You are on page 1of 15

Qajeelfama Qorannaa macaafa Qulqulluu kan

Daa’immaanii

Adoolessa 6/2011 ---- Fulbaana 25/2012

Present Truth Ministry

present Truth Ministry Kitaaba Hafuura Raajii

Abbootaaf Raajootaa (Patriarchs&Prophets)

jedhurraa hiikamee qo’achuuf akka tolutti kan dhiyaate


Baafata
Mata duree fuula
1. Qaayeeliif Abeel ni qoraman
2. Aarsaa dhiyeesuu isaanii
3. Akkataa aarsaan itti dhiyaatu
4. Aarsaan Abeel fudhatamuu isaa
5. Fakkeenyummaa Qaayeel ordofuu
6. Da’oo isaa jala jiraachuu
7. Aboommii waaqayyoo eeguu
8. Ifa jibbuu Qaayeel
9. Amala seexanaa hordofuu
10. Carraa cubbuu himachuu
11. Nama lafarraa keessa yeroo jalqabaaf seexanaan
kan mo’ame
12. Cubbuutti Kufuu
13. Cubbuun eessatti eegalee?
Obboloota isaatiin fuul –dura kan ture Addaam akkuma
Adoolessa 6/2011 qorame isaaniis sagalee Waaqayyoo kan amananii fi kan
abboomaman ta’uu isaanii ibsuuf qoraman.
Barnoota 1ffaa fayyummmaa ilmaan namaaf isa bu’uureffame
1
Qaayeeliif Abeel ni qoraman karoorichaa wajjin wal-baruudhaan Waaqayyoo kan inni
kenne sirna aarsaa dhiyeessuu hubateera. Aarsaa
Heertuu yaadannoo:- dhugaatti qajeelaatti isa duratti kanaan sirna fakkeenya isa fayisaa irratti qaban amantii
bara jirru hundumaatti. Luqaas 1:75 akka inni agarsiisu beekaniiru. Dhiifama akka argataniif
guutuu guutummaatti ibsa amanannaa isarratti qaban
Gaafilee maree:-
hubataniiru. Isaanis kana gochuun fayina isaanitiif kan
1. Ijoolleen Adaam jalqabaa eenyu fa’ii diriirfame karoora waaqummaa wajjin adeemuudhaan
2. Qaayeelif Abeel garaa garummaa maalii qabuu? fedhii Waaqayyoof ibsa abboomamuu isaaniif
dhiyeessaa akka turan ni beeku. DHiigni utuu hin
Ijoollee Adaam kan ta’an Qaayeeliif Abeel amala dhangala’in dhiifamni cubbuu akka hin jirre isaanis
isaanittiin baayyee garaa gara turan. Abeel inni Hafuura hangafa horii isaanii aarsaa godhanii dhiyeessuudhaan
amanamummaa Waaqayyoof qabu sun Waaqni uumaan gara ful-duraatti yakka isaaniitiif araarri akka isaaniif
sanyii kufee wajjin walitti inni hundeesse keessatti dhufu isa kakuun galame dhiiga kiristoos irratti kan
haqummaa Waaqummaa fi araara isaa ilaaluudhaan qaban amantii mul’isuutu isaanirra ture. Kanaan wal –
abdii fayyinaa jabeessee fudhate. Qayeel garuu lafti cina kan ta’e isa jalqabaa ija lafaa kennaa galataa
abaaramuu isheetiif sababa addaamiif dhala namaa Gooftaadhaaf dhiyeessuutu isaarra ture.
irratti abaarsi bu’uu isaatiif miira jal’inaa irratti
xiyyeeffachuudhaan Waaqayyoon irratti guungumaa
ture. Karaa wal fakkaataa isa seexana kufaatiidhaaf
godherra bu’uudhaan ofisaa ol ol of qabuudhaan
haqummaa waaaqummaa fi aboo isaa gaafachuu
jalqabe.
fudhatama akka argatan isa kadhatee yoo yaaleeyyuu
kadhati isaa inni jabaan Qaayeel yaada mataa isaa
gochuuf caalmaa murteffate malee wanta fayyade hin
Adoolessa 13/2011 qabu. Akka hangafummaasaatti utuu itti hin yaadin
2
Barnoota 2ffaa kadhata Abeeliitiin gad xiqqeessee ilaaluttiin gorsa isaa
tuffate.
Aarsaa dhiyeesuu isaanii
Qaayeel aarsaa waadan seenameefi barbachisuummaa
Heertuu yaadannoo:-Amantiidhaan Abeel qalma aarsaa dhiyeessuurratti gungumaa amantii hir’uu garaa
Waaqayyoof dhiyeessee qalma Qaayeel irra kan wayyu, isaatti baatee fuula Waaqayyoo duratti dhiyaate
isaanis dhugaa argatee nama tolaa akka ta’e, kennansaa gabbi cubbuu isaatiin hin ibsuu ture. Yaadni
waaqayyoos qalma isaatii dhugaa ba’ee isaanis amallee inni itti walii galee ture har’a baayyoonni yaada isaanitti
ni dubbata. Inni kan du’e utuma jiru. Ibiroota 11:4 dhaga’amu yommuu ta’u kunis abaarsa cubbuuttiin
waadaa seenamee qooda amanuu guutuu guuttuutti
Gaafilee mare:-
fayyina mataa isaatti amanuttiin kaaroora ifaa ta’ee
1.garaa garummaan aarsaa Abeeliif Qaayeel maalii? Waaqayyoon dhiyaatee ordofuudhiisuun dadhabina
Qaayeel karaa mataa ofiisaanii itti amanuu filate.
Obboloonni Lamaan bakka Aarsaa qopheessuutiin Kanaafis xobballaa qabatee dhufuutiin dhigicha wajjin
aarsaa isaanii qabatanii dhufan. Abeel qajeelfama qooda makuu firii hoomisha isaatti kan ta’e ija lafa isaatti
Waaqayyo kenne hordofudhaan horii isaa keessaa qabatee dhiyaate. Kennaa inni fide kun Waaqayyo biratti
Aarsaa dhiyeesse.’ Abiddi waaqarraa gadi bu’ee aarsaa fudhatama akka argatu itti amanuuttin akka olmaa
isaa gube; “Waaqayyo gara Abeelii fi gara qalma isaa Waaqayyoof oleetti dhiyeesse. Qaayeel isa
ilaale.” Garuu, isa qajeelaa fi ifaa ajaja Waaqayyoo kan abboomamee bakka aarsaa itti dhiyaatu yoo ijaaree
callisee Qaayeel ija mukaa qofa aarsaa dhiyeese. iyyuu akkasumas dhiyeessii kan jedhame aarsaa qabatee
Aarsaan dhiyeeffame kun fudhatamuun isaa kan yoo dhiyaateyyuu garuu abboomamuunsaa gar-tokkee
agarsiisu waan tokkollee milikkinni waaqaarraa utuu hin ykn walakaadha. Akkana waan ta’eef kutaan baayee
dhiyaatin hafe. Abeel obboleessi isaa aarsaa akka jaalala barbachisaa ta’e jechuun fayyisaan barbaachisuusaatiin
Waaqayyootti dhiyeessuuttin fuula Waaqayyoo duratti

