Yoo ta’eyyuu hundumtisaa Koo garaan sitti ciisa Dadhabees abdii hin kutuu Jechaakeet kan nabaatu Hir’uunkoo siin kan guutu
1.Kan garaa naraasu hin jiru
utuun siqabuu kan garaa naraasu abdii nakutee teellaatti nan deebisu Abdiinkoo nafaana gaafa hundumaa Garaankoo hin sodaatu waanta hamaa.. 4
2.Humnakoo ganamaadha ati
Bara hundumaa kan nabaatee deemu Mogoleenkoo tasa nan bu’u Hin nyaatamu gadi hin adeemu Utuun siqabuu abdii hin kutadhu Jirta ati naafi haala hin sodaadhu
3.Hin yaadda’u ani Kan naaf yaadutu jira
Dhimmakoo erga fudhateeNaaf ta’eera inni karaa habuuKanan amanutu isa..2 Inni hunda danda’a jechasaan nagageessaa Humnasaan nagaggeessaa Kan garaa naraasu hin jiru kan nasodaachisu hin jiru Iddoo hundumaatti si’I kan nagaggeessuu Si’I kan nageggeessu ……5