You are on page 1of 10

MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURA QULQULLUU

WAAQA TOKKOON AMEEN


1. Yordaanositti 2. Yordanosti Gooftaan
Cuuphameera
Yordanositti nuuf cuuphameera (2)
Abbaan ifa baase iccitii tokkummaa Yordanoositti gooftaan cuuphameera (2)
Mucaan Koo kunootii Ni jaallatamaa
Galiilaadhaa ka’ee cuuphame achiitti (2)
Addaamiin booji’een Kan cabse garbummaa
***Mucummaa cuuphaadhaan argamneerra
Sagaleen dhufee ol waaqa gubbaati(2)
Arganneerra ………eeyyee (2)
Seexanicha……..eeyee………mo’anneerra Jaalalleen mucaan Koo isa kan dha (2)
Faaruudhaafis….eeyyee…dhaabbanneerra
Halkan dukkanaa’us gooftaan nu ga’eera Gugee fakkaatee afuurri qulqulluu (2)
Irree keenya ta’ee nutis dhaabbannerra Dhufee irraa buufate surraa guddaa dhan (2)
cuuphaa saa cuuphamnee diina moonee jirra.
3. Wereede Weldi (gi’izii)
***Yordanoos (2) gammadikaa (2)
Wereede weldii (4)
Gammadikaa… Eeyee…… gammadi kaa Imsemaayaati wusxe mixmaqaatii (2)
Mooticha kee …….eeyee……. simadhu kaa
Fiigichaa kee … eeyee…… Rawwadhu kaa 4. Werreede Weldi (amaariffa)
Summii tufi ……eeyee….. Faarfadhu kaa
Werweede weldi (4)
Seenaan kee haaromee dhabbadhu farfadhu Kesemaayaati wede mexxemeqiyaa (2)
Teellatti hind deebi’ion gooftaa kee simadhu
Maqaa iyyasuusiin seenaa haareffadhu 5. Bu’eera Ilmi
***Cuubbuu addamiin duuneera cuuphaa Bu’eera ilmi (3)
goftaatiin kaneerra Sami irraatii gara cuuphamuutti (2)
Du’a injifannee baaneerra waanjoon
seexanaa cabera 6. Be Goole Insisa
Yordaanos (2) Kan carroomte Begoole iinsisaa (2)
Kan carroomte…..eeyee……Kan carroomte Begoolee insisaa teweeldee amanu’eelii (2)
Dhaala gooftaa …eeyee…….kan dhabbatte
Raajii daawit ….eeyee …….kan raawwatte 7. Mooraa Loonii Keessatti
Jech waaqaa …….eeyee……. Kan simatte
Mooraa looni keessaatti (2)
Yordaanos (2) Kan carroomtte Moora lonii keessatti dhalate amanu’elin (2)

1
8. Kan Fayyuu Barbaaduu Gara keenyaa dhufee gooftaan jaalaanii
isaan bara ani
Kan fayyuu barbau amantiif cuuphaadha
Ceesisa
***** eeyyee dhugaadha Fakkeessuudhaaf malee addunyaan sobadha
***** eeyyee dhugaadha
Dhigaan kan nu bittee kiristoos qoofaadha Abbaan qulqullumaa amanu’el qofaa dhaa
Ceesisa inni gooftaadha

Sanyi nama hundaaf samii irraa kan buutee


****** eeyyee dhugaadha 9. Be Ide Yohaannis
Duutee du’a mootee jireenyaa nuuf laattee
gooftaan sumadha Be idee yohannis texemqe iyyuss nazrawwi
Semayawwi (5) Iyyeesus naazrawwi
Ceesisa
Harka yohanisitti yoo cuuphamtees ati 10. Hoore Iyyasuusi (gi’izii)
***** eeyyee dhugaadha
Fakkeenyi kee hunduu madda jaalalaati Hoore iyyesuusi (2)
fayyisaadha ati Imgeliilaa (3) haabe yordanosi /yohannisi
Ceesisa 11. Hede Iyysuus (amaariffa)
Yohaanis yoo cuuphees bishaan dhaaninni
