You are on page 1of 19

SIRNA GALAATO

MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURA  d/n 1ffa farsa 231 waqaayyo tikse koti
QULQULLUU WAAQA TOKKO AMEEN ani homaa hin dhabuu, inni marga lalisaa
keessa akkaan boqodhu ni godha, gara
Sirna galato afaan oromoo lafa itti haara galfatanittis na gessaa, inni
lubbuu natti hin deebisa, maqaa isaf
-> Yaa haadha keenya,Qulqulleetti,mana jedhe dandii qajeela irra na geggessa, ani
kiristiyaana,nagaa siin jenna,keenyanoonni bowwaa dukkana’a kessaa yoon adeeme
kee,kan badhaafamani,meetii fi paziyooni. iyyu hamaan anatti dhufa jedhe hin
sodadhu ulee ketif dhabbanni kee na
--> Fannoon nii ife,akkuma urjii, jajjabessu fuula dinoota ko durattis ati
samiiwwan,bareeche,hundumaa maddi naf hin qophessita mataa kos
caalaas,Aduun nii mul'ise dhaadhaa ejersa ni dibdaa xoofoon kos
guute irra ni dhangala’a eyyee bara
--> Hunduu,dhugaa kan jireenya ko hundumatti garuumman ke fi
raawwatu,Qulqulluudha,kan kabaju arjummaan ke na duuka ni bu’uu
sanbata,.kan deebi'e keessumaa,gara guyyoota kana hundumattis mana
waaqayyootti,adda na baasa hin jedhin, waqaayyo kessaa bara baraan nan
jiraadha.
uummatarra.

-->( yeroo du'a ka'uuti hanga guyyaa Lu 1:- Tokkichi abbaan qulqulullu dha
shantammaffatti) Tokkichi ilmi qulqulluu dha Tokkichi
innis afuurri qulqullunis.
Halle luya yoseefi fi niqoodimoosi, ni
kafaanan, iyyesuusini, huccuu adii Um:- Dhugumaa abbaan qulqullu dha,
dhaani, isaa ka'e, du'oota kessaa, dhugumaan ilmiis qulqullu dha,
aja'ibaa guddaadhan. dhugumaa innis afuurri qulqulluunis

--> Haallee, luyya yeroo Lu 1:- Galaatteffadha waqaayyon


Qulqulleessa,amantoota,kan ol seene mana ummatni hundi kessan
kiristiyaana,yeroo qulqulleessaa kani hin Um:- Ni galaatteffatu ummaanni
dhaggeeffanne, kitaabota qulqullaa'o, yoo
hundumtu
hin oobsine, hanga raawwatutti
kadhannaan qulqulleessaa, yoo hin Lu 1:- Jabaatera dhifaamnisa nurratti
fuudhanne, kennaa qulqulluurraa addaan
haa ba'u, mana kiristiyaanaarra , digeera Um:- Arjumman isa kan waqaayyo ni
waan ta'eef seera Waaqayyo ,salphiseera jiraata bara baraan.
dhaabbachuun,fuula mootii
samiidha,mootii fooniif Lu 1:- Galaanni abbaaf ilmaa fi
hafuuraadha,.akkasitti nu afuura qulqullu, har'as yeroo
barsiisaniiru,duuka bu'oonni,seera isaani. hunduma, bara baraani ameeni halle
--> Isheen si'iidha,Lemmaatiin warqee luya.
qulqullooftuun,keessa ishee mannaan kan
Um:- akkaasuma haa jedhan.
jiru.nyaatichi,kan bu'ee samiirraati,kan
kennu jireenya addunyaa hundaa.
Sirna galaato afaan oroomo 1
 d/n 1ffa kadhannaf ol kaa’a d/n 2: kadhadhaa waa’ee warraa

 um: maloo dhifaama nuf godhi


galchii galchani

 lub: nagaan isinif ha ta’u  UM: fudhadhuf galchi isaani kan


obboloota kenya, fudhadhuf galchii
 um: afuura ke wajjini isaani kan obbolettiwwaan kenyas
kan kenyas nuuf fudhaadhu galchii
Lu 1: Ni galaatteffanna, waan gaarii
Kenya qurbaana Kenya.
kan nuuf tasisee, waqaayyoo
ffa
dhifaama, abbaan, goftaa keenyaf  d/n 1 kadhannaf ol kaa’a
waaqa keenya, fayyisaa keenya,  um: maloo dhifaama nuf godhi
iyyesuus kiristoos.
 lub: nagaan isinif ha ta’u
Nu dhokseera nu gargareera eege  um: afuura ke wajjini
ofitti nu dhiyeessera ofittis nu
fudhatera jabesses nu eegera yeroo d/n 1: ajajaa duuka buota abboota
kenyaati namni gara isa kessatti
kananis nuu ga'eera
haloo, innaffa, fi lola hiriyaa isa
Ammaas inni, akka nu eeguu, kan irraatti enyu irratti iyyu yoo tae hin
qabatini .
taate, guyyaatti qulqulletti, baraa
jireenya keenya hunduma, nageenya d/n 1: sagaada waqaayyo dhafi
hundaan, hundumaa kan qabee, sodaadhan.
waqaayyo keenya haa kadhaannu.
Um: fuula
ketti maloo ni
d/n 1 kadhadha
ffa
sagadna si galatteffanna.
--> barbada kadhadha akka nu Waa’e kadhata dhifaama
fayyisuf waqaayyo dhifaama nurratti
ha godhu , akka nu fudhuf kadhataf  tokko kan tasistu foon isaa
wareega kenyaa qulqullota n isa fi dhigaa isatin waqaayyo
harkati wa’’e keenya akka t’utti yeroo dhifaama isatin tokko akka
hundaa kan genye akka tanuf akka nu tasisuf waa’e nagenya ni
fudhannuf dhoksa isa kan tae kadhanna.
ebbifamaa akka nuf dhisuuf cubbu  amen nuttin ararami ya
Kenya gofta dhifaama nuf tasisi.
-um: nutti araarami
 Waqaayyo amanta isa
d/n 2ffa kadhannaf ol kaa’a qulqullumman akka egnuf
um: maloo dhifaama nuf godhi
akka nuf kennuf jecha waa’e
amanta Kenyaf ni kadhanna.
lub 2 : nagaan isinif ha ta’u
 Hanga dhuma jireenya
um: afuura ke wajjini
Kenya tti waqaayyo

