You are on page 1of 3

Iskeelii/Furtuu Faarfannaa.

Fuurtuun faarfannaa kan nuti irratti faarfannuu


gosa afurtu jira. Isaanis

Furtuu Tokkoffaa 1st Ykn C


1 walz galata afaan guuttadhee sin faarsa barii lafaa..
Isaan kaan immoo atumti itti hidhii faarfadhu!
2 slow sitti adda hin ba’uu hidda hadhuura koo
sitti hidhadheera…. Itti hidhi kan biraa…
3 rege, erga ati jiraatte karoora koo keessa maaliree
Sodaan koo …. Kan biraa itti hidhi
4 wallo, nagaa koo yaa’ee hin cinnee ifa koo
bara dukkanaa.. kan biraa itti hidhadhu!
5 chicka, ibidda galataa waaqayyoof ibidda galataa.
Urgufadheen haala rakkisa gadu jedheen yesusiin faarsaa.
6 shewa, iji namoota iddoo biraa eega waaqaayyo garuu…
hin galu duunni mana koo….
7 disco, itti qabsiisi ibidda hafuuraa arrabni
Isaayyuu walitti guuraa..

Furtuu 2ffaa Ykn D scale


1 walz, haala koo ilaaltee natti hin geeddaramne.
Jireenyi kiyyaa harka waaqaa keessaa..
2 slow, wanta laayyootti dubbatamuu miti taatee
Gaggabaabaa gara kootu hin irraanfatu.
3 rege, ani hin dhiisu dorgommee koo amman
Fudhutti gonfoo koo ahahaa…
4 Wallo, Du’a Ka’eera Iyesuus Du’aa Ka’eeraa
5 Chicha, Fayyinni Koo Dhiiga Isaatii Fayyinni Koo.
Cucufaa Banee Sassaqe Karaa….
6 Shewa Nu Jaalateera Nu Jaallate Waaqayyo
7 Disco, Karaan Itti Yaadiin Dhuftee Karaa Karra
Hoolaa Utuun Du’akoo Eeggadhuu Anaaf Laatte

Furtuu 5ffaa Ykn G Scale


1walz, jaalalaan na boojitee cubbamaa madaqsitee
2 slow, yemmuun taa’ee yaadu oolmaa ati naaf oolte
3 rege, anoo beeka gooftadhaan waana keessa darbee
4 wallo, galata irraatti galata siifan laadha yaa gooftaa
5 chicka, si fuuldura hin goru eenyuu danda’ee darbii deemi
kan jedhu sagaleen dhaga’ee
6 shewa, ani abdii guutuudhaan waaqayyoon
Eeggadhee innimmoo gara kootti jedhee iyya ko
7 disco, galata qabanneerraa sii waaqeessuuf
dhufnee jirraa galata qabna waaqayyoof….

Furtuu 6ffaa Ykn A Scale


1 Walz, Waaqayo Abbaa Ahahaa Waaqayyo Ilmaa
Ahahaa Hafuura Qulqulluu Sadan Tokkummaa..
2 slow, gooftaa yesus kook an akka eessatti argamaa
Olii kan dhuftee furee ilmaan namaa
3 rege, danqaraan dura kee ijaajjee karaa darbaa si hin
Dhowwatu.. haala koorra ija kaasee …
4 wallo, ulfinaa gara ulfinatti guddinaa gara guddinattii
5 chicka, eessatti beektiree lukkuun lafa joobirri oolu
6 shewa, ati anaa wajjin jirtaa gooftaa koo raawwatee gadu
Hin deemu tajaajilli koo
7 disco, amman gubaa ani garaa diina koo nan bobeessa
garaa masaanuu koo .. goota koo nan faarsa maqaa kee…
Waatuu Gaaffii Siitta Ta’aa Jira Mitii!!!

Bareerami! Meerre Furtuu Sadafaaf Arfan Jette Mitii?

Irraanfadhee Irra Hin Dabareem.


Hubadhu! & furtuu 3ffaa irra hin faarfatamu. E scale
Furtuu 4ffaa irra hin faarfatamu F Scale

You might also like