3
fayyisaa kanaafi kennamu kan qabu beekamtiin maseena waaqeffachu akka qaban lachuu ni amanu turan. Fuulli
ta’ee hafe. amantii isaanii bakkeensaa xuqaa murtaa’een wal-
fakkeenyummaa yoo qabatee iyyuu dugda duubaan
garaagarummaan lachuu isaanii guddaa ture.
“Abeel aarsaa Qaayeel irra kan wayyu amantidhaan
Adoolessa 20/2011 dhiyeesse”. Ibiro 11:4 Abeel qajeelfama olaanaaf
bitamuusaatiin hubatee ture. Akka cubbamaatti of
ilaalaa kan ture Abeel cubbuudhaaf adaba cubbuu duuti
Barnoota 3ffaa lubbuu isaatiif waaqeffannaa inni waaqayyoof dhiyeesse
Akkataa aarsaan itti dhiyaatu akka dhabbate ilaalaa ture. Abeel seericha kan irra
daddarbu irra wanan gaafatu amanutin yakkaaf aarsaa
Heertuu yaadannoo:- guyyaa Baayyees erga taa’ee ta’een kan dhiyaatu xobballaa qabate dhufe. Dhiiga
booddee Qaayeel ija lafaatti waaqayyoof qalma dhangale keessatti gara fuulduraatti aarsaa ta’ee isa
dhiyeessee. Abeelis immoo angafoota hooloota isaa dhiyaatu, qaraaniyoo irratti isa du’u Kiristoosiin ilaalee
keessaa kan cooman keessaayis dhiyeessee Waaqayyoos achiitti aarsaa cubbuu ta’ee kan dhiyaate fayyisaa
amanuu isaatiin qajelummaa isaatin aarsaansaa inni
gara Abeel ilaalee gara qalma isaas. Umama 4:3,4
fudhatama qabatee raga a ta’e.
Gaafilee mare:-
1. obboloonni kun lamaan akkaataa aarsaa ittiin
dhiyeessan barataniiruu?
2. Isin aarsaa galgalaa fi ganamaa kan maatii keessan
keessaatti ni hirmattuu?
Obbolloonni kun akkataa dhaloota isaanii qajeelfama
amantii isaatiif lachuu wal-qixa turan. Lachuuu
cubbamoota turan. Waaqayyoof kabaja gadi fagoottin Adoolessa 27/2011
6
5
Barnoota 4ffaa dhiyeessuu hin dandaa’amneef irra dadarbaa isaanii
dhifamu kan inni danda’u isa Yeesuus hojjete gatii
Aarsaan Abeel fudhatamuu isaa
guddaa kan qabu gochaa ayyaana waaqayyoo malee
Heertuu yaadannoo:- Waaqayyoos Qaayeeliin jedhee hojii isaanii qofaan fudhatama akka argatanitti
maalif dheekkamtee maaliiifis fuulli kee gurracha’ee? amanudhaan dhiigni Kiristoos akka isaan hin
Uumama 4:6 barbaachiifneetti kan isaanitti dhaga’amuu isaa Qaayeel
hojjete dogoggora wal-fakkaataa irra deebi’ee dhiiga
Gaafilee mare:- yakkatti isaan qulleessuu yoo hin fudhatan ta’ee firdii
1. Qaayeeliif Abeel Akkataa aarsaa ittiin dhiyeessan keessa jiru garbummaa cubbuu jala kan itti ba’aan
barachuuf carraa walqixa qabu turanii? daandiin kan biraan hin jiru.