Sirna galaato afaan oroomo 2


tokkumma afuura qulqullutin  Tayita lubbumma ,waqayyo
akka nu eeguf waa’e isani irra akka hin fagessine,
tokkumma Kenya dhaf ni tattafachu, isa sodachu,
kadhanna. hanga dhumatti kka nuuf
kennuf dadhabbi isaani akka
 Yeroo rakkina Kenya
fudhatuf waa’e luubota ni
hunduma waqaayyo obsa
kadhanna.
hin qabne dhuma akka nuf
kennuf ni kadhanna  Waqayyo gonkuma tajajila
ariffanna akka isani kennuf
 Qulqullota kan ta’an rajoota,
qulqullumma dhsnis akka
isaan wajjin waqayyo aakka
dhiyaatanif dadhabbi isani fi
nu lakka’udhaf ni kadhanna.
jalala isaani akka fudhatuf
 Isaan akka isa waa’e daquunotaf ni
gammachisan nutis akka kadhanna.
gammachisnu waqayyo
 Tattaffi amanta isaani fiixan
tajajilumma isa akka nuf
akka basaanif waqaayyo
kennuf carra isani akka nuf
akka ianif kennuf waa’e
kennuf tajajiltota kan ta’an
gargartota daqunota fi
waa’ee duuka bu’oota isa ni
dubbistota kitaba , waa’e
kadhanna.
farfatotta dhaf ni kadhanna.
 Waqaayyo nuuf hojii
 Kadhanna isaanii akka
waregamumma akka nuf
dhaga’uuf calaa dhumatti
kennuf qulqullota kan ta’an
qabenya afuura qulqullu
waa’e waregamtota ni
laphe isaani kessa akka
kadhanna.
bulchuf dadhhabbi isaani
 Tajajiltonni mana kiristaana kka fudhatuf waa’e
isaani dha hoo waqaayyo manguddotaf, warra
isanin ji’oota dheera dhaf gargarsa hin qabnefis ni
akka nuf kennuf mudaa kadhanna.
male qulqullummadhan
 Waqaayyo gatii
ta’ani bekumsa jecha
dubqeerrumma isaani akka
amanta akka sirressanif
isani kennuf waqayyofis
waa’e nqondaala phaphasi
ijjolle dhiira fi dubara akka
Kenya …………ebbifama kan
ta’anifi dadhabbi isaanis
ta’an waa’ee qondaala
akka fudhatuf waa’e
phaphasii kenyaa abba ……..
dubqerrootaf ni kadhanna.
ni kadhanna.

Sirna galaato afaan oroomo 3


 0bsa isaanitif gatii isaani jalaala fi nageenyan gara
akka fudhatuf waqayyo akka mana bultoo isanitti akka
isaani kennuf waa’e debisuf waa’e warra galaana
namoota obsanii ni fi lafa goggarra adeemanif ni
kadhanna. kadhanna.

 Qulqullumman ta’ani akka  Waqaayyo nyaata isanii


eeganif waqaayyo amanta guyya guyyatti akka iisaanif
jabaa akka kennu dhafi kennuf jecha waa’e namoota
waa’e ummatota fi belaa’ani fi dhebotanif ni
amantoota ni kadhanna. kadhanna .

 Carra gaarii cubbun ittin  Waqayyo gonkumaa akka


haqaamufi dhiqanna lama isaan isaan tasgabbessuf
dhalachu kan ittin argamu waa’e anmoota gaddani fi
waqayyo akka isaani kennuf yadda’ani ni kadhanna.
chapha qulqullu suillasen
 Waqaayyo hidhaa isanii irra
akka kabajuf fi mallattessuf
akka isaan hikkuf jecha
jecha warra amanta hir’u
waa’e namoota hidhaamanif
ta’anif ni kadhanna.
ni kadhanna.
 Waqaayyo nageenya guut
 Waqayyo nagaadhan gara
akka isheedhaf keennu
biyya isaanitti akka isan
waqayoon kan jalattu biyya
deebisuf jecha waa’e
keenya Oroomiyaa dhaf ni
namoot bojiamnnif ni
kadhaanna.
kadhanna.
 Waqayyo bekumsaa fi isa
 Waqayyo obsa, barumsa
sodachhu akk isaani keenuf
garii akka isanii kennuf jecha
waa’e qondaltoota fi
gati dadhabbi isaani akka
namoota tayitaa qabaniif ni
isaanif kennuf waa’e
kadhanna.
namoota godananif ni
 Waqayyo waa’e addunya kadhanna.
hunda akkka dursu tokko
 Waqayyo dafee akka isani
tokko isanif kan bareede kan
fayyisuf dhifaaama fi
foyyaes akka yaduuf waa’e
arjumma isa akka isanif
addunya hundum dhaf ni
erguf waqayyon waa’e
kadhanna.
namoota dhukkubsatanif
 Waqaayyo mirga dhifaama fayya dhabanif ni kadhanna.
qabuun kararra buuse
Sirna galaato afaan oroomo 4
 Lammi man kiristana akka hundofnuf eegan
qulqulleetti kessa namoota afuura qulqullu dhan ol ha
duanifwaqayyo bakka kanu dhiyanne waqayyo
boqqonna akkka isanif gofta Kenya ha kadhannu
kennuf ni kadhanna. jallate kadhanna Kenya akka
nuf fudhatuf.
 Waqayyo akka isanitti hin
gaddine fi dhekkamsa isa d/n 1ffa kadhanna dhaaf kaa’a
irra debie dhifaama isani
um: maloo dhifaama nuf godhi
kennuf waa’e abbota Kenya
fi obbolota keenyaa yakkanif lub: nagaan isinif ha ta’u
ni kadhanna. um: afuura ke wajjini
 Iddo fedha isatti bokka akka Lu:- Ni sagannaf
robsuf waa’e bokka dhaf ni
kadhanna. Um:- Abbaa fi ilmaa Afuura qulqullu
isaan sadaan tokkoo.
 Yaa waqayyo bishaan lga nu
guuti jenne waqayyon isaan Lu:- Nagaan sif haa ta'u
hanga dhaaba isaani fi Um:- Qulqulletti mana kiristiyaana
danga isanitti akka nu gutuf bulto waquumma dha
ni kadhanna.
Lu:- Nuuf kadhaadhu
 Sanyidhaf makaraf akka
tautti waqayyo firii lafaa Um:-Dubroon mariyaami dessuu
akka nuf latuuf waa’e firii waqayyoo dha.
lafaf ni kadhanna.
Lu:- Inni si'i dha
 Kadhanna dhan kan
Um:- Arfaannon warqedha, kan batte
kadhannuf kan wammannu
barbada abiddaa dha. Ebbifaaman
hunduma Kenya nageenyan,
,kan fudhaate mana qulqullummatti,
afuuran nu ha eegu, jalalaas
cubbu namaa kan namaa dhiisu, kan
nuf haa kennu ijaa laphee
ballessu yakkaa namaa, innisi,
Kenya nuf haa ibsu fedha isa
sagaale waqaayyoodha, sirraati foon
ta’e kadhanna Kenya akka
kan uffaate, kan dhiyeesse abbaf
nuf fudhatuf dhiyyanne
ofiisa, Libaana fi arsaa gaarii godhee,
waqaayyon ha kadhannu
Sif ni sagaanna kiristoosi, arjaa isa
bekne qabeenyaa isatti akka
samiirra abbaa ke wajjin, afuura ke
guddannuf maqaa isatti
qulqullu jiraatan, ati dhufte nu
akka abdannuf bu’ura
fayyistetta.
rajoota fi duuks bu’ota irratti