*** eeyyee dhugaadha Hede Iyysuusi (2)
Kan na booddeen dhufus ni cuuphaa Kegeliilaa (3) wede yordanosi /yohannisi
abiddaani inni hafuurani
12. Deeme Iyysuus
Ceesisa
Lubbuu bade fayyinaitti baafte Deeme Iyysuusin (2)
**** eeyyee dhugaadha Galiilaarraa (3) gara yoordanosi /yohannisi
Waaqummaa keetiin jireenyaa nuu laattee 13. Oo Mikaa’el
du’aa nu oolchitee
Oo mikaa’eli (2) liqemeela’ikti
Ceesisa Be haaxiyat indaani wedqi indaani mooti
Xalayaan garbummaa yoordaanosin turee Fexnee teradan atsinaan be imneti
**** eeyyee dhugaadha
Xoofoo du’aa kootii jireenyattii jijjiree
du’aa nu furee
Le ya’iqobnegeed …………… mikaa’eli
Ceesisa Le israa’elii …………………. ……… >>
Fayyinni amantaa cuuphaa dhaan argama Xebaaqi yachew neehi ……………. …..>>
*** eeyyee dhugaadha Melakti haayilii …………………….....>>
Addunyaan hunduumtuu isaan bararamaa
gooftaan furama ****** fiqrin aaddillen mihireeti qiddus
mikaa’el yenyaa abbaati (2)
Ceesisa
Fakkeenya guggeetiin in bu’ee afuurrii
**** eeyyee dhugaadha
Netsebraaqawwii………………..mikaa’eli
Tekhinoo libsihi…………………….. >>

2
Amelmaale werqi………………….. >> Isatun taaqifesh…………..………..>>
Aayinuum zerigbi …………………… >> Yemmaayichaaleewun………………>>
*******Titinnaash girum new
****** fiqirin addillen mihireti qiddus
mikaa’el yenyaa abbaati (2) Mirkuzee libeelish…………...immebeete(2)
Xilaa kelelaayee………………….>>
Gaashaayee nesh aanchi…………..>>
yenees memmekiyaayee……..……>>
Be si’ilih fiit ………………….....mikaa’eli Be aalem indaalxefa………………>>
Iqoomalehunyi …………………..…>> Hiwotee merroobiny………………>>
Fexnee arregaaganyi……..….…… >> Inde weyin axaafciw……………….>>
Aallew beelenyi ………….…….…..>> Maariyaam direshiiliny…………….>>
***** fiqrin addilleen mihireti qiddus *******Titinnaash girum new
mikaa’el yenyaa abbaati(2)
Ye misraaq dejjaaf nesh………immebeet(2)
Ye hullaachindeesta………………..>>
14. Begool Begool Immule tshaay tsidqi……………….>>
Ye hulluu xebeeqa…………………>>
Begool(2) sebaa segeli (2) Dingil ye nooh akliil…………….….>>
Begool sebaa segel seggeduleti (2) Dingil ye tsidqi siifra………………..>>
Dingil meselaal nesh…………………>>
Tsahaay (2)tsahaay tserreqee (2) Ye tewaahido tesfaa…………………>>//
Tsehay tserreqee kiristoos texemeqee(2)
*******Titinnaash girum new
Aanchii yordaanos mininya taadelsh (2)
Ye igizabier mengist kelaay werdoobish(2) 16. Gammanneerra
Ye alem medaanit te xemmeqebbish(2)
Gammannerra baayyee gammmanneerra (2)
Dingil maariyaam nitsihit qiddist Ebba isaa waaqarraas arganneerra
Ye getaaye innat misganaa iggabbaashaal(2)
Ke seetoch hullu anchii temerxeeshaal(2)
Dukkana kan ture………..gammanneerra(2)
Iliililillii(2) des ibalin(2) Cubbuu dhaan qabamne………….>>
Ifni jireenya koo…………….……>>
Weldi teweldoo netsa awexxaani (2) Gara bahaa ilaalee………….……..>>
