You are on page 1of 4

Yohannisini

Yohanisini yaa xemmqe (2)

Be henoni (4) be m’idoote yordanosi

Yohannis siyastemir …………………....yaa xemmeqe

Be caakkaa be meedaa………………………>>

Ye beh tsagur lebsoo ………………..…....>>

Honoo midrebedaa……………………..…>>

Amlaa kun yemmiwed ………………...yaa xemmeqe

Bizuu sew iyyaalle …………………………....>>

Geetawun lemaaxmeqi ………………….……>>

Yohaannis taaddele …………………….…….>>

Korebtaaw yideldel …………………….……yaa xemmeqe

Xemaamawun yiqnaa …………………………..>>

Iyyaalee ye sebekew………………………….…>>

Siratu newunnaa …………………………….…..>>

Ke haaxiyaat teleyyu ………………….yaa xemmeqe

Be wuhaa texamequ………………..……>>

Mengiste semaayat …………………..….>>

Indaallech iwequ………………………..>>

Wangeela isaatti

Wangeela isaatti kan amantan

Baga ifa cuuphaa isaatiinii isiiniin ga’e (2) amen

Be wengeelu

Be wengeelu yaa menaachiw (2)

Inkuwan le birhane ximqetu aderesachiw (2)


Amen

Ulfina tolootaa

Ulfina tolootaa yaa giftii ulfina tolootaa (4)

Lemmaati nyaataa raajiidha(4)

Kabaja isaanii kan qulqullootaa

Siin faarsa anii aarsaa galataa

Kan ati nuuf deesse buddeen jireenyaa

Ilmi kee jira ifichi keenyaa

Huccuu gasarummaa midhagainni ishee

Ulfa sochoosa qooqni afaan ishee

Ibiidda deessee ibidda hammatte

Osoon si hin faarsin aduun yoom dhiite

Yaa baha biftuu baha nuf taate

Ificha guddaa kan nuuf nul’iste

Hun dukkanooftuu jireenya keenyaa

Ilmi kee jiraa ificha keenyaa

Nagaan siif haa ta’uu nu si kadhanna (2)

Ati nuuf kadhadhu nu sitti boonyaa (2)

Kottuu gugee koo fakkaattuu ilma kee (2)

Samii fi lafatu hima waa’ee kee (2)

Araarsituu

Araarsituu mariyaam araasistuu

Araasistuu yaa haadha garraami

Dubroo mariyaami

Yaa gara laafetti


Eenyuu jedheen waama maqaa kee

Mariyaam natty ulfaataa oolmaan kee

Araarsituu yaa haadha jaalalaa

Sumatu naaf caalaa

Yeroon waa hin qabnetti

Qabeessa na gooteetti

Eenyuu jedheen waama amqaa kee

Mariyaam bnatti ulfaata oolmaan kee

Araarsituu yaa garaa laafettii

Diina naaf falmatti

Eenyuu jedheen waama maqaa kee

Mariyaam natty ulfaataa oolmaan kee

Araarsituu ……….kottumee gara koo

Yaa haadha gooftaa koo

Ilaali hir’ina koo

Guuti hir’ina koo

Eenyu jedheen waama maqaa kee

Mariyaam natty ulfataa oolmaan kee

Araarsituu baayyinni yakka kootii

Gooftaatti nah in butuutii

Kadhaannaa koo fuutee

Gooftaa gurra buuftee

Sichi ni faarfaannaa

Sichi ni faarfaannaa (4)


Akka ergamootaa ifa isaa ulftaanne siichi ni faarfaanna

Deessuu waaqayyoo dhaa of dura buufanne

Bagaanaa dawwitii maseenqoon marfamnee

Ulfina sillaaseef sichii ni faarfannaa

Siichi ni faarfanna

Hojii galataadhaan leenjistoota sanaa

Laphee kan haaressuu farsina faarfanna

Qooqa hin dhaga’amneen galata hin argamneen

Laphee keenyaa irraati nutis maddisiisnee

Of tuullumman mitii gadi of deebisuuni

Sagalee miidhagaan galata dhiyeessuuni

Hojiin keenya haa ta’u waaqayyoon faarsuuni Sichi ni faarfanna

Daawwit farfannaatiif qullaa yoo buuse iyyuu

Meelkool faarfannaa isaatti yoo kofalte iyyuu

Waaqni ni jaallata akka isaa faarsiinu

Akka hin faarfaanneef kan nu dhorku eenyu siichi ni faarfanna

You might also like