Sirna galaato afaan oroomo 5


Lu:- Galaanni fi ulfinni sadaanu um: afuura ke wajjini
waqayyo tokkof haa ta'u.
Dn 2:- Bartuu fi gargaraa goofta
Um:- Ameen abbaf ilmaaf afuura kenyaa iyyeesus kiristos kan ta'e
qulqulluf galaanni haa ta'u. ergaan ............... irra argaame isa
kana dha. Kadhaanna fi ebbi isa
Lu:-Abbaaf ilmaaf afuura qulqulluf hunda kenya irra ha bulu bara baran
har'as yeroo hunduma bara baraan ameen.
ameen.
(Ergaa dubbise booda akkaas haa
D/n 2 Kadhaanna dhaf ka'a jedhu) Yaa Obboloota ko biyyaa lafa
Um:- Maloo dhifaama nuuf godhi hin jallaatina,biyyaa lafa kessa kan
jiruu biyyi lafas ni darbaa,jaalalli isas
Lu:-Nagaani isinif haa ta'u hundumtu ni darba.

UM: qulqullu sadanu akkenya tokko

Um:- Afuura kee wajjin kan tate nu egi wal gai Kenya waae
tolota kabajamtota f gargartota kee
d/n 1: gofta keenya fayyisa keenya nu jabessi dhifaama keetini waa’e
iyyesus kiristosin kan hin jaallanne maqaa kee qulqulluf.
bultoo afuura qulqullu kara lamanu
dubro kan tate qulqullettii mariyam d/n 1ffa kadhannaf ol kaa’a
irra dhalachu isatti kahin amanne um: maloo dhifaama nuf godhi
hundu kessumma kan ta’e hanga
lub: nagaan isinif ha ta’u
dhufati isatti phawulos akka dubbate
kan adda ba’e haa ta’u. um: afuura ke wajjini

UM: qulqulluu, duuka bu'a UM: qulqullu qulqullu qulqullu dha ati
waqayyo hunda kan qabde, qulqullu
phawulosi, kan bareede ergan ke,
qulqullu qulqullu dhati ilmi tokkichi
dawwaa dhibaamtoota, kan
si'idha sagalen abba jirata qulqullu
fudhatte gonfoos, nuf kadhu qulqullu qulqullu dha ati afuura
kadhadhu waae keenya, akka qulqullun hunda kan beektu.
fayyisuf lubbu keenya, bayyina
d/n 1ffa kadhannaf ol kaa’a
dhifaamaf arjumman isa, waa’e
maqaa isa qulqulluuf. um: maloo dhifaama nuf godhi

d/n 1ffa kadhannaf ol kaa’a lub: nagaan isinif ha ta’u

um: maloo dhifaama nuf godhi um: afuura ke wajjini

lub: nagaan isinif ha ta’u Dn:- Duuka bu'ootni kan walitti qaban
waqaayyo biraatti kan qajeelte nagaa
Sirna galaato afaan oroomo 6
mana kiristaana tokkiittif kadhaadha. UM: kennan furtuu abbaa keenya
pheexiroosif qerrumman yohannisif
Um:- Ameen nutti araarami yaa
erganis abba Kenya phawulosif innis
goofta dhifaama nuuf godhi.
ifa mana kiristiyaana.
Dn:- Waa'e angaafa phaaphaasi
LU ; urgaa’a garii kan qabdu mariyami
kenyaa abbaa........ fi kabaajamaf
gadamessa ishe kessa kan jiru ni
galaatteffama kan ta'aan abbaa
caala ixaana hunduma inni dhufe irra
..........f ephis qophosoota
dhalate
hundumaafis waa'e lubootaf
daquunotaafis amaantan isaani kan UM: mariyam durbon qulqulltu abban
qajeelte waa'e gartuu kiristaanota ni jallate bulto isa akka tatuf jalatama
hundumaaf kadhaadha. ilma isa

Dn:- waa'e tokkichummaa kenyaaf LU: kennan seera museedhaf


eegumsaa hundaa kenyaaf lubbumman aroonif kennan ixaaana
kadhaadha. gaari zakariyas lubichaf