Malakoot taxamqoo dil aaganyeeni (2) Iddoo aduun jirtuu………………..>>
Dukkanni karaa kenyaa…………..>>
15. Titinnash Girum New Ilmaan qulqullaa’e………..………>>
Titinnash girum new deegineti shimi Ati ifa keenya………….. gammanneerra
Innatuu honeshal le medaniyalem (2) Maariyaam giftii koo……………..>>
Nitsihit sile honshi ………immebeete (2) Ani sin abdadha…………………..>>
Inken yelelleebbish……………>> Hanga du’a kootti…………….…...>>
Ye fixretaat geeta…………….>> Bara jireenya koo………………….>>
Banchi yaaddereebish………..>> Boqonnaa lubbuu koo…………..…>>
Ye dingil memmeerex………..>> Si’uma abdiin koo…………………>>
Zeenaw asgerreemeny………..>> Gooftaa fayyisa koo……………….>>

3
Ati biyyaa gisheen ………gammanneerra Ye gishenuwa nigist……………desyibeleni
Yaa haadha gooftaa koo……….>> Ye amlaak innati……………………..>>
Taatee kan argamte ……….>> Hoona tegenytaallech………………..>>
Kan ittiin kahani ………….>> Lemmii mekkuubishi…………….…..>>
Nyaatanii dhugani ………….>> ~~
Kan ittiin quufani ………….>>
Golga boqonnaa koo …….….>> Belichee xexxichee…………… desyibeleni
Maariyaam si’uma ………..>> Yemmaal rekaabbishi …………….…..>>
~~~~ Maariyam anchi nesh …………….…...>>
Tse’ada immebeetee …………….…..>>
Ulfaattuun giiftii koo………..gammannerra ~~
Ifni biyyaa sirra…………………>>
Hamelmaale siina ….……. desyibeleni
Balbala izqi’eel ……………>>
Itse medanitee …………….…..>>
Duumessi museedha ……….…>>
Ye izqi’eel dejjaaf ……………….>>
Misiroon mooticha ……….…>>
Ye muse demmenaa ……………..>>
Baganaan daawwitii …………>>
~~
Warqera kan caaltu ……….…>>
Abdii an laattadhe…………….…>> Ye niguus mushirraa…………...desyibeleni
Firii garaa keettiin …………….…>> Ye daawit begenaa ……………..>>
Jireenyaa arganne……………..…>> Yete waabech inquu…………….. >>
Ye dihooch azmeraa ……………..>>
17. Des Yibelen
Be mahitsenish firee ………...…..>>
Des yibelen bexaaam des yibeleni(2) Hiwetaachin berra………………..>>
Bereketun lenyaa silaaddeleni
18. Yohaannis Harkattii
Be cellemaa sinni nor…………des yibeleni
Yohannis harkatti ni cuuphame
Be haaxiyat tekebben……………..…>>
Enoonitti (2) iddoo cuuphaa yordaanositti
Ye hiwot birhan…………………..…>>
Fiqrun aberralin…………………..…>> Yammuu inni barsiise……….ni cuuphame
~~ Bosonaa fi dirree irratti ……………..>>
Wede misraaq inniy ………… des yibeleni Gogaa hoolaa uffate ………..……..>>
Tsehay wedaallebet ……………..…>> ga’ee lafa onaa …………………..>>
Cellemaw libbaachin ……………..…>> ~ ~
Gooh indi qeddibet ……………..…>>
~~ waaqa isaa kan jaallatu…… ni cuuphame
Ye tsehay innaatu …………….des yibelen namni hedduutu jiru ……………..>>
Mariyaam immebeete ……………>> gooftaa isaa cuuphuuf ……………..>>
Ilemminishaallew ……………....>> yohannis milkaa’e ……………..>>
Iske ilete moote ……………..>> ~ ~
~~
tulluun haa diriiru ………… ni cuuphame
Ye libbee marefiya ………..… des yibelen jal’aan haa qajeelu ……………..>>
Ye zelalem beete………………..…>> jedhee kan lallabe ……………...>>
