You are on page 1of 22

Boqonnaa Afur

Hafuura Qulqulluudhaan guutamuun


dhugaa ba’uu
kaayyoo

 Dhuga ba’umsi milkaa’ina qabu maal akka ta’e ibsuu


dha.

 Amantii fi fedhii ofiin akkamitti hafuura qulqulluun


guutamuun akka dandfa’amu mul’isuudha
Galma
Barumsi kun
 HQn eenyu akka ta’ee fi maaliif akka dhufe
 HQn guutamuu jechuun maal akka ta’e
 Akkamitti “gara keessaatti harganuu”hafuura qulqulluun
amantii fi fedha keenyaan guutamuu akka dandeenyu
 HQn guutamuu ilaalchisee abboommii fi abdii macaafa
qulqulluun nuuf kenname
 HQn dhugaa ba’uu ilaalchisee qophiilee dhuunfaa
godhamuu qaban
 HQn dhugaa ba’uu keessatti tarkaanfiilee fudhatamuu
qaban Si hubachiisa
seensa
A. HQ guutamuun ( to’annaa HQ keessa ta’uu fi humna
isaatiin guutamuun ) jireenya kiristaanaa keessatti
mo’icha hundumaa caaluu fi wanta furtuu ta’e dha
B. Ergamoonni gooftaa waliin waggaa 3 ha dabarsan
malee erga guddicha raawwachuuf qophaa’oo hin
turre. HoE 1:8
C. Iyyesuus kan hojjete caalaa akka hojjennu abdii nuu
laateera.kunis HQn hojiitti jijjiirama. Yoh 14:-12-14
D. Kiristaanonni baay’een garuu akkamitti HQn
guutamuu akka danda’an hin beekan.
Hafuurri quluqulluun eenyudha?

1. Gooftaa dha HoE 5:3-4


2. HQn gooftaa qaama mataa isaa qabudha
(humna qofaa ykn qaama kan hin qabne miti)
– 1Qor 12 :-11
– 1Tes 5 :19
– Efe 4 :30
Qaama sillaasee keessaa isa sadaffaadha.waaqayyo
abbaa fi Ilmaa wajjin wal qixxeedha (mat 28:19,
2 Qor13 :14
Abbaa ilma

Waaqayyo

Hafuura qulqulluu
Abbaa

waaqayyo

Hafuura
Ilma Qulqulluu
Hafuurri qulqulluun maaliif dhufe ?
1. Kiristoosiin ulfeessuuf. Yoh 16:7 ,13, 14.
2. Gara dhugaa hundumaatti nu geessuuf. Yoh 16:13
3. Kiristoosiin akka beeknuu fi isaaf akka jiraannuuf
humna nuu kennuu fi dha
4. Jireenya irraa hafaa akka jiraannu … Yoh 7:37-39.
5. Dhugaa akka baanuuf HoE 1:8
6. Kadhata bu’a qabeessa akka kadhannuuf Rom 8 :26
HQn guutamuu jechuun maal jechuudha ?

1. Geggeessaa fudhachuu ( humna hidhachuu).


“guutamuu” = geggeeffamuu ,to’annaa jala ooluu fi HQn
humna hidhachuu dha.
2. Deemsa fedha gaafatudha. Innis “Sirna hargansuu
Hafuuraatiin”
3. Wantoota 4 hojjechuuf waaqayyo irratti hojii gaafatudha.
isaanis
– Jireenya qullaa’e jiraachuuf 1 Phex 1:14-16
– Ija hafuuraa godhachuudhaaf yoh 15:8 “…ija baay’ee
– Sagalee waaqayyoo hubachuudhaaf
– Rakkoo jireenyaa akka mo’annuuf Rom 8:26
Kiristaaninni baay’een HQn maaliif hin guutamne?
1. Beekumsi itti hir’achuu irraa kan ka’e.
– kiristaanni baay’een jireenya mo’amaa kan inni jiraatuuf
beekumsa hir’inaafidha. Kunis gara amantii dhabuutti
geessa

2. Amantii dhabuu.
– Namoonni baay’een waaqayyoon in sodaatu malee hin
amanan
Akkamittiin HQn guutamna
1. Amantiidhaanidha.
– Kiristaana kan taate amantiidhaanidha Efe 2:89
– Akkasuma HQn kan guutamtu Amantiidhaanidha Qol 2:6
– Wanta altokko siif laatame waaqayyo akka siif laatu kadhachuun
sitti hin jiru
2. Haaldureewwan lapheeke qopheessuuf si gargaaran
beekuu. Isaanis
– Jireenya gooftaa gammachiisu jiraachuuf barbaaduu mat 5:6
– HQn kan siyaadachiisu cubbuu hunda irraa qalbii jijjiirrachuu fi
dhiifama kadhachuu 1 Yoh 1:9
– Of kennuu Rom 12:1-2
 Ergamoonni dhuga ba’umsa fiixaan ba’ee fi
firiqabeessa kan argamsiisan guyyaa 50 ffaatti
bu’uu HQn ture.
 Dhuga ba’umsa Hafuuraan godhamuuf
wantoota barbaachisan .