LU: yeroon kuni yeroo ebbati yeroon UM:Godoo dhugaa hojjete akkuma
kun yeroo ixaana qulqulluti yeroo dubbate goftaan aroon lubichis
galateffannu fayyisa kenyaa nama kessa ishetti ni dhihessa ixaana garii
kan jallatu kiristosin.
LU : surafeeli ni sagaduf kirubeelis ni
UM: ixanni kun mariyaami dha ixanni galatteffatu guddisani akkas jedhu
inni kan gademessa ishe kessa bule
UM : qulqullu qulqullu qulqullu
ixaana hundumarra ni caala kan
waqayyo ergamota bayye biratti
ishen desse dhufe nu fayyisera.
ulfata dha gurguddota birattis
LU: urgaa’a gaarin kun iyyesus
LU : Inni si’idha libaanni yaa fayyisa
kiristosi dha kotta ni sagadna ha
Kenyaa
egnu abbommi isa akka nuf dhisuf
cubbu Kenya UM : dhufte nu fayistetta dhifaama
nuuf godhi
UM: kennaan dhifaama mika'eli fi
gammachu himuun gabri'elifi LU : Qulqullu
qabeenyan samirra mariyaam
durboof. UM : waqayyo, qulqullu jaba,

LU: kennan hubbanna dawitif


qulqullu jirata kan in dune, kan
oggumman solomonif qooda dhalatte, mariyamirra, qulqulletti
dibbanna samu'elif isaan innis kan dubrorra, maloo dhifaama nuf
dibe motoota tasisi,

Sirna galaato afaan oroomo 7


--> qulqullu, waqaayyo qulqullu kessaan
jabaa, qulqullu jirataa kan hin
UM: kan jirtu waqayyo bira, yaa
duune
abbaa Kenya samirra kan jirattu,
--> yordanisitti kan cuphame yaa abbaa keenya samirra kan
fannottis kan fannifamte maloo jiraattu, yaa abbaa keenya
dhifaama nuf godhi samirra kan jiraattu gara
qorumsatti maloo nu hin
-->qulqullu waqayyo qulqullu
galchini
jaba qulqullu jirata kan in dune
-ya gofta sini si
--> guyya saddaffattis warra
galatteffanna
du'an irra addan ba'e kan ka'e
galatanis gara samitti ol ba'e - yaa gofta sini galatteffanna
mirga abbaa isas ta'e dabales
LU : kan keetihoo yaa gofta
warra jiranif warra du'an irratti
waqaa Kenya motumman
murtessuuf goftummaa dhan ni
kabajamtu.( kadhaanna haa
dhufa goftaa dhifaama nuf
godhu)
godhi
UM : yaa sadanu qulqulluu nuu
--> Galanni abbaaf Galanni
fayyisi
ilmaaf Galanni afuura qulqulluuf
haa ta'u har’as yeroo hunduma Yaa sadanu qulqulluu nuuf ho'i
bara baraaf ameen haa ta’u haa
Yaa sadanu qulqulluu dhifaama
ta’u
nuuf godhii
--> Qulqulluu sadanu waqaayyo
Halle luyya abbaf halle luyya
jiraata dhifaama nuuf godhi
ilmaaf halle luyya afuura
LU: kennan waqayyo isini wajjin qulqulluuf ergaaman fulduraa
haa ta’u iahee jilbeenffate kennan kan
gutamte yaa dubroo mariyaam
UM: afuura ke wajjin
gammadi gammadi gammadi
LU: Uumaa Kenyaa ha waqayyoo si wajjin jiraa hoo
galatteffannu
Garaa jallatama ilmaa ketti nu
UM : dhugumaa ni ta’aa kadhadhu nu araarsi waqayyo
cubbu keenyaa akkaa nu dhisuuf
LU: jabeessa yaada laphee
Sirna galaato afaan oroomo 8
qulqullu sadaan adda kan ta'e dhaggeeffadha wangeela
abbaf ilmaaf afuura qulqulluf qulqulluu sagaaleen isaa kan
har'as yeroo hundumaa baraa goftaa keenya fayyisaa keenya
baraaf ameen. iyyeesus kiristoos.
DN 1:- Kadhaanna dhaf kaa'a Lub:- Waqaayyo isin wajjin haa
ta'u
Um:- maloo dhifaama nuuf godhi
Um:- Afuura ke wajjin
Lu:- Nagaani isinif haa ta'u
Lub sagaale guddaan
Um:- Afuura kee wajjin
--> Wangeela qulqulluu
Lu1: yaa waqaayyoo goofta
iyyesus kiristoos waaqa keenya Um:- Dhugumaan wangeela
akkaas kan jette duuka buoota qulqulluu
qulqullotaan bartoota ke
Lub:- kan dubbaate (matiwoosi
tolootan isin kan argitaan kana
/ mariqoosi /luqaasi)
akkaa arganiif rajoonnif
dhugumtonni bayyeen ni yeroo yohannis
hawwan garuu iji isaani arguu
-->kan lallaabe yohannisi
hin dandenyee isin iji kessan kan
sagaale ilmaa waqaayyo
argef gurri kessan inni kana
dhaga'e garuu kan Um:- Galaatni sif ni ta'a kiristoos
galateffamani dha. Akkaa yaa goftaa koo yaa uumaa ko
isaaniNuuniis kan genyee nu yeroo hundumaa.
tasissi dhagenyes akkaa --> Gammadaa waqaayyootti isa
hojjennuf jechaa waangeela kee nu gargareetti ililchaa fi waaqa
qulqullu kadhaanna qulqullota yaa'iqobif qabadhaa farfannaa
keen. rukkuta diddibisaa farfannan
--> Dn 1:- Kadhaadha waa'e gaarii dha maseenqo wajjini.
wangeela qulqulluu. (Yeroo laguu bakka gammada)
Um:- kan genyee nu haa tasisuu --> Wangeelan nu gaggessite
dhagaa'uf wangeela qulqulluu. rajootan nu jabeessite ofitti kan
--> Halle luyyaa dhaabadha nu dhiyeessite galanni sif ni ta'a