Anchi nesh tesfaayee ………….…>> kan jedhes isuma ……………..>>
Itse medanite …………………..…>> ~ ~
~~

4
cubbuu irraa adda ba’a ……… ni cuuphame Tewahidotti cimne akkatti dhabbanuu
bishaaniin cuuphama …………..>>
mootummaan waaqayyoo ………...>> Qulqullumman taane akka si kadhanu
jiraachuu isaa baraa………………..>>
20. Naa Bee Selaamii
--------------------------------------
Naabee selaamii (3) medini’alemi
19. Kottu Haadha Koo Mariyaami Naa bee salami ke mengochi mehal

Kottuu haadha koo mariyaamii Naa bee salami Sile xefawu begii
Maaloo nu gidduutti argamii (x2) >> >> >> Sile anduu sile addam
>> >> >> Sile sawu liji bilehi
Haadha gooftaa iyyesuus kan amanu’eelii >> >> >> Ye mootki geetayee
Badiidhaf bobbaanee yogguu isaa yakinee >> >> >> Manim kee geddelee
Gatii badii kenyaa isheen bararamnee >> >> >> Mehari nehinnaa
>> >> >> Yiqir belen ibaaki
Hirdhinaaf dhipinaa dooqimas hubattee
Leya’un jalati kunoo isaa olchaatee Neyii bee selamii (3) dingil maariyaami
Kotuu haadha koo mariyamii >> >> >> Ke hagaree qinee
>> >> >> Ke midiree waashiraa
Kottaa amanadha lapheedha caabattii >> >> >> Ke mitta fesibeet
Haadha dhugaa kanaa fuudha qabadhati >> >> >> Ke qineewu asmeraa
Kootuu haadha koo mariyaami >> >> >> Ke nadayaa sisayi
>> >> >> Ye temari iraatu
Yaaki koo bay’atee yogguun dhiphadheti
>> >> >> Anchii ayideleshim hoy
Harki mariyami ol na qabatteetti
>> >> >> Dingil azanyituu
Kotuu haadha koo mariyamii
Naa mika’eelii (3) mislee gabrie’elii
Gonfoo qulqullota haadha dhiphatootaa
Kunoo si wammanna maalo akkam nu goota Naa mika’eli qidiste afomiyaa
Kotuu haadha koo mariyamii >> >> >> fexne yee kedaanaati
>> >> >> Kifuu awuuree dabiloos
Egaa mariyamii nuu yadadhuu
>> >> >> Indaa yaa shenefii
Dhifama ilma kee nu kadhadhu
Kennaa kee kan taate itoopiya yadadhu
21. Iliilli Iliilli Addunyaan ni kufa………….iliilli
Seexanni ni bada…………… >>
Iliilli iliilli (2) gammanneerra hundi keenyaa Waaqayyo guddaadha……… >>
Waaqni keenya gaarii nuuf godheeraatii Inni mo’ataadha…………….. >>
Gammanneerraa gooftaa maccaaf ta’aa
galanni Waaqni nu wajjini…………….iliilli
Eenyutu nuun morma………… >>
Kadhannaa dhaga’aa ………iliilli Bubbeen ni callisa……………. >>
Waaqni nu gargaaraa……….. >> Waaqayyo ol jedha……………>>
Karaarratti hin hafnuu……..... >>
Inni nu gargaara …………… >> Cubbuu keenya hundaa………iliilli
Nuuf balleeffameera………… >>

5
Jireenya keenyarratti ………….>> Galata haa galchinuu hundinuu gooftaafi
Kiristoos mo’eera …………….>> Waan hedduu nuuf godhee innisoo unuufi
Haa galateffannuu hunduu farfachunii
22. Dessibeleni Kunoo nuuf dhalatee nu fayyisuuf inni
Ilil ilil (4) dessibeleni
Yizen metenaal taabotaatuni ilil bilaachuu Ulfina isaa dhoksee uffatee foon keenyaa
teqebeluni Kunoo nuuf dhalate fayyisan lubbuu kenyaa