Qaayeel akkuma Abeel dhugoota kan barachuufi


fudhachu kan isa dandeessissu carraa walfakkataa qaba
ture. Inni duchaadhumaatti filannoo murtii hin
qabanneen hin gowwomnu obboloota keessaa tokko
Waaqayyoo biraatti fudhatama akka qabatuuf kan
filamee, kan biraan immoo kan tuffatame hin turre.
Abeel amantiidhaaf abboomamuu yommuu filate
Qaayyeel immoo amanmuummaa dhabuufi jalina filatee
bu’uurrii hunda isaanii kanuma.
Qaayeeliif Abeel amma xumura lafatti kan jiraatan
kutaalee lamaan bakka bu’u gareen tokko cubbuudhaaf
aarsaa ta’ee isa dhiyaate irratti yommuu amanan gareen
hafe immoo hojii mataa isaatii amana. Aarsaan garee
kanaa aarsaa aarsuu Waaqummaa kan of keessa hin
qabne waan ta’eefii ilmaan namootaa gara waaqayyootti Agayyaa 4/2011
7
8
kanamoo maal ta’uuf akka jiru seenaan Qaayeel nutti
agarsiisa. Namni Kiristoosiitti yommuu adda ba’u wanta
Barnoota 5ffaa inni ta’u argina. Namni ofiisaatiin of haareessuuf humna
hin qabu. Akkana waan ta’eef deemsa isaatiin asii gadi
Fakkeenyummaa Qaayeel ordofuu
gara kallattii seexanummaatti gadi bu’a malee gara tola
Heertuu yaadannoo:- guyyaa Baayyees erga taa’ee Waaqummatti qajeeluu hin danda’u. abdiin keenyaa
booddee Qaayeel ija lafaatti waaqayyoof qalma inni dhuunfaan tokkichi Kiristoosiidha.
dhiyeessee. Umama 4:3