Sirna galaato afaan oroomo 9


Lub:- Gara motummaa fayyistetta, kanaafis si
waqaayyotti kan namaa galchu galatteffanna guddisne siin
wangelli kunoo akkaas jenna yaa goftaa ati
ebbiffamadha, iyyeesus
Lub2 :- Wangeela isaaf tolumma
kiristoosi ati dhufte nu
isa kan natti kennite debisee
fayyistetta.
sitti kennera.
(yoo yohannis ta'e)
Daq:- Motumman waqaayyo
dhiyaatetti qalbii jijjiradhaa. -->Inni duraa sagaaleen
sagaaleen kun sagaalee
Um:- (matiwoos yoo ta'e)
waqaayyooti sagaalen kun foin
--> Ni amannaa abbaa ta'ee nurra bule ni argine ulfinaa
dhugumatti ni amanna ilmaa isa galatteffama tokkicha ilmaa
dhugumatti ni amanna afuura abbaasa. Sagaale abbaa jiraatan
qulqullu dhugumatti kan hin sagaalen jireenyas sagaale
jijjiramne sillaasetti ni amanna. waqaayyo ni kaa'e foonsas hin
badne.
(mariqoos yoo ta'e)
Daq:-Ba'a kiristaanonni
--> Isaan kiruubelii fi suraafeli ni
xixxiqqoon
dhiyeessu isaaf galaata akkas
jechuun qulqulluu qulqulluu Kadhaanna dhaaf ka'a
qulqulluu dha ati yaa waqaayyoo
Um:-Maloo dhifaama nuuf godhi
abbaa fi ilmaa afuura qulqullunis.
Lub:-Nagaani isinif haa ta'u
(Luqaas yoo ta'e)
Um:-Afuura kee wajjin
--> Enyuutu si fakkaata waqoota
keessa yaa goofta, inni si'i dha, Daq:-kadhaadha waa'e nageenya
kan hojjettu hojii raajii, ni mana kiristaanaf tokkitti
agarsifte ummata ketti humnaa qulqulleetti kan tate ishee kan
keen,ni fayyifte ummata ke bartoota kan qajeelte fuula
hirree keetin, demtee gara si'oli, waqayyootti.
bojuu bojite, al tokkichaa nuuf
Um:-Nutti araarami
kennite, ammaas 2 ffaa
walaabumma, dhuftee nu Daq 2:- kadhaanna dhaaf ka'a

Sirna galaato afaan oroomo 10


Um:- maloo dhifaama nuuf godhi waaqa tokkotti waqaayyo
Lu:- Nagaani isinif haa ta'u abbatti, hunduma kan qabe
saamii fi lafaa kan uumee
Um:- Afuura ke wajjin
addunyaa mul'atuf kan hin
Daq 2 :- Kadhaadha waa'e mul'anne
angaafa phaphasoota abba .........
patiriyaarikii angaafa ephis Hundumaa kan uume waqaa
qophoosota, kan biyyaatti gaarii tokko kan ta'u waqaayyoo
itiyoopiyaa kan biyyaa abboota abbaatti ni amaanna saamii fi
kenyaarras tolaa phaphaasii lafaa kan uume adduunya
abbaa ............, ephis mul'atu kanaaf kanbhin
qophosoota hundumaaf, luboota mul'anne osoo hin umaamin
fi daquunoota amaantan isaanii isaa wajjin kan tureilmaa abbaa
kan qajeelte. kan ta'u waaqa tokko iyyaasus
kiristoositti ni amanna. Ifa
Daq 1:-Kadhanna dhaaf ka'a ifaarra argaame waaqa waaqa
um:- maloo dhifaama nuuf godhi dhugaa irra argaame kan
dhalaate malee kan hin
Lub:-nagaan isnif haa ta'u umaamne amaalumma isaatin
Um:-Afuura kee wajjini abbaa wajjin kan wal qixxaatu
hundumtuu kan isaan kan ta'e
Daq 1:- kadhaadha waa'e ishee
samiirras lafarras kan jiru
kana mana kiristaana qulqulletti
isaatin malee homtuu kan ta'e
waa'e tokkumma qabnuf kessaa
hin jiru. Nu fayyisuuf samiirra
isheetti.
gad bu'e hojii afuura qulqullutin
Um:- Tokkummaa kenyaa nuuf qulqulletti dubroo mariyaami
ebbisi, nuu eegi nagaa dhaan. irraa namaa ta'e. Nuuf jedhee
fannifamee, bara philaaxos
Daq:-Haa jennu hundumti
phenxichatti gidiraa arge, ni du'e
keenya Ogguumma waqaayyoon
ni awwaalameguyyaa sadaffatti
kadhaanna amaantaa.
du'a moo'e ka'e akkuma
(Bakka amakniyoo silustuti kitaaboli qulqulla'ootti
hangaa gorgoriyoositti kana barreffame ulfinaaf galaatan
haa.jedhaan) Ni amanna gara samiitti ol ba'e mirgaa abba
Sirna galaato afaan oroomo 11
isaa ta'e, lammaaffas warra isaatin, sabaaba kan hin
du'aniif jiraattota irratti qabnetti ni amanna.
murtessuf galaatan ni dhufaa
motummaan isaas dhumaa hin --> kan goofta keenya kan waaqa
qabu. Afuura qulqullutti ni keenya kan qorichaa keenya
amanna innis goftaa jireenya iyyeesus kiristoosif abbaa kan
nuuf kennu abbaarra kan ba'e ta'u, umaama hundumaa kan
(argaame) abbaaf ilmaa wajjin uume waaqa tokkotti ni
tokkummatti ni sagaannaf ni amaanna. Akkeenya isaattis
galatteffannan. Innis rajoota sabaaba hin qabu. Dursinee
irraa bule kan dubbate dha. akkuma dubbanne baroota
Hundumaan ol kan tate duuka hundumaatti ni jiraata malee,
bu'oonni kiristoos kan walitti jalqaaba ykn rawwaata hin qabu.
qaban (hojjetan) ulfattu mana Ifa hin badne qaba gara isaatti
kiristaana tokkittitti ni amaanna. dhiyaachu kan danda'u hin jiru.
Cubbuun kan ittin haqaamu Lammaaffas miti sadaffas miti
cuphaa tokkittittis ni amaanna. irratti hin dabaalamu. Qofaa isaa
Du'a ka'uu du'ootas abdii ni bara baraan kan jiraatu tokkoo
godhaanna jireenya isa dhufuus dha malee.kan hin bekamnes
miti kan dhokaates miti
hanga bara baraatti.( Akkaa
hundumaa kan qabe fi umaama
jiruu du'a kessa ka'uun,
hundumaa irratti abbaa aangoo
jirenyi inni gammachun, ta'uu isaa seera fi rajootan
baraa hangaa baraatti. rawwanne beknerra malee.kan
(amaakniyoo duuka bu'oota goofta keenya kan fayyisa
qiddase arfaan(mariyaami, keenya iyyeesus kiristoosin
duuka bu'oota, goftaa, fi abbaan waqaayyo tokkodha.
yohannis ilmaa nagoodgaadii) Biyyi lafa osoo hin umaamin
Ni amannaa, waaqa tokkotti, dura kan dhalate isaa wajjin wal
qixxee kan ta'e ilmaa tokkicha
uumaama hunduma kan
maccaa hundumaafi samiirraa
umeetti, abbaa goofta kan jiraatan aboo kan qaban
kenyaa, fayyisaa kenyaa, hundumaas kan uume dha
iyyesus kiristosi,i akkenya
Bara boodas namaa akka.ta'uuf
Sirna galaato afaan oroomo 12
kan jaallate, sanyii dhiira malee hundumaan seeraa jijjiruu
qulqulletti kan tatee giftii kenyaa isaanitin isaan nu biratti kan
mariyaami irraa foon fudhaate xura'anii dha.
cubbuu fi ballessa malee akkaa
Dabalees kan du'aan toloota
namaatti guddaate. Arraaba
cubbamootaf du'aa ka'uun
isaatin sobni hin jiruu. Kanaan
akkaa jiru ni amannaa
booda fooniin dhukkubsaate. Ni
hundumtuu akkaa hojii isaatti
du'e guyyaa saddaffatti waarra
gatii isaa kan itti fudhaatu
du'an kessas addaan ba'ee gara
guyyan murtii akkaa jiruu ni
isaa ergee garaa abbatti gara
dubbanna
saamiitti ol ba'e mirgaa humna
qabu ta'ee abbarra kan argaamu Dabaalees kiristoos namaa ta'u
pharaqilixoosi (afuura qulqullu) isaatin mudaa maal maal akkaa
nuuf erge. Biyyaa lafaa hin qabne ni amanna
hundumaas fayyisee. Abbaaf dhugumaan nama kan ta'e
ilmaa wajjin jiraata kan ta'e. jechaa waqayyoo dha malee.