Nu qullesuf jedhee cubburraa hunda keenya
Yee kidaanuu taabot iliill dessibeleni X2 Waqarraa gad bu’ee Iyyesus goftan keenyaa
Maaderiyaaw le geeta >> >>
Menderachin gebtuwal >> >> Kottaa yaa namoota wali wajiin farfaana
Zemiru be ililta >> >> Aarsaa arraba keenyaa gooftaaf dhiyeessina
Isaatti dhiyaachuuf ta’uuf hirmaattuu isaa
Be desta zemiruwal iliilli dessibeleni x2 Egaa haa hojjennuu hojii isa gaariisaa
Dawit le taabotu >> >>
24. Metsa Qaali
Geetanew yaa kebere >> >>
Mindinnaw xifatu >> >> Metsa qaali im demenaa ze yibli (2)
Zintu wi’iitu waaldiye zeya feqere
Meleketin nifuu iliilli dessibeleni x2
Begena derdiru >> >> Meexa qaali ke demena indi yemil x2
Igziabiheer yalfaal >> >> Yemi wedewu ye mafeqrewu lije yihe newu
Zare be seferu >> >>
Jechi dhufe duumessarraa akkanas kan jedhu
23. Beeteliheemiti Kaanan jaaladhu ilmi koo isaa kanadha (2)

Beeteliheemiti raajiin raawwateera 25. Kirstoos Texemqe


Dhifamni gooftaadhaa hundaa daawwateera
Kiristoos te welde iseyi kiristoos te xemqe
Maagaalaa dawwiti tti fayyisan dhalachuuni
Sanyiin addaam hundaa jireenya argatani bemayi(2)

Wele dine dagime imayi (2) dagime (2) wele


Dallaa keessa ciisee akka daa’imatti
Fayyisa biyyaa lafa uuma hundumaati dine dagime imayi(2)
Yoo dhalate iyyuu akka uumamaatti 26. Aadigoo Tesaa
Iinni uumamaa mitii gooftaa hundumati
Aadigo tesaa wetesatu neged (2)
Ni raajeeffatani ergamootni arjummaasaa Mayikele bahir (4) qoome mahikele bahir
Farfachuu eegalani waa’ee gochaa isaa
Nagaanis lafa irratti ilmaan naamootaafi Samiirraa gadi bu’ee hoola sagaltamii sagal
Galanni samii irratti haa ta’uu waaqafi dhisee (2)
Walakkaa galaana (4) dhaabbatee walakkaa
galanaa

6
27. Kee Gelila Amlaa kun yemmiwed ……yaa xemmeqe
Bizuu sew iyyaalle ………….>>
Kee gelila hede wede yohanis (2) Geetawun lemaaxmeqi ………>>
Yee alem medanit zare te xemeqe (2) Yohaannis taaddele ………….>>
Galilatii dhufe gara yohannisi (2) Korebtaaw yideldel ………yaa xemmeqe
Fayyisan biyya lafaa har’a nuf cuphanee (2) Xemaamawun yiqnaa ………..>>
28. Ofumaa Mitii Iyyaalee ye sebekew………….>>
Siratu newunnaa ……………...>>
Ofuuma miti nu waamuun kee
Samii samiirraa gadi bu’uun kee Ke haaxiyaat teleyyu ……….yaa xemmeqe
Bilisa nuu baseera humni kee Be wuhaa texemequ……………>>
Nurra gomboobeera ayyaanni kee Mengiste semaayat ..………..….>>
Indaallech iwequ……….……...>>
O/M/N/W/ Kee idoo isaa gaarii qopheesitee
>> Wanta nuuf ta’uu murteesitee 30. Wangeela isaatti
>> Boode hin deebinuu murtoofneerra Wangeela isaatti kan amantan
>> Arjaa ta’uu kees hubanneerraa Baga ifa cuuphaa isaatiinii isiiniin ga’e (2)
O/M/N/W/Ke Ademsa Kenya nuuf midhagsi amen
>> Galaana cuubbuu nuu ceesisii Be wengeelu