Gaafilee mare:- Agayyaa 11/2011

1. Fakkenyuummaa Qaayeeliin kan hordofan har’a Barnoota 6ffaa


jiruu? Da’oo isaa jala jiraachuu
2. amala akkamiitu isaan irraa mul’ataa?
Heertuu yaadannoo:- Eenyun illee fayyini hin jiru kan
Tokko tokkoo Amantiii dogoongoraa namni fayyuudhaaf biraatiin maqaan biraan hin jiruhoo waaqa jala namaa
dhamaa’iinsaa mataa isaatiin amanachuu qaba kan kan kenname isaan fayyuun kan ta’u. Hojii ergamota
jedhu qajeelfama wal fakkaataa kan bu’urreeffateedha. 4:12
Fakkeenya Qaayeelii hordofuudhaan gareen
Waaqayyoon waaqessan lakkoofsatti danuudha. Isaan Gaafilee mare:-
keessaa tokko tokko akka jedhanitti ilmaan Namootaatiif
1. Dawoo Waaqayyoo jala jiraachuu jechuun maal
kan barbaachisuu fayyina utuun taanee gara sadarkaa
jechuudhaa?
guddina olaanaatti ol ba’uufi jireenya haara’umsa kan isa
2. Waqayyoon beekuu jechuun maal jechuudha?
gonfachiisuudha. Qayeel dhiigaan ala aarsaa
dhiyeesuuttin waaqa biratti fudhatama argachu akkuma Guutuugutuummaati Kiristoositti kan hirkatu amantin
fedhe akkasuma aaraarsuu ala eenyuumaa nama gara dhugaan wanta Waaqayyoo
10 isa gaafatu
sadarkaa waaqaatti 9 ol kaasuudhaaf abdatu firiin abbomamuudhaan ibsa. Bara Addaamii kaasee hamma
har’atti kan jiru lolli guddaan seera Waaqayyootiif Aboommii waaqayyoo eeguu
abboomamuu irratti kan xiyyaafatudha. Barootaf
Heertuu yaadannoo:- Waaqayyoos Qaayeeliin jedhee
namoonni seera Waaqayyoo keessa tokko tokko
maalif dheekkamtee maaliifis fuulli kee gurraacha’ee?
callisuutiin abboomamu malee kan jiraatan garu Uumama 4:6
da’oo(gaddisa isaa) jala akka jiraatanitti kan itti
Gaafilee mare:-
dhaga’amu baayyonni jiru.
1.Aarsaan Abeelfaa fakkeenya eenyuuti?
Garuu macaafni qulqulluun “amantiin hojiidhaan akka
raawwatamu” dubbachuutin “amantiin hojiin qabne 2.Abeel qajeelfama Waaqayyoo hordofuu dadhabuun
du’adha”jedha. Yaa’iqob 2:22 “ isa beeka kan jedhu isaa miidhaa akkamii isatti fide?
abboommi isaa hin raawwanne inni sobadha” 1 Yohanis Qaayeel Abboommi Waaqayyoo yoo calliseyyuu
2:4 Qaayeel aarsaan inni dhiyeesse fudhatama akka hin Waaqayyoo qofatti isa dhiisu waan hin barbaanneef gadi
qabne yummu arge gooftadhaaf Abeel irratti aare. bu’ee nama rakkisa ta’e wajjiin walii galuu murteesse.
Namoonni qooda isa Waaqayyoon ajajame aarsaa kan Gooftaan Qaayeelin akkana jedhe “maaliif haarte?
biraa dhiyeessan Waaqayyoo waan hin fudhanneef Maaliifis fulli kee gurraacha’e?”
obbollesi isaa Abeel Waaqayyoof abbomamuu
Dursee ergama tokkoon akkana kan jedhu akeekachiisi
filachuutin jallinasaa waan hin fomsineef itti hare.
ga’ee ture” gaarii utuu goote fudhatama hin argatta’oo?
Yoo gaarii gochuudhaa baatte garuu cubbuun balbala
keetti qaxxisa. Si mo’uus barbaada ati garuu isa mo’i”
filannoon kanuma. Qaayel kan mataasati. Cubbuu
aaraarsuudhaaf akka dhufu 12 waadaa isaa seename
11
Agayyaa 18/2011 masi’ii itti amanudhaan abboommi Waaqayyoo
hordofee utuu jiraate gaddisa fayyina jala waan ta’eef ni
Barnoota 7ffaa
gammada ture. Garuu amanu diduusaatif aariin guutamee waa’e jallina isaatti utuu hin gaddin
daddarbaasaatti jabaate yoo itti fufe Gooftaa biraatti mormii isaa itti fufee obboleessa isaa ajeesse.
fudhatamu isaatiif sababa dhiyeessu hin qabu.

