattan jaalala Waaqayyootiin
isin gaafanna.

Nagaa Hafuuraa Wajjin

Dar. Fayisaa Maatiwoos


Dur. Taaddaluu Dhangi’aa

You might also like