>> Sii malee kan nuf ta’uu hin jiruu Be wengeelu yaa menaachiw (2)
>> Arjaan akka kee tasa hin jiru Inkuwan le birhane ximqetu aderesachiw
O/M/N/W/ Kee Furmanni keenya walalamee (2)Amen
>> Nama birattis tuuffatamnee 31. Ulfina tolootaa
>> Galmeen keenya siin haareffamee
>> Missiraachoon keenya lallabamee Ulfina tolootaa yaa giftii ulfina tolootaa (2)
Lemmaati nyaataa raajiidha(4)
O/M/N/W/Ke Iddo nu waamte hin irranfanu
>> Maqaa kee faarfachuu hin dagannu Kabaja isaanii kan qulqullootaa
>> Muccummatii nu guddiftee Siin faarsa anii aarsaa galataa
>> Bakka onaatii nu waamattee Kan ati nuuf deesse buddeen jireenyaa
Ilmi kee jira ifichi keenyaa
29. Yohannisini
Huccuu gaarummaa midhagainni ishee
Yohanisini yaa xemmqe (2) Ulfa sochoosa qooqni afaan ishee
Be henoni (4) be ma’idoote yordanosi Ibiidda deessee ibidda hammatte
Yohannis siyastemir ……yaa xemmeqe Osoon si hin faarsin aduun yoom dhiite
Be caakkaa be meedaa……….>> Yaa baha biftuu baha nuf taate
Ye beg tsagur lebsoo ………..>> Ificha guddaa kan nuuf nul’iste
Honoo midrebedaa…………..>>

7
Hun dukkanooftuu jireenya keenyaa >>……………Kadhaannaa koo fuutee
Ilmi kee jiraa ificha keenyaa >>……………Gooftaa gurra buuftee

Nagaan siif haa ta’uu nu si kadhanna (2) 33. Sichi ni faarfaannaa


Ati nuuf kadhadhu nu sitti boonyaa (2)
Kottuu gugee koo fakkaattuu ilma kee (2) Sichi ni faarfaannaa (4)
Samii fi lafatu hima waa’ee kee (2) Akka ergamootaa ifa isaa ulftaanne
*********siichi ni faarfaanna
32. Araarsituu
Deessuu waaqayyoo dhaa of dura buufanne
Araarsituu mariyaam araasistuu (2) Bagaanaa dawwitii maseenqoon marfamnee
Ulfina sillaaseef sichii ni faarfannaa
Araasistuu yaa haadha garraam *********Siichi ni faarfanna
>> Dubroo mariyaam
>> Yaa gara laafetti Hojii galataadhaan leenjistoota sanaa
Laphee kan haaressuu farsina faarfanna
Eenyuu jedheen waama maqaa kee Qoqa hin dhaga’amnen galata hin argamnen
Mariyaam natti ulfaatee oolmaan kee (2) Laphee keenyaa irraati nutis maddisiisnee
Araarsituu yaa haadha jaalalaa *********Siichi ni faarfanna
>> Sumatu naaf caalaa Of tuullumman mitii gadi of deebisuuni
>> Yeroon waa hin qabnetti Sagalee miidhagaan galata dhiyeessuuni
>> Qabeessa na gooteetti Hojiin keenya ha ta’u waaqayyoon faarsuni
Eenyuu jedheen waama amqaa kee *********Sichi ni faarfanna
Mariyaam bnatti ulfaatee oolmaan kee Daawwit farfannatiif qullaa yoo buuse iyyuu
Araarsituu yaa garaa laafetti Meelkool faarfanna isatti yo itti kolfite yyuu
>> Diina naaf falmatti Waaqni ni jaallata akka isaa faarsiinu
Akka hin faarfaanneef kan nu dhorku eenyu
Eenyuu jedheen waama maqaa **********Siichi ni faarfanna
keeMariyaam natty ulfaataa oolmaan kee(2)
34. Aman Be Amani
Araarsituu ……….kottumee gara koo