Qaayeel irra dadarbaa isaa amanee fudhachurraa Agayyaa 25/2011


Waaqayyoon haqummaa kan hin qabne godhee
himachuudhaan obboleessa isaa Abeel irratti Barnoota 8ffaa
hameenyaaf jibba agarsisuu isaa itti fufe. Obboleessa Ifa jibbuu Qaayeel
isaatti aariidhaaf dheekaamsaan itti dubbachuudhaan
Waaqayyoo isaa wajjiin kan galee waadaa jeequmsa Heertuu yaadannoo:- garaan keenya yoo nu
keessa buusuudhaaf yaalii godhe. Abeel gara hammeessee Waaqayyoo garaa keenyarraa caalaahoo
lafuummaadhaan jabinaafis ija jabinaan qajeelummaa hundumaasa beeka.1yoh 3:20
Waaqayyoo fi gaarummaatti dhaabbattee. Dogoggora Gaafilee mare:-
Qaayeeliin adda baasee rakkinni kan jiru isa bira
1.Qaayeel maaliif obboleessa isaa jibbee?
ta’uusaa amasisuu yaale. Maatiinsaanii Adaamiif
Heewwaan dogoggorri akka irratti argameen 2.Jalloonni maaliif ifa jibbuu?
batalummaatti du’aan adabuu utuu danda’u garuu 3.Nama qajeelfama Waaqayyoo hordofu irratti baroota
Waaqni jaalalaa bakka isaanii qulqulluudhaaf mudaa hundumaatti maaliif jibbi irratti ka’a?
kan hin qabne ilmasaa giddiraa fi adaba du’aa akka
fudhatu murteessuu isaa heerudhaan gara
lafummaadhaan itti dubbata ture. Garuu kun Sababiin Qaayeel obboleesaa
14 jibbeef Abeel waan hamaa
hundumtuu dheekkamsaa 13 Qaayeel caalaatti akka boba’u tokkoyyuu isa godhee utuu hin ta’iin hojiinsaa hojii
godhe, yaadni isaa waa’een Abeel sirrii ta’uusaaf jallinaa kan obboleessa isaa immoo hojii tolaa waan
dhugaa ba’eefi ture inni garuu dheekkamsa hamaattiif ta’eeffidha. 1yoh 3:20
Kanatti fufuudhan jaallonni baroota keessatti isaanirra wal-fakkaatuun qajelummaa seera Waaqayyoo
kan wayyan utuu jibbanii turaniru. Aboomamuuniif kan mul’isuudhaaf jabinaan kan dhaabbatu nama kam irratti
hin jijjiramne Amantiin Abeel obboleessa isaa Qaayeelitti iyyuu afurri mormii ni ka’a.Afuurri barotaaf
ifaata yeroo hundaa itti ta’e. hojii jallinaa kan hojjetu qajeelchalfama Waaqayyootiif deegersaaf eegumsa
hunduu ifa jibba. Gochi isaa akka hin mul’anneetti amma barbaachisaa ta’e gochuutiif ibiddicha isa boba’uu
gara ifaa hin dhufu. Yoh 3:20 calaqqeen ifa samii inni bartoota Kiristoosiif dabarse.
amala hojettota waaqayyoo ta’uu mullisa . sabarratti
yeroo ifu namoonni garee waaqayyoo hin ta’in cubbuun
isaanii caalaatti ifa bahee mulla’aata. Kana waan ta’eef
kaayyoo isaanii kan duraa gufachisaanii isaan
Qulqulloota sana balleessuuf yaada murtoo qabaatu.