Egaan umaamni waqaayyo Eegaan akka yihuudoota dhaqna


hundumtu gaarii akkaa ta'e kan hin kitanamnu seera fi rajoota
gataamus akkaa hin qabne ni kan rawwaatu akkaa dhufee ni
dubbanna jireenyaa foonii kan bekna.
tatee lubbun garuu qulqulletti
Ummaanni hundumtuu dhufaati
dha.
isa abdii kan godhaatan
Nutis ga'illi qulqullu akkaa ta'e iyyesuus kiristoos hidda yihuuda
dhalachuunis xuraa'umma akka esseey irra.kan argaame
hin qabne ni dubbanna ummatni tayitaan isaa gatettii isarra kan
akkaa bayyatuf addaamif ta'ee dha ulfinni galaatni fi
hewwanin uumera waan ta'eef jabinni ebbaa fi hoqubni
foon wajjin kan hin duune kan galatteffachuun isaaf ta'a har'as
hin tortorre lubbuu foon keenya yeroo hundumaa bara baraan
kessa akka qabnu haa hubbannu ameen.(Angoon isa gatetti
isarra kan ta'ee dha, ulfinnif
Nutis amaantii kanneen
galanni jabinni ebbaaf hoqubni
jijjirratan dalaaga isaanii ni
galateffachun ni ta'a isaafi baraa
morminaa addan ba'uu isaanii
Sirna galaato afaan oroomo 13
hanga baratti. Lu:-laphee kessan ol ol taasisa
Daq:- Jechaa lubaa kanaa kan Waqaayyo uuma keenya bira jira.
salphisee kan kolfeef kan
Daq:- waa'e tolaaf qulqulluu
duddubaate mana kiristiyaana
dursaa angaafa phaphasoota
kana kessaa hammenyaan kan
abbaa ........... tola phaphaasi
dhaabate yoo jiraate goofta
abbaa ......... kan si galatteffatan
keenya fayyisaa keenya iyyeesus
kadhanna isaanif wareega
kiristoosiin akka gaddisisee
isaanin isxifaanoosi jalqabaa
haa.hubaatu. iddoo ebbaa
kitaamtoota zakkariyaas
abaarsa iddoo dhifaama cubbuu
lubichaa yohannis cuphaa.
abidda gannam waqayyoo
Amantii dhan kan boqootan
abbaa biraa ni fudhaata.
waa'e qulqullota dhaf
Daq:- Kadhaanna dhaaf kaa'a kitaamtoota hundumaaf.
Matiwoosif mariqoosi luqaasif
Um:-maloo dhifaama nuuf godhi
yohannisi wangelawiyaanota
Lub:-nagaani isinif ha ta'u arfaanu mariyaami dessuu
waqaayyo.
Um:-Afuura kee wajjini
Daq:-Dhisiifi maloo isaan fayyisi
Daq:- Kadhaadha waa'e
angaafota phaphasoota
nageenya qulqulleettif waa'e
phaphasootaf ephis qophoosota
jaalala walii walii kessan wal
lubootaf daqunoota kiristaanota
duddubisa jaalala dhugaa dhan.
hundumaafis.
Um:-yaa kiristoosi uuma keenya
Daq:-warrii tessan ka'aa
kan geenye nu tasisi walii walii
keenya akkaa wal dubbisnu Daq:-Gara baha ilaala.
jaalala adda tateeni.
Daq:-Haa hubbannu
Lu:- Waqaayyo isini wajjin haa
Daq:-Kenna deebisaa
ta'uu
Um:- Qulqulluu qulqulluu
Um:-Afuura ke wajjiin.
qulqulluu waqaayyoo, rawwaate
Lu:- Galatteffadha waaqa keenya mo'ee, ni guute samii dhaf
lafaarratti galaanni qulqullumma
Um:- dhugumaan ni ta'af
Sirna galaato afaan oroomo 14
kee. tokkichumma afuura qulqulluu
akkaa nuu kennuf.
Um:- Nu yadaadhuu maloo
motuummaa ke kessatti. Nu Um:- Dursee akkaa jiruu ni
yadaadhu maloo yaa barsiisa ko, jiraata, dhaloota dhalootatti
baruma baraanii.
Nu yadaadhu maloo motumma
ke kessatti. Lub1:- Nuuf kenni tokkoo akka
taanuf afuura ke qulqullu, Nu
Akkaa isaa yadaatte hattuu isaa
fayyisi, Foon kee fi dhiigakeen,
mirga keeti, osoo achiirra jirtuu
Jiraatoota akka taanuuf, Baraa
mukaa fannoo qulqullu gubbaa.
hundumatti baruma baraani.
Daq1 :- Luboonni harkaa
Ebbiffaama dha maqaansa kan
kessaan ol kaasa.
waqaayyoo, Ebbiffaama dha inni
Um:- Ni amanna kana akkaa ta'e kan dhufuu, Maqaa waqaayyon,
inni dhugumaan ni amanna.
Haa ebbiffaamu, Maqaansa
Ameen (3) ni amanna ni galatteffaman, haa ta'ufi, haa
abdaanna si galatteffanna yaa ta'uufi ebbiffamaf haa ta'u.
goofta yaa waaqa kenyaa isaa
Ergi, kennaa afuura qulqulluu
kana inni dhugumaan ni amanna.
nurrattisi.
Ni dubbanna du'a kee maloo,
Daq 1:- kadhaanna dhaf kaa'a
qulqulleetti du'aa ka'uu ke, ni
amanna ol ba'uu ke, lammaaffas Um :- maloo dhifaama nuuf
deebi'uu ke, si galaatteffanna si godhi.
kadhanna, sitti iyyaanna, si
Lub1 :- Nagaani isinif haa ta'u
wammanna, yaa goofta keenya
waaqa keenya Um :- Afuura ke waajjini.