>>…………..Yaa haadha gooftaa koo Aman be amani (2)
>>…………..Ilaali hir’ina koo Menkire sibate ximqetu
>>…………..Guuti hir’ina koo Dhugaadha Dhugaadha
Eenyu jedheen waama maqaa kee Dhugaadha dhugaadha (2)
Mariyaam natti ulfataa oolmaan kee Raajiidha cuuphamuun gooftaadha

Araarsituu……. baayyinni yakka kootii Iwunet Be Iwuneti


>> …………....Gooftaatti nah in butuutii Iwnet be iwneti (2)
Dinq new ye geta ximqeti

8
Bu’uura Yeedaloo 36/nu fayyisudhaf
Bu’uura yeedaloo eegale (2) yaared lubicha
Nu fayyisudhaf kan dhalate Amanu’elidhax2
Yaaredi(4) yaared lubicha(2) qooqni isaa
bareeda Kan dhalate x4 Amanu’eli

35/Yaa goofta koo Durberaa dhalate nu fayyisera kansa


tanerrax2
Yaa waaqakoo yaa goftaakoo jedheen siwaamaa
Nuu fayiserrax4 kansa tannera
Naaf dhagahii iyyaa koo yeroo hundumaa
At yaa sexanna dinna kenyaa nurra
Siitin malee homaa hin qabuu of biraa
fagadhux2
Si duwwaadhaa goofta amanamaa
Dinna kenyaax4 nurraa fagadhu
Du’aan rukutamuu nu Oolchitee
Goftan jabbese nu dhaberaa garaa
Dhigaa kee lolaastee nu fayyistee kutadhux2
Oolmaa Guddaa qabdaam ati nurra
Nuu dhaberaax4 garaa kutadhuu
Situ cabsee darbeem cufaa karraa
Dhigaan nu bitee nu olchatera harka
Siitiin taanaan malee fayyuun keenyaa dinnarrax2
silaa si’ool ture galmii keenyaa Nuu olchatera x4 harka dinnaraa
Iyyeesus ati waaqa Uumaa hundaa
Gooftan barbade nu wammera sii harka
Burqaan Jireenya koo siharkaa maddaa bannerrax2
Sihin beekuu jedhee isa sihaalee Nuu wammerra x4 sii harka banner
Qarshiii ittin argachuuf yoo sitti malee Ergaman mika’el nuuf dhuferaa sii
Galaanarra adeemetu humni kee suun moo’annerax2

Kiyyoo diinaa cabsee goofta Iyyeesuus Nuuf dhuferrax4 sii mo’annera

Gochaa kee ibsuudhaaf daangaa hin qabnuu Ergaman gabri’el abidarra nu olchaterax2
Waa’ee kee dubbachuuf kan nuti baanuu Abidarrax4 nu olchatera
Maaf sitti waakkanna qabeenya kee
Nuu fayyisudhaf kan dhalate amanu’elii x2
Yeroo hundaa faarsina gaaruummaa kee
Kan dhalate x4 amanu’elii

9
37/ Gatiidhaan nu oolche
Dhalatee argamee beetiliheemitti /2/
Gatiidhaan nu oolche garbummaa cubbuutii/2/
Duraan hin yaadamnee waaqni nama ta’aa
Nagaanis samiirratti lafa irratti ta’aa
Fadhasaan raawwatee kana hundumasaa
Iyyeesuus jedhamaa moggaasni maqaasaa
Namaatiif haaraadhaa durbi akka ulfooftuu
Waaqa israa’eeli raajii kan raaawwatuu
Ilmii nuuf dhalatee nuus ifa argannee
Kiyyoo diinni kaa’ee tasa nuun hin argannee
Bakka isaaf hin mallee dalla loonii keessatti
Dhalatee argamee waaqni gara laafessaa
Waaqummaa isaa dhoksee fakkaate
uumamaa
Sichis nuu wajjin yerooma hundumaa
Akka namaa mitii inni nama hin gatuu
Wanta har’a jedhe boru hindagatuu
Nagaanuuf buuseraa samiif lafarratti
Waaqa keenyaaf laanna hoqubaan kansaatii

10

You might also like