Ajjefamuun Abeel Waaqayyoo bofichaafi sanyii nadhittii


gidduutti seexanaaf duuka buutota isaa gidduutti
diinummaan akka jiraatuuf seera inni kaa’ee fi fakkeenya
jalqabaattii cubbuu namootaa irraan kan ka’e seexanni
ilmaan namootaa to’annaa isaa jala yoo olche iyyuu
Kiristoos garuu waanjicha akka caccabsan isaan
dandeessissa. Amuma lubbuun Waaqayyo irratti
amantaa qabdu isheerratti kan moo’u daandiin Qammee 2/2011
dogongorsaa seexanaa15waan saaxilamuufi cubbuudhaaf Barnoota 9ffaa 16
bitamuunshee ni dhaabbata. Qulqulluu inni ta’e jireenya
Amala seexanaa hordofuu
Abeeliin to’achuu akka hin dandeenye yommuu arge
dheekkamsa jabaatiin aruutti jireenya isaa dabarse. Bifa
Heertuu yaadannoo:- “ Isaanis dhiiga hoolichaatiin dogogoree ture. Kanaafis yakka hojjete dhoksuudhaaf
dubbii dhugaatiin mo’an. Amma du’aatti illee lubbu sobe.
isaanii hin mararfanne” Mul 12:11

Gaafilee mare:-
1.Waaqayyo maaliif Qaayeeliin obboleessikee eessa jira
jedhe,iddoo Abeel jiru hin beeku turee?

2.Namni yeroo jalqabaatiif nama ajjeese eenyu?

Tumsitoonni seexana kakaa’umsa isaatiin geggeefamani


bartoota Kiristoos to’annaa isaanii jala olchuu akka hin
dandeenye hubachuudhan haleellaa bal’aa itti banan,
waa’ee kanatiif raajichi akkana jedha

“ isaanis dhiiga hoolichaatiin dubbii dhugaatiin mo’an.