Um:- Ameen maloo nu fayyisi Daq1 :- kadhaadha


kiristoos, maloo nuuf hoo'i,
Um :- Akkaa dhifaama keetti
maloo dhifaama nuuf godhi.
malee yaa waqaayyo akka badii
Daq1:- Laphee guutuu dhan haa kenyaatti hin ta'ini(3)
kadhaannu, waqaayyoon waaqa
Um :- Raayyan ergaamota isa
kenyaa, kan bareede
kan fayyisa addunya (eeyyee) ni
Sirna galaato afaan oroomo 15
dhabaatu fuulasa kan fayyisa Ummannis Akkuma isa ha jedhu
addunya.
Daq1:- kadhaanna qalbii
Ni marsu isaan fayyisa addunya jijjiranna kessa kan jirtani mataa
(eeyyee) foonsa fi dhiigaa isaan kessaan gadi qabadha.
kan fayyisaa adduunya.
Daq:- kadhanna dhaf kaa'a
Haa dhufnuu fuulasa kan fayyisa
Um :- maloo dhifaama nuuf
addunyaa (eeyyee) isatti
godhi
amaanun kiristoosif haa
bitamnu.(yeroo duuka bu'oota) Lub:- Nagaan isinif haa ta'u

duuka bu'oonni .. Um :- afuura ke wajjini.