– Qophiilee dhuunfaa
– Tarkaanfii fudhachuu
Dhuga ba’umsa bu’a qabeessa
1

8.Ija eegi
Ija T
7.Waa’ee yesuus dubbadhu

6.deeemi
5.kadhadhu
4.Amantiikee himuuf
qophaa’i
3.HQn guutami
2.Jireenya kee keessatti
cubbuu qalbiitti jijjiirradhu
1. Kiristaana ta’uukee
mirkaneeffadhu
1.Qophii dhuunfaa
A. Kiristaana ta’uukee mirkaneeffadhu

– Kiristoosiin amantiidhaan fudhachuu Efe 2:8-9


– Kiristoosiif of kennuu, kunis eenyummaa,
sammuu, miiraa fi fedhii keenya hunda walitti
qabata
B. Cubbuun ati qalbii hin jijjiirratin jiraachuu isaa
mirkaneeffadhu.
– Cubbuun jireenya keenya gammachuu dhorka
Qalbii diddiirrannaa dhugaa
i. Gochi keenyaa fi yaadi keenya sirrii akka hin taane
Waaqayyoo wajjin walii galuu
ii. Cubbuu keenyaafis ta’e cubbuu hundumaaf
dhiigni kiristoos gatii keenyaaf fannoo irratti akka
dhangala’e Waaqayyo wajjin walii galuu (amanee)
iii. Qalbii diddiirrannaa dhugaa (deebi’uu)
– Ilaalcha qabnu geeddaruu
– Humna HQn dhaabannaa keenya sirreessuu (cubbuu
himachuu dhiisuun walitti dhufeenya nu Waaqayyoo
qabnu miidha) Far 68:1-
C. Hafuura Qulqulluun guutamuu
 Namni HQn guutamuu kan danda’u, eenyummaa
HQ, maaliif akka inni dhufe sirriitti yeroo hubatu,
jireenya isaas akka bituu fi akka to’atu yeroo
eeyyamudha.
 kunis hojiirra ooluu kan danda’u amantiidhaan Efe
5:18, 1Yoh 5: 14,15 Miiraan miti Gal3:1,Rom 1:17
 HQn guutamuun humnaan dhugaa ba’uuf nama
gargaara.HoE 1:8
D. Amantii kiristoos irratti qabdu warra kaanitti
dubbachuuf qophaa’i.
1phx 3:15-16
– Yaadaan qophaa’uu
– Leenjii garaagaraa fudhachuu
– Yeroo amantii keenya ibsinu ammoo waaqayyo akka nu
wajjin jiru amanuu
2. Tarkaanfilee fudhatamuu qaban
A. Kadhadhu. yoh 3:16, 2phx 3:9,1Yoh 5:15-16 yeroo
kadhattu waa’ee
– namoota itti dhugaa baatuu
– Naannoo itti dhugaa baatuu
– Ayyaana ittiin dhugaa baatuu cimsii kadhadhu.
– Fayyuu namootaa qofa osoo hin taane, waa’ee guddina
hafuuraa fi tajaajila isaaniifi kadhadhu. Yoh 17:-
Akka abdii isaas akka Waaqayyoon amani. Yoh 6:44
B. Gara namootaa dhaqi.
 Namoonni garakee hamma dhufanitti hin eegin
yesuus si geggeessa.mar 4:19 ,mat 28:18-20
 Gooftaan nama hundatti dhugaa akka baanuuf nu
erge. mat 28:18-20
 Gaafa mara dhugaa ba’uuf yeroo fudhu.geggeessaa
HQf dammaqaa ta’i
C. waa’ee yesuus kiristoos dubbadhu

Qola 1:18
Wal falmiidhaan yeroo hin balleessin.wangeela
jaalalaan (gammachuudhaan) dhiyeessi.

D.IJA EEGI

Waaqayyo akka sitti fayyadamu amani, bu’aa eegi


ykn waaqayyoof dhiisi
 Walumaa galattidhuga ba’umsi fiixaan
ba’umsa qabu ,kaka’umsa mataa ofiitiin
waa’ee fayyisuu yesuus geggeessaa fi humna
HQn dhugaa ba’uun, ija isaa garuu
waaqayyoof dhiisuu danda’uudha.

You might also like