Amma du’aatti illee lubbuu isaanii hin mararfanne” Mul
12:11

Lubbuu ajjesaa inni ta’e Qaayeel yakka hojeteef deebii


akka kennu battalumatti waamichi ta’eef, “ kana
booddees Waaqayyoo Abeel obboleessi kee eessa jiraa Fulbaana 4/212
ittin jedhe; Qaayeliis hin beeku , an eegduu obboleessa Barnoota 10 ffaa
17 18
kootiitii jedhee deebiisee.” Qaayeel cubbuudhaan
fagatee deemuutiin jiraachuu Waaqayyoos akka hin Carraa cubbuu himachuu
cinnee guddummaa isaatiif waan hundumaa beekuu isaa
Heertuu Yaadannoo:-Jedheenis maal gootee sagaleen afaan sitti bantee irraa hin ar’atamta” yoo gotees ija lafa
dhiiga obboleessa kee lafaa gara kootti ni iyya. silaatu lafa irratti jooraaf sokkaa ni taata.
Uumama 4:10
Uumama 4:11-15 dubbisi
Gaaffilee Maree:-
1.Dhiigni obboleessakee garakootti iyya jechuun maali?
dhuguma dhiigni akka namaatti iyyuu ni danda’aa?maal
jechuu barbaadeeti?
2.Waaqayyo Qayeeliin maaliif maalgoote jedhe?
Gooftaan irra deebi’ee Qaayeeliin akkana jedhe “maal
gootee!” dhaga’i dhigni obboleessa keetii gara kootti
iyyaa” yeroo sana Qaayeel cubbuu isa akka imatuuf
carraan Waaqayyoo biraa kennameef dhimma kana
irratti Qaayeel itti gaabbudhaaf yeroo qaba ture. Balinnii
fi gadi fageenyi gochaa isaati akkasumas yakka isaa
dhooksuudhaaf haxxuummaan inni itti gargaramee yoo
ta’eefiyyuu jalina gochaa jira. Achumaan adabbii
battalaa itti kenname malee irraa hin darbamneef
sagaleen gaaffiif akeekkachiisa inni dhaga’ameef
sagaleen Waaqayyoo akka armaan gadiitti jechi
sodachisaan 19irratti diriirfamee “kan abaramteedha, Fulbaana 11/2012
dhiigaa obbooleessa keetii sirkaa fudhaachuudhaaf lafa
Barnoota 1120ffaa
Nama lafarraa keessa yeroo jalqabaaf seexanaan kan Univeersiidhaaf barnoota barbaachisaa kenne
mo’ame dukkanaan kan liqimfame Qaayeeliif dhaloonnii isaa
cubbamaan waaqayyoo duratti jalina gochaa akka bara
Heertuu Yaadannoo:- Wayyoo isaan karaa Qaayeel
baraan jiraatu iyyamameeraaf ta’ee firiinsaa maal ta’uu
dhaqaniiruho gatiidhaafuis jedhanii wallalummaa
akka qabu kana agarsiise ture. Obsii Waaqayyoof gara
bala’aamiin badaniiruhoo ganuu qoreetiniis dhumanii.
laafummaansaa hamaa kan godhan gochaa isaaniif
Yihuudaa 1:11
caalmaatti akka itti fufan godhe. Qaayeel irratti murtiin
Gaaffilee mare erga kennamee jarraa 15 booda dhibbaan yakkaa isatti
guddataa adeemudhaan amma bara bishaan badisaatti
1.Waaqayyo maaliif Qaayeel irratti tarkaanfii du’aa ga’e.
ariifatee irratti fudhachuu dhiise?
2.Dhiibbaa fakkeenyummaan Qaayeel hordofsiise irratti
mari’adhaa.
Qaayeel yakka hojjeteen du’uu yoo baate iyyuu Waaqni
araara isaa hambisuudhaaf carraa qalbii jiijjirrannaa
utuu inni kennuufi argina. Qaayeel garuu gara jabinaan
angoo Waaqayyoo irratti jalina jajjabeessuutiin karaa
cubbuu kan filatan fakkeenyummaa adda duree ta’e.
gantummaan seexanaan geggeeffamuu kan birootiif kan
itti qoraman ta’e. fakkeenyuummaan Qaayeel kaa’ee
kan biroo irratti dhiibbaa geeggeessuuttiiin lafti
caalmaatti kufaatii keessa akka seentuuf jalina badiisa
ishee arifaachiisuun amma guutuummatti ariifachisa.
Waaqayyoo jireenya nama yakka ajjeechaa jalqabaa
21 22
raawwate hanbisuuttiin lola guddaa keessatti Fulbaana 18/2012
Barnoota 12ffaa lakka’aamanifii humna ajaa’ibsisaatti jiraatootta lafa
irraa kiyyoo gowwomsaa isaa keessa galchuudhaaf
Cubbutti Kufuu
socho’aa jira.
Heertuu Yaadannoo:- Aboommii koo kan qabu kan
eegus isa kan najaallatu kan najaalatus abbaan koo isa ni
jaallata. Anis nan jaaladha isattis ofan mul’isa. Yoh 14:21 Fulbaana 25/2012