Daq2 :- Gurguddoonni balbala Malka qurbaani


baana
Nagaan sif haa ta'u, jenne sif ni
Daq1:- kanneen dhabbaattan sagadna, yaa giftii keenya
mataa kessan gad qabaadha. maariyam, nuti si kadhaanna,
Sagaada waqaayyoofi sodaa bineensa hamaa irra, akkaa nu
dhani. egduu jenna, hadhaa kee hannaf
jedhi, iyyaaqem abbaa keef jedhi,
Um :- Fuula keetti maloo ni waldaa keenya har'a, yaa dubree
sagadna si galaatteffanna. ebbisi.
Daq1:- Ilaala Nagaan nagaani fakkaatti
Lub1:- Qulqulluu qulqullotaaf hannaaf iyyaqemi kan isanirra
argaamte ebbiffamtu mariyaam,
Um :- Tokkichi abbaan qulqullu sif lannaa gammaachu fakkii
dha, tokkichi ilmis qulqullu dha, keetif, faakkiin keenya salphaate,
tokkichi inni afurri qulqullunis. harkaa mariyaami, baraa
Lub1:- waqaayyoo isini wajjin gammaachu haa ta'uu kan nu
haa ta'u aja'ibsisuu, barumaa baraanii
nagenyaa guutu dhanii.
Um :- Afuura ke wajjin
Imaana sitti lannaa durbee,
Lub1:- maloo nuuf dhisi kiristoos.
foonke qulqulluu isaa uffaate,
(41)
sabaaba waadan kee hin
Sirna galaato afaan oroomo 16
halaamneef, jaalalli waqaayyo Ni bu'ee afurri qulqulluun, hibistii
ilmaa ke, motumma isa kan sif dhaf wayinicha iraatti, yeroo
kenne, diinas akkaa bichisistuuf, lubichi jedhu, kenna afuura
akkaa jabessituf tessuma isaa, qulqulluu nuuf ergi, walakkaa
imaana sitti laate foonsatiif bakka qulqulluu, mana
lubbu isaa. amaantatti, battalumatti ni jijjira,
qaama kiristoos akkaa ta'aniif,
Oggumma waqaayyoo aja'ibaa,
Yeroo gadda kan nu jabessitu, raajii guddadhani.
dadhaabina irras kan nu olchituu,
Nagaan isinif haa ta'u, tolootaf
gadamessa ketti isaa bataame,
wareegamtoota, kan boqqottanii
jabaa ilmaa ke irra, yaa
guyyatti har'a, Injiffaatanittu isin
mariyaami, abdii dadhaaboota,
addunyaa, obsaa bayyee dhan,
yeroo arsaa dhafi kadhaanna,
nuuf kadhaadha, fuula
yeroo qulqullu kenna kanaa, nu
waqayyotti yeroo hunduma, utuu
jajjabessu dhaf kottu gara bakka
nuti gabbii hin galin, akka nu hin
kanaa.
fuune duutni.
Dessuu waqaayyo mariyaami,
Nagaan isinif haa ta'u, tolotaa
sanyii dhiira malee kan desse,
guyyattif yeroo hundumaa,
yeroon sitti dhiyeessu, jechaa
dhiiraf durbaa maqaa maqaa
wawwannan, naaf ergi ebbaa
kessanin, qulqullota lafaaf samii,
afaan ke urgaa gaarii, ilmaa kee
waldaa sillaase kan tataan,
dhibaama, kanaaf jedhi ballisi
akkaa nu yadaattan kadhanna
harkaa ke, buddena kee cabsi,
kessaaniin, hadhaa goftaa
akkaa isaayyas jedhe.
mariyaamiif jedha, imaana
Nyaatadha inni, kan nyaatu kiristoosin isinitti lanna, foonsafi
gantoota, abidda bobbaa'a, dhiigaasan
cubbaamoota gubuu dha,
Yaa goofta nageenya kee,
hibistif qurbanni kuni, foon
biyyaaf ladhuu, dhugaa keesi
amanu'el ta'eera, qulqullootaf
mana kiristiyaana, millaa ishee
garuu, fayyinaaf ni ta'aafi,
jalatti bichisisi, eegi ummata,
gidiraaf rakkina, akka hin
amanta ishee kan biyyaa keenya
argineefi.
Oroomiya.
Sirna galaato afaan oroomo 17
Lub1:- maloo nuuf dhisi kiristoos galaanni hoqubni sif haa ta'u
(3) baruma baranii.
Mariyaamiif jedhi nuuf dhisi Daq1:- waqaayyon, ni
kiristoos.(3) galatteffanna, fooniif dhiiga isa
fudhanne, jiraachuu lubbu
Akkuma isa ha jedhan
keenyaaf, qorichaa akkaa nuuf
Um:- Nuuf kadhadhu mariyaam ta'uuf, kan fudhaanne nuti ni
ilmaake dhifaama isa akkaa nu kadhaanna, ni galatteffanna,
hiruuf. waqaayyoon waaqa keenya.
Daq1:- kadhaadha waa'ee Um :- yaa abbaa keenya,
keenya, waa'ee kiristanoota samiirra kan jiraattu, gara
hundumaaf, kan akkaana nuun qorumsatti maloo, nu hin
jedhaan, nuuf tasisaa galchini.
yadaannoo keenya nagaadhanii,
Daq1:- Fudhaanne, qulqulluu
jaalala iyyeesus kiristoos,
foon isa, ulfaata dhiiga isa
farfaadha galatteffadha.
kiristoosirraa.
Um:- Qulqulluu (3) sadaanu kan
Daq1:- Nuufis ni ta'a, si
hin dubbatamne, nuuf kenni
galatteffachuun, akkaa
akkaa fudhaannuf, jireenyaaf,
fudhaannufi, dhoksatti ulfattu
foonke kuniif dhigni kee murtiif
qulqulleetti.
nutti hin ta'in
Um :- Halle luyyaa, halle luyya
Naf kenni ijaa akkan naqaadhuf,
yaa abbaa keenya, samiirra kan
kan sitti tolu, akkaan mullisuf
jiraattu, maqaan ke ha
galaatake, akkaan jiraadhuf,
galaatteffamu, badii keenya
hojjecha eyyamaa ke,
hundaa nuuf dhisi, qorumsaatti,
Amaantiidhan, sin waama nuu hin galchini, yaa goofta nuu
abbaako jedhe, nan fayyisi, biyyaa badiisa iraa,
wammaadha, motummaa kee akkaa nuu egduuf, badiisa
haa galaatomu, maqaan ke yaa hundumaa irra.
goofta nurrattis,
Daq1:- Mataa kessaan gadi
Yaa humna qabessaa ko ulfinnif qabaadha, fuula waqaayyo,

Sirna galaato afaan oroomo 18


waaqa keenyatti, harkaa hojjeta
isaa lubichaan, akkaa nu
ebbisuufi.
Um :- Ameen waqaayyo nuu ha
ebbisuu, nuu ha fayyisu.
Lub1:- waqaayyoo isini wajjiin
haa ta'uu.
Um :- Afuura kee wajjini
Ameen waqaayyoo nuuniin
garboota isaa nagaadhan nu haa
eeguu, kan fudhanne fooniif
dhignii ke dhifaama cubbuf nuuf
haa ta'u,
Daq1:- nagaadhan galaa.

Kakaase kan nu jalqabsiise,


jalqabsiise kan nuu xumursiise,
Abbaaf, Ilmaaf, Afuura
qulqulluuf Galaanni haa ta'uu
baraa hangaa baraatti ameen.
Qophessitonni ::
F/ta d/n Ifaa Geetaachoo
( 0918167607)
Fi
F/ta d/n Daawwit Baqqaalee
(0917629742)
Mana Amaanta qulqulleetti
Arseemaa Giimbii irraa.
Sirna galaato afaan oroomo 19

You might also like