Gaaffilee mare:- Barnoota 13ffaa

1. Ilmaan namaa seexanni maal fa’iin gowwomsaa? Cubbuun eessatti eegalee?


2. Tooftaa fi gowwoomsaa seexanaa irratti
Waaqaarrattis loli ta’ee Mikaa’eeliif ergamoonni isaa
mari’adhaa.
Jaawwichaan lolaanii jawwichis lolee ergamoonni
Univeersiif firii jalina Addunyaa mancaasee isaas. Mul’ata 12:7
xiyyaffannaadhaan ilaalte. Kufaatii cubbuu kanaatiin
1.samayii irratti kan lola eegale eenyuu?
sanyiin namaa seera Waaqarraa daddarbuu isaatti
aansee addabiin du’aa itti kenname. Qajeelaaf haraaf 2. xumura barumsa kanaatti maal hubbatan?
guutuu ta’uunsaa ni ifee namoonni jireenya cubbuutti
bara dheera hamuma jiraatan kan dhiifaman ta’u. Garuu jalqabaaf xumura waan hundumaa inni beeku
Addunyaa dhibbaa jalinaa garaa cubbamootaa waaqni karoorri waa’ee hamaattiif jiru bira ga’aamuu
jabeessetti qulleessuuttiin fedha Waaqayyoo keessaa akka hin dandeenyeef guutuudha. Samayii irratti yeroo
kan ba’aan bara isaanii gabaabsuuttiin murtiin jalinni ka’e ameenyi akka hin jirre godhee barbadeessuu
Waaqayyoo abaarsa irra eebba ture. utuu danda’uu jalinni maal akka fakkaatu guutuu
uuniveersitti agarsiissuun kaayyoo Waaqayyoo ture.
Seexannii seeraaf amala Waaqayyoo waliin dhahee Haqummaan Waaqayyoo araarrif qajeelinni isaa
dhiyeessuuf gowwoomsaa kuma tokko qabatee humna maalummaan jalinaa saaxilamee akka mul’atu godheera.
isaa guutuutti utuu adda hin kutin hojechaa jira.
Seexxanni bal’inaan kan diriire karooraan akka ta’utti Addunyaa cubbuutti hin kufinnerra kan jiran
uumamaanni qulqulaa’oon taatee lafaa kanarratti ta’aa
24
23
jiru dinqi fannoo (xifaannoo) guddaadhaan ilaalaa Waaqayyoo ture. Haqummaan Waaqayyoo araarrif
jiru/ilaalaa turan. Seexanni saba kiristoosin mormee qajeelinni isaa maalummaan jalinaa saaxilamee akka
seera waaqayyoo dangeesse samii irraatti hundeessu mul’atu godheera.
kan inni yaale maalummaan sirnichaa badii bishaaniitiin
Addunyaa cubbuutti hin kufinnerra kan jiran
duran kan hubaataman taatee wan lafaa kana ifa
uumamaanni qulqulaa’oon taatee lafaa kanarratti ta’aa jiru
dhumaatti ilaalu isaani qulquloonni arganiru. Addunyaa
dinqi fannoo (xiyyaafannoo) guddaadhaan ilaalaa
durii keessatti lubbuuwwaan to’annoo seexanaa jalatti
jiru/ilaalaa turan. Seexanni saba kiristoosin mormee seera
kufaan irratti wanti hubatamaa ture dhaloota giddirfame
waaqayyoo dangeesse samii irraatti hundeessu kan inni
argamaniiru (hubatamaniiru). Kana dhala namaa jalina
yaale maalummaan sirnichaa badii bishaaniitiin duran kan
lafarratti kan baay’aatee fi yaadni gorsaas har’aa bor
hubaataman taatee wan lafaa kana ifa dhumaatti ilaalu
jalina ture. Uumama 6:5
isaani qulquloonni arganiru. Addunyaa durii keessatti
lubbuuwwaan to’annoo seexanaa jalatti kufaan irratti wanti
hubatamaa ture dhaloota giddirfame argamaniiru
(hubatamaniiru). Kana dhala namaa jalina lafarratti kan
baay’aatee fi yaadni gorsaas har’aa bor jalina ture. Uumama
6:5

25

26

You might also like